cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Jechoota Dinqisisoo๐Ÿ˜ด๐Ÿ™€

Jechoota dinqisisoo ๐Ÿ™„Walalooโ˜บ kolfaa๐Ÿ˜‚ mamaaksa๐Ÿ™Šargachuuf JOIN godhaa

Show more
Ethiopia12 702The language is not specifiedMovies103 888
Advertising posts
324
Subscribers
No data24 hours
+17 days
-230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

00:19
Video unavailableShow in Telegram
1.96 MB
Jara Afuran kana keessaa kamtu Gowwaadha? โžŠ message dubbisuuf jedhee Kan sagalee TV Hiri'isu๐Ÿคฃ โž‹ Taksii๐Ÿš— seenuuf jedhee Kan kophee๐Ÿ‘ž ofirraa baasu ๐Ÿ˜‚ โžŒ Bankii deeme Account banachuuf kan bantuu(makfacha) fudhate deemu๐Ÿ˜ โž Suraa gurdii ka'uuf jedhee kan kophee filatee deemu ๐Ÿ˜ƒ ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚ ๐Ÿ˜@Kottaa_Kolfaa๐Ÿ˜
Show all...
Bara dhiyoo kana keessa ture. Namicha waa beeka ja'an tokkootu ganda tokko keessa ture. Kana gurbaan tokko akka dhugaan waa beekuun mirkaneeffadha je'ee nama biroo tokkollee fudhatee bira dhaqe! Mee yoom duuna je'ee gaafate. Namtichi isa tokkoon "ati gaafa nama gurraachaa wajji wal lolta ni duuta "ja'een, isa kaaniin immoo "ati gaafa harreen gurraattiin iyyite ni duuta " ja'een! Akkuma ja'ame namtichi tokko gurbaa gurraachaa wajji wal lollaan du'e! Kaan gurbaa du'e arginaan ofiifiis akka du'u of beekee jira! Osuma karaa deemaa jiruu,harreen gurraattiin iyyite,innis du'e je'ee lafa dhahe!๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜ Osuma inni ciisuu namoonni karaa deeman tokko dhufanii,karaan isaan dhibee wal gaafachuu eegalan,,"karaan asiin deema moo asiin deema??" Ja'anii wal gaafatan! Gurbaaniis lafaa ka'ee maal ja'e seetan.... ๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ "Nuti gaafa jirru karaa kana deemna "ja'ee du'a isaatti hin deebi'u seetanii !! ๐Ÿ˜@Kottaa_Kolfaa๐Ÿ˜
Show all...
#Ati_kaami๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜ ๐Ÿ”น#Dhiirri_Salaalee umurii 16'tti fuudhee, umurii 17'tti immoo Ilma dhalcha! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Wallaggaa umurii 46'tti fuudhee, umurii 52'tti dhalcha! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Harargee umurii 26'tti dubartii 4 fuudhee, ishee tokko kan itti tolteshii waliin omisha jimaa eegala! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Iluu umurii 24'tti dubartii 3 fuudhee, 2 hiikee tokkotti hafte sanatti immoo hafa! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Gindoo umurii 28'tti kaadhimatee, waggaa 30'tti immoo fuudhee Ilma dhalchee barsiisuu eegala! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Jimmaa umurii 22'tti dubartii 7 fuudhee, 2 immoo itti dabalachuuf sagantaa baasa! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Baalee umurii 30'tti dubartii 4 fuudhee, Ijoollee 24 olii fi qabeenya waliin hora!๐Ÿ˜ ๐Ÿ”น#Dhiirri_Gujii umurii 26'tti fuudhee, yoo isheen sanyoo qabaatte immoo waggaa itti aanu sana, namticha waraanee irraa mana hidhaa gala!๐Ÿ˜ ๐Ÿ”น#Dhiirri_Walloo umurii 20'tti fuudhee waggaa 7 booda, Ilma isaa qawwee dhukaasa leenjisa! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Booranaa dafee fuudhee Ilma dhalchee, waggaa saddeet booda Sirna Gadaa fi Seera Muudaa keessa galcha! ๐Ÿ”น#Dhiirri_Shawaa waggaa 18'tti fuudhee, sana booda Farsoo maallaqa baasee dhuguu obbaafata!๐Ÿ™ˆ ๐Ÿ˜@Kottaa_Kolfaa๐Ÿ˜
Show all...
00:19
Video unavailableShow in Telegram
๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚
Show all...
2.06 MB
https://t.me/TimeFarmCryptoBot?start=xuPhQKgbUvIcU9uL Donโ€™t waste your time โ€“ make every second count! Tap and earn with Time Farm. Claim your welcome bonus: points
Show all...
Time Farm

Maximize your productivity and earn SECOND tokens

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.