en
Feedback
CPD TECHNICAL SUPPORT

CPD TECHNICAL SUPPORT

Open in Telegram

It ensures accuracy, reliability, and timely support for application, New, renewal, and upgrade license application services. The team strives to enhance system performance and uphold regulatory standards for a transparent and effective licensing system.

Show more
3 892
Subscribers
+424 hours
-57 days
+1830 days
Posts Archive
Admission Call for the 2019 Academic Year
Admission Call for the 2019 Academic Year

πŸ“’ GAaffii ARIIFACHIISAA – LICENSE CERTIFICATE Kabajamoo Oromia Health Bureau, License Certificate keenya ilaalchisee gaaffii
πŸ“’ GAaffii ARIIFACHIISAA – LICENSE CERTIFICATE Kabajamoo Oromia Health Bureau, License Certificate keenya ilaalchisee gaaffii kabajaa fi yaaddoo qaba. Ergaan keenya approved erga ta’ee booda, kaffaltii barbaachisuus erga kaffallee torban sadii (3 weeks) guuteera. Hanga ammaatti garuu License Certificate keenya akka gadi-lakkifamu eeggachaa jirra. Turtiin kun carraa hojii fi hojii keenya itti fufsiisu irratti dhiibbaa qabaachuu danda’a. Kanaaf, maaloo qaamni dhimmi kun ilaallatu dhimma kana saffisaan akka hordofu, sababaa turtii yoo jiraate akka nuuf ibsu, akkasumas certificate keenya akka gadi-lakkifamu kabajaan gaafanna. πŸ™ Oromia Health Bureau, maaloo sagalee keenya dhagahaa; dhimma kanaaf furmaata saffisaa nuuf kennaa. Galatoomaa. #OromiaHealthBureau #LicenseCertificate #HealthProfessionals #Ethiopia #UrgentRequest

Amanamummaa Guutuun Carraa kana nii milkeessina.πŸ™πŸ™πŸ™ Bara harawaa 2019tti Seenan nii hojjatama. Namni tokkoo Abbaa Carraa M
Amanamummaa Guutuun Carraa kana nii milkeessina.πŸ™πŸ™πŸ™ Bara harawaa 2019tti Seenan nii hojjatama. Namni tokkoo Abbaa Carraa Meesha Dukkaana Qorichaa nii tahaa. Hojii ofii isaa nii jalqabaa./Pharmacy nii banata. Namnii 2ffaa Carraa Mallaaqa kaumsii hojii ta'uufi nii argata. Kunis karaa Amanamummaan, iftoominaa fi ifaaf bilisaan Carraan kan baasnu tahaa. Qophiin barbaachisuu 100% xumuramee jiraa. Kanaaf qarshii 1000 baasii laqanaa tokkoo qofaan. Seenaa jireenya keessan jijiruu dandeessu. Kanaaf teenyee isiin eegaa jirraaa hirmaadha πŸ™πŸ™πŸ™

Bara harawaa 2019 Namni tokkoo Abbaa Carraa Meesha Dukkaana Qorichaa nii tahaa. Hojii ofii isaa nii jalqabaa. Pharmacy nii banataa. Namnii 2ffaa Carraa Mallaaqa kaumsii hojii ta'uufi nii argata. Kunis karaa Amanamummaan, iftoominaa fi ifaaf bilisaan Carraan kan baasnu tahaa. Qophiin barbaachisuu 100% xumuramee jiraa. Kanaaf qarshii 1000 baasii laqanaa tokkoo qofaan. Seenaa jireenya keessan jijiruu dandeessu. Kanaaf teenyee isiin eegaa jirraaa hirmaadha πŸ™πŸ™πŸ™

