Abdii Nagahoo official channel
Kuula qalamaan kuulee Duula ganamaan duulee Soora uumuf dhalootaa Yooman eege baroota... Akka dhaloonni arguu Afoola sabaa margu.... Waan uuman naaf arjoome Isiniif laadha namoomee... Yaadaaf:0982598384
Show more3 621
Subscribers
+124 hours
+1627 days
+85730 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐!!
๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐ ๐๐๐ค๐ค๐จ๐จ ๐๐๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข๐ญ๐ข๐ข๐ง ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐๐ค๐ค๐๐ญ๐ญ๐๐ ๐๐ข ๐๐๐๐ค๐ญ๐๐โ๏ธ
๐น๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐ป๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐
๐๐๐๐
โ
๐๐๐๐๐๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข ๐๐๐๐ซ๐๐ ๐๐ข๐ข ๐๐ค๐ค๐๐๐ญ๐๐ ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐
๐๐ฒ๐ฒ๐๐๐๐ฆ๐ ๐๐ฌ๐๐ ๐๐ซ๐ ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐ ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐ง๐ฒ๐ ๐๐จ๐ซ๐๐จ๐๐๐!!!
Ads: ๐๐
https://t.me/+OTqtpj3yby1lYzU0
https://t.me/+0puaGJwLzLgyY2U8
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ค๐ง๐จ๐จ๐ฅ๐จ๐จ๐ฃ๐ข๐ข
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ฉ๐ฉ๐ฅ๐ข๐๐๐ญ๐ข๐จ๐ง๐ข๐ข
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐ฆ๐ฉ๐ข๐ญ๐๐๐ซ๐๐
๐๐๐ซ๐ง๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐จ๐๐๐๐ฒ๐ข๐ฅ๐๐
๐๐จ๐จ๐๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ก๐จ๐ค๐ฌ๐๐
๐๐จ๐ข๐ง ๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ
Repost fromย Abdii Nagahoo official channel
Akka ammaa kanatti wal hin miinuu?
Miila imaltu sakaallee wal hin hiinuu?
Galma kaayyoo wal hin hanqisnuu...?
Dirree gubbaatti wal hin salphisnuu?
Wal nu lagee onneen naasuu
Miironni keenya maaf wal raasu?
Yaadonni keenya faalla faallaa fiigee
Godoo waliin ijaarre maaliif diigee...?
Maalif garuu sababni isaa.......?
Rakkoo kanaaf maal falli'saa...?
@SimbooOfii
๐๐ญ๐ข ๐๐๐ซ๐๐ญ๐๐๐๐ก๐๐โ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐๐๐๐๐โ๏ธ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
ยปยปยป Click Here ยซยซยซ
๐๐๐ฌ: ๐
@Hope_promotions
@GurgurtaaChaanaalii
โ
๐๐๐๐๐๐๐ โ
โ ๐๐๐๐๐๐ โ
๐๐๐ ๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐
Repost fromย Abdii Nagahoo official channel
Jetteeree....!
Dhugaadhumaa akki suni
Ni tolaaree akki kuni.........
Faffagaannee hin hafnaaree ?
Jajjabaanne wal dhabnaaree?
Kutannaaree garaa
Ni ceenaaree bara..
Nutti hin duuluu kophummaan
Nu hin nyaatuu ko'ummaan.....
Wal hin yaannuu wal araannee
Ni tolaaree yoo fagaanne....?
Jettee ree haa jabaannuu...?
Adda baanee haa fagaannuu?
@Abdii_Nagahoo โ
๐ 1
๐ ๐๐ฅ๐๐ค๐จ๐จ๐ฉ๐ญ๐๐ซ๐ข๐๐ก๐ ๐๐๐ง๐ ๐๐ฎ๐ช๐ข๐ข ๐๐๐๐ฅ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐๐๐๐ญ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐ข๐ข!! ๐๐๐๐ง ๐๐๐๐ฌ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐ฎ ๐๐๐ซ๐จ๐จ ๐๐ซ๐ ๐ข๐ญ๐ ๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐๐ก๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐๐๐๐ ๐๐ซ๐ ๐ข๐ญ๐๐!!
