cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

New Generation Afaan oromoo

media kun wontoota gurguddoo lamaaf kan dhabbate yommu ta'u. innis⚡Barnoota fi gaafilee ⚡gorsa jireenya ♥seena islaama ✅oduu ammee ✅oduu fi dinqiwwan garagaraa ✅jechoota hayyoota ✅wa

Show more
Finland3 459The language is not specifiedReligion & Spirituality100 006
Advertising posts
229
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

𝗚𝗮𝗹𝗺𝗮 𝗸𝗲𝗲 𝗯𝗶𝗿𝗮 𝗴𝗮'𝘂𝘂𝗳 𝗚𝗢𝗥𝗦𝗔 11 ☟︎ 1️⃣. Barreeffamaan yaadi. Kaayyoon waraqaarra hin jirre hin jiru. 2️⃣. Gaaffilee: maal, eessa, yoomii fi akkamitti? 3️⃣. Galma yeroon daangeessaa: galmi yeroo hin qabne abjuu qofa. 4️⃣. Mee si malee eenyutu galma kee irraa fayyadamaa akka ta'u yaadi? 5️⃣. Galma bifa mirkaneessaatiin yeroo ammaa keessatti bocu. 6️⃣. Galmoota galmoota xiqqaatti qooduun, galma sana galmaan ga’uuf haala bal’aa qopheessuu. 7️⃣. Gocha kee gara galma keetiif itti gaafatamummaa fudhadhu. 8️⃣. Bu’aa gidduu galeessa galma ga’iinsa murteessuu. 9️⃣. Mee waa’ee dhuma sanaa yaadi malee waa’ee mala ittiin galmaan ga’uu dandeenyu miti. Bakka dhumaa itti deemtu kaa'iitii deemi. 1️⃣0️⃣. Fakkii egeree, bakka galma itti galmaan geessan uumuun fakkii kana sirreessaa. 1️⃣1️⃣. Akka waan milkaa'inni wabii siif kennameetti amala qabaadhu. 『🇬‌‌🇦‌‌🇱‌‌🇦‌‌🇹‌‌🇴‌‌🇲‌‌🇦‌』 @jechootaGamnaa
Show all...
Q~3 ✓Seenaa islaamaa keessatti namni yeroo jalqabaaf Masagiida Aqsaa bane eenyu?Anonymous voting
  • a) Umar Ibnul Khaxxaab
  • b) Khaalid Ibnu Waliid
  • c) Abdallaa Ibnu Zubeeyr
  • d) Mu'aawiyyaa Ibnu Abu Sufiyaan
0 votes
Photo unavailableShow in Telegram
✅Namni du'e jalqaba yeroo qabrii keessatti Rabbiin lubbuu isatti deebisu akka du'e ofii hin beeku. ✅Essaan jira jedhee ofii laala yeroo uffata isaa laalu uffanni isaa kan inni dur beeku hin jiru Akkas jechuun of gaafata eessa jira shamiziin koo eessa jira tichertiin koo jedha. ✅Amma bakka kophaas akka jiru yaadatee gandi kun hedduu isa yaachisee akkas jedhee nama gaafa aduunyaarra jiru isatti dhiheenya qaban waama ♥️Yaa fulani ♥️Yaa fulaan ♥️Yaa abalu ♥️Yaa abalu ✅Jedhee warra aduunyatti isa cinaa dhaabbatee waa hundarratti isa jajjabeessaa ture hunda maqaa isaanii hunda erga waamee booda namni tokko akka isatti hin dhufne erga hubatee booda gandi kun ganda qabrii jedhamu san ta'uu hubatee. ✅Gama rabbii isaa deebi'ee Yaa Rabbi Yaa Rabbi jechuu eegala, Achi booda yoo inni aduunyaaratti nama gaarii dalagaa ture ta'e Malaa'ikaan lama isatti dhufanii 👨‍🎓Waa sadi 3 isaa gaafatan:• ♥️Rabbiin kee eenyu ? ♥️Nabbiin kee eenyu ? ♥️Diin kee maali ? ✅Yoo gaafii sadeen kana deebise isa gammachiisanii mana isaa kan jannata keessaa isa gar siisanii akkas isaan jedhan osoo ati nama gaarii dalagatu ta'uu baattee manni kee kana jedhanii ibidda jahaannam keessaa isa gar siisan yeroo kana ni jedha yaarabbi qiyaamaa amumma taasisi. ✅Yoo nama gaafii san sadeen deebisuu hin dandeenye taate isa dhawan burusha hadiidaatiin ammas lubbuu isatti deebisan iyyeensa inni iyyu namaa fi jinnii malee uumamni hundi ni dhageha hulaa jannataa bananii mana isaa kan inni osoo gaarii dalagatee seenu isatti mul'isan ni gammada manni kee kana jedhanii hulaa jahannam isaaf bana akkana jedha Yaa Rabbi qiyaamaa narratti hin taasisin jedhee rabbi kadhata♥️ ♥️Yoo dubbiftee xumurte Ergamaa Rabbii nabi Muhammad S A W Irratti salawaata busi♥️ hiriyyoota keessaniif share godha jzkl.👇👇👇👇👇👇👇👇😂😂😂 @new_osama
Show all...
