en
Feedback
ADEROO TECH

ADEROO TECH

Open in Telegram

📈 Analytical overview of Telegram channel ADEROO TECH

Channel ADEROO TECH (@aderoot) in the English language segment is an active participant. Currently, the community unites 10 915 subscribers, ranking 19 023 in the Education category and 3 006 in the Ethiopia region.

📊 Audience metrics and dynamics

Since its creation on невідомо, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 10 915 subscribers.

According to the latest data from 16 November, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -110 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.
  • Thematic interests: Content is focused on key topics such as aderoo, afaan, scholarship, waliin, ingiliffaa.

📝 Description and content policy

The author describes the resource as a platform for expressing subjective opinions:
t.me/ADEROOT

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 17 November, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the Education category.

10 915
Subscribers
No data24 hours
-237 days
-11030 days
Posts Archive
Repost from HANI TECH
Korsi Ingliffaa barsisuu akkasuma itti fufee jira! Namoonni hedduun dandeettii isaanii fooyyessaa jiruu Isin illee amma nuu m
Korsi Ingliffaa barsisuu akkasuma itti fufee jira! Namoonni hedduun dandeettii isaanii fooyyessaa jiruu Isin illee amma nuu maakama , ji’a lama keessatti gara sadarkaa ol’aanaa geysuu ! Telegram garee dhuunfaa keessatti waliin barachuu dandeessu Tajaajiloota Hani Tech biroo: • Kaardii Mastercard • Facebook verify godhuu Carraa kana hin dhabin amma waliin haa jalqabnu! Asiin nu dubisaa @hanitech1 @aderootechteam

Repost from HANI TECH
Good morning hani tech family Klassin barnoota Afaan Ingiliffaa halkan darbe akkam ture? (Welcome Hani Tech family! How was last night’s English class?) Telegram dhunfaa irra tii kennama jira ,yo barbadan kessan nu dubisaa 2️⃣ tajajila Akka Facebook verify godhachuu ,Mastercard banachuu too barbadanis kessan nu dubisaa @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp +251961162301

Galgala har’aa galmee xumuraati 🙏❤️ Barnoota Afaan Ingiliffaa barachuuf qophii dhaa ? Klassin keenya jalqabaa boru ni eegall
Galgala har’aa galmee xumuraati 🙏❤️ Barnoota Afaan Ingiliffaa barachuuf qophii dhaa ? Klassin keenya jalqabaa boru ni eegalla. Namoonni galmaa’an hunda bakka barnoota itti jalqabanitti boru ganama ni dabalamtu. Gara telegram dhunfaa irra tii Galgala har’aa fayyadamaa – iddoo jirtutti fayyadama Galmee dhaaf Bakka kamiyuuu irra barachuu ni taha Galmee dhaaf 🔔,kessan nu dubisaa telegram armaan gadii dhaan @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp +251961162301

Galmeen Barnoota Afaan Ingiliffaa Har’a Galgala Xumurama! Carraa addaa kana hin dhabinaa Afaan Ingiliffaa baradhu, afaan keetiin (Afaan Oromoottin Klassiin bor irraa eegala — amma galmaa’i! Carraa gaarii kana fayyadami, afaan haaraa barachuuf tarkaanfii jalqabaa fudhadhu. Bakka kamiyuu irra Baradhuu Galmee dhaaf telegram armaan gadii fayyadamii @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp +251961162301

Bori guyyaa dhumaa galmee afaan Ingiliffaa ti. Carraa dhumaa kana fayyadamiitii afaan Ingiliffaa barachuu fi dubbachuu nu wal
Bori guyyaa dhumaa galmee afaan Ingiliffaa ti. Carraa dhumaa kana fayyadamiitii afaan Ingiliffaa barachuu fi dubbachuu nu waliin jalqabi. Klassiin Roobii irratti irra ni eegala Amma nu dubisaa telegram armaan gadii kanan @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp +251961162301

Repost from HANI TECH
Klassiin Afaan Ingiliffaa guyyaa Roobii kana irraa eegalee ni jalqaba. carraa dhumaa har’a fi boru galmaa’uu ni taha Galmee dhaaf kessan nu dubisaa @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp +251 96 116 2301

