en
Feedback
BIIROO BARNOOTAA

BIIROO BARNOOTAA

Closed channel

BIIROO BARNOOTA OROMIYAA Daqiiqaa 2 booda hin badaa amma seenaa bakkaa REQUESTED TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa # REMEDIAL ilaladhaa fast 👇

Show more

📈 Analytical overview of Telegram channel BIIROO BARNOOTAA

Channel BIIROO BARNOOTAA is an active participant. Currently, the community unites 56 326 subscribers, ranking 2 272 in the Technologies & Applications category and 6 061 in the India region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 56 326 subscribers.

According to the latest data from 04 September, 2026, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by 3 517 over the last 30 days and by 220 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 1.71%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects 1.52% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 965 views. Within the first day, a publication typically gains 856 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 8.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
BIIROO BARNOOTA OROMIYAA Daqiiqaa 2 booda hin badaa amma seenaa bakkaa REQUESTED TO JOIN CHANNEL jedhu tuqaa seenaa # REMEDIAL ilaladhaa fast 👇

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 05 September, 2026), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Technologies & Applications category.

56 326
Subscribers
+22024 hours
+5777 days
+3 51730 days
Posts Archive
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka CHECK MY RESULT jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇👇👇
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka CHECK MY RESULT jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇👇👇👇

🟢Oduu ammee Qormaatnii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa kaatanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu! Link👇👇 🔗https://
🟢Oduu ammee Qormaatnii kutaa 12ffaa Gad dhiifameera ammaa kaatanii qabxii keessan ilaallachuu dandeessu! Link👇👇 🔗https://result.eaes.et Start Bot 👇👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka Check Result jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇
#Ammee qormaanni Kutaa 12ffaa ifoomeera dursitanii bakka Check Result jedhu tuquun ammuma ilaallachuu dandeessu 👇👇👇

✅Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa kan barattoota meeqaatu haqame? ➡️Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018
Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa kan barattoota meeqaatu haqame? ➡️Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara 2018 Naannooleen fi Manneen Barnootaa barattoota meeqa dabarsan (lakkoofsaan) ➡️Ibsa Ministeerri Barnootaa waa'ee bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa irratti kenne irratti bara kana barattoota qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa fudhattan keessaa barattoonni parsantii 12.8 jechuunis barattoonni 70,544 darbaniiru. ➡️Kanas naannolee dhaan qoodnee yeroo ilaallu; ➡️• Oromiyaa - 20,807 ➡️• Finfinnee - 18,646 ➡️• Amaaraa - 15,225 ➡️• Tigiraay - 3,146 ➡️• Kibba Itoophiyaa - 3,011 ➡️• Giddu Galeessa Itoophiyaa - 2,800 ➡️• Sidaamaa - 1,827 ➡️• Somaalee - 1,616 ➡️• Kibba Lixa Itoophiyaa - 835 ➡️• Affaar - 705 ➡️• Beenii Shaan Gul Gumuz - 457 ➡️• Dirree Dawaa - 410 ➡️• Gaambeellaa - 280 dabarsaniiru. Bara darbe Manneen Barnootaa barataa tokkoyyuu hin dabarsine 1,232 kan turan yoo ta'u, bara kana ammoo 565 dha. Manneen Barnootaa barattoota homaayyuu hin dabarsine naannolee irraa meeqa meeqa? - Oromiyaa 156 - Amaaraa 98 - Kibba Itoophiyaa 86 - Kibba Lixa Itoophiyaa 69 - Tigiraay 48 - Beenii Shaan Gul Gumuz 29 - Giddu Galeessa Itoophiyaa 22 - Affaar 21 - Sidaamaa 16 - Somaalee 9 - Dirree Dawaa 5 - Hararii 3 - Gaambeellaa 2 - Finfinnee 1 Barattoota isaanii guutummaa guutuutti kanneen dabarsan ammoo bara darbe Manneen Barnootaa 62 turan, bara kana ammoo 88 dha. Naannolee irraa Manneen Barnootaa meeqatu barattoota hunda dabarse? • Oromiyaa 37 • Finfinnee 24 • Amaaraa 8 • Kibba Itoophiyaa 4 • Tigiraay 4 • Giddu Galeessa Itoophiyaa 3 • Sidaamaa 2 • Affaar 1 • Dirree Dawaa 1 • Hararii 1 • Somaalee 1 • Kibba Lixa Itoophiyaa 1 Barattoonni karaa online qoroman parsantii 18.3 darbaniiru. Karaa waraqaa ammoo kan qoroman parsantii 4.2 qofti darbaniiru. Bara kana karaa online qormaata kan fudhatan parsantii 60 yoo ta'u, bara itti aanu guutummaa guutuutti karaa online akka ta'u ibsameera. Qormaata Biyyaalessaa Kutaa 12ffaa bara kanaa irra barattoonni 265 kan bilbila qabatanii argaman bu'aan isaanii haqameera. Kompiitara irratti gocha agarsiisaniin bu'aan isaanii qoratamaa kan jiran jiru. Bu'aan qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa akkuma ifoomeen argachuuf akkasumas karaalee ittiin ilaaltan fi kanneen biroo odeeffannoo ariitiin argachuuf link comment irra jiruun Channel keenya Telegram join taasisaa! Barattoota qormaata biyyaalessaa fudhattaniif Carraa Gaarii! Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢Kutaa 12ffaa Qormaatni biyyoollessaa Kutaa 12ffaa rakkoo system irraa kan kahe hangaa yonaatti kan hin gadhifamiin jiru tah
🟢Kutaa 12ffaa Qormaatni biyyoollessaa Kutaa 12ffaa rakkoo system irraa kan kahe hangaa yonaatti kan hin gadhifamiin jiru tahu isiin beksiisuu barbaanna Yaddoo fi burjaajii tokko male obsaan akka fiirii keessaan eegdaan isiiniif dhaamna Oddeffanno dhugaaf chaanali keenya hordoofaa Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢yeroo bu'aan qormaata gadhiifamu website armaan gadii irratti ilaallachuu dandeessu 1. https://result.eaes.et/ 2. https://t.me/EAESbot ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef
🟢 Bu'aan Qormaata Kutaa 12ffaa Akkuma Gadhiifameen Ilaallachuu Warri Barbaaddan ✔️ Booda Connection Akka Isin Hin Rakkisneef Ammuma Link Kana Fayyadamuun Code Keessan Itti Barreessaa ➡️ Hubachiisa Code Malee Maqaa Itti Hin Ergiinaa ✔️ Ilaallachuuf 👉 START