𝗦𝗮𝗺𝗺𝘂𝘂𝗻 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝗶𝗻𝗮𝗮 𝗵𝗶𝗻 𝘆𝗮𝗮𝗱𝗮𝗻𝗲𝗲 𝗸𝘂𝗳𝗮𝗮𝘁𝘁𝗶 𝘆𝗮𝗮𝗱𝘂 𝗵𝗶𝗻 𝗱𝗮𝗱𝗵𝗮𝗯𝗱𝘂𝘂 𝗸𝘂𝗳𝘂𝘂𝗻 𝗶𝗺𝗺𝗼𝗼 𝗮𝗺𝗮𝗹𝗮𝗮 𝗺𝗼'𝗮𝗺𝘁𝗼𝗼𝘁𝗮𝘁𝘁𝗶 𝗺𝗶𝗹𝗸𝗮𝗮’𝘂𝘂𝗳 𝘁𝗮𝘁𝘁𝗮𝗮𝗳𝗮𝗱𝗵𝘂𝘂. by @new_osama
Show all...
✍ Wantoota ati yoomuu namatti himuu hin qabne.... (Things you never tell people) ▫️ - ለሰዎች በፍፁም መንገር የሌለባቸው ነገሮች፡- 🌕👇🏻 1) Mindaa kankee yookiin madda mindaa kankeetii nama tokkottuu akka hin himne. yeroo hundaa akka isaan hin beekne gochuu qabda... xumurarratti waan sitti roorrisaniif. 👉 ለማንም ገቢህን ወይም የገቢ ምንጫህን አትንገር ሁል ጊዜ ከማጥቃት ይልቅ አላዋቂ አድርግ። 2) Karoora kankee kan fuulduraaf baafatte eennutuu hin himin.... nama karoora kee karaa irraa maqsuuf deemtutu jira waan taheef.... ( 👉አንዳንዱ ሊያደናቅፍ ስለሚፈልግ የወደፊት እቅድህን አትንገራቸው። 3) kallattii dadhabinna keetii namatti hin himin.... namoonni gariin bakka saniin sitti fayyadama waan taheef.... 👉 ስለ ድክመቶችህ ለማንም አትንገር ፣ ምክንያቱም አንዳንዶቹ በአንተ ላይ ይxeqemubahal____። 4) Kufaatii kankeetis namatti hin himatin .... namoonni hedduun yeroo hundaa gatii kufaadhaa siif kennuun.... carraa biraa si daangessuu waan danda'aniif... (Do not tell anyone about your failure. Some will always treat you as a failure, and will not give you any other chance.) 👉ስለ ውድቀትህ ለማንም አትንገር፡- አንዳንዶች ሁሌም እንደ ውድቀት ይቆጥሩሃል እንጂ ሌላ እድል አይሰጡህም። 5) Iccitii kankee nama tokkottuu hin himatin.....dhimma dhuunfaa keetii... hawaasa hundaaf facaasee bahaaf gala si dhoorkaati...! (Do not tell anyone your secrets, you will make your privacy public for everyone.) 👉 ሚስጥርህን ለማንም አትንገር፡ ግላዊነትህን ለሁሉም ይፋ ታደርጋለህ። 6) Tarkaanffii kankee Isa itti aanu eennuttis hin himin.... yeroo hundaa sagalee kee dhokfadhuu socho'i.... Surprise nama gochuu qabda... ati ufirraa haasahuu osoon taane... milkaa'inni kee bakka Kee sirraa haa haasahuu itti dhiisi.... (Do not tell anyone your next steps. Always move in silence. Surprise people and
Show all...
