428
Subscribers
No data24 hours
+57 days
+830 days
Posts Archive
Legal Advice!!
Legal Advice If You Lost Your ATM Card
.........................................................
If a bank customer, in accordance with the contract entered into with the bank, uses an ATM card to transfer money from his savings account, but accidentally loses the card and notifies the bank in writing, the bank is liable for any losses incurred in the account. The Federal Supreme Court has issued a binding legal interpretation in Case No. 96309. Therefore, the person whose ATM card has been lost must notify the bank in writing that it has been lost. If he does not notify, the bank cannot be held responsible if money is withdrawn from the ATM card.
Source: Nuraddin Shame
t.me/lawye98
#MANNEEN MURTII AADAA NAANNOO OROMIYAA
••
#KAAYYOO MANA MURTII AADAA:
• Hawaasni seera aadaa fi duudhaa bu’uureeffachuun wal diddaa akka hiikkatu taasisuu;
• Kenniinsa haqaa dhugaa fi haqa baasuu,akkasumas hariiroo hawaasummaa wal dhabdootaa cimsuu dandeessisu hojiirra oolchuu;
• Hawaasa naannichaa fayyadamaa tajaajila haqaa salphaa fi baasii xiqqaan kennamu fayyadamaa taasisuu;
• Sirna seeraa fi haqaa guddina aadaa,duudhaa fi afaan oromootiif gumaachu uumuu akka ta’e Labsiin Labsii Manneen Murtii Aadaa Naannoo Oromiyaa Hundeessuu fi beekamtii kennuuf Qophaa’e,Lakkoofsa 240/2013 keessatti ibsameera.
#GAADDISA
•••
Bakki hojiin Mana Murtii Aadaa hojii isaa itti gaggeessu labsicha keessatti moggaasni GAADDISA jedhu(Manneen Murtii idilee biratti dhaddacha jedhamee kan beekamu) kennameefii jira.Bakki kunis Gaaddisa Mukaa jala,galma addatti kaayyoo kanaaf ijaarame ykn kanneen biroo ta’uu akka danda’us Labsicha keessatti ibsameera.
#GURMAA’INSA MANA MURTII AADAA
•••
Manni Murtichaa gurmaa’insa Mana Murtii Aadaa Sadarkaa Jalqabaa (Gandoota irratti hundaa’uu) fi Mana Murtii Aadaa Oldabarfataa (seera ammayyaatiin ol'iyyannoo isa jennuu fi Aanaalee fi Magaalota irratti hundaa’u) kan qabaatu ta’uun ibsameera.
Manneen Murtii Aadaa sadarkaa lameenuu irra jiran walitti qabaa jaarsolii,jaarsolii aadaa shan yoo xiqqaate takka dubartii of keessaa qabu, barreessaa fi akkuma barbaachisummaa isaatti hojjataa biraa qabaachuu akka danda’us seericha keessatti eeramee jira.
Barreessaan Mana Murtii Aadaa dorgomsiifamee kan qaxaramu ta'uu Labsii Mana murtii Aadaa Lakk.240/2013 kwt 19 jalatti tumamee jira.
Madda galii Manneen Murtii Aadaa keessaa tokko buusii Ummata irraa akka ta'e Labsii Mana murtii Aadaa Lakk.240/2013 keewwata 35 jalatti tumamee jira.
Qaamni kamiyyuu dhimmoota seera kanaan hammataman hojiirra oolchuuf dirqama akka qabu Labsii Mana murtii Aadaa Lakk.240/2013 keewwata 40 jalatti tumamee jira.Qaamni kamuu akkaataa seerri kun jedhuun Gaaddisa ykn Mana Murtii Aadaa ijaaruuf fi ijaarsisuuf dirqama qaba.
#AANGOO FI BU’UURA AANGOO MANA MURTII AADAA
•••
Manni Murtii Aadaa jalqabaa dhimmoota maatii fi hariiroo hawaasaa;yakkoota dambii darbuu fi kanneen himannaan isaanii iyyannaa nama dhuunfaatiin dhiyaatan ilaalee hiikuuf aangoo akka qabu;Manni Murtii Aadaa Oldabarfataa immoo dhimmoota Mana Murtii kanatti murti dhumaa argatan irraa komii ka’u qofa ilaaluuf aangoo akka qabu Labsii keessatti tumameera.
