cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

DAARUL HIJRAA Gabbisa sammuu Hubachiisaa diini

Chaanela @DaarulHijraaa Waan baay'e irraa barattu jedheen abdi qaba. Fulduratti Roga hundaan diin isaa guddisuuf imala eegale jira. @Hadiisu_Sahiih Guruppi keenyas @AllHashimslamicstudent

Show more
Finland2 395The language is not specifiedReligion & Spirituality98 660
Advertising posts
217
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

01:28
Video unavailableShow in Telegram
4.81 MB
Hanga feete jiraadhu numa duuta, Waan feetes jaalladhu adda baata, Waan feete hojjadhu galata numa galfamta. ๐ŸŒน๐ŸŒนJOIN &Sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @DaarulHijraaa
Show all...
Yoo dachiin odo ballina qabduu sitti dhiphatte, Ka'i gad bahiiti samiin kun akkamitti akka olfuudhamte fi isa samii olfuudhe san yaadadhuuti!! Innisan haajake jabduu jettee yaaddu san furmaata siif kennuurratti danda'aa mitii!!?? ๐ŸŒน๐ŸŒนJOIN &Sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @DaarulHijraaa
Show all...
Jechoota amantiirratti dubbannu halaallannu. Namni Diin islaama kana qishanaan ta'us dhugaan ta'uu qoosa godhee arrabse Innisan jecha saniin nikafra kufrummaa islaamummaarra nama baasu. Allaamata ibni Usaymiin [๐Ÿ“•Nuurun_aladdarbi]] ๐ŸŒน๐ŸŒนJoin & sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @Daarul_Hijraa
Show all...
#Ergamaan_Rabbii_Sallallaahu_alayhi_wassallam_akkas jedhan Erra Caalaan dalagaadhaa Haala arrabni kee Zikriin jiidhaa ta'een Addunyaarraa galuudha. [[๐Ÿ“• Sahiihil_Jaami'i]] ๐ŸŒน๐ŸŒนJoin & Sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @DaarulHijraaa
Show all...
Sifa Ergamaa rabbiitirra haga tokko. Ergamaan yeroo hunda nihiraaram akka dhalataniin osoon boqatin addunyaa adda bahan. Yeroo hunda nixinxalan. Callisuu baay'isuu Yoo dhimma tahe malee hin haasawan Qalbiin isaani nama hundaa fu laaftudha qalbii hin jabaatan Ni'imaa rabbiidha yoo xiqqaattes guddisani laalu. Ni'imaa san hin arrabsan hin xiqqeeffatan. Addunyaan isaan hin aarsitu isaan aarsuuttis bootaa hin qabdu. Lubbuu isaaniitiif Aaranii dallananii hin beekan Garuu Yeroo Seerri rabbii cabee daangaa dabrame hamma irraa kafalanitti dallansuu ibsatu. Ija isaani gad qabani deeman Nammi ija guutuun isaan laale nirifata nisodaata. Namni isaan wajjin hariiro qabu isaan jaallataa. Yeroo waliin taa'us addunyaa kanarra namni isa biratti jaalalaa fi kabajaa qabu akka isarra hin jirre hubata. Gammachuu namaaf fiduuf mokkoru malee Gammachuu namarraa hin balleessanu. Nama hundattu nikoflani kanarraa kan ka'e namayyuutu ana irra jaalata se'a. Waan Gaarii gaarii ta'uu beekani jabeessuu Waan badaa ykn hamaa ta'e hamaa ta'uu ibsani irra nama seeratu. Nama dhorku. nama araba ajama gosa kooti ilmaan kooti osoo je'in Haqaan wal qixxumman hojjatu . Hedduu Saalfatu. Ijji isaani heddu namarra hin turu walitti dhaabani nama hin laalan. Ifa akka aduu hangaa'u ykn ifu isaanirraa mullata Nama haajaa isaan gaafate haajaa baasan malee hin deebisan siif gahee han ga je'ani gaafatanitti. Gara dalagaa kayriitti daddafu ni'ariifatu. Join @DaarulHijraaa @DaarulHijraaa
Show all...
Gariin ilma namaa qajeeluma nifedhaa Namni Maal naanjedhaa Waan Sodaatuuf Tawbaa San Nilakkisa ykn nidhiisa. Yaa nama dhukkuba kanaan qabamtee jirtuu Waan armaan gadii kana dubbisi dawaa siif ta'a. Muhammad bini aslam akkan jedha. Ani Dugda abbaa kiyyaa keessatti Qobaa kiyyaan ture Garaa ummaa tiyyaa keessaas qobaa kiyyaan dhaqe Dugda duniyaarraas Qobaa koon dhufe Yeroo ruuhiin kiyya fuudhamuus Qobaa kiyyaan ture Qabrii keessaas qobaa kiyyan ka'ame Gaafi nakiiriif munkaris qobaa koon deebise Yoo jannatni naaf murtooftes ykn Azaabni naaf murtooftes Qobaa kiyyaan ture Fulduree allaahaatiis qobaan dhaabame Dalagaan kiyyaas miizanarra qobaa ko naaf ka'ame Yoon maati jannataa ta'ees Maati azaabaa ta'ees Qobaa kooti. Anaaf nama maaltu waliin nugahe Jedhee dubbii isaadha xumure ุฑุญู…ู‡ ุงู„ู„ู‡ Irraa hubatte jedheen yaada. [Hilyatul_Awliyaa'aุต(ูฉ/ูขูฃูข) @DaarulHijraaa @DaarulHijraaa
Show all...
Hadiisa nabiitiif of gadi qabu. #Abdallaah_ibni mubaarak_akkana jedhe Yeroo hadiisa nabii Sahiiha kan ta'e sitti dhufe Gad je'iiti fudhdhu. [[๐Ÿ“• Aqiidatu_Assalaf_lissaabuuni]] ๐ŸŒน๐ŸŒนjoin & sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @DaaruHijraaa
Show all...
#Ergamaan_Rabbii_Sallallaahu_alayhi_wassallam_akkas jedhan Erra Caalaan dalagaadhaa Haala arrabni kee Zikriin jiidhaa ta'een Addunyaarraa galuudha. [[๐Ÿ“• Sahiihil_Jaami'i]] ๐ŸŒน๐ŸŒนJoin & Sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @DaarulHijraaa
Show all...
Jechoota amantiirratti dubbannu halaallannu. Namni Diin islaama kana qishanaan ta'us dhugaan ta'uu qoosa godhee arrabse Innisan jecha saniin nikafra kufrummaa islaamummaarra nama baasu. Allaamata ibni Usaymiin [๐Ÿ“•Nuurun_aladdarbi]] ๐ŸŒน๐ŸŒนJoin & sher ๐ŸŒน๐ŸŒน Godhuu hin irraanfatinaa ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ @DaarulHijraaa @Daarul_Hijraa
Show all...
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.