โฌโฌ.โ.โฌโฌ
โโโโโโโ
โขโคโโโโโโโโโโโโขโค
โโ โ โโ โโโโโ
โ โ
๐ฐ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐จ๐
๐
"๐Join๐" ๐ฒ๐๐ ๐ฑ๐๐
๐๐ ๐ป๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐๐. ๐พ๐๐๐ ๐ฏ๐๐
๐
๐๐ ๐บ๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐๐
๐
๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiqul_Islaam
โค 1
๐๐ฅ๐๐๐ฅ๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ ๐๐ฎ๐ช๐ข๐ข
Repost fromย Abdii Nagahoo official channel
Mahaddisa jireenya
Barsiisaa jiruu koo
Akkam fayyaa keetii
Abbaa koo tiruu koo
Anaa kee guddisuuf
Bakka meeqa seentee
Ilmoo kee uffistee
Ofii qullaa deemte
Waa'ee kee dubbachuuf
Hin qabu hamilee
Ati hundee kooti
An sirraan biqile
Ofii keeti beelaa
Ana beela baastee
Utubaa naaf taate
Kufarraa na kaaste
Dhagaaf muka yaabdee
Kiyyoo kiyyeesitee
Anaaf obbolaa koof
Jiruu mijeessite
Ati naaf gaaddisa
Gaaddisa jireenyaa
Addunyaa kanarraa
Situ naaf fakkeenya
Si jechuun anaaf
Waa hundumaa kootii
Akeekaa jiruu koo
Jireenya koof mootii
Akkas godhi jettee
Daandii na qabsiistee
Akka jiruu moo'uf
Karaa na garsiiste
Illachaan kee cabee
Anaaf baastee arrii
Si kiisa abbaa koo
Yoo naaf tarte barri
Hojjadhee jijjiirramee
Jireenya koo moo'ee
Si soora abbaa koo
Nama keessaa foo'ee
Utubaa siif taha
Gahee bakka guddaa
Umrii Siif haa laatu
Waaqni abbaan hundaa
Abbaa koo gaaddisa koo umrii naaf dheeradhu โฌ๏ธ
Barreessan :@AbdiiN2000
๐ 1
Sobaan hin beeksisnu
Chaanaalota Afaan Oromoo Filatamoo ta'an bakka tokkotti argachuu feetuu? Chaanaalota mimmidhagoo itti fayyadamtan kanneen jabaa siniin jenneerra kunoo
๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Gaaffiif Deebii
Aadaaf Seenaa
Siyaasaf Oduu
Og-barruu
Ergaawwan Jaalalaa
๐ฉ๐๐๐ ๐ ๐
๐
2๐ช+ ๐ณ๐พ๐
๐พ๐๐๐บ๐ ๐ข๐๐บ๐๐๐พ๐
๐
๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ๐๐พ
Click join
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
โคโขโคโขโคโขโฃโฅโฃโฅโฃโฅ
โ J O I N โ
โฃโฅโฃโฅโฃโฅโคโขโคโขโคโข
โฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌโฌ
Waver: @Rafiqul_Islaam
๐๐ข๐ฃ๐ ๐ฃ๐ฅ๐ข๐ ๐ข๐ง๐๐ข๐ก
๐๐๐ฏ๐๐ซ๐ญ๐ข๐ฌ๐ข๐ง๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐ซ๐๐ฆ
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ๐ฌ/๐๐ซ๐จ๐ฎ๐ฉ๐ฌ
@hope_promotions
๐ 1
๐น๐พ๐ธ๐ฝ
Repost fromย Barruu Walaabuu
#YAADANNOO_GODAANTICHAA
Kitaabota Tasfaayee Gabraโaab keessaa Callisa Burqaatti aansee kitaabni nafx*nyoota aarsu แจแตแฐแฐแแ แแตแณแแป dha. Sababni isaa immoo seenaan โCaaltuun akka Heelenโ kan cunqursaa sababa maqaafi Oromummaatiin Oromoo irra gahu kitaabicha keessa jira. Akkasumas Mootittiin Saabaa jedhamtu kan nafx*nyoonni ittiin dhaadatanii, firooma Mootii Salamoon waliin qabaachuu isaanii dhaadatan akka hin turre kitaabichi ni caqasa. Sababa kitaaba kanaatiin leellistoonni sirna nafxanyaa Tasfaayee balaaleffachaafi jibbaa turani.