Finfinnee Oromiyaa, 2/13/2018
Finfinnee Oromiyaa, 2/13/2018

Finfinnee Oromiyaa, 2/13/2018
Finfinnee Oromiyaa, 2/13/2018

Hojjattuun Mootummaa Ulfi ji'a jahaa (6) Irraa bahe, (Abortion) tokko Eeyyama Boqonnaa Guyyoota 60 argachuuf mirga akka qabdu
Hojjattuun Mootummaa Ulfi ji'a jahaa (6) Irraa bahe, (Abortion) tokko Eeyyama Boqonnaa Guyyoota 60 argachuuf mirga akka qabdu beektuu? Seerri hoo maal jedhaa? Dhimma kana Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa Labsii lakk 215/2011 Wajjin wal bira qabnee ilaalla. Akkaataa Labsii Hojjattoota Mootummaa Naannoo Oromiyaa keewwata 42(7) irraa hubachuu dandeenyutti; Hojjettuun mootummaa ulfa ji’a jahaa guutte kamiyyuu, eeyyama dahumsaa duraa osoo hin fudhatiin dursee ulfi yoo irraa bahe ragaa yaalaa kana mirkaneessu yoo dhiyeeffatte eeyyamni dahumsa boodaa guyyoonni 60 jaatamni ni kennamaaf jechuun seerichi tumee jira.

Akeekkachiisa dhaabbilee Barnoota Olaanoo hundaaf Dhimmi Ilaallatu Hundaaf! Qajeelfama Ministeera Barnootaatiin naannoolee fi yuunivarsiitiiwwan hundaaf darbeen, barattoota waggaa 5ffaa fi 6ffaa xumurtaniif hanga Qormaata Bahiinsaa (Exit Exam) fudhattanii darbantiitti ragaan barnootaa fi waraqaan ragaa kamiyyuu akka hin kennamne abboomameera. Haaluma kanaan, Yuunivarsiitiin Madda Walaabuu dhimmi kan ilaallatu hundaaf akka beeksisutti, bara barnootaa 2024/25 (2017 A.L.H) irraa eegalee, barattoota sagantaa gandaa (ganamaa/gannaa) sadarkaa digrii jalqabaa qormaata bahiinsaa hin darbiniif ragaan barnootaa fi xalayaun deeggarsaa ("Dhimmi Ilaallatu Hundaaf...") kan hin kennamne ta'uu isaa beeksisa. Kanta'eef, Registrar Olaanaa Yuunivarsiitii Madda Walaabuu

Cautionary Notice to Whom It May Concern! A directive issued by the Ministry of Education to all regions and universities man
+3
Cautionary Notice to Whom It May Concern! A directive issued by the Ministry of Education to all regions and universities mandates that no educational credentials or official documents shall be issued to students completing their 5th or 6th year of study unless they take and pass the Exit Exam. Accordingly, Madda Walabu University notifies all concerned that starting from the 2024/25 (2017 E.C.) academic year, NO educational credentials or support letters ("To Whom It May Concern...") are being issued to undergraduate summer program students who have not passed the Exit Exam. Main Registrar Madda Walabu University

Updates: ✍️Carraa Barnootaa β€˜β€˜MSc in Clinical Midwifery’’.
Updates: ✍️Carraa Barnootaa β€˜β€˜MSc in Clinical Midwifery’’.

Post Graduate Students Registration Announcement. All eligible postgraduate students are kindly requested to complete their r
Post Graduate Students Registration Announcement. All eligible postgraduate students are kindly requested to complete their registration by submitting the required information through the online registration form https://ee-eu.kobotoolbox.org/x/NwIb8fPf Admission Requirements 1. Applicants must first take the National Graduate Admission Test (NGAT) and fulfill the minimum requirement to pass the exam. 3. Submission of complete academic records from Grade 8 up to the first degree. 4. Have a first degree from a recognized University. 5. Four 3Γ—4 passport-sized photographs. 6. Non-refundable application fee of Br. 500.00, payable to: Commercial Bank of Ethiopia Account 1000554017464. 7. For more information, call +251912941911/+251913895271. You can also see the details of programs at telegram account https://t.me/arsiuniversityregistra

