en
Feedback
AGM(Anole Global Media)

AGM(Anole Global Media)

Open in Telegram

Odeeffannoo guutuu argachuuf link kana tuqaa seenaa👌👌👌

Show more
2 625
Subscribers
-324 hours
-87 days
-3430 days
Posts Archive
Jawar Tsimdo bittinneesse!! Jaal Marroof qaanii? Tsimdo maaltu mudate?

#የወለጋን ፋኖ ማደራጀት ላይ ስምምነት የፈፀሙት June 27/2022 ላይ ነው። የሁለቱ ክልል ርዕሰ መስተዳደሮች መግለጫም ሰጥተው የትብብር ሰነድም ፈርመው ነበር። መከላከያ ሰራዊትም በተጨማሪነት ስ
#የወለጋን ፋኖ ማደራጀት ላይ ስምምነት የፈፀሙት June 27/2022 ላይ ነው። የሁለቱ ክልል ርዕሰ መስተዳደሮች መግለጫም ሰጥተው የትብብር ሰነድም ፈርመው ነበር። መከላከያ ሰራዊትም በተጨማሪነት ስልጠናና ትጥቅ እንዲሰጥ ተፈራርሟል። ይህ ዜና በወቅቱ OBN ዘግቦታል 🙌 . . .

BREAKING NEWS #Nagaaf 🇪🇹🇰🇪 Pirzdaantoonni keeniyaa dhibdee Itiyoophiyaa furuuf marii eegalchiisuufi jedhame. Haaluma kana
+1
BREAKING NEWS #Nagaaf 🇪🇹🇰🇪 Pirzdaantoonni keeniyaa dhibdee Itiyoophiyaa furuuf marii eegalchiisuufi jedhame. Haaluma kanaan TPLF fi PP'n torbaan dhufu Nairobi keessatti marii marsaa biraa jalqabuuf akka jiran ibsameera. Marii kana Ruto fi Uhuru keeniyaatt akka dursan ibsame. Gabaasa kana bal'aa isin biraan geenya

😀

😀🤣
😀🤣

Oromiyaa Finfinnee 😵‍💫

Albaatii fi loltoota Israel😵‍💫 Loltoonni dubartoota Israel jalaa gubbaan alba'aa(gara kaasaa) qabee daaraa godhaa jiruu jed
Albaatii fi loltoota Israel😵‍💫 Loltoonni dubartoota Israel jalaa gubbaan alba'aa(gara kaasaa) qabee daaraa godhaa jiruu jedhame. Akka gaazeexaan biyyattii Yadiot gabaasetti loltoonni kun kushiinaa badde irraa ka'uun garaan isaanii albaatii yaasaa jira. Dubartoota 30 gahan dheengadda jalqabee gara kaasaan irraa hin dhaabbanne!

جانب من اقتحام قوات الاحتلال لمدينة قلقيلية، وسط حملة مداهمات واعتقالات.

Warri maqaa Qabsoon Oromoo saamee ajjeesee ajjeesise Jireenya nagaa jiraachaa wayita jiru
Warri maqaa Qabsoon Oromoo saamee ajjeesee ajjeesise Jireenya nagaa jiraachaa wayita jiru

BREAKING NEWS KMBI arrabsoo Leencoo Lataa irratti raawwatameef tarkaanfii fudhachuu caalaa ofiifuu dhiifama gaafachuun ibsame
+1
BREAKING NEWS KMBI arrabsoo Leencoo Lataa irratti raawwatameef tarkaanfii fudhachuu caalaa ofiifuu dhiifama gaafachuun ibsame. Guyyaa tokko dura gareen finxaaleeyyii Amaaraa marii biyyaalessaa irratti hirmaatan dhimma magaalaa finfinnee irratti Leencoo fi Qajeelaa mardaasaa arrabsanii turan. Har'a immoo faallaa kanaa ammaas gareen sun koomishinicha irratti dhiibbaa geessisuun Leencoon waan galma marii seenaniif dhiifama gaafachu qabdu jechuun dhiifama gaafachiisaniiru. Leencoo irratti arrabsoo raawwatame videon👇