✍ Wantoota ati yoomuu namatti himuu hin qabne.... (Things you never tell people) ▫️ - ለሰዎች በፍፁም መንገር የሌለባቸው ነገሮች፡- 🌕👇🏻 1) Mindaa kankee yookiin madda mindaa kankeetii nama tokkottuu akka hin himne. yeroo hundaa akka isaan hin beekne gochuu qabda... xumurarratti waan sitti roorrisaniif. 👉 ለማንም ገቢህን ወይም የገቢ ምንጫህን አትንገር ሁል ጊዜ ከማጥቃት ይልቅ አላዋቂ አድርግ። 2) Karoora kankee kan fuulduraaf baafatte eennutuu hin himin.... nama karoora kee karaa irraa maqsuuf deemtutu jira waan taheef.... ( 👉አንዳንዱ ሊያደናቅፍ ስለሚፈልግ የወደፊት እቅድህን አትንገራቸው። 3) kallattii dadhabinna keetii namatti hin himin.... namoonni gariin bakka saniin sitti fayyadama waan taheef.... 👉 ስለ ድክመቶችህ ለማንም አትንገር ፣ ምክንያቱም አንዳንዶቹ በአንተ ላይ ይxeqemubahal____። 4) Kufaatii kankeetis namatti hin himatin .... namoonni hedduun yeroo hundaa gatii kufaadhaa siif kennuun.... carraa biraa si daangessuu waan danda'aniif... (Do not tell anyone about your failure. Some will always treat you as a failure, and will not give you any other chance.) 👉ስለ ውድቀትህ ለማንም አትንገር፡- አንዳንዶች ሁሌም እንደ ውድቀት ይቆጥሩሃል እንጂ ሌላ እድል አይሰጡህም። 5) Iccitii kankee nama tokkottuu hin himatin.....dhimma dhuunfaa keetii... hawaasa hundaaf facaasee bahaaf gala si dhoorkaati...! (Do not tell anyone your secrets, you will make your privacy public for everyone.) 👉 ሚስጥርህን ለማንም አትንገር፡ ግላዊነትህን ለሁሉም ይፋ ታደርጋለህ። 6) Tarkaanffii kankee Isa itti aanu eennuttis hin himin.... yeroo hundaa sagalee kee dhokfadhuu socho'i.... Surprise nama gochuu qabda... ati ufirraa haasahuu osoon taane... milkaa'inni kee bakka Kee sirraa haa haasahuu itti dhiisi.... (Do not tell anyone your next steps. Always move in silence. Surprise people and let your success speak for you.) @Ibro Nama jaalattuuf👇 https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf

#Re_post Ruhama Ruhama: Xiinxali dubbisi eega dubbistees share godhi jzk Calculation Herreegaa Akkaan Hamaafi Balaafamaa Tahe Wallaahii Hedduu Na Sodaachisee Hanga Booyutti Dhihaadhetti Sirriidha Umriin Jiruu Ilma Namaa Harka Rabbiiti Jirtii *Mee Osoo Tilmaamnee Waggaa 60 jiraattee Haa jennuu *Yoo Guyyatti saa'aa 8 Rafte Waggaa 60 Keessaa Ati Waggaa 20 Hirriibaan Dabarsite. *Yoo Guyyatti Hojii saa'aa 8 Kan Hojjattu tahees