cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Etv Afaan Oromoo

Show more
Ethiopia726The language is not specifiedNews & Media5 543
Advertising posts
29 987
Subscribers
-1024 hours
+2257 days
+3 22430 days
Posting time distributions

Data loading in progress...

Find out who reads your channel

This graph will show you who besides your subscribers reads your channel and learn about other sources of traffic.
Views Sources
Publication analysis
PostsViews
Shares
Views dynamics
01
https://youtu.be/Rjoqs7Pf7Kw?feature=shared
1 80517Loading...
02
https://youtu.be/mPbLvd9N1ss?feature=shared
2 4570Loading...
03
https://youtu.be/oMMIcDWSALg?feature=shared
2 7521Loading...
04
https://youtu.be/nX5looE34M4?feature=shared
3 5260Loading...
05
https://youtu.be/dLhbU9OEFlk?feature=shared
3 7781Loading...
06
https://youtu.be/zvPB1AYI7sI?feature=shared
3 6003Loading...
07
https://youtu.be/98W06Y0CIG4?feature=shared
4 7283Loading...
08
https://youtu.be/NlQP3FyazSk?feature=shared
4 9961Loading...
09
https://youtu.be/TjRYG0OJ8wg?feature=shared
6 0332Loading...
10
https://youtu.be/GG2bAiJDiQw?feature=shared
7 0082Loading...
11
https://youtu.be/nGGy7ElVEhA?feature=shared
7 5321Loading...
12
https://youtu.be/Zj2QEkamiNU?feature=shared
6 7700Loading...
13
https://youtu.be/1k6p-60kPxU?feature=shared
7 7520Loading...
14
https://youtu.be/sFxM135COJs?feature=shared
7 64717Loading...
15
https://youtu.be/LvIsZppbuOA?feature=shared
7 7370Loading...
16
https://youtu.be/ewtLSKhvQsg?feature=shared
8 4605Loading...
17
https://youtu.be/_zY3TP5HwTg?feature=shared
8 2401Loading...
18
https://youtu.be/uN25ih2Xazs?feature=shared
8 2872Loading...
19
https://youtu.be/e2n7pSppOHY?feature=shared
8 5082Loading...
20
https://youtu.be/n5PYhBUtflw?feature=shared
9 3162Loading...
21
https://youtu.be/LVv8YRXU2Hw?feature=shared
8 6511Loading...
22
Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa Raawwii hojii ji'oota kudhanii Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa fi Haqaatiif dhiyeesse ** Manni Murtii Waliigalaa Federaalaa raawwii hojii ji'oota kudhanii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataatti Koree Dhaabbii Dhimmoota Seeraa fi Haqaatiif dhiyeesseera. Gabaasa raawwii hojii ji'oota kudhanii manneen murtii federaalaa kan dhiyeessan pirezidaantiin mana murtii waliigalaa federaalaa  Tewodiroos Mihiratuu, gahumsi abbootii seeraa akka dabaluu fi murtiin kennamu akka fudhatama qabaatuuf leenjii gara garaa kennuuf meeshaalee leenjii barbachisaan qophaa'uu fi kennamuu eegaluu himaniiru. Hojjattoota mana hojichaa fi abbootii seeraa naamusa cabsan irratti tarkanfiin akka hojiirraa ari'uu, mindaan adabuu fi of eeggannoo, kennamuus himaniiru. Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataattu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Seeraa fi Haqaa, Hawaasa biratti hojii fudhatama qabu hojjachuuf qindoominaan akka hojjatamuuf kallattii kaa'era. Saxxoo Tashoomaa
10 8563Loading...
23
https://youtu.be/C1iGl9TLsuo?feature=shared
7 7210Loading...
24
Mariin ajandaa adda baasuu Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa ture xumurame ** Guyyoottan torban darbaniif Magaalaa Finfinneetti marii ajandaa marii biyyaalessaa adda baasuu gaggeeffamaa ture xumuramuu Komishiniin Marii Biyyaalessaa beeksise. Boqonnaa ajandaa walitti qabuu ilaalchisee ibsa miidiyaaleef kan kennan Komishinarri Marii Biyyalessaa Pirofeesar Masfin Ar'ayaa waltajjichaan qaamoleen hawaasaa hundi, qaamoleen mootummaa sadan, akkasumas paartileen siyaasaa shantamaa ol ta'anii fi namoonni dhiibbaa uuman garee shanitti hiramuun ajandaalee addan baasuun Komishinichaaf  kennuu Komishinarichi Ibsaniiru. Waltajjicha irratti daangaa malee hunduu ajandaa isaanii kan ibsatan ta'uus ibsaniiru. Boqonnaa ajandaa walitti qabuu yeroo itti aanutiinis Dirredawaa dabalatee sadarkaa Federaalaatti hanga naannoleetti  kan adeemsifamu ta'uun himameera. Heeraan Silashii
