en
Feedback
BIIROO BARNOOTAA

BIIROO BARNOOTAA

Closed channel

BIIROO BARNOOTA OROMIYAA Daqiiqaa 2 booda hin badaa amma seenaa bakkaa REQUESTED TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa # REMEDIAL ilaladhaa fast 👇

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BIIROO BARNOOTAA

Channel BIIROO BARNOOTAA is an active participant. Currently, the community unites 56 326 subscribers, ranking 2 272 in the Technologies & Applications category and 6 061 in the India region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 56 326 subscribers.

According to the latest data from 04 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 3 517 over the last 30 days and by 220 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.71%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.52% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 965 views. Within the first day, a publication typically gains 856 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 8.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
BIIROO BARNOOTA OROMIYAA Daqiiqaa 2 booda hin badaa amma seenaa bakkaa REQUESTED TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa # REMEDIAL ilaladhaa fast 👇

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 05 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

56 326
Subscribers
+22024 hours
+5777 days
+3 51730 days
Posts Archive
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiif
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiifameera jedhanii odeeffannoo sobaa kennuun barattoota dhiphisaafi burjaajii keessa galchaa kan Jiran chaanaalota sobaa irraa of eeggadhaa!! 📣 Qabxiin kan gadhiifamu har’a galgala sa’aatii 5:30 ykn boru ganama gadhiifama jedhameera. Maatiin keenyaa of egaannoo godhaa qabxii Gadhifaamee hin jiru oddefannoo dhugaaf nuu Hordoofaa ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu 1. https://result.eaes.et/ 2. https://t
🟢yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu 1. https://result.eaes.et/ 2. https://t.me/EAESbot ✔️ Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢 Bu’aan Qormaata Entrance har’a yookaan boru akka ifa ta’u himameera. Barattootni qabxii darbiinsaa argattan, karaa barnoot
🟢 Bu’aan Qormaata Entrance har’a yookaan boru akka ifa ta’u himameera. Barattootni qabxii darbiinsaa argattan, karaa barnootaatiin ta'e barnootaan ala milkaa’ina irra ga’uu dandeessu. Yoo barnootaan milkaa’uu barbaaddan, caalaatti jabaattanii hojjechuu qabdu. Barattoota qabxii darbiinsaa argachuu hin dandeenyeefis, karaa barnootaatiin yookaan barnoota alaa milkaa’ina irra ga’uuf carraan jira. Bu’aan Qormaata Entrance isiniif hin dhufne jechuun barnoonni keessan xumurame jechuu miti. Yoo Remedial irratti qabxii darbii argattan, karaa sanaan barnoota itti fufuu dandeessu. Akkasumas, yoo fedhii qabaattan, akkuma kanaan dura Private ta’uun irra deebitanii qormaata fudhattanii, yoo darbitan, Yuunivarsiitii seenuu dandeessu. Kanaaf, bu’aa Qormaata Entrance kana akka xumura jireenya keessaniitti hin ilaalinaa. Milkaa’inni karaa tokko qofaan hin daangeffamu. 💪❤️ Abdiin hin kutin! Carraan ammallee isiniif jira. 🌟 Yeroo qormaatni Kun gad lakkifamu hordofnee kan isin biraan geenyu ta'a. Odeeffannoo dabalataa argachuuf chaanaalii keenya join godha ✔️ Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇

✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa Gadhiifameera karaa ittin ilaalattan ifoomee amumma Seenaa ilaaladha.
✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa  Gadhiifameera karaa ittin ilaalattan ifoomee amumma Seenaa ilaaladha.

✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✅Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇

🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
🚨Kutaa 12ffaa 🔥 Qormaanni Kutaa 12ffaa yoom akka gadhifaamuu himaame bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID kee
#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID keessan qofaa itti ergaa 👇👇👇👇👇👇

Ati deggeraa kilaba kamiidha❓Maqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!
Ati deggeraa kilaba kamiidha❓Maqaa kilaba kee cuqaasuun Odeeffannoo saffisaa 24/7 waa'e kilaba deggertuu Argachuu dandeessaa!! 👇👇

🔥 Sitcom Bubbee kutaa 25ffaa💃 Diraamaa Bareedaa kana Kutaa hunda telegramiidhaan hordofuuf channel kana Join fi share waliif godhaa Galatoomaa 👇👇 ⚠️Like(😍👍 )gochuu hindagatinaa! Share ➡️ @Bubbee_Diramaa Share ➡️ @Bubbee_Diramaa React 👍🥰❤️🔥

Goooooooooooooooooooooooooooooooooool Tapha pirimeer liigii Ingilaand Niwukaastil fi Liiverpuul giddutti geggeeffamaa jiru ka
Goooooooooooooooooooooooooooooooooool Tapha pirimeer liigii Ingilaand Niwukaastil fi Liiverpuul giddutti geggeeffamaa jiru kallattiin daawwachuuf iddoo LIVE jettu tuquun Seenaa dafaaaaaaaaaaaaa