Gama biraatiin bu’uurri aangoo Mana Murtii Aadaa fedhii gareewwan lamaanii ta’uun ibsameera.
#OL IYYANNOO
•••
Namni Murtii Mana Murtii Aadaa Jalqabaa irraa komii qabu, komii isaa Mana Murtii Aadaa Ol dabarfataatti dhiyeeffachuu ni danda’a.
Namni Mana Murtii Aadaa Ol dabarfataa irraa komii qabu, komiin isaa kanneen Labsii Mana murtii Aadaa Lakk.240/2013 keewwata 33(2) jalatti tumame keessaa tokko yoo ta’e,Mana Murtii Aanaatti (Mana Murtii idileetti) dhiyeeffachuu ni danda’a
DhIjMMWO LGMM 453487 ta'e irratti dhimma ol iyyannoo Mana Murtii Aadaa irraa dhiyaatu ilaalchisee Manneen Murtii Ol'aanaa fi Manni Murtii Waliigalaa aangoo kan hin qabne ta'uu murtii dirqisiisaa waan kenneef, namni Murtii Mana Murtii Aanaa irraa komii qabu kallattiin Dhaddacha Ijibbaataa Mana Murtii Waliigalaa Oromiyaatiif dhiyeeffachuu danda'a jechuudha..
#UUNKAA_HIMANNAA_QABIYYEE_LAFAA
Guyyaa -----------
Mana Murtii ---------------------------- tiif
-------------------- Himataan:Obboo--------------------------------------
Teessoo----------------------------------------
Himatamaan:Obboo -------------------------------- Teessoo---------------------------------------
Himanni kun waa’ee falmii lafaa ta’ee himatamaan qabiyyee koo bal’inni isaa---- ta’e seeraan ala na jalaa qabate gadi lakkisiisuuf kan dhihaateedha.
1.Manni Murtii kun himannaa kana ofitti fuudhee ilaalee murteessuuf aangoo ni qaba.
2.Ani himataan falmii kiyya abukaatoon falmadha,kan himatamaa hin beeku.
3.Himataa fi himatamaan dandeettii seeraa ni qabna.
4.Himanni kun ulaagaa seera deemsa falmii hariiroo hawaasaa keewwattoota 222 fi 223 tiin guutamee kan
dhihaateedha.
5.Waraqaan waamichaa himatamaaf karaa Bulchiinsa Ganda----- tiin haa dhaqqabu.
#TARREE_HIMANNAA_KIYYA
Himannaa kana dhiheeffachuu kan danda’eef,himatamaan kun qabiyyee lafa kiyya ta’e Aanaa---Ganda -- keessatti argamu bal’inni isaa ----- ta’e daangaan isaa Bahaan fi Kaabaan ---,Lixaan fi Kibbaan--- jidduutti argamu sirna mootummaa-----keessa bara --- hiroodhaan mootummaa irraa argadhee itti fayyadamaa osoo jiru guyyaa ----seeraan ala waan na jalaa qabateef,Bulchiinsa Gandaatti iyyadhee jaarsolii bitaa mirgaa nu filachiisee jaarsolii filannee turre lafti falmii kaase kun qabiyyee lafa dhuunfaa kiyya ta’uu bu’aa jaarsaa gaafa -----mallattaa’eera.Haa ta’u malee,himatamaan bu’aa jaarsolee irratti amane lafa kiyya gadi naaf lakkisuu dideef,himatamaaf waamichi taasifamee dhiyaatee qabiyyee koo daangaa fi bal’ina isaa armaan olitti ibsame akka gadi naaf lakkisuu fi baasiif xaarii durgoo abukaatoo dhibbeentaa-----waliin akka naaf kanfalu akka naaf murtaa’u kabajaan gaafachaa,himanni kun dhugaa ta’uu bu’uura SDFHH keewwata 92
tiin nan mirkaneessa.
