en
Feedback
Kunuz General Traditional Medicine

Kunuz General Traditional Medicine

Open in Telegram

Mala Aadaatiin dhukkuba hundaaf qoricha argachuu ni dandeessan

Show more
499
Subscribers
-224 hours
-47 days
+630 days
Posts Archive
#MALLATTOOLEE_NAMNI_SIHRIIN_ITTI_JIRTU_YEROO_RUQYAH_QUR'ANA_IRRA_TAHE DHAGGEETAN NAMARRATTI MULLATTU. 1..Hirriibni itti dhageyamuu ykn rafuu 2..Dhukkubii guddaa ,dhukkubbii maashalee 3..Dhukkubii lafee fi duuydaa 4..Rakkoo bullaa'insa nyaataa,gaazaa,bokhokhuu fi garaan gubachuu 5..Mataan dhukkubuu 6..Qoma isaa keessatti dhiphachuu 7..Dhawannaan onnee saffisuu 8..Hedduu hamoomachuu 9..Wasanaa Ala booyuu imimmaan 10..Waraansi qaama keessa nama deemuu 11..Harkaa fi miilli qabbanaawuu ykn oowwuu 12..wasanaa ala iyyuu sagalee 13..sababaan malee khofluu 14..lolloccii ,Haqqisaa 15..Miilli ykn harki akka nama laamshawee itti dhageyamuu dandeya 16..Miilaa fi harka naasuun raasuu 17..nyanyaatinsa qaamaa 18..Ijoolleen garmalee sochii qaamaa gochuu,Aarii qabaachuu,iyyuu fi baqachuu dandeeysi. Qur'an dhageefadhaa if ykn wal ilaalaa Wallaansa yoo barbaaddan nu qunnamaa Tessoon Dire Dawaa Aliyyii Lakko bilbilaa 0912323251 http://t.me/kunuz3251

#DHUKKUBII_MATAA_KAN_SIHRIIN_NAMA_DHUKKUBUUFI_KAN_DHIBDEE_BIRAA MALLATTOO MATAAN coggaarraafiis nama dhukkuba MATAAN hir'ina dhigaatiifiis nama dhukkuba MATAAN khalee fi onneerrahiis MATAAN haraaraa bunaa fi jimaa tamboofiis MATAAN coomni hidda keessa yoo guutees Waan hedduu irraa nama dhukkubaa kan #KAN_SIHRII_IRRAA_NAMA_DHUKKUBU 1..Nama waraanuu,dhaffooraan ykn cina cinaan 2..yeroo kana guutumaa guututti funfachuu dadhabuu, yeroo irraa dhaabbate haalaalatti suufa. 3..Dhukkubiin iddoo takka qofaan dhukkubuu 4..Ija lillibsachuu, yeroo jannu akka waan nu keessaa buqqa'uu deemtuu nutti fakkaachuu 5..Akka tasaa haqqisuu,garaa duwwaa illee taatuu 6..Dhukkubbii tanaan boqqonnaa dhabuu, hirribnillee isaan hin qabu ni cinqaman 7..Akka tasaa ifaa arkuu akka nama malaaykootaa fi urjii arkeetti siif himan Amaloota asii oli kan Qur'anaan sihrii hiikuu bira deemi firra hiiki yoo dhabdaniis nu qunnaamuu ni dandeessan Lakk bil.0912323251 tessoon dire dawa Telegram keenya http://t.me/kunuz3251 seenaa dubbisaa sheer godh

