cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

DA'AWAA BARATTOOTA MUSLIMA ITAYYAA

✍العلم إمام العلم🤲

Show more
Finland3 566The language is not specifiedReligion & Spirituality123 307
Advertising posts
249
Subscribers
-124 hours
+77 days
+1830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

sticker.webp0.23 KB
sticker.webp0.77 KB
sticker.webp0.18 KB
sticker.webp0.17 KB
🤲Barattoota keenyaa Kutaa 12ffaa ✅✅✅ Barnoota social guyyaa boruu gara eddoo qormaataa deemaa jirtan martinuu Imala fi qormaata milkii Rabbiin isiniif haa taasisu ✅ Azkaara galgalaa fi ganamaa hin dagatinaa ✅ Isin carra namoonni biraa hin qabne rabbiin isiniif kenne sunis Rasuulli صلى الله عليه وسلم Akkana jedha " du'aa'in nama imala deemuu ni qeebalamti" Kanaafuu isin imalaa jirtan waan ta'eef ofii fi namoota birootifis du'aa'ii baay'isaa kadhaa
Show all...
👍 1
sticker.webp0.28 KB
sticker.webp0.42 KB
BARA HAARAWA 1446 hijraa 🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹🌹 🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋 Calandara Muslimtoota Bara 1445 xumurtanii Bara 1446 baga geessaan Sambanni 30/10/2016 Akka lakkoofsa muslimtoota bara harawa ta'a 🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿🌿 Muharram 1/01/1446 ta'a 🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌱🌙🌙🌙 Calanadara muslimtoota yeroo jalqabaatif namni eegalchiisa Amiira mu'mintoota Umar binu kaxxaa Dalagaalee Umar yeroo hoggansa isaa hojjate keessaa muraasni 1. Biyyota baay'ee islaamummaa fudhachiise 2. Calaandara Muslitootaa eegalchiise 3. Qulfii beeytalmaqdas harka muslimtootatti deebise Seenaa HIJRAA fi UMAR yoo barbaaddan ulamaa'a muslimtootaa irra baradhaa 🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋🕋 🤲 Baarri 1445 Badii teessan maraaf Araara Du'aa'ii teessan maraaf Awwaannaa Kadhaa teessan maraaf kennaa Dalagaa teessan maraaf qeebaltii Haa ta'u 🤲 Barri 1446 Bara umrii dheerinnaa Bara nasrii diini Isa keessa waan rabbin itti ajaje mara raawwattanii waan rabbiin irra dhoorge mara dhiistan isiniif haa ta'u Akkasumas bara qormaalaatee maraa keessatti milkooftan haa ta'u 🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲🤲
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Ganama kana hojii sororsuu qoruumsa kutaa Ja'aafi  Saddeetii bara 2016 ilaaleen jira .Kan kutaa Ja'aa  43.1℅  kan kutaa saddeetii  immoo 67.4% sororsamee jira.Ogeessoni keenya hojicha  yeroon xumuruuf kochoo sadiin  ciminaan hojjachaa jiru . Ogeessota keenyaaf galata guddaatu  malaaf ! TOLAA BARIISOO
Show all...
Show all...
TikTok · Xaaliburidallah Huseen

Check out Xaaliburidallah Huseen’s video.

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.