Fayda Job Vacancy
Open in Telegram
Welcome to Fayda Job Vacancy π Your trusted place for the latest job updates, career opportunities, and daily vacancy alerts in Ethiopia and beyond. We share fresh openings from government offices, private companies, NGOs, and international organizations
Show more1 034
Subscribers
-324 hours
-67 days
-730 days
Posts Archive
1 034
Repost from Registrar Office, Ambo University
#Update
The second session of the exit exam on Friday, February 27, 2026, will begin at 1:30 PM (7:30 AM Local Time). There will be no exams on Saturday, Sunday and Monday. Please make sure to stay tuned for further updates.
https://t.me/registrarambo
1 034
Repost from Ambo university students' union
α αα₯ α ααα°α α΄α½α (α¨αα 5:00-7:30) α₯αα²αα α
α³α αα αα α αα°α‘ α¨ααα« αα°ααα½ αα αα΅α°α«α¨α« α°α°αααα’
α αα
α α αα₯ α ααα°α ααα-αα (α¨5:00-7:30) αα°ααα½ αα α½αα½α α¨α°α°α¨α α²ααα€ α
α³α αα°αα α¨ααα°α₯
1 034
Akkaataa Waggaa 2026 Keessa Kiriptoo irraa jiβatti $ 1000 itti argannu Qajeelfama Guutuu
Akkaataa Waggaa 2026 keessa Kiriptoo irraa Jiβatti $1,000 Itti Argannu: Qajeelfama Guutuu
Baga nagaan gara addunyaa faayinaansii dijitaalaa waggaa 2026tti dhuftan! Waggaa kana keessa kiriptoon akka kurnan dabalate duraa (2020-2024) madda burjaajii qofa osoo hin taane, karaa itti fufiinsa qabuun galii itti argatan taβeera. Jiβatti $1,000 argachuun dandeettii, obsas fi beekumsa irratti hudaaβa.
1. Daldalaβ¦
https://dursa.tirushop.com/akkaataa-waggaa-2026-keessa-kiriptoo-irraa-jiatti-1000-itti-argannu-qajeelfama-guutuu/
1 034
Repost from Ambo university students' union
α¨ααα«α α¨α©αα¨αα²α² α°αααα½ αα α°α«αα α¨α΅αα
αα΅ ααα΅α΄α αα¬ α¨α°αα¨ α°α₯α³α€ α ααα α αα α¨α©αα¨αα²α² α°ααͺαα½ α
α₯α¨α΅ αα¬αα³ααΆα½ α°αα£ααα± αα α₯α¨α°αα«α¨α α²αα:: α₯αα° α αα¦ α©αα¨αα²α²α α«αα°α£α« αα¨αα αα°αααα»α½α α¨αα«αα α°αα₯α αα:: α΅ααααα α¨α°α£α« αα¨αα α α
αα₯ αα α¨ααα³ααα½α αααα::
1 034
Repost from Ibsa Damiina
Akkam jirtu hordoftoonni dhaabbata Damiina Tech hundi keessanuu?
Nageenyi keenya onnee irraa burqe bakka jirtaniitti isin haa dhaqqabu jechaa akkaata digital marketing tirushop.com wajjiin wal qabatee barreeffama fi PDF qofa website keessan irratti maxxansuun galii yuuroon itti argattan irratti tamsaasa kallattii YouTube tirushop irraan isiniif dhiyaatu amma galgala kana sa'aatii 1:00 LT tti waan eegaluuf yeroon akka argamtanii qooda irraa fudhattan isiniin jenna!
Channel YouTube tirushop kanaas like, share fi subscribe gochuu akka hin daganne!
https://youtu.be/ofU7hyaJi7E
1 034
Yeroo ammaa marsariitii qofa qabaachuun gahaa miti; namoonni akka isa argan gochuun murteessaadha. Social mediaβn karaa cimaa taβee traffic gara website kee fidu, maqaa kee beeksisu, akkasumas SEO kee cimsuuf si gargaara. Namoonni hedduun yeroo isaanii hunda social media irratti dabarsu; kanaaf, yoo achitti hin argamne taβe, carraa guddaa dhabuun kee ni mala.
Barruun kun akkaataa social media tools fayyadamuun website kee guddiftu, akkasumas traffic fi engagement dabaltu siif ibsa.
Guutuu barreeffama kana dubbisuufπ
https://milko.tirushop.com/social-media-tools-website-guddisu/
1 034
Addunyaan harβaa saffisa olaanaadhaan gara dijitaalaatti ceβaa jira. Barnootni, hojiiwwan dhaabbilee, akkasumas projektoonni dhuunfaa hedduun yeroo amma kana online taβanii gaggeeffamu. Garuu hojii fageenya irraa hojjechuun yookaan barachuun milkaaβina akka qabaatuuf, meeshaaleen waliin hojjechuu (collaboration tools) sirriitti filatamuu fi itti fayyadamuu qabu.
Meeshaaleen kunneen namoota iddoo adda addaatti argaman walitti hidhuun:
wal-qunnamtii saffisaa uumu,
hojii garee laaffisu,
yeroo qusachu,
oomishtummaa (productivity) dabalu.
Barreeffamni kun meeshaalee collaboration.......
Hubannoo guutuu argachuuf link asiin gadii kana fayyadamaa:π
https://urjii.tirushop.com/collaboration-tools-online-learning-work/
1 034
Yeroo baayβee namoonni yeroo SEO irratti hojjetan, wantoota akka jecha ijoo (keywords), qabiyyee (content) dheeraa, fi geessituu alaa (backlinks) irrattiis ni xiyyeeffatu. Garuu wanti yeroo hunda dagatamuu hin dagatamuu hin qabne tokko jira. Inniniis geessituu keessooti (internal linking).
Guutuu barreeffama kana dubbisuuf:
https://urjii.tirushop.com/internal-linking-strategies-seo/
1 034
Namoonni baayβeen website haaraa erga bananiin booda saffisaan gara AdSense fiigu. Garuu yeroo hedduu iyyanni isaanii ni kufa. Kun maaliif taha beeytu sababni guddaan tokko: yeroo sirrii osoo hin eegin fi qophii barbaachisaa hin guutin iyyata mirkaneessa adsense'f erguudha.
Qophiin barbaachisu kun hoo maali? guutuu kanaa dubbisuuf: https://finuri.tirushop.com/iyyata-adsense
1 034
Today, building a website is no longer only for programmers. Anyone-student, teacher, job seeker, or business owner β can create a professional website in a few hours.
In this simple guide, you will learn step-by-step how to build your own website from scratch:
https://hiree.tirushop.com/easy-steps-to-build-a-website-beginner-friendly-guide-2026/