waggoota 20 Hojiini Dabarsite *Waggaa 15 joollummaa Keetiin kuchiiste *Yoo Guyyatti al-lama nyyaataaf walakkaa saa'aa( 0:30 daqiiqaa)Kan teettu Taate Waggaa 3Guutuu Nyaataaf taa'uudhaan Dabarsite Ida'amaan waggoottan Hojii, +Hirriibaa, +Yeroo nyaataafi +joollummaa keetin Darbanii Waggaa 58Umrii keetirraa Waggaa 2Qofatu Siif Hafe Yaa Nama Waa Argitu ibaadaadhaan Hoo Saa'aa meeqa Dabarsite Umrii Kee Guutuu Irraa Mee Maalumaa Jetta Rabbiin Gaafa inni Si Herregee Umrii Kee Maal Keessatti Fixxee Siin jedhe Dubbii Dhugaa 100%100 Qur'aanni Khabajamaan Fuula 600 ykn (604) Hin Caalu ..Akkasii mitii Yoo Na Hin Dhugoomsin Dafii laalii Koottuu Argitee ree Fuula meeqa Akka tahe Hayyee Koottu Haasawa Keenya Itti Guutannaa kaa Qur'aanni Fuula 600 Yoo Guyyaa 30 Hirree meeqa ta'a? Baay'ee herreguun Uf Hin rakkisin Dubbiin Salphaadha Fuula 600÷30=20 Calculationii Baayyee Salphaadha Tole Guyyatti fuula20 Tahuu saati Nuti Guyyatti al-5 Salaataa jirra Fuula 20÷5=4 Amma Qaceellotti Hubattee.. Ati Guyyatti Fuula Qur'aana 4 Yoo Qabaate Salaata Waajibaa boodaan Hoggas Ati Guyyatti Fuula 20 Qaraate Kana Jechuun Ati baatii Keessatti Qur'aana Guutuu Qaraate Rakkoo Tokko Malee mee Na Wajjiin Turi Dhaamsi Hin xumaramneetii Garuu Waan jarjartu Fakkaattaa Hanga xumuraatti Faana bu'i Waa Hedduu mitii Kan Nuuf Hafe Osoo Ati Risaalaa Tana Obboleeyyan keetiifi addunyaa maraaf Akkasuma Hiriyyoota Kee cufaaf ergitee Hundumtuu Sababaa Keetiin Qur'aana Qara'anii Khattamanii /xumuranii Mindaan Ati Rabbiin biraa Argattu meeqaa Ni Beeytaa?? Yaa Allaaaaaaaah lakkuma /adaduma Tokkoon Isaanii Qur'aana Qara'ee khattamuun Siifillee Ajriin Katabamaa Bara kana Maaliif projektii Bu'a Qabeessa Hin hojjanne...? Maaliifi Akka Namni Hunduu Qur'aana Sirritti Qara'ee Akka Khattamuu Hin taasisnee Si Ammallee Shakkii Hin dhiifnee ...!!! Namni Kheyritti Nama Qajeelche Akkuma Nama Dalageeti Namni Garee Qabu Itti Haa Ergatuu Akka Mindaan Dacha Dachaa ta'uuf inshaa'allaah Ani Waan Si khabajuuf Siif Ergee Atillee Nama jaalattutti Hin don'oominii ergiifi السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 👇👇 join my channel👇👇 @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube
Show all...
