en
Feedback
3 801
Subscribers
No data24 hours
-87 days
-2430 days

Data loading in progress...

Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
March '26
March '26
+2
in 0 channels
February '26
+8
in 0 channels
Get PRO
January '26
+12
in 0 channels
Get PRO
December '25
+18
in 0 channels
Get PRO
November '25
+7
in 0 channels
Get PRO
October '25
+11
in 0 channels
Get PRO
September '25
+16
in 0 channels
Get PRO
August '25
+14
in 0 channels
Get PRO
July '25
+13
in 0 channels
Get PRO
June '25
+17
in 0 channels
Get PRO
May '25
+10
in 0 channels
Get PRO
April '25
+142
in 0 channels
Get PRO
March '25
+257
in 0 channels
Get PRO
February '25
+393
in 0 channels
Get PRO
January '25
+642
in 1 channels
Get PRO
December '24
+36
in 0 channels
Get PRO
November '24
+84
in 1 channels
Get PRO
October '24
+234
in 0 channels
Get PRO
September '24
+994
in 1 channels
Get PRO
August '24
+302
in 0 channels
Get PRO
July '24
+282
in 0 channels
Get PRO
June '24
+171
in 0 channels
Get PRO
May '24
+261
in 0 channels
Get PRO
April '24
+247
in 0 channels
Get PRO
March '24
+349
in 0 channels
Get PRO
February '24
+198
in 0 channels
Get PRO
January '24
+136
in 0 channels
Get PRO
December '23
+555
in 0 channels
Date
Subscriber Growth
Mentions
Channels
17 March0
16 March0
15 March0
14 March0
13 March0
12 March0
11 March0
10 March0
09 March+1
08 March0
07 March0
06 March+1
05 March0
04 March0
03 March0
02 March0
01 March0
Channel Posts
2
Paartiin Badhaadhinaa walabummaan uummataa kabajamuu akka qabuufi aangoon mootummaa eeyyeentaa uummataafi bakka bu’ummaa kara
Paartiin Badhaadhinaa walabummaan uummataa kabajamuu akka qabuufi aangoon mootummaa eeyyeentaa uummataafi bakka bu’ummaa karaa filannoo demokiraatawaa ta’een qofa argamu akka qabu cimsee amana.
624
3
https://www.facebook.com/share/p/17hv5qx9fm/
935
4
*Akkam jirtu?* Goolabbii Leenjii Hoggansaa Aanaalee fi Bulchiinsa Magaalotaatti guyyaa har'aa gaggeeffamee *Comment, Like fi Share* godha 👇 https://www.facebook.com/share/p/17hv5qx9fm/
1
5
ጉልበት ይሸሻል፣ ጊዜ ይሸሻል፣ ስልጣን ይሸሻል፣ ሁሉ አላፊ ነው ፣ የማያልፈው እንደዚህ ያለው ታላቅ ስራ ነው።
ጉልበት ይሸሻል፣ ጊዜ ይሸሻል፣ ስልጣን ይሸሻል፣ ሁሉ አላፊ ነው ፣ የማያልፈው እንደዚህ ያለው ታላቅ ስራ ነው።
547
6
Kilaastara Qamadii Godina Sh/Kabaa, Aanaalee Giraar Jaarsoofi Dabra Libaanos
Kilaastara Qamadii Godina Sh/Kabaa, Aanaalee Giraar Jaarsoofi Dabra Libaanos
545
7
Siyaasni fedhii dhuunfaa bu'uureffate xiyyeeffannaan isaa bu'aa irratti waan ta'eef gatii adeemsichi kaffalchiisuuf dhimma hi
Siyaasni fedhii dhuunfaa bu'uureffate xiyyeeffannaan isaa bu'aa irratti waan ta'eef gatii adeemsichi kaffalchiisuuf dhimma hin qabu. Aangoon ittiin argadha jedhee yoo amane adeemsichi biyya yoo diiges isaaf homaa miti. uummata nan qabsaahaaf jedhu gatii yoo kaffalchiises dhimma hin qabu. Bu'aa dhuunfaa isaa malee, adeemsicha bu'aa wajjin wal qixxeessee hin ilaalu. Kitaaba Mootummaa Ida'amuu keessaa kan fudhatame.