Repost from N/a
#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID kee
#Oduu_Ammee ✔️ Bu'aan Kutaa 12ffaa ifoomee 🔥 Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa Gadhiifameera bakka Get jedhuu tuqun ID keessan qofaa itti ergaa 👇👇👇👇👇👇

#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇

#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇
#Ammee Buha qormaata kutaa 12ffaa gadhiifameera ilaalachuuf bakka Get jedhuu tuqun seenaa 👇👇👇👇👇

Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata
Qabxii Olaanaa Qormaata Kutaa 12ffaa Bara Kanaatiin Barattoonni Oromiyaa Sadarkaa 1ffaa Biyyaalessaa Qabatan! Bu'aa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara 2018 (A.L.I) ifoomeen, barattoonni manneen barnootaa bultii addaa Oromiyaa keessaa qoraman qabxii ajaa'ibsiisaa galmeessisuun sadarkaa duraa qabataniiru. Haaluma kanaan, damee Saayinsii Uumamaatiin (Natural Science) barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Waldaa Misooma Oromiyaa (WMO) Adaamaa kan ta'e Barataa Jaalal Girmaa qabxii 591.6 fiduudhaan sadarkaa biyyaalessaatti tokkoffaa ta'eera. Haaluma walfakkaatuun, damee Saayinsii Hawaasaatiin (Social Science) immoo, barataa Mana Barumsaa Bultii Addaa Iifaa Boruu Dodolaa kan ta'e Barataa Saadaam Abdulaaziiz Umar qabxii 576.25 galmeessisuun guutummaa biyyattii keessaa sadarkaa 1ffaa irra taa'eera. Milkaa'inni guddaan barattoota kanaa ciminnaa fi qulqullina barnootaa manneen barnootaa bultii addaa keessa jiru ragaa kan ba'uu fi hawaasa mara kan boonse dha. Baga gammadanii, baga gammanne! ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

🕹️ Urjii dirree barnootaa! 🔰 Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsaa WMO Adaamaa irraa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffa
🕹️ Urjii dirree barnootaa! 🔰 Barataa Jaalal Girmaa Kuusaa Mana barumsaa WMO Adaamaa irraa Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Akka Biyyaatti Qabxii Olaanaa 591.6/600 Galmeesseera ! 🔰 Bu’aan hunda kessaanii halkan kana sa’aatii 6 irratti Yeroo Gadhifamuu Rakko connection mudachuu waan maluuf Barattoota bayyeef nii ilaalla kanaaf yaaddo hin qabatiina Chanalii keenyaa Kana Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Share taasisaa Rection hin jiru family 🫣 ♥️💙 ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom gadhifaama bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇
Kutaa 12ffaa Qormaanni biyyaalessaa kutaa 12ffaa yoom gadhifaama bakka Get jedhuu tuqun dubbisaa 👇👇👇

Daqiiqaa 30 booda nii haqama Gaaffii kardii abba 200 irraatti hirmaadha amumma aritiin 10+10×0+10=???

Repost from N/a
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma REQUEST Gochuun seenaa 👇👇👇👇

Repost from Diraamaa Bubbee
Bu'aan qormaata Interaansii Kutaa 12ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Namoonni ilaallachuu barbaaddan ammuma bakka GET jed
Bu'aan qormaata Interaansii Kutaa 12ffaa kan Naannoo hunduma ifoomeera!! Namoonni ilaallachuu barbaaddan ammuma bakka GET jedhu quqaa.

🟢Kutaa 12ffaa Buhaan kessaan Yeroo Gadhifamuu Rakko connection mudachuu waan maluuf Barattoota bayyeef nii ilaalla kanaaf yaaddo hin qabatiina Chanalii keenyaa Kana Barattoota kutaa 12ffaa hundaaf Share taasisaa ➡️❤️Join and Share 👇👇 @BirooBarnotaaOromiya1 @BirooBarnotaaOromiya1 ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok

Repost from N/a
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇
✔️ Grade 12 Qormaanni kutaa 12ffaa akka Gadhifaameen Bot ittin ilaalattan ifoomee amumma start Gochuun seenaa 👇👇👇👇

❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiif
❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️❗️ #update #Grade_12 🔴Barattootaaf Maatii Barattoota hundaaf ⚠️ Qabxiin amma gad hin dhiifamu!! Amma gadhiifameera jedhanii odeeffannoo sobaa kennuun barattoota dhiphisaafi burjaajii keessa galchaa kan Jiran chaanaalota sobaa irraa of eeggadhaa!! 📣 Qabxiin kan gadhiifamu har’a galgala sa’aatii 5:30 ykn boru ganama gadhiifama jedhameera. Maatiin keenyaa of egaannoo godhaa qabxii Gadhifaamee hin jiru oddefannoo dhugaaf nuu Hordoofaa ✔️Result Bot 👇👇 https://t.me/mysearch?start=mC73dpcH75QHuvmRhPEK-BjYgxOflu_hSp-WLkFGJok