cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

QUBEE MEDIA

Buy ads: https://telega.io/c/Qubee_Media_Official In this channel you'll find books, education information, exams, technology news, website building and etc. CEO :- @alfredoow

Show more
Finland414The language is not specifiedEducation10 968
Advertising posts
14 868
Subscribers
+6824 hours
+4597 days
+1 04730 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
Appilikeeshinii ajaa'ibaa bilbila keessan irraa gonkumaa dhabamuu hin qabneefi hojii keessan kan isiniif salphisu, namoota hunda kan fayyadamu, keessattuu barattootaaf ammoo baay'ee barbaachisaa kan ta'e, wanta achi irratti gaafattan ariitiidhaan kan isiniif deebisu! Link kanaa gadi jiru tuquun bakka Install ykn Download jedhu tuquun ammuma buufadhaa itti fayyadamaa!   πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ https://www.qubeeonline.com/2024/04/appilikeeshinii-gaaffii-deebisu.html
Show all...
πŸ‘ 11πŸ₯° 4
Repost fromΒ Remedial Program 2016
Photo unavailableShow in Telegram
#Sagantaa_Reemeediyaalii Barattoonni hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaalle kan connection isin rakkise group keenya irratti registration number keessan nuuf erguun isiniif ilaaluu dandeenya. @Qubee_Media_Discussion @Qubee_Media_Discussion Hub:- yoo isin dide group sana irratti namoota 20+ affeeruun registration number keessan ergaa!
Show all...
πŸ‘ 47❀ 8
Repost fromΒ Remedial Program 2016
Photo unavailableShow in Telegram
#Sagantaa_Reemeediyaalii Barattoonni hanga ammaatti qabxii keessan hin ilaalle kan connection isin rakkise group keenya irratti registration number keessan nuuf erguun isiniif ilaaluu dandeenya. @Qubee_Media_Discussion @Qubee_Media_Discussion Hub:- yoo isin dide group sana irratti namoota 10+ affeeruun registration number keessan ergaa!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
#Result #Sagantaa_Reemeediyaalii Barattoonni Sagantaa Reemiidiyaalii qabxii keessan link armaan gadii irraa ilaaluu kan dandeessan yoo ta'u, tarii namni hedduu waan fayyadamuuf irra deddeebiin yaalaa https://result.ethernet.edu.et https://result.ethernet.edu.et
Show all...
πŸ‘ 11❀ 3πŸ‘ 1
Photo unavailableShow in Telegram
#Exit_Exam #Raya_University Yuunivarsiitiin Raayyaa barattoota qormaata bahumsaa fudhatan 325 keessaa 97.55% dabarsuu danda'eera. Kan Yuunivarsiitiiwwan biroos isin biraan geenya share fi join taasisaa! Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Show all...
πŸ‘ 68πŸ‘ 14❀ 13
Photo unavailableShow in Telegram
#Update #Exit_Exam Bu'aan qormaata bahumsaa bara 2016 dhaabbilee barnoota olaanootiif ergameera. Bu'aan barattootaa har'a dhaabbileef ergamuun isaa kan mirkanaa'e yoo ta'u, kanaanis dhaabbileen barnoota olaanoo bu'aa qormaata bahumsaa barattoota isaanii har'a irraa eegaluun ifa akka taasisan ni eegama. Qormaata Bahumsaa bara kanaa dhaabbilee barnoota olaanoo Mootummaa 57 fi kan dhuunfaa 124 irraa barattoonni kuma 244 akka fudhatan ni yaadatama. Β© TIKVAH UNIVERSITY Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Show all...
πŸ‘ 40πŸ₯° 4πŸ‘Ž 2
#Kutaa_12ffaa Sagantaa Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2016 β€’ Kan Saayinsii Hawaasaa Adoolessa 3-5 bara 2016 β€’ Kan Saayinsii Uumamaa Adoolessa Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Official
Show all...
πŸ‘ 39❀ 4😁 4πŸ₯° 3
Photo unavailableShow in Telegram
#Update #Exit_Exam #Sagantaa_Reemeediyaalii Bu'aan qormaata bahumsaa fi Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 yoom ifooma? Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 Waxabajjii 11 bara 2016 xumuramuun isaa ni yaadatama. Akkasumas kan qormaata bahumsaa ammoo Waxabajjii 19 bara 2016. Bu'aan isaanii yoom akka ifoomu gaafatameera. Kanaanis bu'aan qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii erga qormaanni bahumsaa xumurame booda guyyoota jiran keessatti ifa akka ta'u himameera. Yoo baay'ee kan turu ta'es hanga hanga Wiixata Waxabajjii 24 bara 2016 tti ifa akka ta'u himameera. Bu'aan qormaata bahumsaa ammoo guyyoota itti aananitti Yuunivarsiitiiwwan barattoota isaanii eebbisiisuun dura kan ifoomu ta'uu himameera. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Officia
Show all...
πŸ‘ 67❀ 10πŸ₯° 5πŸ€” 1
Photo unavailableShow in Telegram
Hordoftoonni Channel keenya akkam jirtu? Har'a Appilikeeshinii baay'ee barbaachisaa ta'e kan bilisaan kaardii osoo hin guutiin Intarneetii itti fayyadamuu dandeessan haala itti fayyadama isaa waliin isiniif qabannee dhiyaanneerra. Itoophiyaa keessatti Intarneetii kaardii osoo hin guutiin bilisaan akkamitti fayyadamuu dandeenya? Link kana tuquun dubbisaa Appilikeeshinicha buufadhaa itti fayyadamaa! https://www.qubeeonline.com/2023/12/Intarneetii-.html
Show all...
πŸ‘ 20😁 12❀ 4
Photo unavailableShow in Telegram
#Update #Sagantaa_Reemeediyaalii Bu'aan qormaata barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara 2016 erga qormaanni bahumsaa barattoota eebbifamtoota Digirii jalqabaa xumurame booda akka ifa ta'u dhaga'ame. Bu'aan qormaatichaa yoom ifooma kan jedhu irratti gaaffiin hedduun barattoota biraa ka'aa kan ture yoo ta'u, hooggantoota Ministeera Barnootaa biraa wanti dhaga'ames Β«Dhiyeenyatti, erga qormaanni bahumsaa xumurame booda guyyoota jiran keessattiΒ» kan jedhudha. Qormaanni barattoota Sagantaa Reemiidiyaalii bara kanaa Waxabajjii 3-11 bara 2016 kennamaa turuun isaa ni yaadatama. Channel keenya join taasifachuun odeeffannoo barnootaa dhugaa argadhaa! @Qubee_Media_Official @Qubee_Media_Officia
Show all...
πŸ‘ 55❀ 11πŸ‘ 8
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.