cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Elias Tsadik Abdu

Show more
Finland1 493The language is not specifiedCareer6 708
Advertising posts
3 784
Subscribers
-524 hours
-87 days
+7830 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
#Beeksisa Guyyaa - 10/09/2016 Qormaatni Biyyoolessaa Xumura Sad. 2ffaa (Kutaa 12ffaa) Bara 2016 #Teessoo_qormaata 'Online' itti fudhatan beekameera. Barattootni teessoo asiin gaditti kenname fayyadamuun gamanumaa akka shaakalan "User Name & Passward" Mana Barnootaa isaanii irraa akka argatan dhaabbatni 'Educational Assessment and Examinations Service' ibseera. #Teessoon kennameera. #user_namefi_passward immoo , mana barnootaa keessan irraa fudhaa!
Show all...
๐Ÿ‘ 4โค 4
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
#๐‘ฉ๐‘ฌ๐‘ฌ๐‘ฒ๐‘บ๐‘ฐ๐‘บ๐‘จ #๐‘บ๐‘ฏ๐‘จ๐‘ฎ๐‘ฎ๐‘จ๐‘น Baayyina:150 ol ๐Ÿ‘‰Waliif qoodaaโค๏ธ Jijjiirraa keessaa fii alaa Waajjira PSMQN M/Shaggar Waajjira Daandii fii Loojistikii Magaalaa Shaggar fii Kutaalee Magaalaa Shaggar Ogummaa Garaagaraan: Economics/Management/Business Management/Statistics/Social science/Giography/Civil Engineering/Conistruction management/Survey Engineering/Survey/Material Engineering/Giology/Electrical Engineering/Computer Engineeing/Building/Conistruction technology/Urban management/Land scaping/ Sociology/ Anthropology/Business Administration/Mechanical Engineering/Urban planning/Social Anthropology/ Law fii Kanneen Biroo dabalatee Galmeen Hanga:8/9/2016 Bakkii Galmee: Mana Qopheessaa Magaalaa Shaggar, Naannoo Imperial Gamoo Gaddisaa,Darbii 1 ffaatti Galmaa'uu dandeessu.
Show all...
โค 20๐Ÿ‘ 18๐Ÿ™ 1
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
#Beeksisa_Keessaa_fi_Alaa Waajjira Dargaggoofi ispoortii magaalaa Shaggar.
Show all...
โค 8๐Ÿ‘ 6๐Ÿ™ 2
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
#Oduu_Hatattamaa! --------------- Ebla-21/2016 #Qormaatni_Biyyoolessaa_Kutaa_12ffaa_Bara_2016 Waraqaafi 'Online'niiin kennamuun kan beekame yoo ta'u, #Adoolessa 3-5/2016 Saayinsii Hawaasaafi #Adoolessa 9-11/2016 Saayinsii Uumamaatiif kan kennamu ta'uun ibsameera. #Barattootni_Qormaata_Waraqaan Ykn Hard Copy'n fudhatan; #1_Barattootni_Saayinsii_Hawaasaa Waxabajjii 30 - Adoolessa 01/2016, #2_Barattootni_Saayinsii_Uumamaa immoo. Adoolessa 6-7/2016tti gara Yunivarsiitii itti qoratamanitti kan galan ta'uu, dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Biyyoolessaa beeksiseera. #Hubachiisa:- Manneen Barnootaa Online Qormaata fudhatan kanneen armaan gadii yoo ta'an. kan hafan immoo waraqaa irratti kan qorataman ta'uu
Show all...
โค 10๐Ÿ‘ 8
Photo unavailable
Ethiopian Conistruction Works Corporation Muuxannoo:0 fii 0 malee Gita hojii garaagaraa irraatti Bakki Galmee: Finfinnee,Gurdshola, Gamoo Ethiopian Atileetiksii jedhu bukkeen argattu. Galmeen hanga:11/8/2016
Show all...