Repost from N/a
πŸ™πŸ™ABBAA CARRAA TAHAAπŸ™ Abbaa Carraa Meesha Dukkana qorichaa banuuf gargaran hundaa qarshii 1000 qofaanπŸ™πŸ™ α‹αˆ­αˆ›αˆ² αˆˆαˆ˜αŠ­αˆα‰΅ α‹¨αˆšα‹«αˆ΅αˆ
πŸ™πŸ™ABBAA CARRAA TAHAAπŸ™ Abbaa Carraa Meesha Dukkana qorichaa banuuf gargaran hundaa qarshii 1000 qofaanπŸ™πŸ™ α‹αˆ­αˆ›αˆ² αˆˆαˆ˜αŠ­αˆα‰΅ α‹¨αˆšα‹«αˆ΅αˆαˆαŒ‹α‰½αˆ αˆ™αˆ‰ αŠ₯ቃ α‰ 1000 α‰₯ር αŠ₯ጣ αŠ₯α‹΅αˆˆαŠ› α‹­αˆαŠ‘:: Carraa 1ffaa = πŸ‘‰ meesha Dukkanaa qorichaa( Drug store Furniture material ) Carraa β€Ž2 ffaa= πŸ‘‰  kuma 100 Carraa β€Ž3ffaa = πŸ‘‰ Qarshii 25,000 Carraa 4ffaa = πŸ‘‰ Qarshii 15,000 Carraa 5ffaa = πŸ‘‰ Qarshii 10,000 Carraa 6ffaa =πŸ‘‰ Qarshii 5,000 Carraa 7ffaa=πŸ‘‰  Qarshii 4,000 Carraa 8ffaa =πŸ‘‰ Qarshii 3,000 Carraa 9ffaa=πŸ‘‰ Qarshii 2,000 Carraa 10ffa=πŸ‘‰ Qarshii 1,000 β€Ž ❀️MISEENSOTA KEENYA HUNDAAF CARRAA GAARII LAKKOOFSA 1 hangaa 1500 Filachuu dandeessu ❀️ πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡ β€Ž0941301333 https://t.me/onehealthlottery

Biiroon Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa xalayaa hatattamaa baaseen, ragaa personeelii hojjattootaa fi mu
Biiroon Pabliik Sarviisii fi Misooma Qabeenya Namaa Oromiyaa xalayaa hatattamaa baaseen, ragaa personeelii hojjattootaa fi mudamtoota mootummaa qulqulleessanii galmeessisuu dhimma yeroo gabaabaa keessatti xumuramu qabu ta'uu akeekkachiiseera. Akka biyyaatti Fuulbana 1/2019 irraa kaasee hojiin hoggansa qabeenya namaa fi kaffaltiin mindaa guutummaatti karaa Sistama Dijitaalaa (System) raawwatamuu kan eegalu yoo ta'u, hojjattootni osoo ragaan isaanii hin galmaayin hafan rakkoon mindaa dhabuu fi dhimmoonni biroo isaan mudachuu waan danda'aniif, manneen hojii hundi hanga 04/13/2018tti galmeessa kana sadarkaan qulqulleessanii gabaasa akka deebisan qajeelfamni darbeera; kanaafuu hojjattootni hundi hatattamaan ragaa keessan mirkaneeffadhaa!

Karaa keessan nuuf barreessii?

#HamlinFistulaEthiopia ⬆ Restoring the Dignity and Health of Mothers Across Ethiopia - 100% Free:- Hamlin Fistula Ethiopia continues its commitment to ending obstetric fistula through a holistic care model that provides 100% free surgical treatment, rehabilitation, counselling, and reintegration support to affected women. Healthcare professionals and community members are encouraged to refer any woman who has, or is suspected of having, obstetric fistula to the nearest Hamlin Fistula Hospital: πŸ“ Addis Ababa Fistula Hospital: 0910020402 πŸ“ Bahir Dar Hospital: 0913590283 πŸ“ Mekelle Hospital: 0914702309 πŸ“ Yirgalem Hospital: 0916863912 πŸ“ Harar Hospital: 0920438237 πŸ“ Metu Hospital: 0917002688 Early referral can help a woman access life-changing care and regain her health, confidence, and dignity. Together, we can help restore the dignity and health of mothers across Ethiopia. Please share this information with healthcare professionals, community health workers, families, and communities who may be able to connect an affected woman with care. #HamlinFistulaEthiopia #ObstetricFistula #MaternalHealth #WomensHealth #Ethiopia #EndFistula #HealthcareEthiopia

photo content