cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Madda Burqaa

๐‰๐ž๐œ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐š ๐๐ข๐ง๐ช๐ข๐ฌ๐ข๐ข๐ฌ๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐ฆ๐ฆ๐š๐š๐ค๐ฌ๐š,๐ฐ๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐ฃ๐ž๐œ๐ก๐จ๐จ๐ญ๐š ๐ฃ๐š๐š๐ฅ๐š๐ฅ๐š๐š, ๐‡๐š๐š๐ฌ๐š๐š ๐จ๐ง๐ง๐š๐œ๐ก๐ข๐จ๐ฌ๐จ๐จ ๐Ÿ๐ข ๐จ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐ž๐ž ๐ ๐š๐ซ๐š ๐ ๐š๐ซ๐š๐š ๐š๐ซ๐ค๐š๐œ๐ก๐ฎ๐ฎ๐Ÿ ๐‚๐ก๐š๐ง๐ง๐š๐ฅ ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐‡๐จ๐ซ๐๐จ๐Ÿ๐ša ๐Ÿ‘‡

Show more
Finland2 788The language is not specifiedLinguistics5 373
Advertising posts
1 158
Subscribers
No data24 hours
-37 days
+2630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

โœFurmaanni Dammaquudha! "Namichatu abjuudhaan bosona guddaa keessa deemaa ture. Osoo bosona addaan kutee deemaa jiruu, hoomaan waraabessaa gaana kaase, itti dhufe.Rifatee gara fuulduraatti osoo fiiguu, of duratti haroo balโ€Ÿaa naachi keessaa mulโ€Ÿatutti dhufe. Waan godhu dhabnaan, muka tokko koruuf yaadee, gara mukaatti fiige. Koruu eegale. Muka yaabbachaa osoo jiruu gara irraan jawwee muka irraa isa nyaachuuf itti deemu arge. Namichi kun jalaan waraabessa, fuulduraan haroofi naacha, gara irraan immoo jawweedhaan marfamee jira.  Rakkoo hamaa isa muudhate kana keessaa bahuuf maal gochuu qabaa? Namni kun yoo fiiges, utaales, gara samii barrisees, nyaatamuu jalaa of oolchuu hin danda'u. Rakkoo walxaxaa kana keessaa bahuuf fala tokko qofa qaba. Innis dammaquudha.  Namichi kun hirriiba keessa jira. Kana jechuun gaafa dammaqe wanti inni akka rakkootti ilaalu kun rakkoo hin jirredha. Kana jechuun wanti namicha kana rakkise marti akka inni itti ilaalaa jiru irraa madda. Ilaalchi yoo jijjiirame rakkoon ni furama." Galaa Sammuu, fuula 97 Har'a irraa eegaluun godinaaleefi magaalota Oromiyaa garaa garaatti raabsamuu eegalee jira. Barbaadaa dubbisaa! #Join #share        ๐ŸฅฐShare ๐Ÿ˜‡Join โ–ฏโ–ญโ–ฌโ–ญ๐Ÿƒ๐ŸŒธ๐ŸŒบ๐Ÿƒโ–ญโ–ฌโ–ญโ–ฏ ๐Ÿ’Ž @Madda_Burqaa_Tuqi๐Ÿ’Ž ๐Ÿ’Ž @Madda_Burqaa_Tuqi๐Ÿ’Ž
Show all...
Jechamoonni qaama namaa irraa uumaman 1600 ol ta'antu jiru. --> Falaasama jechama Afaan Oromoo, (2012:139). ~~~~~~ Jechamni dubbii icciitii qabu haguuggiidhaan kan ittiin ibsamuudha. Jechamni qola uffatee kan taa'udha. Namni muraasni dafee hubata, kaan ammoo suuta hubata. Namni ergaa jechama tokkoo salphaatti hubachuuf aadaa hawaasichaa sirriitti beekuu gaafata. ~~~~~~~ โ™ฅโ™ฅ Fakkeenya jechamootaa muraasa hiika isaanii waliin A. Adda 1. Adda cabe..............niqaana'e, moo'ame 2. Adda qabate...........nigadde, aare 3. Aa namaa ..............dura-taa'aa 4. Addi dhooqe...........huuqqate 5. Addaan kufe...........tuffatame 6. Adda tuqe..............mudde, cinqe 7. Adda bal'ata...........baay'ee guddaadha 8. Adda bira................dhiyoodha 9. Adda jabaata..........didaadha 10. Adda madeesse....maqaa balleesse B. Afaan 1. Afaan badde........dubbii wallaalte 2. Afaan bareeda......haasaa tola 3. Afaan hiikkate.......dubbii jalqabe 4. Afaan hinqabu.......hindubbatu, 5. Afaan laafa............suuta dubbata 6. Afaan bu'e..............harka diinaa gale 7. Afaan dheeressa.....dubbii hingabaabsu 8. Afaan lama qaba......waliin dhaha 9. Afaan bal'ata............oduutti caala 10. Afaantu caala.......humnaa ol haasa'a C. Arraba 1. Arrabaan tuqe............arrabse 2. Arraba hinqabu..........nama hintuqu 3. Arraba qal'ata.............oduu jaalata 4. Arraba nyaata.............dubbii fedha 5. Arraba hoosise...........nisossobe 6. Arraba hidhame..........nigiinga'e 7. Arraba hadhoofti........jibbamtuudha 8. Arrabaan deema........nama hamata 9. Arraba salphata.........nama hinkabaju 10. Arraba bofaa...........summii, hadhaa D. Cinaacha 1. Cinaachaan ilaale.........ni tuffate 