#DHIDDACHI_DHUKKUBA_INNI_DAWAAFI DHUKKUBNI NAMA KEENYAA YEROO AMMAA IRRA GUDDAAN SIHRII IRRAA WAAN ITTI DHUFEEFI MALEE KAN SIHRII BARREEYSAA OLLUUF DAWAAN MANUMA KEE BIRA JIRA Qorrannoon sayiinsitiis waa'ee mukha kanaa hedduu barreeysan PHARMACOLOGICAL EFFECTS The pharmacological studies showed that Dodonaea viscosa possessed antidiabetic, antimicrobial, insecticidal, antioxidant, cytotoxic, antifertility, wound, anti-inflammatory, analgesic, anti-ulcer, antispasmodic, anti-diarrheal and detoxification effects. Waan inni dawaafii 1...Sukkara dhiiga keessa ni hirrisa akka shaa'ii tti dhugan 2...Dawaa madaadhaati hurraa isaa irra bubusan 3...Waan qaama gubbatti nama bahe hurraa isaa bishaaniin jiisanii irratti dhawan 4...Humna nama dhukkubdu isa zeetaa wajjiin walitti danfisanii dibatan 5...Dhiiga dhalaaa ti fi Garaa kaasaa namerraa dhaaba hurraa isaa afaanumatti naqattee dhuuyda 6...Leeydaa fi dufkakaafiis baala isaa ibbidarratti naqanii ulatan 7...Dhiira bishaan dhala namummaa irraa qallate akka shaa'ii tti obaasan 8...Garaacha nama dhukkubuu fi kan madaa qabuus hurraa isaa harkumarratti naqattee dhuuyda 9...dhukkubbii tiruu ykn rajiijjii ittuma dhuuydaa sirraa dhaaba 10...Laagaan nama dhukkubu danfisanii karkar godhan 11...Dhukkuba qaama gubbaa zeetaa isaa itti dibatta 12...kintaarootiif gubbaan dibduus shaa'ii dhuuyduus dawaadha 13...bineensa nama ciniinee cafaqaniituma itti dhooyta 14...Ilkee nama dhukkubdu hurraa isaa afaanitti naqatta bishaaniin jiistee 15...injireef dawaadha bishaanuma isaatiin dhiqatta 16....Dhukkuboota khalloo kan adda addaatiif dawaadha 17...Dhukkuba hargansuutiif dawaadha shaa'ii itti dhuuyda Yoo garaa keessatti dhuuyde graama 4 hanga 5 dhugii heddumeeysuun hin barbaachisu Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa aliyyii Sheer follow godhaa wal fayyadaa

#ATI_SI_DHUKKUBAA_QORANNOON_LABORATORY_FAYYAA_AGARSIIFTI_MEE_AMALOOTA_ASII_GADII_DUBBISII_KEESSATTI_OF LAALI =====================:::/=========== 1...Waa irraanfachuu 2...Amma amma nyaachaa beelaawuu 3...Yaada naaf hin milkaawuu qabaachu 4...Sodaa makhriibaa fi ganamaa dhawannaa onneetiin rifachuu 5...Dubbii hundaaf fedhinnaa ykn haajaa dhabuu 6...Dubbiin hundi isa aarsuu odoo hin hubatin 7...Fedhiin if dhabamsiisii itti dhufuu 8...Abdii dhabuu 9...Waan takka irratti qalbeefannaa dhabuu 10...Dhukkubbii ibsachuu hin dandeenye 11...Hedduu humna dhabuu 12...Jaarsa ykn jaartii tahuus wal malee jiraachuu akka hin dandeenye itti fakkaachuu 13...Waan karoorsan galmaan hin geyan 14...Nama fedhan irratti amala badaa fidachuu 15...Nama maal taate isaaniin jedhu hin fedhan 16...Miila ykn harka irratti ulfinni itti dhufuu 17...Dhukkubbii murinsa qaama keessaa fi gubbaatiin dhukkubsachuu Amaloota asii olii keessaa muraasa firatti agarraan sihrii qaama si nyaachu jirtu sitti jiraa firraa hiiki Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa Aliyyii Fayyaa deyaa like sheer follow godhaa