Maqaa --------------, Mallattoo---------
▬▬▬▬▬▬ #Fuula_1ffaa ▬▬▬▬▬▬▬
Guyyaa------------
Mana Murtii---------------------------- tiif
------------------- Himataan:Obboo--------------------------
Teessoo------------------------- Himatamaan:Obboo-----------------------
Teessoo isaa----------------
Ibsa ragaa bu’uura seera deemsa falmii hariiroo hawaasaa keewwata 223 tiin dhiyaate.
1. #Ragaa_barreeffamaa
1.1.Waraqaa ragaa abbaa qabiyyummaa Lakk.Addaa----guyyaa—naaf kenname fuula ----garagalcha waliin,haadhoon ana harka jira.
1.2.Bu’aa jaarsaa bitaa mirgaaf Gandatti dubbatame guyyaa--- barraa’e fuula --- garagalcha isaa waliin.
2.Ragaa namaa
2.1.Obboo------------
2.2.Obboo-----------
2.3.Obboo-----------
2.4.Aadde----------
Teessoon isaanii--------------.
Ibsi ragaa kun hanga ani beekutti dhugaan kan dhiyaate ta’uu isaa bu’uura seera deemsa falmii hariiroo hawaasaa keewwata 92 tiin ni mirkaneessa. Maqaa-------------, Mallattoo----------
Galatoomaa!
https://vm.tiktok.com/ZMS13C8MX/
--------
https://vm.tiktok.com/ZMS13C8MX/
Mana Mootummaa (Kabalee)Dursa argachuu kan qabu Eenyu ☝️☝️☝️
--------
የመንግስት ቤት (ካባሌ) ማን ቅድሚያ ሊሰጠው ይገባል ☝️☝️☝️
Waliigaltee Kiraa mana mootummaa/gandaa ilaalchisee ijaarsi dabalataa mana gandaa kiraan qabatame irratti raawwatamus ta’ee waliigalticha irratti bu’aa akkamii akka hordofsiisu ======================
Hiikkoo Dh Ijbta MMWF glme Lkk 245889 ta’erratti gaafa 05/02/2017 kenname waliin kan ilaalame============================
Yeroo hedduu mana mootummaa B/Gandaa irraa waliigaltee kiraatiin namoonni qabatanii tajaajila mana jireenyaa fi ykn daldalaaf ittifayyadamuun kan beekamu yoo ta’u mana haala kanaan waliigaltee kiraan qabatan beekamtii fi eeyyama kireessaa malee haaromsuu fi ykn dallaa keessatti mana dabalataa Ijaaruu bira darbee dabarsanii namoota biroo garee 3ffaatti kireessuu fi darbee darbee gurguruunis nimul’ata. Sababa kanaan falmiin qaama mootummaa ilaallatu (yeroo hedduu B/Gandaa) fi kireeffataa manichaa fi ykn garee 3ffaa kireeffataa jalqabaa irraa kiraan ykn bittaan argate giddutti nika’a.
Manneen murtiitis murtii garaagaraa kan kennan yoo ta’u kana irratti manicha beekamtii fi eeyyama kireessaa malee haaromsuu, dabalataan ijaaruus ta’ee garee 3ffaatti dabarsuun gochaa seeraan alaa waliigaltee kiraa adda kutuuf dandeessisu ta’uu fi haaromsa taasifames ta’ee mana dabalataa ijaarames kireeffataas ta’ee gareen 3ffaan sababa tokko malee gad-lakkisuuf kan dirqaman akka ta’e Dh Ijbta galmee olitti caqafame irratti hiikkoo kennee jira.
Himannaa fedhiin addaan kutuu fi bu'aa isaa ilaalchisee DhIMMWF Lakk.Galmee 220782 dhaddacha gaafa 26/03/2015 ooleen murtii kenneen "....himataan himannaa dhiheeffate jiru hordofuuf ykn addaan kutuuf mirga guutuu ni qaba, himannaa isaa akka addaan hin kutne(hin kaafanne) dirqisiisuun hin dandahamu.Bu'aan himannaa addaan kutuus:-qaamni himannaa isaa gartokko ykn guutumaan guutuutti addaan kute dhimma sana irratti himannaa haaraa hundeessuu hin danda'u(mirga himannaa haaraa hundeessuu isaa ni dhaba).