๐Ÿ‘ 11
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
  • Photo unavailable
#Gaaddidaawuu_Aduu . . Wixata Addunyaa Gubbatti Aduun haguugamuuf Deemti.Solar Eclipse jedhama.Itoophiyatti Garuu taateen kuni hin hedamu.Ityoophiyaatti Haguugammuun aduu guddichi woggoota 140 booda akka mudatu ogeeyyiin ni himuusaanii Ali ayin gabaaseera. . .Taatee Hunduu Ajaja NASAn Usuu Hinta'in Ajaja RABBI TOKKICHAATIIN. #ALHAMDULILLAH
Show all...
๐Ÿ‘ 16๐Ÿ™ 3
Baay'een keenya, ni baranne malee hin hubanne; ni qoramne malee, hin qaramne. Kanatuu โ€›#dheedhiiโ€™ nu taasise. Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, waaโ€™ee jireenya namaa cinqamaa oola Namoonni waa sadii keessaa waa tokkoof si jibbu. Tokkoffaan, uumamaan namoonni addunyaan keessoo isaanii dukkanaa'e si jaallachuu hin danda'an. Namoonni bilchinni miiraa isaanii gad aanaa ta'e keessoo dukkana'aa keessa jiraatu. Addunyaan keessa kee dukkanoofnaan ifa arguu tasuma hin dandeessu. Namoonni akkanaa ifa ati addunyaa irratti ibsaa jirtu arguu waan hin dandeenyeef, dukkana kee xiqqoo irratti xiyyeeffatu. Gaarummaa kee sagaltamii sagal arguuf ga'umsa waan hin qabneef, mudaa kee tokkittii ilaalu. Isheetti quba qabu. Lammaffaa, namoonni tokko tokko bakka ofii ga'uuf yaalanii dadhaban gaafa ati geessu akka waan ati galma isaanii isaan saamteetti itti dhaga'ama. Abjuu isaan abjootanii bira qaqqabuu dadhabanitti gaafa milkooftu miirri gaariin itti hin dhaga'amu. Diinota kee ta'uu filatu. Kana irraa kan ka'e humna qaban hundaan ol ka'insa irra jirtu irraa gad si buusuuf asii ol dhagaa sitti darbatu. Hamilee kee cabsanii deemsa kee daangessuuf karaa isaaniif danda'ame hunda deemu. Ani garuu nan jedhaa, yaa obbolee koo, namoota akkanaatti gad hin bu'iin. Jireenya kee keessatti namoota akkanaaf deebii deebisuuf jettee ol ka'insa kee irraa gad hin bu'iin. Gad buutee isaanii waliin taphachuu gaafa eegalte mo'amteetta jechuudha. Sadaffaa immoo, namoonni tokko tokko uumamumaan hinaaftota waan ta'aniif si jibbu. Si jibbu garuu jibba si jibbaniif sababa hin qaban. Yaa ilma koo! Namoota si jibban keessaa hedduun hamma isaaniif danda'ametti jibba isaanii baasanii hin mul'isan. Gaafa ati waan gaarii hojjette galatoomi jedhanii kan hin beekne gaafa mudaa kee argan garuu saffisa ifaan maqaa kee balleessu. Namoonni akkanaa balaafamoodha. Kan garaa garaa kaa'atanii ilkaaniin si sobu; keessi isaanii ibidda hinaaffaan gubachaa fuula ifaan si gowwoomsu. Nama Jaalatamaa Eebbisaa Baay'isaa... #Namni mul'ata hin qabne mul'ata keetifis gufuudha!
Show all...
๐Ÿ‘ 31โค 8
Photo unavailable
#Beeksisa_Qacarrii
Show all...
โค 13
Photo unavailable
#Ramadan_Kareem
Show all...
๐Ÿ™ 5
Photo unavailable
#BEEKSISA_QACARRII KORPOREESHIINI INJINEERINGII OROMIYAA
Show all...
๐Ÿ™ 7โค 3