𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Open in Telegram
700
Subscribers
No data24 hours
-37 days
-730 days
Posts Archive
Asumaanuu Register godhaa maallaqaa wajjiin wal baraa.https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6246300
Dhugaa dubbatuuf laali kuno
Linkii tana tuqii galmaayi
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6246300
Repost from 𝐀𝐛𝐬𝐞 𝐆𝐎 𝐂𝐡𝐚𝐧𝐧𝐞𝐥
Linkii tana tiqii galmaayi san booda ulaagaa guutii. Mallaqa dalagadhu wly dhugaadha👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6246300
Linkii tana tiqii galmaayi san booda ulaagaa guutii. Mallaqa dalagadhu wly dhugaadha👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6246300
+1
Humnikoo inni durii
Mooraaliinkoo qaataa
Har'a aantee dhabnaan,
Ni godaanee laata ?
Moo..
Qalamnikoo gogee
Didee waa katabuu
Moo natu rafe qoqee
Abjuun waa lallabuu ?
Lakki..
Buubbee barichaatu
Ayyaanakoo lolee
Akkan hin adeemneef
Na buuse mogolee..
Hiriyyaa tokko tokko....
Akka waan nuti miinuu
Akka waan lubbuusaa
Harka irratti baatuu
Waa'ee isaa nu dhoksee
Waggoota hedduudhaaf
Nu waliin osoo jiraatuu
Gaafa tokko dhibee tasaan
Osoo yaala hin argatiin
Bakka ciiseetti du'ee
Isas ta'ee dhibeesaas
Osoo nuti hin bariin
Kunoo bol'a bu'ee
Ta'us waa barreerra...
Du'u isaatti gaddinullee
Dhumni keenya achumaa
Turrus ni godaannaa
Garuu erga isaatii
Diinota keenya irraa
Hiriyyaa sodaannaa
WAAN Ajaaibaati dhugaa Rabbii
Tana galmaayi kuno waan hariifa linki tana tuqii ok👇👇👇👇
https://www.earnxpay.com/sign/up?invite_code=6246300
#Barnoota_Ingiliffaa_Kutaa 1-4 irratti Dura Bu'ootaafi Barsiisota MB Sad. 1ffaatiif Leenjiin Kennamuu Eegale.
---------
BBO- 05/02/2017 Biiroon Barnootaa Oromiyaa qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gahumsa dura bu'aafi barsiisota MB yeroo yeroon leenjiin cimsuun bu'aa barachuu barattootaa dhugoomsuuf hojii hojjataa jiru keessaa isa tokko ta'uun ni beekama.
Kanuma bu'uura gochuun Onkololeessa 4-15/2017tti dura bu'oota MB, 700, Hoggantoota Kolleejjota 13, Barsiisota Ingiliffa kutaa 1-4 barsiisan MB 700 irraa dhufan, barsiisota kolleejjota 13 keessatti Ingiliffa barsiisaan, walumatti leenjitoota 1, 439 Magaalaa Adaamaatti barsiisota Sagantaa 'Jolly Phonics' kanneen muuxannoofi gahumsa olaanaa qabanitti fayyadamuun Ingiliffa daa'imman kutaa 1-4 jiran akka salphatti barachuu akka danda'an irratti leenjii kennamuu eegaleera.
Leenjiin kun dura bu'oota MB 700fi kolleejjotaa 13f guyyaa tokkoof marsaa 3n kennamaa kan jiru yoo ta'u, kan barsiisota Ingiliffa kutaa 1- 4 barsiisan 700fi kolleejjotaa 26 ta'an immoo, guyyaa Jimaataa 08/02/2017 irraa eegalee guyyoota 3f magaalaa Adaamaatti kan itti fufu ta'uu sagantaan bahe agarsiiseera..
Dura bu'ootni MBfi kolleejjii barnoota Ingiliffa kutaa 1-4 keessatti kennamu irratti xiyyeeffannaa kennanii akka hordofan kallattiifi leenjiin guyyaa tokkoo yoo kennamu, barsiisotni immoo, Mala Baruu-barsiisuu "#JOLLY_PHONICS" fayyadamuun mala daa'imman(barattoota) jiddu galeeffatetti fayyadamuun daa'imman bashannansiisaafi kaka'umsaan akka baratan gochuuf leenjiin guyyaa 3 kun muuxannoo dabalataa akka argatu kan taasisuudha.
Qindeessaan leenjichaa BBOtti dursaa garee leenjii Barsiisota MB Sad. 1ffaa obbo Nagaasaa Nagaraa leenjitootaaf ergaa dabarsaniin qulqullina barnootaa mirkaneessuun kan danda'amu rakkoowwan qunnaman tokkoo tokkoo isaarratti yoo hojjanne malee keessaa bahuu waan hin dandeenyeef leenjitootni hunduu gara mana barnootaa isaa galuun hojiirra oolchuu kan dandda'u yaadaafi qalbii yoo hordoftaniidha. Kanaafuu, leenjicharratti hirmaannaa ho'aa akka taasisan, marii keessatti wanta hubannoo gaafatu irratti wal gaafachuun muuxannoo dabalataa gonfattanii akka galtan jechuun dhaamsa dabarsaniiru.
