Kali Kisi
Open in Telegram
Jechi barraa'u yaa'ii yaadaati! የሚፃፈው ቃል የሃሳብ ፍሳሽ ነዉ። 𝑝𝑜𝑒𝑡 𝑘𝑎𝑙𝑖✍️
Show moreThe country is not specifiedThe category is not specified
240
Subscribers
No data24 hours
+27 days
+230 days
Data loading in progress...
Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
August '26
August '260
in 0 channels
July '26
+4
in 0 channels
Get PRO
June '26
+6
in 0 channels
Get PRO
May '26
+35
in 1 channels
Get PRO
April '26
+2
in 0 channels
Get PRO
March '26
+4
in 1 channels
Get PRO
February '26
+6
in 0 channels
Get PRO
January '26
+229
in 1 channels
| Date | Subscriber Growth | Mentions | Channels | |
| 11 August | 0 | |||
| 10 August | 0 | |||
| 09 August | 0 | |||
| 08 August | 0 | |||
| 07 August | 0 | |||
| 06 August | 0 | |||
| 05 August | 0 | |||
| 04 August | 0 | |||
| 03 August | 0 | |||
| 02 August | 0 | |||
| 01 August | 0 |
Channel Posts
እኔ...
ዘመን ብሆን ከርሞ
አፍሽ ከ ፍቅር አርምሞ
ጨረቃ አትናገርም ቢሉ
አለማዉራት ብሆን የተፈጥሮ ውሉ
መልስ ላትሰጠዉ ቃል ጠበቃት ይበሉ።
Barri osoo bule didee
Dubbachuu mamee duudee
Afaan kee jaalalarraa cufamee
Cal jedhee of ofiisaan ugguramee
Adeessi akka hin dubbanne uumamni natti himee
Osoo dhaggeeffachuu qofa seerri ishii abboomee
Callisa kee sanaa ani dhiisuu hin fedhu
Kan deebii hin laanneef jaalate qaari'e namni naan haa jedhu!!!
ቃሊ✍️kali
Nama tokko tokko deebii nuuf kennuu baatus jaalachuu hin dhiisnu!
አንድ አንድ ሰዉ ምንም ባይናገር መልስ ባይሰጠንም ማፍቀር አናቆምም➡ላንቺ ነዉ።😉
SHARE LINK👉https://t.me/kalikisi
| 2 | "Baay'ee gaggabaabsi
Gabaabsi na dhaabi
Dheereessaa nan oolin
Walitti na qabi"
Jette natti haasofti
Jettee natti afuufti
Rakkina keessa koo akka waan hubatte
Gabaabsii na dhaabi nan dheeressin jette!
Anu!!!
Xaxaa ishi ooludhaaf irraa maayi hin qabu
Garuu gabaabsee dhiisuudha kanin an dadhabu
Erga jettee!
Mureen si gabaabsa
Kuteen si hambisa
Mana keen rukuta
Rukuteen gombisa!
✍️kali kisi
Maaf walaloo gabaabsita akka naan hin jenne😂
SHARE LINK 👉@kalikisi
SHARE LINK 👉@kalikisi | 84 |
| 3 | Sport:- 🏆
Deggartoonni Arsenal hundi keessan baga gammaddan😊Wagga amma kana booda kunoo bara kana shaampiyoonaa EPL taatanii jirtu🙌
የArsenal ደጋፊዎች እንኳን ደስ አላችሁ።
kali✍️🤝🤝
Biyya hin jeeqiinaa rafa😁a🤝
ሀገር እንዳትረብሹ በቃ ተኙ። | 174 |
| 4 | እኔ...
ዘመን ብሆን ከርሞ
አፍሽ ከ ፍቅር አርምሞ
ጨረቃ አትናገርም ቢሉ
አለማዉራት ብሆን የተፈጥሮ ውሉ
መልስ ላትሰጠዉ ቃል ጠበቃት ይበሉ።
ቃሊ✍️ | 67 |
| 5 | Baga oolle malee eelaasaa
Baga bulle malee halkansaa
Uraataasaa malee
Fayyaan hin dhimmisu
Hin darbinee malee
Darbaan nu hin dhiphisu!
Baga argine hundaa
Kuusaa godoo gaddaa
Boruuf galaa keenya
Akka taanu guddaa!!!
Qaalii✍️
Kan har'a jiraanne bor odeeffanna! rakkinni har'aa keenya kun boru tokkoof barumsa ta'a!
https://t.me/kalikisi | 110 |
| 6 | Baga oolle malee eelaasaa
Baga bulle malee halkansaa
Uraataasaa malee
Fayyaan hin dhimmisu
Hin darbinee malee
Darbaan nu hin dhiphisu!
