en
Feedback
𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥

𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥

Open in Telegram

𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐡𝐞𝐝𝐝𝐮𝐮 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐝𝐡𝐮 https://t.me/AbseTv

Show more
700
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-730 days
Posts Archive
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6252161 Join the gold mining development to earn profits and get free money eve
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6252161 Join the gold mining development to earn profits and get free money every day

Liinkii tana tuuyxee Galmooytee yoo businasa keessa hin galle isin namaa miti kaa https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6252161 Join the gold mining development to earn profits and get free money every day

Dugda Profaayilii Dhaabbataa Graces Farms bara 2014 kan hundeeffame yoo ta'u, Afrikaa keessatti nyaata qamadii fi beeyladaa oomishtoota gurguddoo keessaa isa tokkodha. Biyyoota Afrikaa hedduu keessatti fayyadamtootaaf nyaata fayya qabeessa, mijataa fi haaraa ta’e ni kenna. Dhaabbatichi yeroo ammaa kana sansalata indaastirii guutuu diriirsuun, horsiisa, qopheessuu fi gabaa sadarkaa haaraatti ol guddisee jira. Qonna qamadii ammayyaa kan gabaa idil-addunyaa irratti hanqaaquu qorraa gatii madaalawaa, mi’aawaa fi haaraa ta’e oomishuuf hojjetudha. Chicken fayya qabeessaa fi mi'aawaa ta'e maatiidhaaf geessuun beekamna. Garuu har'a, Graces Farms kana caalaa baay'eedha. Akkuma gatiiwwanii fi amala invastimantii jijjiiramuun nutis akkasuma. Har’a kalaqxoota taanee, waan hin danda’amne karaa adda ta’een galmaan gahuun maal jechuu akka ta’e irra deebiin ibsaa jirra. Furmaanni bal’aa galmee qonnaa fi gurgurtaa dijiitaala godhu, faayinaansii argachuuf carraa kan kennu, qonnaan bultoota gabaa gurguddaa waliin walqunnamsiisu barbaachisaa ta’uu hubanneerra. Sansalata gatii qamadii dijiitaala gochuudhaan qonnaan bultoonni qonna xixiqqaa irraa kaasee hanga dhaabbilee giddu galeessaatti daldala gahumsa qabuu fi guddina qabu akka gaggeessan dandeessisna. Waan hojjennu hunda keessatti iftoomina caalu. Galmi keenya qonnaan bultoonni xixiqqaa hiyyummaa jalaa miliquun dureeyyii akka ta’an gargaaruudhaan, gumaacha guddaa sirna nyaataaf qaban irraa fayyadamoo akka ta’an gochuudha. Kanuma waliin, qaawwa dhiyeessii pirootiinii gabaa sadarkaa lammaffaa Afrikaa keessatti mul’atu cufaa jirra, qooda fudhattoota gatii qamadii hunda, qonnaan bultoota irraa kaasee hanga fayyadamtootaatti, karaa waltajjii keenya kan teeknooloojiin hoogganamu kan wal hin tuqne, Graces Farms, wal qunnamsiisaa jirra. Maqaa Dhaabbataa: GRACE POULTRY FARMS Lakkoofsi galmee:K2014152918 Daarektarri:Lesetja Solomon Masenya Teessoo Seeraa: Kutaa 51 Qonna Modderfontei, Kutaa Galmee 188 Ip, Ventersdorp, North West, 2170 Asuma tuqii galmaayi https://gracesfarm.com/login/register?inviteCode=81eac259

Namoonni Businesa keessa galee dalagutti jiru wanni yeroo gabaabaa keessatti dureessa ta'uuf lakkanuu waantana dalagutti jira
+1
Namoonni Businesa keessa galee dalagutti jiru wanni yeroo gabaabaa keessatti dureessa ta'uuf lakkanuu waantana dalagutti jiran linkii tana tuqii register godhii galmaayi obboleessa koo 👉https://gracesfarm.com/login/register?inviteCode=81eac259

📌 Bu'aan barattoota sagantaa Remedial ifoomeera. 🔥 Bu'aan barattoota sagantaa Remedial bara 2016 irratti hirmachaa Turtanii
📌 Bu'aan barattoota sagantaa Remedial ifoomeera. 🔥 Bu'aan barattoota sagantaa Remedial bara 2016 irratti hirmachaa Turtanii gadhiifamee jira. 📌 Barattoonni bu'aa isaanii karaa link armaan gadiitiin ilaaluu akka danda'an Ministeerri Barnootaa ibseera 💙 https://gracesfarm.com/login/register?inviteCode=81eac259 💚