Walumaa galatti, rakkoo qulqullina barnootaan walqabatee barnoota Afaan Ingilizii(Ingiliffa) irratti barattoota keenya qunname bu'uura irraa furuuf bara 2016 barsiisota MB Bu'uura Boruu kan leenjifamaa turan yoo ta'u, amma immoo barsiisota kutaa 1-4 barsiisan leenjisuun dandeettii isaanii akka fooyyeffatan irratti hojjachuun kutannoo Biiroon Barnootaa Oromiyaa barnoota qulqulluu dhalootaaf dhiheessuuf hojjatu keessaa isa olaanaadha.
Karaa biraatiin BBOn gosoota barnootaa akka biyyaatti qabxiin gadi aanan irratti galmaa'an(#Afaan_Ingiliziifi_Herrega) irratti bu'uura irraa jijjiiruuf kan hojjataa jiru yoo ta'u, #Afaan_Oromoo irrattis barattootni kutaa 1-4 keessatti #dubbisuu_barreessuufi_herega shallaguu hin dandeenye akka hin jiraanne gochuuf jalqaba bara barnootaa irratti torban 6f barsiisotni hunduu duulaan akka barsiisan gochuun bara 2016 irraa eegalee bu'aan olaanaan mul'ateera.
Liinkii tana tuuyxee yoo galmooyte maallaqa bareedaa nyaachuu dandeessa guyyatti
👇👇👇👇👇👇👇👇
https://gracesfarm.com/login/register?inviteCode=81eac259
🎁Earn ETB10,700.00 in just two hours🎁
Abdi Shemshedin Ali invites you to earn money together! No investment required, everyone can withdraw money!
https://www.clickfnvwages.buzz/p?1001957980493151392
Namoonni baayyeen liin kii tana galmaayee irraa nyaachutti jira bilaashitti 👇👇👇👇👇
🎁Earn ETB10,700.00 in just two hours🎁
Abdi Shemshedin Ali invites you to earn money together! No investment required, everyone can withdraw money!
https://www.clickfnvwages.buzz/p?1001957980493151392
...
Tarree Omishaalee
VIP1bituu
1000 ta’e
gatii
200.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP2bituu
2000tti bara 2000
gatii
400.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP3bituu
4000 ta’e
gatii
800.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP4bituu
10000 ta'a
gatii
2000.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP5bituu
30000 ta’a
gatii
6000.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP6bituu
60000 ta'a
gatii
12000.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP7bituu
120000 ta’a
gatii
24000.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP8bituu
200000 ta’a
gatii
40000.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
VIP9bituu
300000 ta'a
gatii
60000.00 ta’a
Galii guyyaa guyyaa
70 guyyaa
marsaa
x
Taatee dhuma torbee maraataa:
Taatee maallaqa deebisuu bittaa dachaa oomishaa Dilbataa fi Wiixata sirnaan eegaluu. Yeroo lammaffaaf oomisha VIP bitachuu yeroo jalqabdu gatii oomishaa irraa %10 maallaqa deebisuu dandeessa. Bittaa dachaa cashback dachaa argachuu danda'a.
(Fakkeenyaaf, oomisha VIP1 gatii 1000ETB yeroo lammataaf erga bitatanii booda kallattiin maallaqa 100ETB deebisuu dandeessu)
Hubachiisa: 1: Oomishaaleen VIP hundi maallaqa sagantichaa deebifachuuf yeroo dachaa bitamuu danda’u, 2: Sagantaan kun kan hojjetu yeroo Dilbataa fi Wiixata bitame qofa
oomisha
bitame
Hiriyyoota affeeri
koo tuqii galmaahi
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6252161
Fayyadamtoota hundaaf dhuma torbee gaarii 🕯 hawwaa
Har'a Wiixata yoo ta'u, kunis yeroo boqonnaa hojjettoota keenyaati, garuu qamadii keenya ammallee bu'aa isiniif oomishaa jira.
Akkuma barame daldala qamadii guutuu fi bitachuu dandeessu, akkasumas daldala qonnaa akka barame beeksisuun komishinii, bonasii, fi bu'aa guyyaa guyyaa argachuu dandeessu✅
Galiin hundi ofumaan sirnichaan gara hafnaan herrega qonnaa keessanii 👌 tti qulqullaa'a
Rakkoon yoo isin mudate tajaajila maamiltoota keenyaaf ergaa nuuf ergaa, guyyaa Isniinaa dafnee akka furtan isin gargaarra. 🍀
Waa'ee US
GoldGem Afrikaa Kibbaatti waltajjii invastimantii onlaayinii bu'aa guddaa argamsiisudha. Faayidaa addaa fi raawwii amanamaa ta’een, GoldGem invastaroota guddina qabeenyaafi kunuunsa qabeenya barbaadaniif filannoo gaarii ta’eera.