Dhimma gartokkeen ykn guutumaan guutuutti adda cite sana irratti himannaa haaraa hundeessuuf,himatni sun hayyama Mana Murtiitiin kan addaan cite ta'uu qaba.Kanaaf,himannaa hayyama Mana Murtii malee kan adda citu yoo ta'ee mirga himannaa haaraa dhiyeeffachuu nama ni dhabsiisa" jechuun SDFHH Kwt. 278(2) waliin wal qabsiisuun hiikoo kennee jira.
Repost from Jemal Kumbi
Murtii Manni Murtii tokko Aangoo Hundee Dubbii Otuu Hinqabaatin kennuu fi Bu’aa Isaa
=================
Barreeffama gabaabaa obbo Tewodroos Yhaabtaamneshiin barreeffame.
ፍርድ ቤት አንድ ጉዳይ በቀረበለት ግዜ ክርክሩን ወደ መስማት ከመሄዱ በፊት በቀረበው ጉዳይ ላይ ሥልጣን ያለው መሆኑን በተለይ የሥረ ነገር ሥልጣን (material Jurisdiction) ያለው መሆን አለመሆኑን በቅድሚያ ማጣራት ያለበት ሲሆን የፍታብሔር ሥነሥርአት ሕጋችንም ይህን አጥብቆ ያሳስባል።
💚🧡🧡❤️❤️❤️💙💙💙❤️🧡💚
ፍርድ ቤት አንድን ጉዳይ ለማየት የስረ ነገር ስልጣን የለውም የምንልባቸው ሁኔታዎች የሚከተሉት ናቸው
❶ኛ በሕገ መንግስቱ አንቀፅ 37 መሠረት ጉዳዩ በፍርድ ሊወሰን የማይችል (non- justiciable matter) ሲሆን።
❷ኛ የቀረበው ጉዳይ በፍርድ ሊወሰን የሚችል ቢሆን እንኳን ጉዳዩን ለማየት በህግ የዳኝነት ስልጣን የተሰጠው ሌላ የ ዳኝነት አካል ሲሆን።
❸ኛ ጉዳዩ በመደበኛ ፍርድ ቤት ሊታይ የሚችል ቢሆን እንኳን ባይነቱ /subject matter/ ወይም በገንዘብ መጠኑ /pecuniary/ ተቀብሎ እንዲያይ በሕግ ያልተፈቀደለት ሲሆን።
❹ኛ በሕገ መንግስቱ የተሰጣቻው በውክልና የማየት ስልጣን እንደተጠበቀ ሆኖ ክልሎች በፌደራል ፍርድ ቤቶች የዳኝነት ሥልጣን ስር የሚገኙትን በቀጥታ ወስደው ማየት አይችሉም በተመሣሣይ የፌዴራል ፍርድ ቤቶችም በክልል ፍርድ ቤቶች የዳኝነት ስልጣን ስር የሚገኙትን ጉዳዮች ለማየት የሥረ ነገር ስልጣን የላቸውም።
ፍርድ ቤት ጉዳዩን ለማየት የሥረ ነገር ሥልጣን በሌለው ግዜ ሊከተል የሚገባው ሥነስርአት
➡️ ፍርድ ቤቱ የሥረ_ነገር ሥልጣን የሌለው መሆኑን የተረዳው ገና ከጅምሩ ክሱ በቀረበለት ግዜ እንደሆን ተከሳሹን ከመጥራቱ በፊት በፍ/ሥ/ሥ/ህ/ ቁጥር 231 መሠረት አቤቱታውን ውድቅ አድርጎ መዝገቡን መዝጋት ይኖርበታል።
➡️ በፍ/ሥ/ሥ/ህ/ ቁጥር 231 መሠረት ፍርድ ቤቱ ክሱን ለማየት ሥልጣን የሌለው መሆኑን ሳያረጋግጥ ክርክሩን የሰማ እንደሆነ ፍርድ ቤቱ የሥረነገር ሥልጣን የሌለው መሆኑን ከተከራካሪ ወገን መቃወሚያ(244(2)) ሲቀርብለት የክሱን ማመልከቻ ውድቅ በማድረግ ተከሳሾቹን ማሰናበት ይኖርበታል።