Namoonni Businesa keessa galee dalagutti jiru wanni yeroo gabaabaa keessatti dureessa ta'uuf lakkanuu waantana dalagutti jira
+1
Namoonni Businesa keessa galee dalagutti jiru wanni yeroo gabaabaa keessatti dureessa ta'uuf lakkanuu waantana dalagutti jiran linkii tana tuqii register godhii galmaayi obboleessa koo 👉https://gracesfarm.com/login/register?inviteCode=81eac259

Namoonni Businesa keessa galee dalagutti jiru wanni yeroo gabaabaa keessatti dureessa ta'uuf lakkanuu waantana dalagutti jiran linkii tana tuqii register godhii galmaayi obboleessa koo 👉https://gracesfarm.com/login/register?inviteCode=81eac259

Lubbuu koo..... Akkam jiruuf jireenyi Sitti toleeraa laataa Erga narraa adda baatee Erga naan na dhiiftee Mee maaloo natti himii Hirribni si qabaa Osoo naan bilbiliin Rafuuf yoo gad ciiftee Moo na dagatteettaa Na irraanfatteettaa Dhimma koos hin qabduu Raftee bultaa laataa Na yaadee akka koottii Ati ciisaa hin dhabduu An jiraachaa hin jiruu Ciisus ciisa hin qabuu Rafuudhaaf gad ciisee Erga ati na dhiiftee Naan si qofaa mitii Ani iyyuu ofan dhiisee Ijaan si arguudhaaf Bakka ati jirtu dhabee As achi kaadhee Siin iyyee si waamaa Ati owwaachuu didnaan Al meeqan owwaadhee Beekaa diddee garuu Kan ati hin owwaannee Al meeqa an si waamee Beektaa laata garuu Siif ifuudhaaf jedhee Ibsaan koo akka dhaamee

Qophii hojii bara 2017 kana fakkaata.
+3
Qophii hojii bara 2017 kana fakkaata.

#Liinkiin_nu_dhaqqabeera. ------ BBO- 4/13/2016 Qabxii Qormaata Biyyoolessaa Kutaa 12ffaa Bara 2016 #Liinkii asii gadiitiin ilaaluu akka danda'an dhaabbatni Tajaajila Madaallii Barnootaafi Qormaataa Beeksise. 1. Portaalii፡- https://result.eaes.et https://result.eaes.et 💠 2. (Telegram Bot):-https://t.me/EAESbot https://t.me/EAESbot 💠 3. Karaa ergaa gabaabaatiin (SMS)፡- 6284 qubee ‘R’ dursitanii barreessuun, itti aanuun immoo lakk.addaa keessan galchuun yoo ergitan qabxii keessan beekuu ni dandeessu. (#Fakkeenyaaf ( R1234567) SMS kun kanfaltii qaba. #Hubachiisa:- Portaalii ykn Telegraam Bot kanarraa qabxii keessan waraqaa ragaa yeroof ta'u buufachuufi maxxansachuu ni dandeessu. https://t.me/Qabxii_kutaa_12ffaa_ilaaluuf

Qabxii kutaa 12ffaa Asiin seenii laalladhu https://www.youtube.com/@AbseTv

Hirmaannaa Diyaaspooraa Manni Baruumsa Bu'uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbi
+1
Hirmaannaa Diyaaspooraa Manni Baruumsa Bu'uura Boruu Soolee Magaalaa Adaamaatti deeggarsa Diyaaspooraa Oromoon ijaarame eebbifame. Manni Baruumsa kun meeshaalee barnootaa hunda kan guuttate yoo ta'uu Birrii Miiliyoona 40 oliin ijaaramees jedhame. Sirnicha irratti Af-yaa'ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahamaan dabalatee hooggansiifi bakka buutonni Diyaaspooraa argamaniiru. @Absereact