Seekondii 20 booda nii haqama 👀 Nama dursee join godhe 20'f badhaasi kaardii moobaayila qophaheera 👊 Dafaa nama 20 qofa boooooooom 🫵

Goooooooooooooooooooooooooooooooooool Tapha pirimeer liigii Ingilaand Maan Siitii fi Boornmaawuz giddutti geggeeffamaa jiru k
Goooooooooooooooooooooooooooooooooool Tapha pirimeer liigii Ingilaand Maan Siitii fi Boornmaawuz giddutti geggeeffamaa jiru kallattiin daawwachuuf iddoo LIVE jettu tuquun Seenaa dafaaaaaaaaaaaaa

#Bubbee Kutaa 24ffa #React Godhaa Nu Eegaa👏

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #Kutaa_12ffaa #Sagantaa_Reemeediyaalii Waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii maaltu jedhame? Ministeerri Barnoo
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #Kutaa_12ffaa #Sagantaa_Reemeediyaalii Waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii maaltu jedhame? Ministeerri Barnootaa guyyaa kaleessaa waa'ee bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa ilaalachisee ibsa kennuun isaa ni yaadatama. Kanaan wal qabsiisuunis waa'ee Sagantaa Reemeediyaalii wantoonni jedhaman kan jiran yoo ta'u; Ministeerri Barnootaa Piroofeesar Biraanuu Naggaan bara itti aanu jechuunis bara 2019 barnoonni sagantaa Reemeediyaalii akka jiru mirkaneessaniiru. «Bara kana bu'aan argame kan baroota darbanii waliin yeroo madaalchifamu baay'inni barataa darbee fooyya'iinsa waan qabuuf, barattoonni sagantaa Reemeediyaalii seenan ni hir'ata. Meeqa ta'a kan jedhamu waliin wal qabatee garuu qabxiin seensaa gara fuulduraatti kan ibsamu ta'a.» jedhaniiru. Odeeffannoo bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa argachuuf nu hordofaa! Barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan hundaaf Carraa Gaarii! Chanalii kana Baraattootta Kutaa 12ffaa hundaaf share tasiisaa Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

➖ Sadarkaa Naannolee akkaata baay'inaa barata darbeen ✅🥇 Finfinnee — 32.4% ✅🥈 Hararii — 22.6% ✅🥉 Amaaraa — 15% ✅• Diree Da
Sadarkaa Naannolee akkaata baay'inaa barata darbeen 🥇 Finfinnee — 32.4% 🥈 Hararii — 22.6% 🥉 Amaaraa — 15% • Diree Dawa — 11.2% • Tigraay — 11.1% • Oromiyaa — 10.5% • Somaalee — 9.2% • Sidaamaa — 6.9% • Beniishaangul Gumuz — 6.1% • Itoophiyaa Kibbaa — 5.8% • Kibba Lixa Itoophiyaa — 4.9% • Gaambeellaa — 3.7% Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef
🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef Ammuma Link Kana Fayyadamuun Code Keessan Itti Barreessaa ➡️ Hubachiisa Code Malee Maqaa Itti Hin Ergiinaa ✔️ Ilaallachuuf 👉 START

BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF! Bu’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee odeeffannoowwan ji
BARATTOOTAA FI MAATII BARATTOOTAAF! Bu’aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ilaalchisee odeeffannoowwan jiran odeessaalee miidyaa Keenyaa dhiheenyaan hordofaa jirra. Akkuma beekamu, ibsi waliigalaa qabxii barattootaa Ministeera Barnootaatiin ifa godhameera; haa ta'u malee qabxiin barataa dhuunfaa karaa marsariitii (website) fi ergaa gabaabaa (SMS) hanga ammaatti guutummaatti hawaasaaf hin gadhiifamne. Kanaafuu, maatiin barattootaas ta'e barattoonni, odeeffannoowwan sobaa, oduuwwan dharaa fi liinkiiwwan (links) dogoggoraa yeroo ammaa miidiyaa hawaasaa irratti tamsa'aniin akka hin burjaajofnee fi hin dhiphanne cimsinee isinii dhaamna. Qabxiin barattootaa karaa sirrii fi ofiishaalaa ta'een akkuma ifoomeen, haala salphaan akkamitti ilaaluu akka dandeessan saffisaan isiniin kan geenyu ta'a. Hanga yeroo sanatti obsaan akka nu eegdanii fi tasgabbii keessan akka eeggattan kabajaan isin gaafanna. Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

Family Maqaa channel kanaa yeroo murtaa'eef qofaa jijjiirreerra