2. Cinaacha qabeef...........gargaare 3. Cinaacha cabse............arrabaan miidhe 4. Cinaacha qaba............qaama qaba 5. Cinaacha dhabe...........dhala hinqabu 6. Cinaacha buuse...........dadhabsiise E. Dhiiga 1. Dhiiga cobse............booye, rakkate 2. Dhiiga dhaabe..........rakkise, aarse 3. Dhiiga godhate.........bifa baase 4. Dhiiga hadhaa'a........jibbamaadha 5. Dhiiga gate...............fira dagate F. Fuula 1. Fuula bade...........aare, gadde 2. Fuula qoncoore....huuqqate 3. Fuula dhokfate......wallaalchifate G. Funyaan 1. Funyaan dhaaba.......ni muufata 2. Funyaan jiidha..........nifurraa'a 3. Funyaan keessa.......hin argamu Madda: Falaasama jechama Afaan Oromoo,2012 ๐Ÿ‘‡ @Madda_Burqaa_Tuqi
Show all...
โœช "Namoota sodaachuun, namoota irraa fagaachuun milkaa'ina kee irratti gufuu ta'a, garuu namoota waliin haasa'uun, namoota waliin hojjechuun akka warqee awwaalame qotuudha."        โ€” Dale Carnegie @Madda_Burqaa_Tuqi
Show all...
https://t.me/tapswap_mirror_bot?start=r_5381489489 ๐ŸŽ +2.5k Shares as a first-time gift
Show all...
Dhugaalee kofalchiisoo 10 ๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚๐Ÿคฃ๐Ÿคฃ 1. Ija kee daawwitii keessatti malee arguu hin dandeessu๐Ÿ˜ฌ๐Ÿ˜ฌ 2. Rifeensa mataa kee laakkoftee fixuu hin dandeessu๐Ÿ˜ณ๐Ÿ˜ณ 3. Afaan kee bantee funyaaniin harganuu hin dandeessu๐Ÿค—๐Ÿค— 4. Amma ati gocha lakkofsa 3 yaalaa jirta๐Ÿ˜๐Ÿ˜ 6. Yeroo laakkofsa 3 yaaltu wanti sun siif danda'amee gammadeetta.  Garuu akka sareetti harganaa jirta๐Ÿ˜‹๐Ÿ˜‹๐Ÿ˜ฌ๐Ÿ˜ฌ 7. Yeroo ammaa kolfaa jirta sababni isaas akka gowwoomfamte barteettu๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿ˜๐Ÿค“๐Ÿค“๐Ÿ˜Ž 8. Laakkofsa 5 irra utaalte jirta๐Ÿ™Š๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™ˆ๐Ÿ™‰๐Ÿ˜‰๐Ÿ˜‰ 9. Amma ammoo akka laakkofsi 5 jiru baruuf ilaala jirta๐Ÿค“๐Ÿค“๐Ÿค“๐Ÿ˜‚๐Ÿ˜‚ 10. Amma ammoo wanti kun so ajaa'ibee namatti himuuf jetta๐Ÿ˜…๐Ÿ˜…๐Ÿ˜… Hiriyyoota keetiif #share gochuudhaan bohaarsi. ๐Ÿ‘‡ @Madda_Burqaa_Tuqi Join godhaa itti makamaa
Show all...
Kan dhugaa qulqulleeffannee hanga isin biraan geenyuu #group kana hiriyoota keessan #Add godhaa afeeraa๐Ÿ‘‡ https://t.me/Ministirii_kutaa_6_fi_8_bara2016
Show all...
Kan dhugaa qulqulleeffannee hanga isin biraan geenyuu #group kana hiriyoota keessan #Add godhaa afeeraa๐Ÿ‘‡ @https://t.me/Ministirii_kutaa_6_fi_8_bara2016
Show all...
Siif_Galeeraa? ......................... Of beekuuf murtoo hin qabdu taanan yoo of beektes murtoo hin murteessitu!! Of beekuun foormulaa hin qabu! jechuun of wallaaluun foormulaa qaba jechuudha. Of beekuun beekumsa beekumsa caaludha. Of beekuu wanti bakka bu'u hin jiru. Albuudni namni itti fayyadamee fixuu hin dandeenye of beekudha.Addunyaa kana irra namoonni baay'een osoo of hin beekin beekaa fakkaatanii taa'u. Beekaa waan fakkaatteef waan beekte sitti hin fakkaatiin. Barachuun beekuu hin ibsu. Beekuun garuu barachuu ni ibsa.Barachuun osoo of beekudha ta'ee, namoonni baratan hundumtuu beekaa ta'u turan.Of wallaaluun foormulaa qaba. Foormulaan isaas kanneen armaan gadiiti. Gad-aantummaa ร— hirkattummaa ร— of-awwaaluu = of wallaaluu .......................... Maddii, kitaaba #Siif_Galeeraa? ๐Ÿ‘‡ @https://t.me/Madda_Burqaa_Tuqi
Show all...
โ—Hordoftoota koo qaqqaali fi Gaggaarii. โ—Information wahee #Qormaata wajji wal qabatee. โ—Wahee Birootis waan isin dhibee gaafachuuf. โ—Yaadaa fi Comment kennachuuf. โ—Akkasuma Maatii Channel keenya wajjiin kofaltanii tapachuuf,๐Ÿฅฐ yaada wal dabarfachuuf. โ€ขGroup keenya kana  join godhuun itti dabalama Hiriyoota keessanis Add godha. Galatooma Link kana Tuqaa seena.๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://t.me/Ministirii_kutaa_6_fi_8_bara2016
Show all...
Qormaata Ministirii Kutaa 6ffaa_fi 8ffaa bara 2016๐Ÿ‘

#Walgargaaruun Aadaa keenya. Barattoota kutaa 8ffaa ๐Ÿ‘‡ #Join

https://t.me/Ministirii_kutaa_6_fi_8_bara2016

Dilbata, 02/10/2016 #YAADACHIISA! #Qormaata_Xumura_Barnoota_Sad_1ffaafi_Giddu_Galeessaa (kutaa 8ffaa) Bara 2016. --------------- Qormaatni kutaa 8ffaa ; - Kan Qophaa'e #Gosoota_Barnootaa_Kutaa_8ffaa_Keessaa_Qofa. Isaanis, 1-Afaan Oromoo 2-Afaan Amaaraa 3- Afaan Ingilizii 4- Herrega 5- Barnoota Lammummaa, 6-Barnoota Gadaa, 7- Saayinsii Waliigalaa 8- Barnoota Hawaasaa fa'a #Guyyaan_Qormaatni_kennamu, Waxabajjii 04-05/2016 - Baay'ina #Mana_Barnootaa Qormaata Fudhatu:- 9,633. - Baay'ina #Barattoota Qormaata Fudhatanii:- 672,500. - Baay'ina #Wiirtuu_Qormaatni itti kennamu:- 1424. #Hubachiisa:- #Gabatee_Sagantaa_Qormaataa_Ilaalaa! #Carraa_Gaarii - BBO - ๐Ÿ‘‡ #Madda_Burqaa_Tuqi
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.