cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Elias Tsadik Abdu

Show more
Finland1 497The language is not specifiedCareer6 398
Advertising posts
3 739
Subscribers
-324 hours
-127 days
-5630 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
Gaaf-tokko Kaannisaa fi Sinbirrootu waliin haasa'u turan. Sinbirroon, "isa ati itti dhamaatee dalagdu damma kee namni si jalaa yeroo hatee nyaatu sin aarsuu?" jettee gaafatte. Kanniisnis, "homaa waan tokko na hin aarsu. Sababni isaa namni damma koo hata malee ogummaa ani ittiin damma dammeessu na jalaa hatuu hin danda'u" jettee deebisteef. Egaa laafaas ta'i cimaa hamma ati geessu sumatu of beeka. Dandeettiif gahumsa dhokataa keessa kee jiru eenyumtuu beekuu hin danda'u. Firii hojii kee hatanis ogummaa hojicha ittiin hojjettu hatuu hin danda'ani. ATI hojjechuu kee itti fufi. Ati garuu gahumsa dhokataa keessa kee jiru isa eenyuyyuu si jalaa hatuu hin dandeenyeetti hojjedhu. Ogummaa Waaqni siif kenne otuu itti hin fayyadamiin of keessatti dhoksitee awwaaltee wajjin awwaalamuu hin qabdu. Kun cubbuu dha. Beekumsaaf gahumsi dhokataan keessa kee jiru addunyaa kanaaf dawaa ta'uu danda'a, ati garuu beekumsa kee sanaan addunyaa fayyadi. Qullaa ta'ii du'i.
2190Loading...
02
#Beeksisa Guyyaa - 10/09/2016 Qormaatni Biyyoolessaa Xumura Sad. 2ffaa (Kutaa 12ffaa) Bara 2016 #Teessoo_qormaata 'Online' itti fudhatan beekameera. Barattootni teessoo asiin gaditti kenname fayyadamuun gamanumaa akka shaakalan "User Name & Passward" Mana Barnootaa isaanii irraa akka argatan dhaabbatni 'Educational Assessment and Examinations Service' ibseera. #Teessoon kennameera. #user_namefi_passward immoo , mana barnootaa keessan irraa fudhaa!
2 1796Loading...
Photo unavailable

Show all...
👍 5 2
  • Photo unavailable

👍 11 8
Go to the archive of posts