➡️ እንዲሁም ከተከራካሪ ወገን መቃወሚያ ባይቀርብ እንኳን ፍርድ ቤቱ ጉዳዩን ለማየት የ ሥረ ነገር ሥልጣን የሌለው መሆኑን ፍርድ ከመስጠቱ በፊት በማንኛው ግዜ ከተረዳው መዝገቡን ዘግቶ ተከራካሪዎችን ማሰናበት ይኖርበታል።
አንድ ፍርድ ቤት ጉዳዩ ላይ የሥረ ነገር ስልጣን ሳይኖረው የሚሰጠው ውሳኔ የሚያስከትለው የሕግ ውጤት
➡️ ፍርድ ቤት በሕግ ከተሰጠው የስረ ነገር የዳኝነት ስልጣን ውጭ የሆነ ጉዳይ በማየት ውሳኔ የሰጠ እንደሆነ በክርክር ሂደት ውስጥ የሥነሥርዓት ጉድለት (procedural irregularity) መፈፀሙን ያሳያል። የሥነሥርዓት ጉድለት ፍርድ ቤት ሕጉ ያስቀመጠው ሥነሥርአት ወይም ደምብ ሳይከተል ሲቀር የሚፈፀም ግድፈት ነው።
➡️ በመሠረቱ የሥነሥርዓት ጉድለትን መሠረት በማድረግ የክርክሩ ሂደት እንዲሠረዝለት ጉዳዩን ለወሰነው ፍርድ ቤት ከማመልከት በስተቀር ወይም በተሰጠው ውሳኔ ምክንያት ካልሆነ በስተቀር በሥነሥርዓት ጉድለት ምክንያት ብቻ ይግባኝ ማቅረብ አይቻልም (በፍ/ሥ/ሥ/ህ/ ቁጥር 211(1) ይመለከቷል)።
➡️ የሥነሥርዓት ጉድለት የተፈፀመበት ጉዳይ ላይ ፍርድ ቤቱ ውሳኔ በሰጠ ግዜ ውሳኔው ላይ ይግባኝ ካልቀረበበት ወይም ይግባኝ ቀርቦበት በይግባኝ ሰሚው ፍርድ ቤት የፀደቀ እንደሆነ ውሳኔው አስገዳጅና የመጨረሻ ነው (በፍ/ሥ/ሥ/ህ/ ቁጥር 212 ይመለከቷል) ።
➡️ የያዝነውን ጉዳይ በዚህ አግባብ ስናየው አንድ ፍርድ ቤት በሕግ ከተሰጠው የስረ ነገር የዳኝነት ሥልጣን ውጭ የሆነ ጉዳይ በማየት ውሳኔ ሰጥቶ ቢገኝ የሥነሥርዓት ጉድለት (procedural irregularity) የተፈፀመ ቢሆንም የሥነሥርዓት ጉድለት የተፈፀመበት ውሳኔ በይግባኝ ታይቶ እስካልተሻረ ድረስ ውሳኔው የመጨረሻና አስገዳጅ ነው።
➡️ ስለዚህ የሥረ ነገር ሥልጣን የሌለው ፍርድ ቤት በጉዳዩ ላይ ውሳኔ በሠጠ ግዜ ተከራካሪ ወገን ውሳኔው ላይ በይግባኝ ሥነሥርዓት ሕጉ መሠረት ቅሬታ ሳያቀርብ ወይም አቅርቦም ይግባኝ ሰሚው ፍርድ ቤት ውሳኔውን ያፀናው እንደሆነ ውሳኔው በፍ/ሥ/ሥ/ህ/ ቁጥር 5/1/ መሠረት የመጨረሻ ውሳኔ በመሆኑ በዚያው ጉዳይ ላይ ፍርድ ቤት ክስ ለማቅረብ የሥነሥርዓት ሕጉ አይፈቅድለትም።
የፌዴራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በዚህ ዙርያ አስገዳጅ የሕግ ትርጉም ሰጥቷል (ቅፅ 15 የሰ/መ/ቁ. 85718, ሰኔ 03 ቀን 2005 ዓ.ም)
የሥረ ነገር ሥልጣን ሳይኖር የተሰጠ ውሣኔ በይግባኝ ታይቶ እንዲታረም ካልተደረገ በስተቀር በፍ/ሥ/ሥ/ሕግ ቁጥር 212 መሠረት በጉዳዩ ላይ አስገዳጅነት ያለውና የመጨረሻ ውሣኔ ነው፡፡ ውሣኔ ሥልጣን ባለው ፍርድ ቤት በይግባኝ ወይም በሰበር ታይቶ ባልተሻረበት ሁኔታ በዚያው ጉዳይ የሚቀረብ ክስ የፍ/ሥ/ሥ/ሕግ ቁጥር 5/1/ የሚቃረን በመሆኑ ተቀባይነት የሌለው ነው፡፡
Proclamation 1263/2021
Definition of Power and duties of the Executive Organs of The FDRE.