Repost from HANI TECH
Guyyaa gaarii qabaadhaa fi torban keessan nu waliin eegalaa! Bor guyyaa dhumaa galmee barnoota Ingiliffaa Afaan Oromootti. Ca
Guyyaa gaarii qabaadhaa fi torban keessan nu waliin eegalaa! Bor guyyaa dhumaa galmee barnoota Ingiliffaa Afaan Oromootti. Carraa xumuraa fi gatii gadi aanaa irra fayyadama @hanitech1 @aderootechteam

warra gaafachaa jirtan bakka Afaan Oromoo dhaan barnoota Ingiliffaa itti baratuu Kutaaleen barnootaa karaa chaanaalii Telegra
warra gaafachaa jirtan bakka Afaan Oromoo dhaan barnoota Ingiliffaa itti baratuu Kutaaleen barnootaa karaa chaanaalii Telegram dhuunfaa irratti kennamu jira Namoonni galmaa’an qofa chaanaala sana seenuu danda’u. Galmee dhaaf telegram armaan gadii dhaan nu dubisaa @hanitech1 @aderootechteam

Sagale kan dhagyefedha irra fayyadama 🎙🎙 @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp number +251 96 116 230

English in afaan oromoo 🫴 ➡️Kaffaltiin yeroo tokkoffaa qofa taasifama. ➡️Leenjii jia 2f ni baratuu ➡️Barattootaaf gatiin gad
English in afaan oromoo 🫴 ➡️Kaffaltiin yeroo tokkoffaa qofa taasifama. ➡️Leenjii jia 2f ni baratuu ➡️Barattootaaf gatiin gadi bu’aa qabna ➡️Iddoo kamirraa iyyuu barachuu dandeessa. ➡️Leenjii jia 2f ergaa fudhatee Waraqaa ragaa idil-addunyaa ni argatuu Galmee dhaaf link armaan gadii Check godhaa https://t.me/+HXsEr2P_1LI1YzBk

Kuni Oduu Aagaati! Afaan Ingiliizii eenyutu nu barsiisa?🫴 Barsiisonni Ameerikaa irraayi. Accent Ameerikaatiin barattu jechuu
Kuni Oduu Aagaati! Afaan Ingiliizii eenyutu nu barsiisa?🫴 Barsiisonni Ameerikaa irraayi. Accent Ameerikaatiin barattu jechuudha. Nama eessa jirutu barachuu danda’a? 🫴Namoota fedhii barachuu qaban, kanneen biyyoota addunyaa tanarra jiran hundumatu barachuu danda’a. Akkamitti baranna? 🫴Online irraan gama telegram tiin barattu. Qabiyyeewwan barnootichaa Afaan Ingiliiziifi Afaan Oromootiin walbira qabamanii viidiyoon waraabamuun jala jalaa isiniif ergamu. Barsiisonni immoo gama telegram tiin live irraan dhufanii qabiyyeewwan barattan irratti ibsa bal’aa isiniif kennu. Yoom baranna? 🫴Yeroo boqonnaa qabdanitti, yeroodhuma isiniif mijatu barachuu dandeessu. Galmaa’uuf, akkasumas gaaffii biraa yoo qabaattan telegram armaan gadii nu dubisaa @hanitech1 @aderootechteam

Online Job 🫴 Company OPPO ja’amu AI fuula namaa laaltee feeling gara garaa, fuula gara garaatiin beeytu tolchuudhaaf hojiirra jirti. Isa kanaaf ammoo fuula namoota hedduu system keeysatti galchuu waan fedhaniif, video gabaabaa namoota gara garaa irraa walitti qabaa jiran. Video kanaanis kaffaltii kafalaa jiran. ammaaf nama 50 , dhiira 25 fi dhalaa 25 kan fedhan yoo tahu. Video selfie kan sirritti mullatu second 6-8 qofa osoo hin dubbanne if waraabdanii erguu dandeessu. Namni videon isaa filame video takkarratti birrii 50-100 isiniif ergama. Quality video keessanii irratti hundaawee akkasuma daftanii erguu irratti hundaaweeti. Seerri guuttamuu qabu - 1. Videoo ifaa keessatti tahuu qaba 2. Fuulli guututti mullachuu qaba 3. Gurri lameenuu mullachuu qaba 4. Background isin duubaa color tokko qabaachuu qaba , gurraacha yoo tahes gurraacha qofa, adii yoo tahees adii qofa tahuu qaba background keessan. 5. Videon second 6-8 qofa tahuu qaba 6. Video irratti dubbachuu hin qabdan fuula keessan qofa erguu qabdan. Arraa fi boru keessatti ni filama waan taheef video keessan telegram kana irratti ergitanii namoota filame isiniif himama. Telegram - +251 71 539 9137 @idngiveup