Why choose toinvest in GoldGemStable value: Warqeen durii kaasee mallattoo qabeenyaafi sadarkaa ta’ee jira. Yeroo jeequmsa dinagdee gatiin warqee tasgabbaa’aa ta’uu qofa osoo hin taane, ol ka’uu kan barbaadu yoo ta’u, invastarootaaf balaa irraa fagaachuuf filannoo jalqabaa ta’a.
Dandeettii bu’aa olaanaa: Diinagdeen addunyaa jijjiirama itti fufee waan jiruuf fedhiin gabaa warqee keessattis jijjiiramaa jira. GoldGem irratti invastimantii gochuun keessumaa haala qaala’iinsa jireenyaa fi hir’ina gatii maallaqaatiin dinqisiifannaa kaappitaalaa guddaa fiduu danda’a.
Poortiifooliyoo invastimantii adda addaa: Warqee portfoolii invastimantii keessatti hammachuun balaa adda addaa haala bu’a qabeessa ta’een gochuu fi tasgabbii qabeenya waliigalaa fooyyessuu danda’a. GoldGem fedhii invastaroota adda addaa guutuuf oomishaalee invastimantii warqee adda addaa, warqee, saantima warqee fi ETF warqee dabalatee dhiyeessa.
Dhangala’aa cimaa: Akka maallaqa addunyaatti warqeen dhangala’aa gabaa garmalee cimaa qaba. Investarooti yeroo barbaadanitti GoldGem bitachuu fi gurguruu kan danda’an yoo ta’u, kunis maallaqni akka danda’amuu fi dhangala’aa ta’uu isaa mirkaneessuu danda’a.
Filannoo amanamaa gatii eeguu fi dinqisiifannaa: Addunyaa har’aa mirkanaa’uu dhabuu dinagdee dabalaa dhufe keessatti, GoldGem filannoo amanamaa gatii eeguu fi dinqisiifannaa ta’uun isaa shakkii hin qabu. Invastimantii yeroo dheeraa yookaan daldala yeroo gabaabaa yoo ta’e, GoldGem invastarootaaf bu’aa fi wabii tasgabbaa’aa kennuu danda’a.
Warqeen qulqullina olaanaa fi bu’aa olaanaa invastimantii warqee bakka bu’a. GoldGem filachuun bulchiinsa qabeenya ogummaa qabu qofa osoo hin taane, invastimantii ogummaa qabu gara fuulduraattis ta'a. Invastara dhuunfaa yookiin invastara dhaabbataa yoo taate, GoldGem qabeenya kunuunsuu fi dinqisiifannaa irraa eegamu guutuu danda’a, kunis daandii invastimantii kee caalaatti tasgabbaa’aa fi ifa taasisuu danda’a.
https://www.goldwinow.com/sign/up?invite_code=6252161
Irreecha UNESCO'tti galmeessuuf ni hojjetama-BATO
Irreechi ibsitu Sirna Gadaa keessa tokko waan ta'eef fuulduratti Dhaabbata Barnoota, Saayinsii fi Aadaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti galmeessuuf kan hojjetamu ta'uu Biroon Aadaa fi Tuuriizimii Oromiyaa beeksise.
Irreecha Ilaalchisuun Waltajjiin leenjii Ogeeyyii miidiyaaf qophaa'e gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Hoggantuun Biiroo Aadaafi Tuuriizimii Oromiyaa Aadde Jamiilaa Simbiruu hawaasaa taasisaniin, dameewwan utubaa diinagdee biyyattii keessatti eeraman keessatti Irreechi gumaacha akka taasisuu hojjechuun murteesaadha jedhan.
Ayyaanni Irreechaa tokkumaa fi obbolummaa cimsuuf gumacha olaanaa akka qabu kaasanii, qabeenyaa Aadaa kana hojii beeksisuu, qindeessanii dhalootaaf ol kaa'uuf gaheen miidiyaa olaanaadha jedhan.
Maalummaa irreechaa, waa'ee irreechaa hawaasni akka hubatu taasisuuf gaheen qaban murteesaa ta'uu dubbataniiru.
Irreechi walitti hidhamiinsa Sirna Gadaa waliin kan qabuu fi akkuma Sirna Gadaa UNESCO'tti galmeessuuf kan hojjetamu ta'uu Aadde Jamiilaan himaniiru.
Mootummaan xiyyeeffannaa eenyummaa, Aadaa, seenaaf kenneen, cabiinsa duraanii wal'aanuuf akka gumaachu kan hojjetamuudha jedhaniiru.
Miidiyaaleenis ayyaanichi qabeenya biyyaa ta'uutti dabalataan hambaa Addunyaa akka ta'u beeksisuu, barsiisuu fi hubachiisuuf hirmaannaa cimaa taasisuu akka qaban dhaamaniiru.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA
