cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

๐ŸŒฟ๐ŸŒฟOduu dhugaa Haroomsa sammuuf

Dhugaa dhaaf dhabbadhu dogogora sirreessi yokaan keessaa hin seeniin

Show more
Finland2 267The language is not specifiedSports18 845
Advertising posts
238
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Mana Murtii Waliigala Oromiyaa bakka duwwaa qabu irratti qacaruu barbaada Waamama gita hojii: Abukaattoo Ittisaa Mana Murtii Aanaa I Bakki Hojii: Manneen Murtii Aanaalee Oromiyaa Baayโ€™ina Barbaadamu: Nama 76 torbaatamii jaha) Ulaagaa Kaโ€™umsaaf Guutamuu qaban; Sadarkaa Barnootaa: Barnoota seeraa Digirii jalqabaa mana barnoota olโ€™aanaa beekamtii qabu irraa kan qabuu fi bakka barbaachisutti buโ€™aa โ€œexit examโ€n kan deegerame. Muuxannoo: Waggaa 0 Afaan hojii naannichaa, Afaan Oromoo dhagahuu, dubbachuu, barreessuu fi dubbisuu kan dandaโ€™u. Yeroo galmee Muddee 26/2015 hanga Amajjii 4/2015 ๐Ÿ‘‰ Gadfageenya isaa argachuuf https://bit.ly/3WWBT6o
Show all...
Sulemana Abdul Samed, dargaggeessi ganna 29 lammii Gaanaa yoo ta'u, dhiheenya kana qorannoo fayyaadhaaf gara hospitaala kaaba Gaanaa deemee dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 89 akka gahe itti himame. Kanaan dura namni dheeraan addunyaa kanaa galmee Giinis galmee addunyaatiin kan galmaa'e Sulxaan Koosen lammii Turkii yoo ta'u, dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 82 ta'a. guutummaa isaa dubbisaa https://egeree.com/namni-nagawoo-jimaa-caalu-argame-lammii-gaanaa/
Show all...
Namni Nagawoo jimaa Caalu argame Lammii Gaanaa - Egeree.com

Dargaggeessi Gaanaa dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 89 ta'e kun nama dheerina addunyaa jedhama Sulemana Abdul Samed, dargaggeessi ganna 29 lammii Gaanaa yoo ta'u, dhiheenya kana qorannoo fayyaadhaaf gara hospitaala kaaba Gaanaa deemee dheerinni isaa meetira 2 fi seentimeetira 89 akka gahe itti himame. Kanaan dura namni dheeraan addunyaa kanaa galmee Giinis galmee addunyaatiin

โœ…Tapha walakkaa xummuraa geeba adunyaa โฐXummurame Moorokoo 0-2 Faransaay ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โšฝ๏ธT. Hernaandez 5' ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย ย  โšฝ๏ธK. Moo'anii
Show all...
Too'annoo kubbaa Faransaay 28% Moorokoo 72%
Show all...
Too'annoo kubbaa Faransaay 28% Moorokoo 72%
Show all...