#DAWAA_DHUKKUBOOTA_KHALLOO_HUNDAAF_MAADAATIIF_ROBBII_BAARILLEE_SAAKKAA_CITTOO_ECZEMA_SYPHILIS_NYANYAATINSA HUNDAAF HIN KAFALTU FOLLOW SHEER GODHUU QOFA 1..Hadas baalli hurraan jiistee khaliin yoo dibdees dawaa isaan eerameeti Gubdee daaraa isaa yoo bishaniin dibdees 2...waddeeysi zeenni isaa dawaa dhukkuboota eerameeti 3...Zeenni qarfaadha maadaatiifi xamxammaaf akkaan dawaadha 4...Libaan zaker khaliin ykn zeeta ejersaatiin jiiste yoo dibdi sibiinjjii fi waan asii oliitiif dawaadha 5...Haphee habakhat( kuteeyra) bowraq wajjiin walitti jiistee yoo dibdees dawaadha 6...Citaa sheekh husseen danfistee bishaan isaa yoo if dibdees dawaa waan eerameeti 7...Nakhwaa(nanikhaa),soogidda,turmuus,za'afaraan walitti gootee khaliin jiistee yoo dibde Asxaa qaama namaa irra jiru hundaaf dawaadha 8....Gaantiraa hurreeysitee khaliin yoo dibatte akkasumatti dawaadha 9...xalataam akkasumatti dawaadha 10....Qolola xuuxxoo ,elellee fi zeeta walitti yoo gootee dibde dhukkuboota asii oliitiif dawaadha. 11...Zeenni qullubbii akkasumatti dawaadha 12...Cunfaan shunkurtaa mukha tuutiyaa jedhamuu wajjiin yoo diban isanoowwan asii olii saniif dawaadha 13...Firiin fuujuul daakhanii bishaniin yoo diban akkasumatti dawaadha 14...Shifuun asxaa hundaaf daaytee bishaniin ykn deeymaan jiistee dibda dawaadha 15...mooringaa 16..baala zeeytuunaa 17..Raafuu shimbirroo 18...Barzaafiin dhukkuba hamaa SYPHILIS DAWAADHA 19...Mararreen cittoo goggooyduu halkaniitiif dawaadha 20..Mardakuush(ayobaana) ykn OIL OF OREGANO HUNDAAF DAWAADHA Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa aliyyii Fayyaa deyaa follow godhaa

#FAYYAA_OFII_EEGACHUUF_ODOO_SIN_DHUKKUBIN_ITTI_YAADDEE_WAA_4N_KANA_YOO_GOOTE_QAAMNI_KEE_DHUKKUBA_FIRRAA DHOORKA DUBBISI 1#IF_
+3
#FAYYAA_OFII_EEGACHUUF_ODOO_SIN_DHUKKUBIN_ITTI_YAADDEE_WAA_4N_KANA_YOO_GOOTE_QAAMNI_KEE_DHUKKUBA_FIRRAA DHOORKA DUBBISI 1#IF_HAQQISIISUU yeroo dawaa dhuuydee if haqqisiiste balakhama qoma teetiifi mucus adda addaa kan garaa keessa jiruutu sirraa baha yeroo kana qaamni kee mirqaanaan waa dalaga 2#GARAA_IF_YAASUU akkuma makiinaa faa zeetaa fi bishaaniis irraa jijjiiran sanitti qamni namaatiis waan adda addaa waan keessa jiruuf garaa if yaasuuniis qaamaaf faa'idaa guddaa qaba 4#IF_HURKISIISUU isportii addaa addaa daleeydee hurkaan gogaan keenya akka if qulqulleessu godhuu qabda guyyatti daqiiqaa 30 4#WARRA_IFIITII_WAJJIIN_RAFUU akkuma maddi bishaanii tokko maddutti fedhiin ilma namaatiis ni madditi yoo irraa waraabamuu baate akka madda saphaphuu baasuu san taatii kanaafu guddisuu odoo hin taanee fayyaaf fayyadamuu Warri hin qabnee Rabbiin nuuf haa kennuu Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa Aliyyii