Ruto kaleessaa fi Abiy galgala har'aa🤔 Guyyaa kaleessaa pirzdaantiin keeniyaa miidiyaalee idil addunyaa fi kan biyya isaa gu
+3
Ruto kaleessaa fi Abiy galgala har'aa🤔 Guyyaa kaleessaa pirzdaantiin keeniyaa miidiyaalee idil addunyaa fi kan biyya isaa guutuu akkuma agartiniiti walitti qabee ibsa kennee ture. Kunis dhimma marii biyyaalessaa irratti akkuma agartiniiti miidiyaaleen salfii dhaabbatanii kallattiin ummataaf dabarsan. Kun iftoomina mootummaa isaa mirkaneessa. Dimookirasii bayyansa. Sodaa dhabuu Ruto mirkaneessa. MM Abiy immoo galgala har'aa miidiyaa AMICO irratti af gaaffiin taasise kan edit godhame ni darbaa jedhame. Baay’ee kan si Ajaa'ibu af gaaffiin kun miidiyaa tokkoon taasifame, kan tamsaasu garuu miidiyaalee Itiyoophiyaa hunda. Logon miidiyaa Amaaraa sun ni haqama. Hayyama miidiyaa sanaa malee ajaja WKMFn miidiyaalee hundaaf videon kennama. Kun silaa seeraan dhoorkaa ture. Keenya miidiyaalee biyyaa huundaaf ifatti ibsa kennuun hin jiru. Tokko gubbaatti oduu mandaraa haasawanii miidiyaa hundaan tamsaasu. Isayyuu edit godhanii!! Ofitti amanamummaan hin jiru. 0 be 0 taate teenya tun

😂
😂

Salphina Messi,Israel moo Argentina ?? Kadhannaa Israel waaqni dhagahuu dide😄 Amma waancaan addunyaa gara Spain galeera. Isr
+2
Salphina Messi,Israel moo Argentina ?? Kadhannaa Israel waaqni dhagahuu dide😄 Amma waancaan addunyaa gara Spain galeera. Israel fi Argentinan biyya afriikaan gabroomuu qabdu jedhan fi Palestine duguugamu qabdi jedhan salphataniiru. Asitti immoo urjiin kubbaa miilaa Messi qormaata keessa galeera. Isaaf biyyi isaa dhuguma jibba afriikaanootaa irratti ejjennoo wal fakkaata qabuu? Maalif warri Argentina afriikaa jibbu? Jaldeeyyiin dhuguma afriikaa? Israel kadhannaan isheef Argentinaf goote akkamiin fashale? Waan kana hunda videon👇

Saba Moronoo moo Paartii siyaasaa haarawa? Tibbana dargaggeessi oromoo gandummaa oromoo jibbuu himan saba haarawa hundeeffann
+1
Saba Moronoo moo Paartii siyaasaa haarawa? Tibbana dargaggeessi oromoo gandummaa oromoo jibbuu himan saba haarawa hundeeffannaa jechuun qoose. Dubbiin qoosaa isaa tun dhugaatti jijjiiramtee hedduun eenyummaa isaanii lagachuun saba haarawa Moronoo mucaan kun hundeessatti naanneeffannee jirraa jedhan!! Baay'ee kan si dhibu guyyaa lama hin caallee keessatti namoonni kuma 100 ol miseensa saba haarawaa tahuuf fedhii dhugaa qabaachuu ibsan! Dubbiin dargaggeessa Oromoo tun qoosaa Lammiin Hindii tibbana qooseen wal fakkaata. AGM torbaan muraasa dura hindii keessatti qoosaa dargaggeessa tokko irraa kan ka'e paartiin Cocroach hundeeffamuu gabaasee ture. Paartiin qoosaan eegalte sun miseensa miliyoona 30 guyyaa 28 keessatti argatte! Amma gaaffii guddaan dhuguma eenyummaan haarawni salphaatti ni uumamaa kan jedhuudha. Paartii siyaasaa moo Eenyummaa haarawaatu gandummaa balleessa? AGM dubbii qoosaa dhugaatti jijjiiramaa jirtu irratti gabaasa bal'aa hojjateera videon👇

Abiy gammachuu keessa jiraa jedhan🔥👌 Jawar fi Jaal Daawwud irratti Abiy maal keessa jira? Search godhaa YouTube sanarraa vi
Abiy gammachuu keessa jiraa jedhan🔥👌 Jawar fi Jaal Daawwud irratti Abiy maal keessa jira? Search godhaa YouTube sanarraa video jiraa😳

😀Gamanaan kan si kofalchiisu immoo Oromoon saba haara hundeeffachaa jirti ajandaan jedhu guddateera. Yeroo xumurtan nu beeks
😀Gamanaan kan si kofalchiisu immoo Oromoon saba haara hundeeffachaa jirti ajandaan jedhu guddateera. Yeroo xumurtan nu beeksisaa isin eebbifnaa😂 📸YouTuber Jadid