cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Urjii islaamaa

Show more
Finland3 368The language is not specifiedReligion & Spirituality106 393
Advertising posts
401
Subscribers
No data24 hours
-57 days
-930 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

📜 Sunnawwan Guyyaa Jum'aa hojjataman irraa: ❶, Dhiqatuu 🚿 ❷, Siwaakkatuu ❸, Shittoon urgeyfatuu ⚱ ❹, Irra bareedaa uffata qabduu uffatuu 👖 ❺, Salawaata Ergamaarratti ﷺ buusuu heddummeysuu  📿 ❻, Yaroon masjida deemuu 🕌 ❼, Suuratul Kahf qara'uu 📖 ❽, Du'aayii heddummeessuu... 🤲 Jum'aa 1ffaa Ramadaana kanaa 1445ه‍ 🌙🌙
Show all...
👍 2
Assalamualaykum warahmatullahi wabarakaatu 🔹Harra inshaa allaah waa nuuf rakkattanii innis garee kana irratti Obboleeyyen ,hiriyyoota... keessan garee kanatti #add godhuudha waan kayrii dha kayrii kana irratti hundi keenna haa hirmaannu barakallahu fiikum!! 🌿🌿 Namni toltu takkatti nama qajeelche akka waan san dalageetti katabamaaf! قال رسول الله ﷺمن دلّ على خير فله مثل أجر فاعله    [ رواه إمام مسلم] 💐💐💐💐💐💐💐💐💐 💐
Show all...
#Ramadaan... 🌴💐 ☀️ Ramadana guyyaa 1ffaa, guyyaa 2ffaa... , Guyyaa 15ffaa... Hundaa finnee / dabarsinee jirra. 🌕 Harra Ramadana guyyaa kudha jahaffaa... geennee jirraa Alhamdulillah ❗️ ✨⚡️ Dalagaan kee Gaarii yoo ta'ee itti dabalii, Gaarii ta'u baannaan akka haaraatti jalqabi...❗️ 💫 Jecha Rabbii ol tahee yaadadhu: ﴿أَیَّامࣰا مَّعۡدُودَاتࣲ﴾ 🤲 Rabbiin kadhachuus baay'isii: اللهمَّ أعِنِّي على ذكرِكَ وشكرِكَ وحسنِ عبادتِك.... T.ME/DR_ABDULjALIILRUBE
Show all...
Dr Abduljaliil Rube - قناة دكتور عبد الجليل ربي

🔊 Miidiyaan Kun fuula Telegram Dr. Abduljaliil Rube kan sirriiti ! Share godhaa waliif dabarsa !

👍 2
قال عمر رضي الله عنه : إذا دعتك قدرتك على ظلم الناس فتذكر قدرة الله عليك.
Show all...
👍 2
Du'aa'ii Soommanaan furan. ﻋﻨﺪ ﺍﻹﻓﻄﺎﺭ ﺗﻘﻮﻝ ﻣﺎ ﻛﺎﻥ ﻳﻘﻮﻝ ﺍﻟﻨﺒﻲ ﷺ ، ﻓﺈﻥ ﻣﻦ ﺳﻨﺘﻪ ﺻﻠﻰ ﺍﻟﻠﻪ ﻋﻠﻴﻪ ﻭﺳﻠﻢ ﺃﻧﻪ ﻛﺎﻥ ﺇﺫﺍ ﺃﻓﻄﺮ ﻗﺎل ( ﺫﻫﺐ ﺍﻟﻈﻤﺄ ﻭ ﺍﺑﺘﻠﺖِ ﺍﻟﻌﺮﻭﻕ ﻭﺛﺒﺖ ﺍﻷﺟﺮ ﺇﻥ ﺷﺎﺀ ﺍﻟﻠﻪ ) 📚[ ﺻﺤﻴﺢ ﺍﻟﺠﺎمع) [(4678) [ Zahaba zama'u, wab-ttalatil uruuqu wasabatal ajru in-shaa Allaah] Hiikkaan isaas : Dheebuun deeme, Hiddi jiidhe, mindaanis ragga'e, yoo rabbi jedhee.           ⬇️⬇️ 📲 t.me/Dr_AbduljaliilRube
Show all...
👍 3
1 ደቂቃ❣️🎈
Show all...
2👍 1
♦️Breaking News❗️ Baga ji’a Ramadaanaatiin isin gahe. Baatii ji’a Ramadaanaa guyyaa har’aa mul’attee waan jirtuuf boru guyyaan Ramadaana 1 ta’a. bifuma Kanaan Ramadaana bara kanaa guyyaa boruu March 11, bara 2024 kan jalqabnu ta’a. ✴️ 🌙 *عاجل* .. *تم رصد هلال رمضان في مرصد سدير* *غداً الاثنين أول أيام شهر رمضان المبارك* *{تقبل الله منا ومنكم صالح الاعمال}* BREAKING NEWS: The Crescent of Ramadan 1445/2024 has been sighted in Saudi Arabia! Subsequently, Ramadan 1445/2024 begins tomorrow, 11 March 2024 Taraweeh Prayers will begin in the Two Holy Mosques after Isha Prayers
Show all...
4
Assalamualaykum warahmatullahi wabarakaatu ❇️ Koottaa wal haa yaadachifnuu, toltuu waliif haa qoonnu, diin keenna haa barannuu, amaanaatu nurra jiraati. Chanaalota armaan gadii keessa kan feetan join godhaa irra fayyadamaa. ⤵️⤵️⤵️⤵️⤵️
Show all...
👍 1
Darsii Dr Abduljaliil Rube
Barnoota Islaamaa
Darsiiwwan garagaraa
Gaafiiwwan Islaamaa
Mana kitaaba
Kitaabban garagaraa
Burqaa Bekkumsa islaama
Daru Salam
Urjii Islaamaa
Darsii Markaza Al-Burhaan
Hojii hinnaa
Miidiyaa Beeysisa
☪JOIN☪
Isinis miidiya keessan galmeessuf
👉👉Asiin koottaa👈👈
Hunda FOLDER tokko
keessatti argachuuf
🍃 Mee channel bareedaa kana naaf affeeramaa ⬇️🌸
Show all...
ISLAMIC MEDIA
BEST CHANNEL
JOIN
📣📣📣📣📣📣📣📣📣📣📣📣 ❇️ Kabajamtoota fi hordoftoota miidiyaa kanaa harra gara waan kayrii ta'eetti isin qajelchuu barbaadee. Innis miidiya Islaamaa barnoota irraa argattanifi irraa barattan folder tokko keessatti isinii qophiissinee jirra!!! 📣 Galmeef -> @UWAYISM ✅ Barnoota gaarii ‼️
Show all...
☪☪BARNOOTA ISLAAMA ☪💐
🎉🍃SAGANTAAWWAN GARAGARAA 🌴🌴
🌸🌸FI KANNEEN BIROOF 🌺🪷
🎉🎉🎉🎤JOIN🚴🏼🎊🎉🎊
👉👉Galmeef asiin koottu👈👈
ㅤㅤㅤ