9 0770Loading...
25
https://youtu.be/TKqC0hwusIw?feature=shared
7 8831Loading...
26
https://youtu.be/d0zd2XWHRZg?feature=shared
8 7830Loading...
27
Kenniinsa Tajaajila haqaa si'oomsuuf hirmaannaan hawaasaa murteessaa ta'uun himame **** Kenniinsa tajaajila haqaa si'oomsuuf hojiin kenniinsa tajaajila haqaa hawaasa hirmaachise cimuu akka qabu Ministeerri Haqaa hubachiise. Ministeerri haqaa taajaajila haqaa dhaqqabamaa taasisuun haala danda'amurratti qooda fudhattoota waliin mari'ate. Sosochii haqa cehumsaa biyyattiin eegalte milkeessuufis adeemsa kenna tajaajila haqaa aadaa fi safuu biyyattiin qabdu beekumsan dabaaluun hanqinaalee jiran soroorsuun itti dhimma bahuuf hojjatamaa jiraachuun himameera. Waltajjicharratti Ministira Haqaa Dr.Geediyoon Ximootiwoos, Pirezidaantii Mana Murti Waliigalaa Federaalaa Tewodiroos Mihrat dabalatee qooda fudhattoonni federaalaa fi naannolee argamaniiru. Muktaar Abdallaatu gabaase
8 6313Loading...
28
Pirezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa Giddugala Muuxannoo Itiyootelekoom daawwatan *************************** Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Giddugala muuxannoo Itiyootelekoom mooraa Yaadannoo Injifannoo Adwaatti argamu daawwatan. Giddugalichi adeemsa Itiyootelekoom hundeeffama isaa irraa jalqabee hanga teeknooloojii ammayyaa 5G amma irra gahee jiru kan of keessatti qabateedha. Kaayyoon isaa adeemsaa fi bu'aa ba'ii dhaabbatichi keessa darbe teeknooloojii amma irra gahe irraa dhaloonni muuxannoo fudhachuun akka onnatu taasisuu fi teeknooloojii addunyaan irra gahe dhaloota barsiisuuf ta'uun ibsameera. Daawwannichaan cinaatti mootummaan naannoo Oromiyaa waliigaltee tajaajila si'ataa fi ammayyaa hawaasaaf kennuuf Itiyootelekoom waliin mallatteessen hojiileen hojjataman sadarkaa maaliirra akka gahan kan itti gamaggamamuu fi kallattiin itti kaa'amuudhas jedhameera. Asaantii Hasan
7 6101Loading...
29
https://youtu.be/5hTrhUR8FKU?feature=shared
7 5901Loading...
30
https://youtu.be/uLhQ3WMqSog?feature=shared
8 80726Loading...
31
https://youtu.be/s_Jcfn7ydx0?feature=shared
8 7053Loading...
32
https://youtu.be/6WVUWISjO68?feature=shared
8 8581Loading...
33
Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti hojiin tajaajila lammummaa  magaalaa Adaamaatti eegalame ** Jalqabbii kananis Ijaarsi mana harkaa qalleyyii fi bakka oolmaa daa'immanii eegalameera. Kantiibaan magaalaa Adaamaa obbo Hayiluu Jaldee, mootummaan naannoo Oromiyaa magaalattii fakkeeenya godhachuun isaa magaalattiif hiika guddaa qaba jedhan. Hoggantuun Biiroo Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Oromiyaa, Maabiraat Baacaa, hirmaannaa mootummaa fi dhuunfaatiin waggoota darbanitti hojiin tajaajila lammummaa milkaa'inaa qabu hojjatameera jedhan. Tajaajilli lammummaa bara kanas mata dure "Harmeef Gaaddisa, Dhalootaaf Kunuunsa"  jedhuun eegaleera jedhan. Sirna jalqabsiisa sagantichaarratti kan argaman Sadarka Pirezidaantii Itti Aanaatti Qindeessaan Kilaastara Hawaasummaa Abdulhaakim Muluu, taajaajilli lammummaa mallattoo duudhaa fi sabboonummaa uummanni Oromoo ittin uumaa fi uumama kabajuudha jedhan. Mangistuu Akkumaatu gabaase
9 8670Loading...
34
https://youtu.be/epBXDgvgcuY?feature=shared
7 7142Loading...
Show all...

43👍 15😁 10
Show all...
#Etv Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 8, 2016- 1:00

👍 7 1
Show all...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 8, 2016- 6:00

👍 9 2🤔 2
Show all...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 7, 2016- 1:00

👍 14
Show all...
Simboo - kutaa 39 ffaa

👍 16 1
Show all...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 6, 2016- 6:00

👍 8
Show all...
Oduu Etv Afaan Oromoo, Waxabajjii 5, 2016- 6:00

13👍 1