525
8
በጎርጎራ ጣናነሽ የተሰኘችዉን ጀልባ ሥራ አስጀምረናል። በጣና ውሃ ላይ እየቀዘፈች ባሕር ዳር ከተማን ከጎርጎራ ኤኮ ሎጅ ማገናኘት ጀምራለች። ከ180 ተጓዦች በላይ የማጓጓዝ አቅም ያላት ጣናነሽ ለጉብ
በጎርጎራ ጣናነሽ የተሰኘችዉን ጀልባ ሥራ አስጀምረናል። በጣና ውሃ ላይ እየቀዘፈች ባሕር ዳር ከተማን ከጎርጎራ ኤኮ ሎጅ ማገናኘት ጀምራለች። ከ180 ተጓዦች በላይ የማጓጓዝ አቅም ያላት ጣናነሽ ለጉብኝት፣ ለመዝናናት እና አስደማሚውን የጣና ሀይቅ የተፈጥሮ ከባቢ ለመጎብኘት ወደ ጎርጎራ ኤኮ ሎጅ የሚደረገውን ጉዞ የበለጠ ምቹ አድርጋዋለች። In Gorgora, we’ve launched the voyage of the Tananesh Ferry, now gracefully cruising the waters of Lake Tana, connecting Bahir Dar City with the newly established Dine for Ethiopia project — Gorgora Eco Lodge. With a capacity of over 180 passengers, Tananesh makes the remarkable Gorgora Eco Lodge more accessible than ever before; a truly worthy destination to visit, relax, and admire the breathtaking natural beauty of Lake Tana.
398
9
ጉልበት ይሸሻል፣ ጊዜ ይሸሻል፣ ስልጣን ይሸሻል፣ ሁሉ አላፊ ነው ፣ የማያልፈው እንደዚህ ያለው ታላቅ ስራ ነው።
ጉልበት ይሸሻል፣ ጊዜ ይሸሻል፣ ስልጣን ይሸሻል፣ ሁሉ አላፊ ነው ፣ የማያልፈው እንደዚህ ያለው ታላቅ ስራ ነው።
1
10
በጎንደር በነበረን ጉብኝት የመገጭ የመስኖ ልማት ፕሮጀክትን የሥራ ሁኔታ ገምግመናል። ፕሮጀክቱ 870 ሄክታር ላይ ያረፈ ሲሆን 17000 ሄክታር መሬት በመስኖ አቅርቦት ይሸፍናል ተብሎ ይጠበቃል። የፕ
በጎንደር በነበረን ጉብኝት የመገጭ የመስኖ ልማት ፕሮጀክትን የሥራ ሁኔታ ገምግመናል። ፕሮጀክቱ 870 ሄክታር ላይ ያረፈ ሲሆን 17000 ሄክታር መሬት በመስኖ አቅርቦት ይሸፍናል ተብሎ ይጠበቃል። የፕሮጀክቱ ቁልፍ የሆነው የወንዝ ቅልበሳ ሥራ በተሳካ መልኩ ተጠናቋል። የቀሩት ሥራዎችም በተያዘላቸው የጊዜ ሰሌዳ እየተካሄዱ ይገኛሉ። የመገጭ ግድብም በሚጠናቀቅበት ወቅት የአካባቢውን የግብርና ምርታማነት የሚያሳድግ ይሆናል። Daawwannaa Goondaritti taasifneen haala hojii Misooma Jallisii Magac gamaaggamneerra. Piroojektichi hektaara 870 irra kan buufate yoo ta'u, lafa hektaara 17,000 dhiyeessii jallisiitiin misoomsa jedhamee eegama. Hojii ijoo piroojektichaa kan ta'e laga jallisuun haala milkaa'een xumurameera. Hojiiwwan hafanis yeroo qabameef keessatti hojjetamaa jiru. Jallisiin Magac wayita xumuramu homishtummaa qonnaa naannichaa kan guddisu ta'a.
435
11
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Koonfiransii Kurmaana 1ffaa bara 2018 Miseensota Paartii Badhaadhina Yuunivarsiiticha waliin gagg+9
Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Koonfiransii Kurmaana 1ffaa bara 2018 Miseensota Paartii Badhaadhina Yuunivarsiiticha waliin gaggeesse. ** Godina Harargee Lixaatti Yuunivarsiitiin Odaa Bultum Koonfiransii Kurmaana 1ffaa bara 2018 Miseensa Paartii Badhaadhinaa Yuunivarsiiticha waliin haala ho'aa fi miidhagaa ta'een kan gagggeessan bakka Hoggansii Yuunivarsiiticha fi Hoggansii Gamtaa Paartii Badhaadhinaa Yuunivarsiiticha argamanitti gaggeeffamee jira. Sagantaa Koonfiransii kanaa irratti Gabaasnii Raawwii Hojii Paartii Badhaadhinaa Kurmaana 1ffaa fi Barreeffamni haala biyyaa irratti qophaa'e Hoggansa Yuunivarsiitichaan dhihaachuun irratti mariin bal’aan gaggeeffamee jira. Akka walii galaatti haala walii galaa irratti mariin bal’aa gaggeessuun Ciminoota jiran cimsuu fi hanqinoota mul'atan immoo galtee hojii karoora itti aanuu gochuun xiyyeeffannoon akka hojjatamuu kallattii karoora Kurmaana 2ffaa irratti kennuun Koonfiransii xumuramee jira.. #WestHarargheProsperityParty
1 007
12
Tajaajila lammummaa furtuu rakkoo hawaasummaa! **** Godina Harargee Lixaatti Tola Ooluu Biiroon Geejjiba Oromiyaa Deeggarsa D+9
