Fayda Job Vacancy
Open in Telegram
Welcome to Fayda Job Vacancy 🌟 Your trusted place for the latest job updates, career opportunities, and daily vacancy alerts in Ethiopia and beyond. We share fresh openings from government offices, private companies, NGOs, and international organizations
Show more1 034
Subscribers
-124 hours
-27 days
-430 days
Posts Archive
1 034
Bara 2026 keessatti website qabaachuun qofti gahaa miti. Website keessan namoota hedduu bira ga’uu, saffisaan hojjechuu, akkasumas Google keessatti sadarkaa gaarii argachuu qaba kanaaf Website Traffic Guddaa Qabuf Hosting Filatamaa filachuu qabda. Kanaafuu, wanti murteessaan keessaa tokko hosting sirrii filachuudha.
Akkamitti filanna? ulaagaa maalfaa laaluu qabna?
Deebii guutuuf: https://barna.tirushop.com/website-traffic-guddaa-qabuf-hosting-filatamaa/
1 034
Bara 2026 keessatti website qabaachuun qofti gahaa miti. Website keessan namoota hedduu bira ga’uu, saffisaan hojjechuu, akkasumas Google keessatti sadarkaa gaarii argachuu qaba kanaaf Website Traffic Guddaa Qabuf Hosting Filatamaa filachuu qabda. Kanaafuu, wanti murteessaan keessaa tokko hosting sirrii filachuudha.
Akkamitti Hosting gaarii filanna? hosting tokko gaariidha jedhamuuf maal qabaachuu qaba? link as gadii irraa argattu:
https://barna.tirushop.com/website-traffic-guddaa-qabuf-hosting-filatamaa/
1 034
Bara 2026 keessatti TikTok keessaa maallaqa argachuun yeroo kamiyyuu caalaa salphaa ta'ee jira. Sababni isaa ammoo guddina Artificial Intelligence (AI) dha. Namoonni hedduun yeroo ammaa hojii isaanii guyyaa guutuu hojjechaa, TikTok fi AI fayyadamuun galii dabalataa argachaa jiru. Kaan immoo hojii isaanii keessaas ba'anii hojii online qofa irratti xiyyeeffatanii jireenya isaanii jijjiiranii jiru. Kana immoo nutiis bilbila harkaa qabnuun akkamitti jalqabna? mee karaa salphaa ittin jalqabdan link as gadii kana irraa ilaalaa:
https://ai.tirushop.com/tiktok-fi-ai-fayyadamuun-jiatti-1000-argachuu/
1 034
Seera AdSense fi Ezoic Bara 2026
https://nazlaw.daminaa.org/wp/seera-adsense-fi-ezoic-bara-2026
1 034
Repost from Naziif S.A.Law Matter ⚖️
Seera Google AdSense Biyyoota Afrikaatiif Bara 2026 Haara Beektu? kunoo guutuu isaa afaan oromootiin link as gadii kana irraa seenaa dubbisa
https://nazlaw.daminaa.org/wp/seera-google-adsense-biyyoota-afrikaatiif-2026/
1 034
TikTok irraa akkamitti maallaqa hojjachuu ni dandeenya?
Deebiin koo: Eeyyee. Ni danda'ama Itoophiyaa keessatti illee itti hojjatatan jira .
Deebiin👇
guutuu hubachuuf: https://ai.tirushop.com/itoophiyaa-keessatti-tiktok-irraa-akkamitti-maallaqa-hojjachuu-dandeenya/
1 034
Hordoftoonni Amantaa Muslima Hundi keessanuu Baga Eid Al-Adha geessan!
Eid jaalalaa, nagayaa fi Gammachuu isin haa ta'u!
ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች በሙሉ፣ እንኳን ለዒድ አል-አድሃ (አረፋ) በዓል በሰላም አደረሳችሁ! የፍቅር፣ የሰላምና የደስታ ዒድ ይሁንላችሁ
Wishing all followers of the Muslim faith a very happy Eid Al-Adha! May it be an Eid filled with love, peace, and joy!
1 034
Akkamitti Bizinesii Online Milkaa’aa Ijaaruu Dandeenya Bara 2026 Kana Keessa?
link kanaan seenaa dubbisaa: https://musa.daminaa.org/akkamitti-bizinesii-online-milkaaaa-ijaaruu-dandeenya-bara-2026-kana-keessa/
1 034
Barnoota forex afan oromootiin barachuuf channel keenya kana subscribe gochuun nu hordofaa
https://youtu.be/iKDbjK3fMSc?si=cMJJS-QADUBn7kEf
1 034
Yeroo ammaa kana addunyaan hojii saffisaan gara digitalitti ce’aa jirti. Namoonni hedduun hojii isaanii of danda’anii hojjechuun galii isaanii to’achuu barbaadu. Keessumaa, freelance marketing’n akka carraa hojii keessaa isa guddaa ta’ee mul’ata kanaaf Freelance Marketing Income 2026 irratti sirnaan hubadhuu hojjadhu. Sababni isaa, daldaltoonni xixiqqaa irraa hanga dhaabbilee gurguddootti, hundi isaanii online irratti mul’achuu barbaadu. Kanaaf, yoo ati ogummaa marketing qabdu, carraan galii guddaa argachuu siif banaa dha.
guutuu beekuu fi daandii jalqabduun beekuuf: https://nurali.tirushop.com/freelance-marketing-income-2026/
1 034
Seera Daldalaa Itoophiyaa Haaraa: Hubannoo Guutuu Daldaltootaa fi Invastarootaaf
Guutuu dubbisuuf: https://nazlaw.daminaa.org/wp/seera-daldalaa-itoophiyaa-haaraa/
