Suu miz🔚
Join for more
Show moreThe country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
174
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Earn free PUBG UC, PUBG LITE UC, FreeFire Diamonds,Paytm/PayPal Cash & many more by playing games,filling survey and completing task
Play and Win eSport tournaments like FreeFire,BGMI,etc.
Input my code and get bonus
Code:H8MOLmlpqF
Install mGamer Android App - https://play.google.com/store/apps/details?id=com.gspl.gamer&referrer=utm_source%3Dmrefferal%26utm_medium%3Ddirect%26utm_campaign%3Dmrefferal
mGamer – Earn Money, Gift Card - Apps on Google Play
Get UC, Diamonds, earn money, redeem code, credits and gift card.
WANTOONNI SADDEET WALIIN MALEE HIN BAREEDAN !!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
1: Bareedinni Hiyyummaa ; Nama Kadhachuu Dhabuudha
2: Bareedinni Jireenyaa ; Qananii Rabbii Galatoomfachuudha
3: Bareedinni Rakkoo ; Obsa Qabaachuudha
4: Bareedinni Beekkumsaa ; Namaaf Ibsuu Dandahuudha
5: Bareedinni Beekhaa ; Of Dhaaduu Dhabuudha
6: Bareedinni Qabeenyaa ; Rakkataa Furuudha
7: Bareedinni Salaataa ; Kushuu’a Qabaachuudha
8: Bareedinni Namaa ; Sodaa Rabbii Qabaachuudha
• Obboleeyyan Kiyya Haala Armaan Olitti Dubbannee Dabarsine Kana Hunda Rabbiin Nuuf Haa Keennuu.
• Kana Hunda Nu Badhaasee Rabbiin Nu Haa Bareechu
Barreeffama kana dubbisaatii Share Waliif Godhaa
By: Ibsaa Dhugaa
https://www.instagram.com/ibsaa_dhugaa/
BAATII RAMADAANAATIIF GUYYAA 92 QOFAATU HAFE !!!
••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••••
By: Ibsaa Dhugaa
Mee yaa obboleeyyan Islaamaa Baatii Kabajaa Qabdu tanaaf sirritti if haa qopheessinuu.
Warri nu dura dabran Waggaan isaanii guutuun Ramadaana ture, akkas jechuun
1: ji’a 6 yaa Rabbi Ramadaanaan nu Fati ja’anii Rabbii Isaanii kadhatan
2: ji’a 6 ammoo yaa Rabbi soomana keenya nurraa qeebali ja’anii rabbii isaanii kadhatan.
Kanaafuu nutiis mee akka warra nu dura Dabree San Haa taanuu.
Rabbiin warra baatii Ramadaanaa gayee soomanee ajrii soomanni qabu arkatu nu haa taasisuu.
Galatoomaa
https://t.me/IbsaaDhugaa
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.