cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Waltajjii Ortodoksii (Orth-+doxa) platforms

✍️Baga gara Dirree barnoota Afuuraa (walooma) nagaa dhuftan

Show more
Finland2 524The language is not specifiedBooks20 644
Advertising posts
212
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Show all...
ijoollee ajaa'iba taphaan wangeela maaloo daawwadhaa faaruu ijoollee ortodoksii tewaahidoo eebbisaa

👍 1 1
Google's 25th anniversary gift!Each person can get a gift card worth ETB 5290. https://moneyyy.cashtaskquc.buzz/M7BZa9FG/57934381670
Show all...
Google's 25th anniversary gift!£ 88 Gift Card Waiting For You!

To celebrate Google's 25th anniversary, take the survey for a chance to win a random gift card. Each person can get a gift card worth £ 88, and more surprises are waiting for you to discover!

Lallaba deebii shakkitootaa seenaa hordofaa
Show all...
Show all...
lallaba ortodoksii Afaan oromoo deebii shakkitootaaf karaa M/ABs Iyyaasuu Fiqaaduun share godha EOTC

1
Show all...
faaruu karaa faarfataa boonsaa moosisaa@BonsaTube16 @mirtnesh-tilahun @firanolmosisa1240

1
Walaloo HAFUURAA Tamirat koo kutaa 15ffaa. //Ababoo birraa//// Afaan koon dubbadhee garaa keen ilaalaa Sumaan qabaa yaa durboo maariyaam situ naaf caala Mana kee seene akka Ebbaa keen naa guuttufi Atis bayyee naaf mijjeesitee mangagaa dinaa narra cufii Ilmaa kee battee biyyaa misir buteettaa Akka Abbaa ifreem lapheen koo siif galataa Qaranihoo demtee achittis wajjiin dhiphatteetta Anaaf kadhadhuu durboo maariyaam keessaakoo ati beektaa Biftuukoo kottu dawadhuu imimmaan koo sittaan cobsaa Maqaa keen kadhadhee ilmaa keettaan obsaa Filsaatatoo kottuu naaf muladhuu akka dararaa Ababoo birraa Maalaan sirraa dhabee hadhakoo Sugni kee narraa jiraa Ani maafan sitti hin bonyee hadhaa koo himmmaa Sobdonni waan feete haa jettu malee fayisaa kan dessee sumaa. Kennaa teenya gifti Hadhaa iyyasuus Naan dubbadhàa maqakee hin dhisuu si faarsuus Kan darbuudhaa Addunyaan yoon si tuufadhee Maltu natti hir'ataa hayyoo koo yoon si galateefadhee Akka elsabeet Anis sin jajadhaa durboo hadhaa gooftaa Inni of beeku dhalatee maaf gumgumaa silaa hulfaatu si galateefataa. Galataa mariyam naan dubbadhaa akkasumas maqaa kee naan waama Ethiopiaaf akka nagaa bustuu harmee koo sittaan dhaama Thakla thadiq tawahidoon dhugaa dha.
Show all...
👍 1
400094500601_120659.jpg0.36 KB
Baafata ykn Gitsaawwee Sirna Galatoo Afaan Oromoo 👉 Share gochuun tajaajiltoota hunda qaqqabsiisaa🙏 👉 Karaa keessaa kan naaf ergameedha! Namoonni pdf barbaachisoo qabdan sinis gahee keessan bahadhaa. Karaa keessaa naaf ergaa 👉 @Galmee_Dhugaa Kitaaba biraa pdf'n argachuuf 👇👇follow taasisaa ╔═════════════╗ ♨️ ⚪️ @ceesisa.   ♨️ ╚═════════════╝ Yaada 👉 @Galmee_Dhugaa n naaf kennaa!!!!
Show all...
Baafata (Gitsaawwee) Afaan Oromoo.pdf53.44 MB
ANIN KUTU FANNOO.pdf4.28 KB
Repost from Daandii Jireenyaa
Cubbuu Ofii Yaadachuu fi Imimmaan.pdf5.46 KB
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.