Repost from ⛤ Karam Tamaam ⛤
Qajeelfama Haaraa:
Qaj. naamusa hojjattoota Biiroo Lafaa Lakk.4/2017
የኦሮሚያ ክልል መሬት አስተዳደር ቢሮ ሰራተኞች ስነምግባር መመሪያ ቁ. 4/2017
Repost from ⚖️Shields Law🇪🇹 የህግ አገልግሎት / Legal service ⚖️
የፌደራል ጠቅላይ ፍርድ ቤት ሰበር ሰሚ ችሎት በ2014/15 ዓ.ም. የተሰጡ አስገዳጅ የህግ ትርጉሞች በአጭሩ ተመርጠው የተዘጋጁ / ሙሉ መፅሃፍ/
በዳንኤል ፍቃዱ (ጠበቃና የህግ አማካሪ)https://t.me/Shields_Law
👉Kun Qoraattii Qaraatii- dhugaa dhoksuuf sobee yoon kakadhe, qe'een koo qoraattiin haacufamu; qe'een koo haa onu; qe'een koo qoraattii qaraatiin cufamee horteen koo lafatti hin hafiin; dhalee hin dabaliin; dhala malee nahaa ambisu; hortee malee sanyii malee nahaa hambisu. Qe'een koo qe'ee gumaa haata'u; Qoraattii qabatee kakachuun manni qaban qoraattiin cufamee akka onutti, qe'ee gumaa akka ta'utti hiikama.
👉Kun Dhiiga Soba yoon itti make dhiiga koo haa dhangalaasu; kan hortee koos haadhangalaasu; dhiigni koo dhangala'ee gumaa hin argatiin; sobaan dhiiga buruksee yoon kakadhe dhiigni koo haa buruqu. Namni dhiiga namaa dhangalaase, akka dhiigni isaa dhangala'utti hiikama. Dhiiga ititaa keessa harka kaa'ee buruksee kakachuun, dhiigni isaa dhangala'ee akka gumaa hin argannetti hiikama. Namni sobaan dhiiga buruksee sobaan hin kakatu.
👉Kuni Gogaadha- Yoon dhugaa dhokse akka gogaa kanaa nahaa gogsu; gogaa kanarran gangaladheen kakadhee alli koo manni koo haa gogu; (lukee ta'ee kan bakka bu'e yoo shakke dura gogaarra gangaladhuu kakadhu jedheetu kaksiisa; yoon sobee isin kaksiise kan isin kakattan nattaa garagalu jedheet kakataaf namichi dabdee hojjate) Sobaan yoo kakate, kakaan sun akka isaafi hortee isaatti deebi'utti hiikama.
👉kuni Qajiisa Mataati/ Guduruu Mucaati- qajiisa/guduruu mucaa kootii kutee sobaan yoon kakadhe kokkeen mucaa kootii haa citu; (qajiisti/guduruun kokkee bakka bu'a ykn hiikama). Namni yakka raawwate jedhamee shakkame nama lukeeta'uuf yoo dhabe, qajiisa mataa mucaa isaa kutee, kokkeen mucaa kootii haacitu jedhee kakata.
