cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking Β«Accept allΒ», you agree to the use of cookies.

avatar

Ethiotelecom - Afaan Oromoo

Show more
Finland28The language is not specifiedSales573
Advertising posts
77 327
Subscribers
-4024 hours
-1767 days
-1 71630 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Baga gammaddan! πŸŽ‰ Teeleebirrii Suuppar Aappiin Bilisaan Haasa’uun Danda’amee Jira! teeleebirrii Suuppar Appii Ammayyaa’een bittaa fi gurgurtaa gaggeessuu,Maallaqaa akkasumas yeroo qilleensaa waliif daddabarsuu bira darbee vidiyoo,suuraa,barreeffamaa fi faayiloota bilisaan waliif qooduudhaan walitti dhufeenya hawaasummaa keessanii cimsadhaa, daldala keessan ariifachiisaa! Jireenya dijitaalaa keessan teeleebirrii ingeejiin (telebirr engage) salphifadhaa! Join | Telebirr - Afan Oromo Telebirr - Gifts
Show all...
πŸ‘ 285❀ 97✍ 30πŸ†’ 28πŸ”₯ 19⚑ 12πŸŽ‰ 11🍾 9πŸ“ 7πŸ₯° 5πŸ€— 3
Baga Ayyaana Iid Al-Faxir nagaan isin gahe! Miseensa ta'aa badhaafamaa. 🎁 Monthly 100GB Internet 🎁 Monthly 1000Mins voice packages Telebirr Gifts Ethiotelecom Gifts
Show all...
❀ 345πŸ‘ 163πŸ†’ 61✍ 43πŸ“ 33🍾 23🀩 15πŸ’‹ 15❀‍πŸ”₯ 14πŸ€— 14⚑ 13
Iid Dhaaf Kennaa Dachaa Dachaa! Ayyaana Iid Al-Faxir ilaalchisee firaa fi aantee keessan biyyoota alaa jiraatan irraa Qarshii 99 irraa eegalee karaa michoota keenyaatiin yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn kuufama yommuu isiniif ergan guyyoota 15f kan tajaajilu kennaan %200 isiniif arjoomama! Iid Mubaarak! Dambii fi haalawwan ni raawwachiifamu #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Show all...
❀ 146πŸ‘ 103✍ 28πŸ“ 22πŸ”₯ 20πŸŽ„ 10⚑ 3
Iid Dhaaf Kennaa Dachaa Dachaa! Ayyaana Iid Al-Faxir ilaalchisee firaa fi aantee keessan biyyoota alaa jiraatan irraa Qarshii 99 irraa eegalee karaa michoota keenyaatiin yeroo qilleensaa moobaayilaa ykn kuufama yommuu isiniif ergan guyyoota 15f kan tajaajilu kennaan %200 isiniif arjoomama! Iid Mubaarak! Dambii fi haalawwan ni raawwachiifamu #Ethiotelecom #telebirr #DigitalAfrica #DigitalEthiopia #RealizingDigitalEthiopia
Show all...
  • File unavailable
  • File unavailable
Dijitaala Hundagaleessa walqixxummaa Koorniyaatiif! Guyyaa Dubartoota Addunyaa March 8 ilaalchiisuun kuufamoota moobaayilaa addaa hir’ifama hanga %20 waliin dhiyeessine jirra! Kuufamoota teeleebirriin bitachuudhaan kennaa dabalataa %10 waliin akkasumas My Ethio tel,Chaat bootii ardii ykn karaa*999# bitadhaa; Aantee keessaniifis kennaadhaan arjoomaa! Guyyaa Dubartootaa Gaarii! #Ethiotelecom #RealizingDigitalEthiopia
Show all...
πŸ‘ 1
πŸ‘ Safaricom πŸ†š ❀️ Ethiotelecom
Show all...
Safaricom - Afaan Oromo

❇️Safaricom Ethiopia- Afaan Oromo❇️

https://t.me/Safaricom_Afan_Oromo_bot?start=r09415147420

The leading telecom service provider in Africa πŸ“‘

❀ 153πŸ‘ 74πŸ™ 33🍾 24πŸ’― 15🫑 9🀝 7⚑ 6πŸ”₯ 5❀‍πŸ”₯ 3πŸ“ 1
Baga Ayyaana Cuuphaa Nagaan Geessan! Miseensa ta'aa kennaa ayyaanaa badhaafamaa! - Kuufama Ayyaana Cuuphaa Badhaafamaa! πŸ“ž Daq 250 🌐 GB 2.3 βœ‰οΈ Ergaa 100 πŸ‹ Ayyaana Gaarii! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Show all...
❀ 369πŸ‘ 217✍ 47🍾 47πŸ†’ 38πŸ™ 30πŸ”₯ 27πŸ₯° 23πŸŽ„ 23⚑ 21πŸ“ 16
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
  • File unavailable
Halluuwwaniin miidhagee, bakka hundumaarraa namoota walitti fidee tokkummaan kan kabajamu Ayyaana Cuuphaatiif miidhagina dabalataa kan ta'an kuufamoota moobaayilaa hir'isa hanga %25 qaban qopheessinee kunoo gabatee keenya bal'aa irratti isiniif dhiyeessineerra. https://t.me/+ZgY8VRAKf55iZjI0 Kuufamoota Ayyaana Cuuphaa kanneen teeleebirri Suuppar-Aappiin kennaa dabalataa %10 waliin akkasumas, Maay Itiyoo-tel, Chaatbootii Ardii fi *994# tiin ofiifis bitadhaa, jaallewwwan keessaniifis kennaadhaan gumaachaa Hawwii Ayyaana gaarii keessan ibsadhaa! Ayyaana Gaarii! πŸ‹ Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Show all...
πŸ‘ 96❀ 50πŸ“ 16✍ 10πŸ†’ 10❀‍πŸ”₯ 7πŸ’‹ 6πŸ’― 5πŸŽ‰ 4πŸ‘Œ 4πŸŽ„ 3
Bakkuma jirtanii hawaalaa teeleebirriin maallaqa haala mijataan fudhadhaa kennaa %10 argadhaa! Ayyaanaaf firaa fi aantee keessan biyyoota alaa irraa karaa miiltoowwan keenyaa Hawaalaa teeleebirrii Idil-addunyaatiin maallaqni yommuu isiniif ergamu; hamma isiniif ergame %10 kennaadhaan ni argattu! Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts
Show all...
❀ 146πŸ‘ 88✍ 28❀‍πŸ”₯ 27πŸŽ‰ 18πŸ†’ 7⚑ 4
BAGA AYYAANA QILLEE BARA 2016 NAGAAN GEESSAN! Join and get prize 🎁 5GB Internet weekly package. 🎁 1000 mins weekly voice package Ethiotelecom - Gifts Telebirr - Gifts Telebirr - Afaan Oromoo
Show all...
❀ 329πŸ‘ 200πŸ† 60πŸ•Š 55πŸŽ‰ 37πŸ“ 33✍ 32🍾 32πŸ†’ 32❀‍πŸ”₯ 24πŸ‘ 2