• Obsi Maali? • Obsi Miila Nagaati! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➬ Obsi nagaa namaaf harkisa. Nagaa dhabuun har’aa, obsuun jiraannaan nagaa borii fida. ➬ Obsi dhibnaan immoo nagaa har’aas kan boriis dhabu. ➬ Obsi waan hundumtuu yeroo booda akka darbu, jijjiiramu, dhabamu beekanii, obsaan isa caalutti ce’uudha. ➬ Obsuun boqonnaa tokko irraa boqonnaa biraatti ce’uuf riqicha. Riqicha obsaan deemanii boqonnaa haaraa eegalu. Boqonnaa haaraa keessa nagaatu jira. Nagaa fi obsi wal utubu jechuudha. ➛ Obsi nagaa dhala. ➛ Nagaan jiruu gaarii dhala. ➛ Obsi balaa hambisa. ➛ Obsi du’a hambisa. ➛ Obsa keessa immoo baratanii darbu. ➛ Obsi mana barnootaas ta’a jechuudha. Daqiiqaa muraasa obsuu dadhabanii namootni hedduun yeroo isaan gaabbii umurii guutuu seenan argina. Obsi xiqoon balaa guddaa hambisa. Obsa dhabuun xiqqoon ishees balaa guddaa fida. Obsa booda waan gaariitu jira. Obsuutu furmaata! Inni obse obsee gatii obsa isaa nyaata. Inni obsuu dadhabe immoo obsa dhabuudhaan gatii obsa dhabuu isaa nyaata. Gatiin obsa dhabuu miidhama. Aarii yeroo muraasaatiin miidhamuu fi nama miidhuudha. Inni obsee obseeti nagaa nyaata. Inni obsuu dadhabe immoo jarjaree balaa nyaata. Obsuun kaayyoo namaa dheeressa. Obsa dhabuun immoo kaayyoo namaa gabaabsa. Namni obse fagoo deemee, fagoo dhaala. Inni obsa dhabe immoo fagoo dhiisii asiyyuu ni dhaba. Aarii daqiiqaa muraasaaf, obsa dhabanii fiiguun gaabbii bara guutuu fida. Obsanii dhaaluu osoo qabanii, Obsa dhabanii dhabu. Nama obsetu waan haaraa arga. Waan haaraan immoo nagaa qaba. Nagaan immoo akkuma maqaa isaa nagaadha. Waan dhufe hundumaa tasgabbii fi obsaan ilaaluun bayeessa. Hamaa fakkaatee gaarii ta’uu mala. Gaarii fakkaatees hamaa ta’uu mala. Suuta obsanii keessa isaa ilaalanii gaarii taanaan fudhatu. Hamaa taanaan gadi gatu. Obsaan hundumaa madaalaa malee, obsa dhabdanii hundumaan hin madaalaminaa!! Nagaa hin dhabinaa! Manni nagaa, alli nagaa, biyyi nagaa! @Oromoo_inspire
Show all...
🌷 Waa'ee Baatii @Rajab maal beektu mee__? 1) Baatii Rajab jechuun akka lakkoofsa hijraatti baatii amma keessa jirru, baatii 7ffaa irratti argamuudha. @Rajab jechuun guddifamaa ulfeeffamaa jechuudha.. ✍ Rajab maaliif Rajab jedhamee moggaafame__?👇 Osoo islaamummaan hin dhufiniin duratti ummanni Jaahiliyyaa kabaja baatii kanaaf qaban irraa kan ka'e, baatii kana keessa Wal hin lolan ture .. 2) Baatiin Rajab baatii kabajaa fi ulfinnaan beekaman afran keessaa baatii takkaadha. isaanis; Zul-qada, zulhijjaa, muharramii fi Rajabiidha....!! 3) Baatiiwwan amma maqaa isiniif dhahe kunniin, Baatiiwwan Rabbiin biratti sadarkaa qabaniidha.... baatii kana keessa Wal miidhuu fi badii adda addaa irratti bobba'uun garmalee jajjabaata....! { فلا تظلموا فيهنّ أنفسكم....} Badii dalaguu fi zulmiin baatii biroo keessas dhoorkamaadha... garuu Baatiiwwan afran kana keessa akka malee dhoorkamaadha... 4) Daangaa Rabbii kabajuun; Salaata irratti jajjabaachuun; waajibaata sirra jiru geessuun; dalagaa keeyrii irratti bobba'uun muslimni kamuu baatii kana kabajuu qabna. 5) Baatii Rajabaa qofa addatti kabajuu fi, isa keessa soomuu; halkan dhaabachuun Wal qabsiisee hadiisni tokkos hin jiru ... Ramadanaaf guyyoota 56tu hafe..... @6ffaaa.... itti fufa... Share👇 https://t.me/tafak_or
Show all...
𝗧𝗔𝗙𝗔𝗞𝗞𝗨𝗥 /تفكر

𝚃𝙰𝙵𝙰𝙺𝙺𝚄𝚁/Istanbul Ergaa gaggaarii, yaadannoo gaggabaaboo, Da'awaa Islaamaa,jechamoota gaggaarii, Beekkumsa waliigalaa, Seenaawwan barsiisoo, Dinqiiwwan adda addaa argachuu yoo barbaaddan media kana join godhaa. Yaadaaf👇

https://t.me/Ibrahim_92taf