#AMALOOTA_DHUKKUBAA_KAN_LABORATORY_HIN_AGARRE_DUBARTOOTA_IRRATTI. 1...Mataa fi qaamni moggaa tokkoon dhukkubuu 2...Gama duuydaa ceekhuu fi mudhiin akka qabbanaatti dhukkubuu 3...Heeydiin itti bayyachuu ykn hafuu yoo dhufees dhukkubsuu 4...Warransi harma keessaan isii waraanuu 5...Kophaa baatee halkanii guyyaa booyuu 6...Sagaraa keessa turuu fedhuu 7...Halkan yeroo raftu waan isii sodaachisuun hirriiba dhabuu 8...Gooloon namerra taa'uu mirqaana dhabuu 9...Nama jibbuu fi amanuu dhabuu 10...Sodaachuu ykn gadduu 11...Asrii fi makhriiba waswaasuu cicinqamuu 12...Waa irraanfachuu fi ajaja jaarsaa haajaa dhabuu 13...Wal qunnamtii saalaa hedduu fedhuu ykn isumaahuu jibbuu 14...Aaruu fi fulli finniisaawuu 15...Harkaa fi miilli sosoloquu 16...Onneen ykn kaleen dhudhukubuu 17.. Shurufkaan qaamaa garmalee ajaawuu 18...Mu'umiinoota sharia himan jibbuu 19...Qur'an fi Azaana yeroo dhagehan jibbuu 20..Rifeensi buqqa'uu fi hirriiba rafanii quufuu dhabuu Amaloota asii olii kana keessa muraasa yoo qabaatte sihrii ykn jinnii ykn ija namaatu sitti jiraa firraa hiiki quraanaan Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa aliyyii Fayyaa deyaa sheer follow godhaa

#AMALOOTA_SIHRII_ULFAATTUU_MALLATTOO_ISIIN_NAMARATTI_FIDDU. 1...Ijji waa arkuu dadhabuu, waan xixiqishoo namatti hin mullanne ammoo ni arkan 2...Abjuun heddumaattee jawwee fi hantuuta arkuu 3...Shakhamsaa namni hin dhageenye dhagehuu, odoo isa hin yaamin owwaachuu faa 4...If ajjeessuu fedhuu wanni hundi hoggaa mijjaawufii didde murtiin inni fudhatu ifiin ajjeesaa tahuu 5...Qaamni bakka takka qofa adda baasee nama dhukkubuu 6...Mataan moggaa tokkoon nama dhukkubuu 7...Torbaan guutuu oduu gaarii dhagehuu dhabuu yoo dhageeysees si gammachiisuu dhabuu 8...Abjuun akaakoowwan kee kan du'an irra daddeebitee arkuu Daaraa irra dhaabbachuu abjuun 9...Halkan bakka rafutti iyyuu ,abjuu nama jibbisiistu arkuu 10...Fincaan nama ajaawuu bishaan hedduu dhuuyduus dawa fudhattuus numa ajaawa. Amaloota hedduu keessaa hangi kun muuraasa barreeyse kanaafuu amaloota asii olii keessaa muraasa qabaannaan sihrii firraa hiiki Nu qunnamuuf 0912323251 tessoon dire dawa Aliyyii Hedduu dubbisuuf comment irraa telegram seenaa dubbisaa