Barsiisonni Hani Tech Biyya Ameerikaa irraa Afaan Ingiliizii isin barsiisuuf dursanii daree seenanii jiru. Koottaa baradhaa!
Barsiisonni Hani Tech Biyya Ameerikaa irraa Afaan Ingiliizii isin barsiisuuf dursanii daree seenanii jiru. Koottaa baradhaa! Hubachiisa! 🫴Namuu biyya fedhe taa'ee barachuu danda'a. 🫴Barnoonni gama telegram tiin kennama. 🫴Barnoonni torbee kana gara dhumaarra ni eegala. 🫴Yoo barattanii xumurtan, certificate isiniif kennama. Galmaa'uuf, ammuma keessaan nu dubbisaa. Telegram armaan gadii contact nu godhaa @hanitech1 @aderootechteam

Dubbachuun carraa fida – afaan English carraa hedduu qaba. Namoota carraa dhaban keessaa hin ta’in. Afaan Ingiliffaa barachuu
Dubbachuun carraa fida – afaan English carraa hedduu qaba. Namoota carraa dhaban keessaa hin ta’in. Afaan Ingiliffaa barachuun amma salphaa dha – Afaan Oromootti baradhu! Ingiliffaa Baradhu – karaa milkaa’inaaf! Galmaa’uuf linkii armaan gadii tuqi: https://t.me/+HXsEr2P_1LI1YzBk

⚡️⚡️⚡️⚡️⚡️ Carraa Barnootaa Afaan English Video kan dhageyfedhu Klassiin ni egalaa jalqaba Roobii dhufu irra Maatii Aderoo Tech hundaaf carraa kana fayyadamuun Afaan Oromootti fayyadamuudhaan Afaan Ingiliffaa baradhaa iddoo jirtan hunduma irraa. Teessoon muraadha, kanaaf hatattamaan galmaa’aa! Galmee gochuuf linkii gadii kana fayyadamaa. Barnootni ji’a lama ni fudhata, xumura irratti immoo sagantaa ragaa addunyaalessaatti beekamu ni argattu 👇👇 https://t.me/+HXsEr2P_1LI1YzBk

Akkam jirtu Maatii Aderoo Tech, Odeeffannoo haaraa fi gammachiisaa qabna . Waliigaltee Hani Tech fi barsiisaan Afaan Ingilizi
Akkam jirtu Maatii Aderoo Tech, Odeeffannoo haaraa fi gammachiisaa qabna . Waliigaltee Hani Tech fi barsiisaan Afaan Ingilizii cimaa ta’e waliin taasifne irratti hundaa’uun, korsi Afaan Ingilizii Afaan Oromootti issin barsisuuf online irra tii galmee irra jiraa Galmee keessan amma raawwadhaa linkii armaan gadii fayyadamun @hanitech1 @aderootechteam

Akkam jirtu Maatii Aderoo Tech, Odeeffannoo haaraa fi gammachiisaa qabna . Waliigaltee Hani Tech fi barsiisaan Afaan Ingilizi
Akkam jirtu Maatii Aderoo Tech, Odeeffannoo haaraa fi gammachiisaa qabna . Waliigaltee Hani Tech fi barsiisaan Afaan Ingilizii cimaa ta’e waliin taasifne irratti hundaa’uun, korsi Afaan Ingilizii Afaan Oromootti issin barsisuuf online irra tii galmee irra jiraa Galmee keessan amma raawwadhaa linkii armaan gadii fayyadamun @hanitech1 @aderootechteam

Happy weekend Get your Visa card ,Mastercard from Aderoo tech @aderootechteam ☑️
Happy weekend Get your Visa card ,Mastercard from Aderoo tech @aderootechteam ☑️

Repost from HANI TECH
Hope you’re all having a great weekend! Our class will officially begin on next Wednesday. If you haven’t registered yet for the English class in Afaan Oromoo, this is your chance to do so. We always offer a discount for those who are unable to pay the full fee. @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp number +251 96 116 2301

Repost from HANI TECH
🔔Barnoonni Roobii ni egalama @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp number +251 96 116 2301 Kafalatii irra tii Barattootaaf gat
🔔Barnoonni Roobii ni egalama @hanitech1 @aderootechteam WhatsApp number +251 96 116 2301 Kafalatii irra tii Barattootaaf gatiin harka walaka hirisa,Namoota maallaqa gutuu hin qabneefis gargaarsi ni jira.