​#Biiroon_Barnootaa #Qophii Hojii Barnootaarratti #Ibsa_Kenne ######## Hagayya24/2016, Biiroon Barnootaa Oromiyaa hojii baruu barsiisuu bara 2017 milkeessuuf hojiilee Tajaajila lammummaan ganna keessa hojjetamaa turaniifi Galmee Barattootaa Hagayya 27/2016 jalqabu irratti miidiyaaleef ibsa kenneera. Hoogganaa Itti Aanaa BBO Obbo Girmaa Baayisaa akka jedhanitti bara Barnootaa 2017tti barattoota mil.12 ol ta’an barsiisuuf qophiin gahaan ganna keessa taasifamaa turuufi Galmeen Hagayya 27/2016 guutuu Oromiyaatti akka jalqabu ibsaniiru. #Galmeen_Barattootaa #Daa’imman Umrii 5fi6; #Daa’imman Umrii 7 haaraa barnootaaf qaqqabe simataman; #Kanneen siistama Barnootaa keessa turan hunda; #Kanneen sababa garaa garaan barnoota addaan kutanii turan gara mana barumsaatti akka dhufaniif #Maatiin #Caasaan Barnootaa #Abbootiin Amantaa, #Abbootiin Gadaa, Jaarsoliin Biyyaafi kanneen biroo ijoolleen barnootarraa akka hin hafneef tumsa gochuu akka qaban Obbo Girmaan Dhaamaniiru. Itti Dabaluunis Ganna Keessa Hojii Tajaajila Lammummaan Hojjetamaa Ture; #Ijaarsa_Manneen_Barnootaa Bu'uura Boruu, #Ijaarsa_Mana_Jireenyaa Barsiisotaa, #Ijaarsa_Manneen_Barnootaa Sad. 1ffaa, #Istaandardii_Manneen_Barnootaa_fooyyessuu, #Paarkii_dijiitaalaa (ICT Center) aanaalee keessatti hundeessuu #Daree_Dabalataa_Ijaaruu #Suphaa_Daree_Barnootaa, #Ibsaa_Galchuu, #Bishaan_Galchuufi kkf #Galii manneen Barnootaa guddisuufi midhaan nyaataa barattootaaf haalli akka mijatu gochuu; #Barattoota_kutaa_6ffaa_8ffaafi_12ffaatiif sagantaa cimsaa ta'e #tutoriyaaliin akka_kennamu taasisuu #Leenjii_Humna Raawwachiistummaa barsiisotaafi #Hooggansa Manneen Barnootaa Yuunivarsiistiifi Kolleejjii Barnootaa Barsiissotaa Keessatti akka kennamu gochuu #Hojii ganna keessa hojjetamaa ture ta’uu Obbo Girmaan ibsaniiru. Akkasumas #Kitaabni Barattootaa kan Sad.1ffaa miil.2 ta’u ganna kana keessa raabsamuunis ibsameera. #Akka waliigalaatti karoora Biiroon Barnootaa bara 2017tti barsiisuuf qabate milkeessuuf namoonni dhuunfaa, maatiin ijoollee, dhaabbileewwan mootummaafi miti-mootummaa, qaamni mootummaa hundi daa’imni kamiyyuu barnootarraa akka hin hafneef waliin tumsuun akka hojjetamuu qabu dhaamsa isaa dabarsa Biiroon Barnootaa Oromiyaa.

Oduu_Muudamaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti Fayyadamummaa Ummataa fi Imala Badhaadhinaa jalqabame dhugoomsuuf
Oduu_Muudamaa Godina Harargee Bahaa Aanaa Gooroo Guutuutti Fayyadamummaa Ummataa fi Imala Badhaadhinaa jalqabame dhugoomsuuf Muudamni Seektaroota bifa haaraan gaggeeffame Hagayya 23/2016 akka asii gadii kanatti ifoomeera. === */////* === 1. Obbo Ibsaa Mahammad - I/G/ Waajjira Bulchiinsaa 2. Obbo Abdii Mahammad I/G /Waajjira Nagaaf Milishaa 3. Obbo Mahammad Jamaal I/G /Waajjira Maallaqaa 4. Obbo Yaasiin Hassan I/G /Waajjira Galiiwwaanii 5. Obbo Jaabir Mahammad I/G/ Waajjira Fayyaa 6. Obbo Roobaa Yusuf I/G /Waajjira Barnootaa 7. Aadde Samiyaa Abdalla I/G/ Waajjira Dhimma Gurmaa'insa Uummataa 8. Obbo Jamaal Saanii I/G /Waajjira Daldala,CHU fi Investimentii 9. Eng Jamal Yaasin -I/G / Waajjira Bishaan,Albuudaa fi Inarjii 10. Obbo Idiriis Abdumaalik 'I/G Buusaa Gonofaa 11. Eng Ahmad Mahammad -I/G Waajjira Daandiif Loojistikii 12. Obbo Ahamad Adam - I/G/Af/Yaa'ii