cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐‡๐ˆ๐‘๐„๐„ ๐๐€๐‘๐๐Ž๐Ž๐“๐€๐€ ๐‚๐‡๐€๐๐๐„๐‹

On this channel you can get: โœ“EUEE entrance exam โœ“worksheet and short note โœ“Mock/model exam โœ“๐–ฌ๐–บ๐—๐—‹๐—‚๐–ผ๐—Ž๐—…๐–บ๐—๐—‚๐—ˆ๐—‡ ๐–พ๐—‘๐–บ๐—† โœ“Reference books โœ“Textbooks and teacher guides โœ“Information of education โœ“For all students Joinโ˜ž๏ธŽ https://t.me/hiree_barnootaa

Show more
Advertising posts
4 941
Subscribers
+4324 hours
+2587 days
+1 56830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Tigray region September 2016 Entrance Exam.
Show all...
Physics - Tigray Sep 2016.pdf9.87 MB
Biology -Tigray Sep 2016.pdf9.75 MB
Chemistry - Tigray Sep 2016.pdf9.86 MB
English - Tigray Sep 2016.pdf3.68 MB
Maths N - Tigray Sep 2016.pdf8.80 MB
SAT - Tigray Sep 2016.pdf8.22 MB
Repost fromย Oromia Education Bureau
#Keeweata20-Ta'e jedhamee ragaa sobaa kennuun qormaata si'a sanii akka hin fudhanne taasisa. #Keewwata21- Barreeffamaan yaadannoo adda addaa harkarratti, waraqaa xixiqqaarratti, huccuu uffatan irratti, qaama isaanii kamirrattuufi waraqaa sooftii, teessoo irratti, keeyya kutaarratti(wall) barreessuun qormaata si'a san kennamaa jiru irraa ariisisa. #Keewwata22- Nama qormaata lennu qaamarratti miidhaa geessisuun qormaatni hunduu akka haqamu taasisa. #Keewwata23- Qormaata hatuuf nama/namoota kan gurmeesse qormaata hin fudhatu, #Keewwata24- Meeshaalee kutaa qormaataa akka hin seenne dhoorkaman kamiyyuu, teeknikaafi elektirikaala ta'an, walitti suphuun itti fayyadamuufi yaaluun akka hin qoramne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata25- Kompitara itti fayyadaman qormaataaf qofa waan ta'eef, faayiloota hin heyyamane keessa galuun, ragaa qaama biraatiif erguu yaaluun qormaata akka hin fudhanne taasisa. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. . . . itti fufa Har'aaf asumarratti yoo dhaabnu, keeyyatoota qajeelfamichaa hafan 10 yeroo itti aanutti qabannee dhihaanna. Nu hordofaa. #CARRAA_GAARII ! Oromia Education Bureau ๐Ÿ’ 
Show all...
AVACOIN

Gold is where you find it.

