cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Jaal Sinan Tumsa๐Ÿ’ฅ

Ati Loltuu Sammuu bilisoomee Qabdu yoo taatee! Rakkoon Oromoo maraa akka malee sidhukkuba, boqonnaa sidhowwaa boqonnaa malee akka hojjettuuf si dirqisiisa! Dirqama Sana yoo raawwatte Ati WBO dha!!!

Show more
Finland1 396The language is not specifiedNews & Media21 613
Advertising posts
4 516
Subscribers
+324 hours
+1107 days
+55230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

00:06
Video unavailableShow in Telegram
TUNE IN Every Friday at 1 pm. CT. 8 P.m. Oromia time Pro ABO-WBO / Q B O a t a l l t i m es Follow like share ๐Ÿ‘‡๐Ÿพ facebook.com/share/dRhoEXJCโ€ฆ youtube.com/@dhangaatorbanโ€ฆ facebook.com/share/m85ESVF6โ€ฆ #DhangaaTorbanii #OromoVoice
Show all...
IMG_8382.MP43.85 KB
โค 3๐Ÿ‘ 1
00:19
Video unavailableShow in Telegram
WBOn Oromoodhaaf mal hin tanee!
Show all...
video_2024-07-06_19-10-54.mp43.00 MB
โค 7
Miidiyaa Sabaa fi Qabsoo Bilisummaa Oromoo Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Waliif Qoodaa Odeeffannoon hojii guyyaa guyyaa geggeeffannu, Oolmaa bultii fi Nageenyaa keenyaaf murteessaa dha. Odeeffannoon karoorri keenya bakka irraa bocamuu dha. Odeeffannoo barbaachisaa Oolmaa Bultii Oromiyaa barbaannaan, Haala Oromiyaa fi Hojiiwwan murni naazii Abiy Ahimed gadi dhaabe ilmaan Oromoo irratti raawwatachaa jiru odeeffannoo argachuuf feenaan Arraata Biyyoolessa Oromiyaa hordofaa ! #Facebook keenya Share, Like, Comment fi follow gochuu hin dagatinaa https://www.facebook.com/Arraatabiyyolessa/videos/467340572605572/?app=fbl Telegram keenya Join godhaa Rumble fi Twitter Arraata Biyyoolessa Oromiyaas hordofaa ! ๐Ÿ‘‰ Fb keenya 18k irra kan jiru ๐Ÿ‘‰ Telegram keenya 32.8k irra kan jiruudha https://t.me/onm_AbO11 Odeeffannoo qabaattan keessoon nuuf ergaa ! Yaadaa fi qeeqa yoo qabaattan nuuf qooda. Sagalee Egeree Oromiyaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Arraata Biyyoolessa Oromiyaa Sagalee Cunqurfamtootaa โ—
Show all...
๐Ÿ‘ 16
KAABA OROMIYAA WALLOO. Aanaa Harxummaa Fursee Maqaan isaa #Usumaan_Umar jedhama. Gandi isaa Garboota. Lola kaleessa faannoon baneen lafa isaatiif lafee kenne. Amma mana yaalaa magaalaa Kamisee jira. Rabbiin isa haa fayyisu.
Show all...
โค 7๐Ÿ‘ 3
00:20
Video unavailableShow in Telegram
1.43 MB
๐Ÿ˜ข 6๐Ÿ‘ 4
The Oromo Liberation Army (OLA) took decisive action against the Abiy regimeโ€™s forces in the Makko district of West Buno Bedele Zone. July 4, 2024 In this engagement, the OLA inflicted casualties on the Prosperity Partyโ€™s troops deployed in Waatoo village, Makko district, this morning. In addition, the OLA captured five enemy soldiers deployed under the name of Riphee Lola (guerrilla fighters) along with five AKM rifles and two SKS rifles
Show all...
WBOn godina Kaaba Shaggar aanaa Dagam keessatti waraana faashistii PP ajjeesuunii fi madeessuun konkolaataa irraa dhuunfate Adoolessa 4,2024 Irree fi gaachanni uummata Oromoo WBOn tarkaanfii laalessaa waraana faashistii PP irratti Bobbaa Irbuu Shinniggaan fudhatu jabeessuun Kaaba Shaggar aanaa Dagam keessatti humna diinaa bobeessee jira. Haaluma kanaan har'a ganama tarkaanfii waraana maafiyaa PP irratti aanaa Dagam magaalaa Alii Dooroo qarqaratti fudhateen loltoota diinaa irraa 9 ajjeesee 6 madeessee jira. Kana malees tikoota bilxiginnaa konkolaataa waraana PPn deemaa turan 2 konkolaataa waliin dhuunfatee jira. Bakki kun daandii cirracha gurraacha Finfinnee fi naannoo Amaaraa wal quunnamsisuu dha. Murni bilxiginnaa WBO balleessineerra, akkasumas misooma irra jirra jechuun sobaan miidiyaa irraa ololus WBOn Finfinneetti dhiyoo magaalaa Caancoo fi Muka Xurii akkasumas daandii guddaa irratti konkolaataa dhaabsisee waraana faashistii PP biyyee nyaachisaa jira. Injifannoon Uummata Oromoof โ—
Show all...
๐Ÿ‘ 6โค 1
Photo unavailableShow in Telegram
Baga Gara Page Dhangaa Torbaniitti Nagaan Dhuftan! Fuulli kun bakka sagaleen uummata Oromoo itti dhagahamu fi qabsoon Oromoo haqaan irratti marihatamu dha! Irreessii fi akeeki ABO-WBOs irratti beeksifama! Haalli siyaasaa, waraanaa, dinagdee fi hawwasummaa Oromiyaa, Gaanfa Afrikaa fi idil-addunyaa irratti marihatama. Torbee mara qophii keenya argachuuf; Page keenya follow, like, share tolchaa! Galatoomaa! https://www.facebook.com/share/sW2ptqqHiVjWfRyT/?mibextid=LQQJ4d
Show all...
โค 11
Baga Gara Page Dhangaa Torbaniitti Nagaan Dhuftan! Fuulli kun bakka sagaleen uummata Oromoo itti dhagahamu fi qabsoon Oromoo haqaan irratti marihatamu dha! Irreessii fi akeeki ABO-WBOs irratti beeksifama! Haalli siyaasaa, waraanaa, dinagdee fi hawwasummaa Oromiyaa, Gaanfa Afrikaa fi idil-addunyaa irratti marihatama. Torbee mara qophii keenya argachuuf; Page keenya follow, like, share tolchaa! Galatoomaa! https://www.facebook.com/share/sW2ptqqHiVjWfRyT/?mibextid=LQQJ4d
Show all...
Log in or sign up to view

See posts, photos and more on Facebook.

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.