Akkasumas rakkoofi dararaa godaansa keessatti argamu, taateewwaan bara Dargii keessa raawwatamaniifi wantoonni biroon kitaabicha keessatti kan argaman yoo taโu, walii galatti mata dureewwaan gurguddoon 39 kitaabicha keessa jiru. Kitaaba kana carraa eeyyamaa argadhee Afaan Oromootti hiikuu kiyyaaf guddaan gammada.
Kitaabichi afaan amaariffaa isaatiin fuula 418 kan qabu yeroo taโu, Afaan Oromootti yeroon hiikummoo โA5 sizeโ dhaan fuula 584 dhufe. Akkaataa hamma gatiin maxxansa kitaabaa qaalaโee jiruun maxxansuu mitii, maxxansaaf yaaduunuu natti ulfaata. Garuummoo qola isaatiin dhaadachuuf osoo hin taane kitaabichi xummuramee maxxansaaf qophii taโee jira. Amalakoo keessaa โHin dandaโu.โ jechuu hin jaaladhu. Kanaafuu hammas jala sararee โMaxxansuu hin dandaโu.โ jedhee hin taaโu. Guyyaa wayii kitaabicha dubbistoota harkatti nan arga.
Hojiin biraa ittuma fufaโฆ
๐ 3
๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฑ๐๐๐ ๐ฎ๐๐
๐๐๐๐
๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ฏ๐๐๐
๐๐๐๐.
๐๐ฎ๐๐๐๐ก๐ข๐ข๐ฌ๐: ๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ถ๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ 3๐ฒ ๐๐ ๐ฐ๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐ ๐ฏ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐'๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ต๐๐๐๐ ๐ซ๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐จ๐๐๐๐ ๐ต๐ ๐ธ๐๐๐๐๐๐๐
๐๐ก๐๐ง๐ง๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ง ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐จ๐๐ 3๐+
๐
๐ซ๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐ญ๐๐ซ: @Rafiiqul_Islaam2
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ข๐ง-๐๐๐ฆ๐ฆ๐ฎ๐ฎ
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐ฒ๐ฒ๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฌ๐ฉ๐จ๐จ๐ซ๐ญ๐ข๐ข
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐๐๐ค๐ญ๐จ๐ญ๐๐
๐๐จ๐ฅ๐๐ฅ๐จ๐จ๐ฐ๐ฐ๐๐ง ๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐๐ ๐จ๐จ
๐๐๐๐ก๐จ๐จ๐ญ๐ ๐๐ข๐ฆ๐ฆ๐ข๐ข๐๐ก๐๐ ๐จ๐จ
๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐๐๐ง๐๐ข๐ข ๐๐ข๐ฅ๐ค๐๐'๐ข๐ง๐๐
๐๐จ๐ซ๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐๐๐ง๐ฒ๐๐
๐๐ข๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐ซ๐๐ญ๐ญ๐จ๐จ๐ญ๐๐
๐๐ฎ๐ซ'๐๐๐ง๐๐
๐๐๐๐ข๐ข๐ฌ๐
๐๐ข๐ค๐ข๐ซ๐ข๐ข๐ฐ๐ฐ๐๐ง๐ข๐ข๐๐ข๐ข ๐๐จ๐ซ๐ฌ๐