Repost fromย Oromia Education Bureau
Barattoota Qormaata Biyyoolessaa Fudhachuuf Qophaa'an Hundaaf Ni Fayyada! ----------------------- #Qajeelfama_Naamusa_Qormaataa_Dhaabbilee_Barnootaa_Olaanoo_Ministeerri_Barnootaa_Bsaseen Hogganamuun Barattoota Keenya Bu'a Qabeessa Taasisa. Ministeerri Barnootaa Itiyoophiyaa qajeelfama naamusa qormaata biyyoolessaa dhaabbilee barnootaa olaanoo ittiin bulchu kan qabu yoo ta'u, kaayyoon walii galaatis barattoota marsariitiirratti(online) qoraman adeemsa qormaataa keessatti seera kabajanii akka qoraman guchuun sirna haqa qabeessa, amanamaafi walsimaa ta'e diriirsuudha. Qajeelfama kana keessatti barattoota naamusa qormaataa cabsaniifi tarkaanfii fudhatamuu qaban #keewwata35 ta'an tarreffamaniiru. #Keewwata1- Barataan dhugaatii alkoolii dhugee machaa'e gara mooraa qormaataa galuu hin danda'u. Qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoramu. #Keewwata2- Barataan ykn barattootni barsiisaa dirqama isaa bahaa jiru sodaachise/sodaachisan qormaata si'a san kennamaa jiru hin qoraman. #Keewwata3- Wiirtuu qormaataaf hin heyyamane, meeshaa qormaataaf hin heyyamamne keessa galanii argamuun dhoorkaadha. #Keewwata4- Barataan waraqaa eenyummaa gate hin qoramu, #Keewwata5- Barattootni qaama qormaata kennuufi bulchuun yeroo gaafataman waraqaa eenyummaa isaanii ibsu agarsiisuu, sakattaa'amuun dirqama ta'a. #Keewwata6- Dubartiin uffata fuulaatiin fuulli isaanii hin mul'anne yoo ta'e, dubartii/dhiirri qormaata kennitu/kennu, dubartiin/dhiirri balbal irratti sakattaatu/ttaa'u fuula irraa fudhattee akka agarsiiftuufi eenyummaa adda baafachuu dirqama. Barattuun ajaja kana hin kabajne, gara qormaataa hin seentu, qaama nageenyaa achi jiruun to'annaa jala ooltee dhimmi ishee qoratama. #Keewwata7- Yeroo qormaataa kabajuun barbaachisaadha. Garuu, qormaatni kennamuu erga jalqabee daqiiqaa 20 booda baratan dhufe qormaata si'a sanii qoramuu hin danda'u. #Keewwata8- Qormaata kennamaa jiru daqiiqaa 30 dursanii bahuun dhoorkaadha. Barataan didee bahu yoo jiraate qormaatni isaa/ishee ni haqama. #Keewwata9- Barataan mataa isaa uffataan, dhahannaa dabbasaatiin, maaskii fuulaatiifi bifa namoota biroo goyyomsuufi rifachiisuun of dhoksuu yaale qormaata hin fudhatu. #Keewwata10-Barataan qormaata erga dubbisee booda waan dhukbsate fakkaatee kutaa qormaataatii bahe/baate qormaata hin fudhatu/ttu. Qaama nageenya achi jiruun to'annaa jala oolee/ttee dhimmi qoratama. #Keewwata11- Barataan ta'e jedhee, qormaatni hatame jechuun barattoota jeequu yaale qormaata hin fudhatu, ni dhoorkama. #Keewwata12- Barataan qormaata fudhatu tokko kutaa itti ramadameen ala qoramuu hin danda'u. Kan yaalu yoo jiraate to'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata13- Yeroon qormaataaf kenname erga xumuramee booda barreessuun dhoorkaadha. Barreessuu yoo dhaabuu baate immoo, barsiisaan qormaata kennu of eeggannoo afaanii kennuu qaba. kanaanis yoo dhaabuu baate, waraqaa deebii irratti mallattoo addaa gochuu ni danda'a. #Keewwata14- Gara kutaa qormaataa galamu sakattaa'amuu kan dide qormaata hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata15 - Barataan barsiisaa qormaata kennuufi hojjattoota haala mijeessan arrabse, sodaachiseefi abaare qormaata si'a sanii hin fudhatu. Dhimmi isaas ni qoratama. #Keewwata16 - Bilbila qabatanii galuun dhoorkaadha. Kan qabatee argame qormaata irraa ari'ama. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #Keewwata17- Waraqaa eenyummaa barataa biraa qabachuun, bakka bu'anii qoratamuuf yaalun dhoorkadha. Kan yaalee argame qormaata sadi walitti aansee jiru hin fudhatu. To'annaa jala oolee dhimmi isaa qoratama. #keewwata18- Qormaatni qisaasame jechuun odeeffannoo dogoggoraa barataan kenne of eeggannoo afaaniittu kennamaaf. #Keewwata19- .Yeroo dhimmi yakkaa qoratamu yaadannoo qabachuun, kaalkuleetara, bilbila harkaa, meedhaalee sagalee waraabaniifi suuraa kaasan qabachuun dhoorkadha.
Show all...
AVACOIN

Gold is where you find it.