👉kuni Eegee Sa'aatii dhugaa dhoksuuf sobee eegee sa'aa muree yoon kakadhe, horiin naaf hin horiin; mooraan koo haa onu; yoon sobee kakadhe Waaqni na uume naadeegsu; yoon sobe kakadhe, mooraan koo qullaa haata'u; dharaan yoon kakadhe dabni kun ilmoo koo hin hanqatiin. (horiitu jalaa dhuma jedhameetu hiikama ykn eegeen sa'aa qabeenya horiitti hiikama). Oromoon ilmoo isaatti aansee horii isaa caala waan jaalatu hin qabu. Oromoo biratti namni eegee sa'aa mure mortuudhak jedhama. Hawaasa waliin jiraachuu ni rakkata. Eegee sa'aa muruun namni sun akka deegu, waan itti falfalaniin wal qabata. Eegee sa'a murameetiin kakachuun akka horiin isaa harkaa dhumee deegutti hiikama.
👉Kuni Daaraadha- dhugaa dhoksuuf sobee yoon kakadhe jireenyi koo daaraa haa ta'u; qe'een koo daaraa haa ta'u; qe'een koo haa gubatu; Karri koo daaraa haa ta'u, sanyiin facaase naaf hin margin; waantin qabu daaraa ta'ee harka qullaa nahas ambisu, jedhaniitu kakatu. (daaraan hiyyumaatti hiikama).
Kakaawwan kakataman kanarraa hubatamuun kan danda'amu, kakaan dhugaa jiru tokko mirkaneessuuf ykn qulqullummaa ofii ittiin ibsuudhaan dhugeeffachuuf kan raawwatu ta'uu isaa hubanna. Warri wal ajjeese deebisanii haaloo akka walitti hin kuufneef, badii ragaa hin qabne qulqulleessuuf, kan wal miidhe lamuu deebi'ee akka wal hin gaarreffanneef kaksiisuun dhugaa jiru mirkaneeffachuun akka danda'amuuf kakaan raawwachuu isaat hubanna. Ajjeesanii dhoksuuf kakachuun dheekkamsa Waaqas hortee sanarratti akka dhufutu hubatama. Dabalataanis, meeshaaleen ulfoo kakaan ittiin raawwatu hawaasicha biratti hiika inni qabutu hubatamuu danda'a Namni jiruufi jireenya qabu, namni dhalaafi fira qabu, Oromoon dhugaa dhoksuuf sobaan akka hin kakannetu hubachuun danda'ama.
Kanan dubbise irraa
Kutaa 2ffaan itti fufa......
https://t.me/AboutLawus
Yeroo Ammaa kana Manneen murtii Aadaa haqa dhokate baasuu irratti xiyyeeffannoo guddaan hojjetamaa jira Haa ta'u garuu dhaloonni ammaa waa'ee sirna Kakuu,Waa'ee Lukeewwan Kaksiisuun Waadaa Galchuu hubannoo cimaa waan hin qabneef sirriitti barsiisun barbaachisaadha.
Adeemsa sirna gumaafi gumee keessatti raawwiin sirna lukee bakka buufachuutti aanu, sirna anxaxii cabsuu ykn sirna kakannaa lukoo jedhama. Aadaa Oromoo keessatti kakaafi waadaan kan baay'ee walitti dhiyaatu illee yoo ta'e, adda addummaa qabu. Kakaan dhugaa jiru tokko mirkaneessuuf ykn qulqullummaa ofii ittiin ibsuuf kan raawwatamudha. Waan tokko dhugeeffachuuf kakatama. Namootni wal dhaban ykn wal ajjeessan deebisanii haaloo walitti akka hin kuufneef, badii ragaa hin qabne qulqulleessuuf, kan wal miidhe lamuu deebi'ee akka wal hin gaarreffanneef kaksiisu. Dabdee dhoksaan raawwate, bakka shakkiin jirutti kaksiisaniitu dhugaa jiru mirkaneeffatu.