RAKKOO ILMOO DHABUU DHIIRAA FI DUBARTOOTNI EEGA ILMOO ARKETANIIS ISAAN DARARTU 1@ DHIIRTI Β Β Β Β Β  .Shawaa/sperm/manniyyiin qallachuu Β Β Β Β Β  .Cophxoo qabaachuu /rakkina kalee Β Β Β Β Β  .yoo abaarsa haadha fi abba qabaate Β Β Β Β Β  .yoo sihriin ykn sheeyxaanni itti jiraate dhaluu dhabu dandeya. 2@DUBARTOOTA IMMOO Β Β  .Basuuru rahim/basuur(kintarooti) gadameessa yoo qabaatte Β Β Β  .Tubboon micireen kessa deemtu dhibdeen yoo cufamte. Β Β Β  .Gadameeysaan infection adda addaa yoo qabaate ilmoo qabatee taa'uu hin dandeyu. Β Β Β Β  .Gadaameessan dhala irratti yoo midhamees, yoo gad dhiibatees rakko dhalaatiin Β Β Β Β  .Sihrii fi sheeyxaanni yoo itti jiraatees waan isiin barbaaddu ni dhoorka. Β Β Β Β  .Dhigni heeydii yoo akka malee bayyatees hin qabattu. Β Β Β Β Β  .Bishaan adiin yeroo hunda yoo irraa hin qoorrees . Β Β Β Β Β Β  .Abaarsa haadhaa abbaa ykn gosaa Ilma namaa tahee rakkina qabaachuu ykn irraa furraan dhiiraa fi dubartiiniis ilmoo argachuu ni dandeeysi inshaa allaah. Nu qunnama Tessoon dire dawa 0977057598 or 0912323251 for more information

#DHUKKUBOOTA_KANAA_OLIIF_DAWAADHA HARAMNI CORROQAA YKN LITTLE WEED ,PLANTAGO PLANTAIN ,BROOADLEAF PLANTAIN JEDHANIIN MAQAA ISAA 1..Dhukkuboota sirna hargansuu (respiratory conditions )tahan kan akka Infuleenzaa, Qufaa saaynasii,hasmii,qorraa fi kkf hundaaf ================================== 2...Rakkina bullaa'uu nyaataatiif ,dhukkubbii ,heartburn(godni onnee gubachuu),garaa kaasaa,gastriik fi madaa laagaa fi luqimsituu gadii 3..Rakkoo dhiibbaa dhiigaa yaaluuf akkasumaas hamma sukkaraa ol ka'aa toohachuuf qoricha gaariidha 4...Anti oxidentΒ  baayyee waan of keessaa qabuuf qaama kee eeguu fi dhukkubni qaama kee akka hin miinee nurraa dhoorka 5... firiin isaa mucilages waan if keessaa qabduuf ,fakkii garaachaa waan qabduuf ,qufaa yaaluuf hedduu nu gargaara 6....Dhangalaoo qaama keessaa baasuufi infection fincaanii yaaluuf dawaa if keessaa qaba. 7...#KINTAAROOTIIF_DAWAA_ASITTI_NAA_HIIQII_HIN QABNE. 8..Ulfaatina qaamaa hirrisuufΒ  qoricha gaariidha 9...Yeroo shaa'iin dhuuydu dhukkuboota afaanii kansarii kokkee hundaaf dawaadha 10...Zeetaa fi cunfaa isaa yoo dibatte ..madaaf ...Aid wallanuuf ...dhiiga ititeef ....kintaarootiif ....gubinsaaf ....hidda qaama namaa kan jajalateef...and so on Keessatti dhuguuf goggoysitee tumtee hurraa fallaana shaa'ii burcuqqoo 3-5 danfistee guyyatti yeroo sadi dhuuyda ...CUNFAA FI ZEETA gubbaan dibatan Namni garaa qabuufi haati ilmoo luuysistuus fayyadamuu hin qabdu ,joolleen ganna 7 gadiitiis Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa sheer follow godhaa Fayyaa deyaa

