Dhaamsa jiruu
Seenaawwan nama barsisan argattu
Show moreThe country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
214
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Dhiise deemuu laata ๐
Dagadhuu hiikaa jiruu
Haras tahe boruu
Ofiikoos wallaaluu
Ofiin of wallaaluu ......
Jedheen of gaafadha gaaffii jireenyaatin
Keessikoo akkas jedha an baduu hin barbaane baduus hin abdatin๐ณ
Dhiise deemuu laata
Hojiikoo dagadheee
Deemes gaabbiii jira
Gochakoo yaadadhee
Ka'ee deemuu laata bakka yaada kootii
Ofis irraanfadhee dagadhuumo laata hiikaa jiruu kootii
Gammachuu wallaaluu gadda irraanfadhee
Namaaf jechuu dhiisuu ofiikoo dagadheee.....
Dhiisee deemuu laata jireenya jiraachuu
Jiraachuuf jiraadhee
Jiraachuuf hojjechuuu
Jiruun gabaabduudha murtoon Kan kahame
Ka'ee baduu dhiisee anis Nan jiraadha jiruufan eegame
Kanaaf qoromuyyuu jiraachuudhaaf malee hawwee baduu kootif sababa hin godadhu
Cimina kootifis jabbina kootifis uuma Isa Na uume Kan ani abdadhu!
Dhugaan sitti hima addunyaa kana irraatti yeroo jiraatu #ABJUU hin qabdu tanan, isa abjuu qabuf ergaama taatee jiraata jechuudha.
Rakkoofan rakkadhe
Wanti na mudate akka darbutti darba
Isa keessa darbuuf maafan abdii dhaba
Barumsa addaati qorumsa qoramuun
Ofiike argatta jabaate darbuun
Abdii kutannaadhaaf obsa dhabuun jira
Kana hunda keessa guyyaan dhufaa jira
Of jabeessuuf jedhee kutadhee kaheera
Rakkoo koof rakkadhe dabarsu yaadeera
Kun akka tahumo abdii argadheera
โ๏ธKina
@jiruudhaamsa
Iddoo yaadanitti na dhabanii
Iddoo barbaadanittis nan argatani
Iddoon yaadutti anatu of arga
Bakka yaadanitti isaantu na eega
Share your loved ones
@Dhaamsa jiruu
Iddoo yaadanitti na dhabanii
Iddoo barbaadanittis nan argatani
Iddoon yaadutti anatu of arga
Bakka yaadanitti isaantu na eega
Share your loved ones
@kidamusha
Jibbi jaalatamee an jibba jibbinaan
Jibbis ana jibba filannooko arginaan
Gaaridha jibbalee jibbee argamuunkoo
Kan anan na dhibe jibbaan jibamuukoo
@dhaamsa jiruu
๐ฆ๐๐ซ๐ฌ๐๐ 1๐๐๐๐
๐๐ฎ๐ญ๐๐ 2๐๐๐๐
๐๐ฎ'๐ฎ๐ฎ๐ซ๐ ๐ค๐๐ง๐๐ง ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ๐๐ก๐ฎ๐ฆ๐ ๐ฌ๐๐ง๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐ฅ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ช๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข ๐๐ข ๐๐๐๐ฅ๐๐ ๐ฌ๐ข๐ซ๐ง๐ ๐๐ฎ๐ง๐ช๐ฎ๐ซ๐ฌ๐ ๐ค๐ฎ๐ฎ๐๐ข๐ฌ๐ฎ๐๐ก๐๐๐ ๐ ๐จ๐๐ก๐๐ฆ๐ฎ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ช๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐จ๐ญ๐ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ญ๐จ๐ค๐ค๐จ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ช๐ข๐ง๐๐๐'๐๐ง๐ข ๐๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ฌ๐ ๐ค๐๐ง๐ง๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข. ๐
๐๐ค๐ค๐๐๐ง๐ฒ๐๐ ๐ช๐๐๐ฌ๐๐๐ฐ๐จ๐ญ๐ ๐๐ค๐ค๐ ๐๐ฎ๐ฌ๐๐๐ง ๐๐ฎ๐ซ๐๐, ๐๐๐ฃ๐ข ๐๐๐๐ฆ ๐ฌ๐๐๐๐๐จ๐จ, ๐๐๐ฃ๐ข ๐๐ฎ๐ฌ๐๐๐ง ๐๐๐๐ฆ๐ฆ๐๐, ๐๐๐ฃ๐ข ๐๐๐๐ฎ๐ฅ๐๐๐ก๐ข ๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐จ๐จ ๐๐ข ๐ค๐๐ง๐ง๐๐๐ง ๐๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ข๐ง ๐ญ๐'๐ฎ๐ง ๐๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ฌ๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ ๐จ๐๐ก๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง.
๐๐๐ง๐ ๐ฆ๐๐ฅ๐๐๐ฌ; ๐๐๐๐ฌ๐จ๐จ ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ญ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข ๐ ๐จ๐๐ข๐ง๐๐ฅ๐๐ ๐๐ข๐ซ๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ก๐ข๐๐ก๐ฎ๐ฎ๐๐ก๐๐ ๐ฃ๐๐๐ก๐, ๐๐๐ฅ๐๐๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐ฃ๐๐ฅ๐ช๐๐๐๐ " Wแดสแด
แดแด Wแดแดส Gแดสษขแดแดสsแด Mแดแดแดแดแดา Tแดแดสแดแดแดแด" ๐๐ข๐ง๐๐ข๐ง๐ง๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ฌ๐จ๐๐ก๐ฎ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐๐ซ๐ ๐ก๐๐ซ๐ค๐๐ ๐ฅ๐๐๐ ๐ฃ๐๐ฅ๐๐ญ๐ญ๐ข๐ง ๐๐๐ ๐ ๐๐ซ๐ฌ๐ ๐ ๐จ๐๐ก๐ ๐ญ๐ฎ๐ซ๐๐ง๐ข. ๐๐๐ซ๐ข๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฒ๐๐ซ๐จ๐จ ๐ฌ๐๐ง๐ ๐ฎ๐ฎ๐ฆ๐ฆ๐๐ฆ๐๐๐ง ๐๐๐ง๐๐ซ๐๐ฅ ๐๐๐๐๐ฌ๐ ๐๐ข๐ซ๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐๐๐๐ ๐๐ฆ๐๐ง๐ฌ๐ข๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ง ๐ฐ๐๐ฅ๐ ๐๐ฒ๐ข๐ข ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข, ๐๐๐๐ฅ๐๐, ๐๐๐๐๐๐ ๐๐ข ๐๐ฎ๐ฎ๐ฅ๐๐ฆ๐ ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ๐ฎ ๐ฐ๐๐ฅ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ข๐๐ฎ๐ ๐ง๐๐๐ง๐ง๐จ๐จ ๐ฅ๐๐ ๐ "๐๐๐ฐ๐๐๐ฌ" ๐ฆ๐๐ ๐๐๐ฅ๐๐ ๐๐ก๐๐๐ซ๐๐ ๐ค๐๐๐ฌ๐ฌ๐๐๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ค๐ค๐ ๐ ๐จ๐๐ก๐๐ฆ๐ฎ ๐ ๐๐ฆ๐ ๐๐ซ๐จ๐ฆ๐จ๐จ ๐๐ซ๐ฌ๐ข๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ ๐'๐ ๐ ๐ฎ๐๐๐๐ ๐ญ๐๐ฉ๐ก๐๐๐ญ๐๐ง๐ข๐ซ๐ฎ.