Oromoon sirna lukaafi lukee lakkaawwachuutiin dhugaa jiru qotee baasa. Dhugaa baasuudhaaf hawwii hawaasti Oromoo qabu mirkaneessa. Hawaasa Oromoo biratti dhugaan ilma Waaqaati; waan jedhamuuf lukeen sobaan kakachuun cubbuu jiru gara qe'ee isaafi hortee isaatti fida jedhamee waan yaadamuuf kakachuun dura firaan mar'atee qulqulleeffata. Lukootni lakkaa'aman edda raawwii yakka sanaa qulqulleeffatanii booda, dhugaa ba'anii kakatu. Kakaan sun kan miidhu isa kakate qofaa otoo hin taane, hortee isaa hunda waan ta'eef kakaan dura gadifageenyaan fira qoratee qulqulleeffata. Uummata Oromoo biratti ajjeesanii dhoksuun dheekkamsuu Waaqaa fida jedhamee amanama.
Lukaafi lukeen edda qulqullummaa yakka raawwatame jedhame adda baafatanii booda meeshaa ulfoon armaan gadii dhiyaatanii kakaa qulqullummaa mirkaneessu kakatu. Meeshaan ulfoo kunis: eeboo/ waraana shan, qaqaa, qoraattii, dhiiga hitite, gogaa, qajiisa mataa, eegee sa'aa, daaraa, okolee, ibidda, boolli haaraan ni qofforama, lukoowwan hundi boolla qotametti harka qabanii yoo dhugaa dhoksine, hiikama; garaan bakka icitii itti qabatan dhoksaa gadi fagoo bakka bu'a. Waaqni nu uume boolla qotame kana keessatti nuhaa dhoksu. Boolli garaatti hiikkama garaan bakka iciitii itti qabatan dhoksaa gadi fagoo bakka bu'a. sirritti qorachuufi boollatti aggaamuun yoo sobanii dhugaa kana dhoksan boolla keessa nahaa galchu; nuhaa awwaalu jechuudha jedhameet uummata Oromoo biratti amanama.
👉Kun Ibiddaa-dhugaa yoon dhokse abidda ta'ee nahaagubu. ibidda qapheen kakadhee jireenya kootti Waaqayyo ibidda haa qabsiisu; alaa manatti tasgabbi nahaa dhorku, jireenyi koo haa unkuramu; nama kana deeggaruudhaaf sobee yoon kakadhe ibiddi koo haadhaamu; labatni koo haacitu; dhallifi dhalchi koo qe'ee kootti hin hafiin jechuutti hiikama. Manni ibidda hin qabne onadha, qe'een koo haa onu jechuudha; kan qe'ee hin qabne jireenya hin qabu; manni koo haa barbadaa'u haagubatu jechuudha. (ibiddi jireenyatti hiikama).
👉Kun Eeboodhaa/ Waraanaa- yoon dhugaa dhoksuuf sobee kakadhe eeboon namaa yoo na dhabe eeboon Waaq nan dhabiin; jinfuutti ijjadheen kakadhee jifuun naaf hin qajeeliin; yoon dhugaa dhoksuuf sobee kakadhe waraana hamaa natti haa ajaju, waanni hamtuun nahaa quunnamu jedhanii kakatu. Namni jireenya qabu, namni qabu namni Waaqa sodaatu jinfuu eebootti eijatee dharaan hin kakatu (eeboongadhee carraa hamaatti hiikama)
👉Kun Qaqaadhaa- Sobee haqa jiru yoon dhokse, mannin ijaaradhe naaf hin qaqaa'iin: Manan ijaarradhe keessa umurii dheeraa nan jiraachisiin: umurii dheeras naaf hin kenniin: kanan jaarradhe keessa oolchee nan bulchiin: mannin uni ijaaradhe, kanan keessa jiraadhu, itti horu, itti ulfaadhu naaf hin ta'iin jedhanil kakatu. (qaqaan umurii dheeraafi jireenya tasgabaa'aatti hiikama)
👉Kun Okoleedhaa-Dhugaa jiru dhoksuuf yoon sobee kakadhe Okoleen koo haa fannifamu, jechuun qulqullummaa nama yakka raawwate jedhamee shakkameef dhugaa ba'u. Okoleen loon bakka bu'a. Okolee dhabuun aannan dhabuudha. Aannan dhabuun loon dhabuudha mul'isa. (Okolee kee haagogsu jechuun loon si harkaa haa dhabaman ykn haacitan jechuutti hiikama)