#OBBOLEEYTIIN_TEE_YKN_JAARTIIN_TEE_GUYYAA_KEESSAA_AMALOONNI_ASII_GADII_ITTI_DHUFE_HIN SHAKKIN 1...Caraqamuu mirqaana dhabuu 2...Dhiigni heeydii guddachuu fi dhukkubbii wajjiin ykn hafuu 3...Furdinni qaamaa ykn huqqinni itti dhufuu 4...Jaarsa biratti fudhatama dhabuu nama biratti jibbamuu 5...Ajaa afaaniitiifi qaamaa 6...Hirriiba guddachuu ykn halkan dhabuu 7...Dhukkubbii mataa guddaa mogga moggaan 8...Qaamni sosoloquu harkaa fi miilaa 9...Yero yerotti infection tuubboo fincaanii yoo itti dhufe fkn gubuufaa 10...Bifnummaan duraan qabdu irraa bu'uu 11...Kophummaa filachuu 12...Dhokkattee booyuu faa 13...waswaasa asriifi makhriiba faa 14...waa irraanfachuu heddummatte 15...halkan abjuun waan isii dararu yoo arkaa bulte 16...finnissi fuula yoo heddumaacha deemee 17...Dhawannaan onnee dabaluu 18...yeroo deemtu hafuurri itti ciccituu 19...Qaamni saalaa ykn hoffaan yoo iitawee 20...wal qunnamtii booda dhiiga yoo firratti agarte 21...Ajaa qaama saalaa kan namerraa hin deemne Amaloota asii olii kana keessaa muraasa qabaannaan sihrii irraa hiiku qabdan sheekha naannoo keessaniitiin yoo dhabdan Nu qunnamuuf 0912323251 dire dawa aliyyii Like ,sheer ,follow godhaa nuufiis bilbilaa Fayyaa deyaa

#DAWAA_KINTAAROOT_YKN_BAASUUR_YKN_HUDDUFOOR_KUTAA_2FFAA ===================+++++=========== Dhibdeen kintaaroot ta sitti jirtu yoo amaloota nama sihrii itti godhanii ykn budaa fi jinniin seente kaniin amma dura barreeyse san qabaachuu baatte dawaalee armaan gadii kana sirritti fardeeyfattee yoo fayyadamte ni fayyita sheeriis godhaa followis godhaa nu hordofaa 1...Xalataam goggoysitee hurraa isaa zeeta mawerdiitiin ykn zeeta zeeytuuniin yo dibde dawaadha isa shaa'ii hurraa fallaana tokko yoo dhaabbattee dhuuydees dawaadha dhalaan garaa qabdu hin fayyadamtu 2...Jowzal hindi (coconat oil) dhiiga garaa keessaa nama dhufu san hunda ni diban ,niis ni dhugan dhugaatiif graama 37 yoo xuuxxoo itti godhattee bareedaadha yoo dhabdees isuma 3...Qullubbii deeymaan laaqanii yoo nyaataniis ,zeeta isii yoo dibaniis dawaadha 4...Roqaa juusii isaa guyyaa muraasaaf yoo dhuuyde namerraa ajjesa graama 35gm 5...Shunkurtaa diimtuu ni diban xiqqo if keessa ol kaayanii firraa baasan itti daddeebisan dawaadha 6...Hargeeysa ,zeeta ejersaa fi bishaan baharoo walitti jiistee ganamaafi galgala dibda dawaadha 7...Habasuuddaa gubdee hurreeysitee khaliifi deeymaan jiistee galgala yeroo raftu dibdee rafta 8...Daraaraa dhangaggoo(summaaq) jedhaniin guyyatti yeroo 3 dhuuyda shaa'iin graama 10 hanga 12 gm 9...Hargeeysa,bishaan baharoo fi muuxa jawwee yoo walitti danfistee kintaaroot dibde waan namerraa kuchiisuu 10...Sanaamakkii hurraa isii yoo dibaniis zeeta isii dibaniis dawaadha Garuu guyyaa tokko qofa garatti dhuuydee if yaasta Nu qunnamuuf odoo hin murre shaa'ii fi dibansa qofaan wallaanna 0912323251 teessoon dire dawa Aliyyii Sheer follow godhaa nu hordofaa Hedduu dubbisuuf commentii irraa telegram keenya seenaa join godhaa.