Baga argine hundaa
Kuusaa godoo gaddaa
Boruuf galaa keenya
Akka taanu guddaa!!!
Qaalii✍️
Kan har'a jiraanne bor odeeffanna! rakkinni har'aa keenya kun boru tokkoof barumsa ta'a!
https://t.me/kalikisi | 2 |
| 7 | No text... | 2 |
| 8 | 👴 Warra kolfaa nama awwaalu
👴 Warra kakuu nama haalu
👴 An hin beeku Waaqni haa ilaalu!
Lafa nagaa oolaa🥰
መልካም ቀን።
@kalikisi | 108 |
| 9 | Good night family ✍️✍️✍️✍️
Good👍🌑night
Kali✍️ | 105 |
| 10 | Voice message | 135 |
| 11 | S😍nb😘ta nagaa taasisi Waaq🥰
Lafa🥰 Nagaan oolaa😍 | 141 |
| 12 | Akkam bultan🙏🙏🙏Dilbata nagaa siniif haa ta'u🙏🙏🙏🔥 | 147 |
| 13 | Voice message | 188 |
| 14 | ነይ ከዛ ቦታ....
በጨለማዉ ተማሪ አምሽቶ ስባረር
በአንድ ሁለት የሰከረዉ ዘበኛዉን ስከራከር
ነይ እኔና አንቺ ዉጪ እንደር።
በመጣዉ መልስ ጭነሽ
የፍቅርን ዜማ አቀንቅነሽ
ለይት ይበርዳልና፣የመዉደድ ኩታ ደርበሽ
የልብሽን ብርሃን በአይኖችሽ ይዘሽ
የነፍስሽን ወጋገን ከጆሮዬ አጋብተሽ
ነይ በኛ ላይ ነግቶ በኛ ላይ ይመሽ።
ከአንዱ ክፍል ስር የፍቅርን ዳስ ሰርተን
ተወያይተን
ተነጋግረን
ተረጋግተን ተያይተን
ኳኳታዬን ልትከፍቺልኝ
ጫጨታዬን ልትሰሚልኝ፣ላንለያይ ተማምለን
ነይ እንደር ዛሬን ብለን።
ዉበት ካልሺኝ የእግዜር ፍጥረት
ክዋክብቱ ከሰማያት
ጨረቃዋን እያየናት
ነይ ተቃቅፈን አናስቀናት።
ነይ.....
ቃሊ
ግንቦት 13/2018 ሀረመያ | 58 |
| 15 | No text... | 166 |
| 16 | No text... | 169 |
| 17 | Biyya koo biyya koo
Jedha namni martuu
Akka waan gowwomsee
Afaaniin oolfatuu!
Qaalii✍️ | 207 |
| 18 | Galmee kiyya irra!
Icciitiin maramee
Maramee maramee
Anu akkan hin beeknef
Taa'eera haqamee!
Haqa haqaa hin qabne
Kan badee mul'atu
Ragaa kumaan labu
Dhokatee addaatu
Dhoksaa gola onnee
Mooksaa hawwisiistuu
Deemte achi fagaattee
Quubsitee qubsiistuu
Na dhiistee jiraattu
Kan deemtee as jirtu
Galmee koo gararraa
Si fo'ee nama irraa
Maramtee teesseetta
Barruun baraan dharraa!
✍️kali kisi
👤👤 👑Hawwii qofa!👑👑
Hiikaa jecha tokko tokkoo!
Quubsitee:-laatteefii,beela baastee(onneedhaaf jaalala kennite)
Qubsiiste:- "Qubsiisuu" jecha jedhu irraa kan fudhatame yoo ta'u,"teessisuu,kaa'u" akka jechuuti.
Quubsitee qubsiistu-beela baastee kan keessu(bakka qabachiiftu!) | 236 |
| 19 | cal jedhanii cal jechuu...
Yeroo
Wacni namaa sammuu nama seenee
Akka hin ciifneef nama dhaanee
Akka hin dhiifneef namatti aane
Yeroo
Haammataas fakkaatee hammaataas fakkaatee
Namatti dhiyaatee gaaf wayii fagaatee
Namni inni akkasii inni firaaf dhiitaa
Inni hiriyaaf bitaa
Gaaddidduu sobaati
Aduun qofa baati
Amma aduun jirutti nama duuba kaatti
Nama isa akkasii michuu isa fakkeessaa
Cal ittiin jechuudha guyyaanuu hin fageessaa!
✍️kali kisi | 169 |
| 20 | Hi akkam jirtu nagaa keessani har'aa waan tokko si rakkisuufi warreen gammachuun nama sin gammachiisu tiktok account kana seentani video san like,repost na taasisaa🙏🙏🙏
please dorgommii qr.10,000ti🙏🙏🙏🙏 | 912 |
