cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

JTNI-(JAM'AA TOKKUMMAA NUURUL ISLAAM DARGAGGOOTAA FI SHAMARRAN DIRREE DHAWAA K/D SALAAM)

JESUS IS ISLAM

Show more
Finland2 676The language is not specifiedReligion & Spirituality101 042
Advertising posts
193
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-1030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

ADDUNYAA KANA IRRA JIRAACHUUF...✍ ▬▬▬▬▬▬▬▬ • Nama kaayyoo ta'i, waan adeemtuf beeki! • Nama mul'ataa ta'i, waan hojjettuuf bu'aa isaa dursii argi! • Nama karooraa ta'i, waan kaayyoof mul'ata kee ta'e tooran hojjedhu! • Nama hojii ta'i, kaayyoo fi karoora kee irratti hojjetaa cimaa ta'i! • Obsa qabaadhu hin ariifatin firii hojii fi mul'ata keetii arguuf! ✪ Ejjennoo Cimaa fi Guddaa ta'e kan addunyaa kana injifattee ittiin addunyaa kana irra jiraattu qabaadhu! ✪ Firri kee amala keeti, amala kee siireeffadhu! Sababni isaa namni ormaa firummaa sittii hin qabne amalli kee yoo itti tole gaarii ta'ee si jaallata, Namni firaa immoo yoo ati fira isaa taate amalli kee gadhee ta'ee si jibba. ✪ Kanaafuu addunyaa kana irraa nama hundumaa wajjin fira taatee jiraachuuf amala gaarii fi qajeelaa bilisa ta'e qabaadhu! ✪ Jireenya hawaasummaa naannoo kee keessa jiraattu keessatti hirmaannaa gaarii fi yaada gaarii ta'e hammeenya irraa bilisa ta'e qabaadhu! ✪ Ati waaqa miti waan hundumaa dandeessee kophaa jiraachuu hin dandeessu hanga lafa kana irra jirtutti Waaqaa gaditti birmataan guyyaa rakkoo kee fi birmataan yeroo rakkina kee namummaa, amalaa fi yaada gaarii ta'een namatti siqii, jaalladhu garuu hin amanin, wajjin jiraadhu, namaaf birmadhu yoos siif birmata. ✪ Siyaasa jireenya addunyaa kanaa hubadhuu xiinxali! Kan siif mijatuu fi siif tolu hojjedhu! Akkasumaan hojii namni biraan oollaa keetti ittiin milkaa'een hojjettee milkaa'uuf oollaa keetti hinaaftuu hin ta'in! ✪ Yoo inni oollaa keetii buna danfisee gurgure atis buna danfistee hin gurgurin! Ati immoo shayii danfisii gurguri! Inni shayee barbaadu immoo si biraa dhuga malee isa buna gurguree argite yoo buna gurgurte ati hojjetaa siin hin jedhan nu hinaafsise namichi oollaa keenyaa tokko siin jedhu. 🍀Share share Join✍ JTNI
Show all...
Maashaa Allaah jabaadhaa jama'aa keenya adeemsi keenya fuulduratti haa ta'uu ♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️♥️
Show all...
Jam'aan keenya sagantaa haala bareedaan waan xumurtaniif galatoomaa isiniinjenna
Show all...
HUBADHU ☆Of baruun Foormulaa hin qabu ☆Dirreen Injifannoo baatee si eeguu hin jiru. Sammuu injifaannoof gara dirree seenutu jira malee. ☆Dirreen itti injifatamtus ta'ee ittii injifattus dirree sammuuti. @Jechoota_gamnaa @Jechoota_gamnaa
Show all...
"ስታድጉ ምን መሆን እንደምትፈልጉ ፅፋችሁ ኑ" በማለት ነበር ለተማሪዎቿ የቤት ስራ የሰጠቻቸው። በነጋታው ጠዋት በተንጋደደ ፅሑፍ የወደፊት አላማቸው የተፃፈበትን ወረቀት ለአስተማሪያቸው አስረከቡ። ከተማሪዎቹ መካከል አንዱ የፃፈው ግን ትኩረቷን ሳበ። ከልሙጡ ወረቀት መሐል ለመሐል "ሰሐባ" የሚል ቃል በፓርከር አስፍሮ ሰጣት። "ሰሐባ መሆን የምትፈልገው ለምንድነው?" በማለት ጠየቀችው። "ምክንያቱም" አለ ንግግሩን ሲጀምር "ምክንያቱም እናቴ በየቀኑ የሰሐቦችን ታሪክ ትነግረኛለች። አላህን ይወዳሉ አላህም ይወዳቸዋል ትለኛለች። እኔም አላህ እንዲወደኝ እፈልጋለሁ" አላት። የምነግራችሁ ልጆቻቸውን በተርቢያ ስለሚያሳድጉ ድንቅ እናቶች ነው @Strong_iman @Strong_iman
Show all...
Jam'aa keenya guyyaa sabtii oollee galgala aladaa sagantaa guddaa ulamaa'ota hirmaachiftu masgiid nuur itti waan qabnuuf Akka nuuf argamtan kabajaan Iain beeksifna
Show all...
#_RABBIIKEE_SODAADHU Humnan qaba jettee Miskiina maaf miitaa? Dhabamaaf Saaxiltee Ofii Qanaaniitaa? Ulee baattu sanaan Maaf waadaa hin tiksituu? Yeroo Sodaa Rabbii Salphaatti jigsituu Daldaltee jiraattus Taatus Qotee bulaa Abbaa Aangoo taatus Cufee banaa Ulaa Yoo taates barataa Yoo ergamtes namaa Dhaabbadhuutii ilaali Maali bu'aan Hamaa Nuti hunduu Tokkuma Martuu Ilmaan Aadamii Dubbiin Nurkaa badeem Faannisaa Garamii? Sodaan rabbii hafee Na sodaadhuu Labsaa Shiboo shiraa Marree Mogolee wal cabsaa Ifa waliif jibbaa Dukkanaaf wal kennaa Adaraa firakoo Waan kana maal jennaa? Inni musilimaaf inni kiristiyaanaa Sodaa uumaa dhiisee Walitti Xirqanaa Namni waaqa tahaaree? Fedhu jiraachisee Fedhummoo Ajjeesaa Haalli nu itti jirru Nama qaanfachiisaa Qalbiin nu hoongoftee Sodaa uumaa Gattee Walumaan walitti Raajii nutti qaltee Adaraa of yaadadhaa Baraa Sodaa uumaa Ergaankoo maraafuu Ni geessi kanumaa Rabbiin Rahaamata, Dhiifamaafi Hojii gaarii Jannataaf nu dabarsu nuuf haa kennu! *RAAMADAANNI BARANAA Kan Gammachuu, Milkii fi Nageenya baatu nuuf haa tahu! #waan dubbistaniif Galatoomaa! 🌺Join &share🌺 @mustafaabdela1
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.