#IJA_BUDAA_BUDAAN_DHIIRA_QABRITTI_GALCHITEE_GAALA_OKKOTETTI_GALCHITE_JEDHAN mallattoo isiin namatti jiraachuu ======+++++========================== 1..Huqqachuu 2..Finnissi fuulatti fi mataan madaawuu 3..khalloon sosoloquu harkaa fi miilaa 4..Fuulaa fi qaamni madaawuu 5..heerumni ykn hireen irraa turuu dhiiraas tahu 6..Nama duratti hasawuu sodaachuu guyyaa keessaa dhuftu 7..Nama wal barte hundaan wal loluu 8..Qaamni wal hormaataa madaawuu 9..Nama shakkuu 10..Sababa malee Aaruu 11..Akka tasaa dhawannaan onnee dabaluu 12.. Qaamni gubachuu ,maadaati faa fidachu 13..Hidhii ciniinuu dhiiyni yaa'uus hin dhaabbatu 14..Jerjeruu yeroo qara'uu fi salaatu 15..sababaan maletti namerraa fagaachu nama jibbuu 16..Dhukkuuboota emergency tiin miidhamu 17..Dadhabaa tahuu fi Abdii kutuu 18..Booyuu,Gadduu sababaan maletti 19..Fedhii nyaataa dhabuu 20..Sodaa wasanaa Alaa makhriiba faa 21..Dhukkubbii mataa moggaa 1n 22.. If ajjeesuu dedhuu faa 23..Yeroo Qur'an dhageessu huurkuu,haqqisuu fi ija cufattee booyuu Amaloota kana firratti agarraan Qur'anaan iifirraa yaasaa zikrii godhaa Yoo nu qunnamuu barbaaddan Teessoon dire dawa Aliyyii Lakk bilbilaa 0912323251

#DAWAA_KINTAAROOT_BAASUUR_HUDDUFOOR_KUTAA_1FFAA =================================== Dhukkubni kintaaroot kan isinitti jiru amaloota sihrii kaniin ammaan dura barreeyse san yoo qabaachuu baattan manuma keessanitti dawaalee kana itti dibuu if yaalaa Dawaaleen irra guddaan kanuma gubbaan yeroo hirriibaa deemtan if dibdanii raftan Ka keessaa argattan fayyadamaa laalaa 1...Bitimoo(shanacha maryam ) jedhaniin baala isaa tumanii hurraa bishaniin jiisanii dibatan 2...Hadas baala isaa hurreeysani haphee sendaruusiin walitti idaatee dibatta 3...Hidda citaa qundhii firii tumtee giraama 10 shaa'ii dhaabbattee dhuuyda ganamaa fi galgala 4...Hiltiit dibduus yoo dhuuyde hurraa fallaana bunaa xiqqoo 1 dhuuyda 5...Qarfaa itti dhugan giraama 3.5 ammoo dhalaan garaa qabdu dhuguu hin qabdu 6...Mararree gurguddoo san cafaqanii ittiis ni diban niis ni nyaatan dawaadha 7...Libaan zeker fi biyyee naxroon wajjiin walitti makhtee dibda 8...Libaan zeker fi firii nakhwaa wajjiin ganama fallaana xiqqoo 1 dhuuyda 9...Mukha Aadee suwaaka san zeenni isii kintaaroot namerraa kuchiisa ni diban 10...Ilillii hadaa birraa ykn calendula zeeta isii dibduus ykn daraaraa deeymaan dibduus dawaadha 11...Ilillii wardii zeeta isii dibduus daraaraa deeymaan dibduus dawaadha 12...Hapheen gaantiraa dibduus bishaan danfistee keessa teeysuus kintaarootiif dawaadha Kutaa 2ffaa argachuuf page keenya follow sheer godhaa irraa fayyadamaa waliis fayyadaa Nu qunnamuuf 0912323251 teessoon dire dawa aliyyii Fayyaa deyaa follow godhaa sheeriis Hedduu dubbisuuf comment irraa telegram keenya seenaa