cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

✎ Ⓐɓďűł-äzįz Fēęşŝâľ 💬

🌐 Namni waan danda'uun nama gargaaru doqna hin jedhamu 😇Vision(Mul'ata)ᴍᴀʟᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀғ(Nageenya keessoo)

Show more
Finland302The language is not specifiedReligion & Spirituality4 642
Advertising posts
17 635
Subscribers
+1024 hours
+517 days
+40030 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Yeroo hundumaa naannoo jireenyaaf siif miijatu osoo hin taane, naannoo milkaa'inaaf siif miijatu jiraadhu! ✈️telegram👇 ✅️ @Abdulaziz_FeesalOfficial Join 👆
Show all...
👍 9🫡 5🥰 2
''Nuti nama hundaa caalaa ofii keenya osoo jaallannuu,yaada ofii keenyaa caalaa garuu kan namootaaf bakka laachuun keenya na ajaa'ibuu hin dhiisu'' #Marcus_Aurelius
Show all...
👍 7 1
Photo unavailableShow in Telegram
Saffisa addunyaan tuni ittiin jijijjiiramaa jirtu yoo xiinxallee ilaalle hirriiba dhiifnee boqonnaa tokko malee halkaniif guyyaa oliif gadi fiignee hojjachuu akka qabnutu natti mul'ata!
Show all...
👍 20 3
Photo unavailableShow in Telegram
Milkaa'ina kee irratti gufuun guddaan addunyaa siin ala jiru osoo hin taane, addunyaa keessa kee jiruudha. Sodaan, shakkiinii fi tasgabbii dhabuun kee diina dhugaa injifachuu ati qabduudha. Maddi cimina keetii Keessa Keeti! 🥰 Milkaa'inni irra deddeebi'anii yaaluu fi Abdii muruu dhiisuu irraan dhufti
Show all...
👍 36
♻️Hojii kee irratti cimtee yoo hojjatte qarshii guddaa waan argattuuf, hoteela guddaa deemtee bashaananuu dandeessa. Hojii caalaa of irratti yoo cimtee hojjatte garuu hoteela guddaa sana bituu dandeessa👌.
Show all...
👍 20 7
Jireenya keessatti gaafa ol baatu hiriyoonni kee eenyu akka taate si baru. Akkasuma gaafa gad buutu immoo hiriyyoonni kee eenyu akka ta'an barta.
Show all...
6👍 1
Namoonni biroon waan fedhan siin jechuu danda’u, garuu akka jedhan si gochuu hin danda’an. Akka jedhe si gochuu kan danda’u namni tokko jira. Innis mataa keeti. Yoo feete ofirraa haftee namoota biroof eebba ta’uu dandeessa. Yoo hin barbaadne immoo ofii kee iyyuu dadhabdee gargaarsa namoota biro eeggachuu dandeessa. Jireenyi kee harkuma kee jira. Jireenya keetti bifa gaarii godhi.
Show all...
👍 13
🔤🔤🔤🅰️🔤🔤🔤 Daa'imummaan yeroo itti lafa qotani; dargaggummaan yeroo itti facaasani; jaarsummaan yeroo itti nyaatani!"   ⁃ Yeroodhaan ka'i!   ⁃ Yeroodhaan ba'i!   ⁃ Yeroodhaan gali!
"Osoo taa'uudhaan beekumsi argamee beekaan addunyaa kanaa dhagaa ture!"
  ⁃ Itti dadhabi!   ⁃ Dubbisi!   ⁃ Barreessi!   ⁃ Hojjedhu!   ⁃ Jajjabaadhu!   ⁃ Milkaa'inaaf gatii baasi!   ⁃ Ittuma jabaadhu!   ⁃ Fiigi!
"Taa'anii buqqee jedhamuu irra fiiganii bubbee jedhamuu wayya!
✈️telegram👇 ✅️@Faana_beekumsaa Join 👆
Show all...
👍 19
Photo unavailableShow in Telegram
Namni hadha isaa jallatu qofti ❤️ like
Show all...
86👍 27🏆 3
Har'a kanke ilaaltee maaliif mataa cabda Booriinkee guddaadha maaliif abdii dhabda Waanti dachee kanaa hundi isaayyuu in darba Kanaaf maaliif immoo muddamuun si sarba Hin dhiphatiin haadhoo har'ikee boor miti Mudannoonke har'aa hundiyyuu in darbiti Kanaaf har'a ilaaltee abdii kanke hin kutiin Yaadaan sammuu kankes takkaallee hin dhiphisiin @Abdulaziz_FeesalOfficial
Show all...
👍 14 2