Repost fromย N/a
Galmee channel!! โœ…Warreen channel keessan galmeessuu barbaaddan hundaaf channel keessan subscribe 0 yoo qabaatees subscribe 1000 yoo qabaatees galmeessaa!! โœ…Channel keessan yeroo hunda promotion isiniif goonee yeroo gabaabaa keessatti subscribe hanga isin barbaaddan isiniif geessina โœ…Galmeessuuf @Abduu_king dubbisaa๐Ÿ™๐Ÿ™ โœ…Galmeen qarshii 500 qofa hanga subscribe 10k 50k 100k 200k fi Sanaa ol isiniif geessina nu dubbisaa โœ…โœ… แ‹จแ‰ปแŠ“แˆ แˆแ‹แŒˆแ‰ฃ!! โœ…แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ• แˆ˜แˆ˜แ‹แŒˆแ‰ฅ แˆˆแˆแ‰ตแˆแˆแŒ‰ แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแˆ 0 แˆฐแ‰ฅแˆตแŠญแˆซแ‹ญแ‰ฅ แ‹ˆแ‹ญแˆ 1000 แ‰ฐแˆ˜แ‹แŒ‹แ‰ข แŠซแˆˆแ‹ แ‹ญแˆ˜แ‹แŒˆแ‰ก!! โœ…แˆแŠ•แŒŠแ‹œแˆ แ‰ปแŠ“แˆ‹แ‰ฝแˆแŠ• แŠฅแŠ“แˆตแ‰ฐแ‹‹แ‹แ‰ƒแ‰ฝแŠ‹แˆˆแŠ• แŠฅแŠ“ แ‹จแˆแˆˆแŒ‹แ‰ฝแˆแ‰ตแŠ• แ‹ซแˆ…แˆ แ‰ฐแˆ˜แ‹แŒ‹แ‰ขแ‹Žแ‰ฝ แ‰ แŠ แŒญแˆญ แŒŠแ‹œ แ‹แˆตแŒฅ แŠฅแŠ“แŒˆแŠ›แ‰ฝแŠ‹แˆˆแŠ•แข โœ…แˆˆแˆ˜แˆ˜แ‹แŒˆแ‰ฅ @Abduu_king แŠ แŠ•แ‰ฅแ‰ฅ๐Ÿ™๐Ÿ™ โœ…แˆแ‹แŒˆแ‰ฃ แˆˆแˆ˜แˆ˜แ‹แŒˆแ‰ฅ 500 แ‰ฅแˆญ แ‰ฅแ‰ป แŠแ‹แข 10k 50k 100k 200k แŠฅแŠ“ แ‰ฐแŒจแˆ›แˆช แ‹ซแŒแŠ™แŠ• โœ…โœ…
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Ammuma baruu yoo barbaadde Seeni kaneen Armaan gadii ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Show all...
โœ…Ammuma baruufโœ…
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚Kolfaaf๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
๐Ÿ˜‚Kee baruuf๐Ÿ˜‚
๐Ÿค”Kan namaa baruuf๐Ÿค”
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚Ajaa'iba ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
โœWalaloofโœ
๐Ÿ‘Join gochuuf๐Ÿ‘
Channel keessan
Add your channel
Yoo code kaanis barbaaddan link channel kanaa hiriyoota keessaniof share godha. Akkasumas gruop keessa jirtan irratti share godha warri channel qabdan ykn admin taatan sinis share gochuun nu giddina channel kanaaf gahee keessan baha jenna. https://t.me/hiree_barnootaa
Show all...
๐‡๐ˆ๐‘๐„๐„ ๐๐€๐‘๐๐Ž๐Ž๐“๐€๐€ ๐‚๐‡๐€๐๐๐„๐‹

On this channel you can get: โœ“EUEE entrance exam โœ“worksheet and short note โœ“Mock/model exam โœ“๐–ฌ๐–บ๐—๐—‹๐—‚๐–ผ๐—Ž๐—…๐–บ๐—๐—‚๐—ˆ๐—‡ ๐–พ๐—‘๐–บ๐—† โœ“Reference books โœ“Textbooks and teacher guides โœ“Information of education โœ“For all students Joinโ˜ž๏ธŽ

https://t.me/hiree_barnootaa

๐Ÿ–ŠPilot Test ๐Ÿ’ปSubject๐Ÿ”นMathematics ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  (code 007) ๐Ÿ”ปYear:-2016
Show all...
@ethio_entranceG12 maths pilot test.pdf1.39 MB
Repost fromย N/a
Diraamaa Miiltoo kutaa 8ffaa gadhiifameera link kanaan seenaa ilaalaa.https://t.me/DiraamaaAfaanOromoo Namoonni kutaa 1-7ffaavhin ilaalles asumaan seenaa buufadhaa ittiin bohaaraa jenna.
Show all...
Diraamaa Miiltoo

Diraamaa afaan Oromoo garaa garaa argachuu yoo barbaaddan channen kana join godha. channel kanarraa: โœ“comedy โœ“kolfuuf โœ“bohaartiif โœ“bashannanuuf Channel kana join godha

Repost fromย ABDII SABAAโ„ข
Arra galgala sa'aa 2 irraa eegallee jirra Gaaffii badhaasaa tu jira. Kanaaf iddoon gaaffii channel @ABDII_SABHAA Irra waan ta'eef Namni tokko hin hafinaa Linkii kana seenaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA @ABDII_SABHAA
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.