cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Nashida Afaan Oromo

Nashidalee haraa fi mimmiidhagoo As irratti ni Argatu. Akka nashida afaan oromo guddatuuf gahen kessaan hedduu murteessaa dha. Join godha.

Show more
Finland1 266The language is not specifiedReligion & Spirituality40 220
Advertising posts
1 107
Subscribers
No data24 hours
+247 days
+9230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
‏﷽                            ۝ إِنَّ اللَّهَ وَمَلائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى        النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا صَلُّوا           عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا ۝ ﷺ             🕋 جمعة مباركة 📿 @finmayakl
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Baga iida Al-Adha bara 1444 tiin nagahaan itti isiniin gahee!! - Kan baranaa kan bara hedduu nuuf haa ta'u. تقبل الله منا ومنكم صالح الأعمال كل عام وأنتم بخير #عيد مبارك!          🌿🌿🌿🌸🌸🌸🌸🌿🌿🌿🌿 @finmayakl
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Soomni guyyaa Arafaa yakka waggaa darbeefi kan waggaa dhufuu namarraa harcaasa, jedhan nabi sallallaahu aleeyhi wasallam. Soomni guyyaa borii yakka waggaa lamaa namarraa harcaasa soomanuu haa soomnu inshaa'allaah. تكفير ذنوب سنة قبله وسنة بعده قال رسول الله -صلى الله عليه وسلم- في حديث صيام يوم عرفة: (صِيَامُ يَومِ عَرَفَةَ، أَحْتَسِبُ علَى اللهِ أَنْ يُكَفِّرَ السَّنَةَ الَّتي قَبْلَهُ، وَالسَّنَةَ الَّتي بَعْدَهُ) @finmayakl
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
«Ani nama Aangoof dantaa hin qabneedha, aangoon qabadhe mirga ummata Musliimaa hin kabaachiisu taanan qilee haa seenu. Kana booda Nutu diigama malee utuu nuti jirruu Masjidni Rabbii hin diigamu!» [ Perezedaantii Mana maree Dhimmoota Islaamummaa Itoophiyaa #Sheihk_Hajjii_Ibraahim_Tufaa ]. @finmayakl
Show all...
Rabbiin (SW) akkana jedha: ﯾﺎ أﯾﻬﺎ اﻟﺬﯾﻦ آﻣﻨﻮا إذا ﻧﻮدي ﻟﻠﺼﻼة ﻣﻦ ﯾﻮم اﻟﺠﻤﻌﺔ ﻓﺎﺳﻌﻮا إﻟﻰ ذﻛﺮ اﻟﻠﻪ وذروا اﻟﺒﯿﻊ ذﻟﻜﻢ ﺧﯿﺮ ﻟﻜﻢ إن ﻛﻨﺘﻢ ﺗﻌﻠﻤﻮن "Yaa warraa nattii amantani hoo! Guyyaa Jum'aa yeroo salataaf yaaminsi godhamee garaa Rabbii itti yaadattan ykn itti kadhattan deemaa; Bittaa fi gurgurtaas dhisaa , osoo waan beeytan ta’ee kun isiinif waan irra caaludha." 📚 Suraa Al- Jumu’aa اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد اللهم صلي وسلم علي نبينا محمد.. @finmayakl
Show all...
⇣🌸 وعن ذكر الله لا تغفل 🌸⇣ 🌸Zikrii rabbii irraa hin dagamiin 🌸 👇 💌❥ 🍂 سُبْحَانَ الله 🍂❥💌💛 🍂🍂Subhanallah🍂🍂 👉 💚💌❥ 🍂 الْحَمْدُ لله 🍂❥💌 🍂🍂Al hamdu lillaah🍂 👉 💌❥ 🍂 لا إِلٰهَ إِلا الله 🍂❥💌💛 🍂🍂Laa ilaaha illallah🍂🍂 👉 💚💌💌❥ 🍂 الله أَكْبَر 🍂❥💌💌 🍂🍂Allahu akbar🍂 @finmayakl
Show all...
Eid mubarak baga ayyana eid Al fixritin nu gahe @finmayakl
Show all...
Show all...
BEST_HAADHA_TOO__SALAH_MOHAMMED_(official_video)(128k).m4a6.39 MB
Show all...
BEST HAADHA TOO SALAH MOHAMMED (official video)

#new #nasheed #mlbb

Hadiisa Abdallaah ibn Umar odeyseen "ergamaan Rabbiiﷺ hoggaa fure 'zahaba-zzama'u, wabtallatil-uruuqu, wasabatal-Ajru inshaa Allaah' ja'a" ja'a. [Sahiihul-Jaami' : 4678] Hiikkaan: dheebuun kutte, hiddi jiidhe, Yoo Rabbiin fedhe Ajrilleen sabatte. - Furaa irratti kadhaa tana jechuun Sunnaa dha. Guyyaa nyaataafi dhugaatirraa, akkasuma waan fokkottuu heddurraa fagaannee dadhabbiin nutti dhagahamtu abadan hin baddu. Rabbiin mindaa gaarii boru itti gammaduuf jiraannu nuuf galmeessa. Kana qalbitti abdachaa, afaanin kadhaa tana jenna. @finmayakl
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.