Tajaajila lammummaa furtuu rakkoo hawaasummaa! **** Godina Harargee Lixaatti Tola Ooluu Biiroon Geejjiba Oromiyaa Deeggarsa Dubartootaa Harka Qalleeyyii Aanaa Cirootti Midhaan Nyaataa Taasise. Sagantaa kanaa irratti argamuun kenna kanaa kan kennaan Hoggaanaa Biiroo Geejjibaa Oromiyaa Obbo Daniel Cherinet fi Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aadde Ekram Taha akkasumaas Hoggansii Aanaa fi jiraattoonni argamanitti harkaa qalleeyyiif kennamee jira. Hojiin harka qalleeyyii deeggaruu hojii boqonnaa sammuu namaa kennuuf aadaa fi duudhaa Oromoo ganamaa waan ta’eef uummanni hundi waan qabuun namoota harka qalleeyyii naannoo isaa deeggaruu qabu jedhaniiru. #Westharargheprosperityparty
724
13
Imala Milkii Badhaadhinaa.! * Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti Hojiilee Misoomaa hojjatamaa jiruu Bakka Hoggaan+4
Imala Milkii Badhaadhinaa.! * Godina Harargee Lixaa Aanaa Shanan Dhuuggootti Hojiilee Misoomaa hojjatamaa jiruu Bakka Hoggaanaa Biiroo Geejjibaa Oromiyaa Obbo #Daani'eel Cheerinnat fi I/G Waajjira Paartii Badhaadhina Godina Harargee Lixaa Obbo #Anas Aliyyii argamanitti daawwannaa gagggeessaniiru. Oomishaa fi oomishtummaa Qonnaa dachaan dabaluun wabii nyaataa mirkaneessuu fi olka’iinsa biyyaa dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjatamaa jiruu abdii egeree biyyaa keessatti galma Badhaadhinaa milkeessuuf Oomishaa fi Omishtummaa dabaluun murteessaadha. #Westharargheprosperityparty
560
14
Dafqa Keenyaan Wabii Nyaataa Ni Mirkaneessina! ** Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu Ganda Sakinaa Baadiyyaatti Kilaast+4
Dafqa Keenyaan Wabii Nyaataa Ni Mirkaneessina! ** Godina Harargee Lixaa Aanaa Daaroo Labuu Ganda Sakinaa Baadiyyaatti Kilaastarri Oomishaa Mishingaa bara kanaa misoomaa jiru argarsiistuu milka'iina imala Badhaadhinaati. Oomishaa fi oomishtummaa Qonnaa dachaan dabaluun wabii nyaataa mirkaneessuu fi olka’iinsa biyyaa dhugoomsuuf xiyyeeffannoo olaanaan hojjatamaa jiruu abdii egeree biyyaa keessatti galma Badhaadhinaa milkeessuuf Oomishaa fi Omishtummaa dabaluun murteessaadha. Kilaastarri Qonnaa omishaa fi omishtummaa Qonnaan Bulaa keenyaa dabaluu biraa darbee garaagarummaa omisha Qonnaan Bulaa gidduu jiru dhiphisuun wabii nyaataan ofdanda'ee diinagdee biyyaa utubuu keessatti dorgomaa isaa taasisa jira. #WestHarargheProsperityParty
722
15
Oduu Muudamaa! ****** Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira. 1. Obbo Abdallaa Mummee I/G Waa
Oduu Muudamaa! ****** Godina Harargee Lixaa Sirreeffamaa Muudama Hoggansaa gaggeeffamee jira. 1. Obbo Abdallaa Mummee I/G Waaj/ Bulchiinsa fi Nageenyaa Godinaa 2. Obbo Mohammed Abdurahman I/G Waaj/Milishaa Godinaa 3. Obbo Tamiruu Eddachaa Bulchaa Aanaa Gumbii Bordoddee 4. Obbo Aliim Mohammednuur Bulchaa Aanaa Mi'eessoo 5. Obbo Fu'ad Jewad I/A Waaj/Fayyaa Godinaa 6. Dr. Faruq Aliyyii I/A Waaj/Qonnaa Godinaa 7. Obbo Jafar Adam Dareektraa Ijaarsa Paartii Badhaadhina Godinaa 8. Obbo Mohammed Abrahiim Dareektraa Siyaasaa Paartii Badhaadhina Godinaa tahuun Muudamaniiru. #WestHarargheProsperityParty
557
16
Harargee Lixaatti Eebbifamuu Hidha Haaromsaa Guddichaa Sababeeffachuun qaamolee hawaasaa tumsa hidhichaaf taasisaniif Sirni b
Harargee Lixaatti Eebbifamuu Hidha Haaromsaa Guddichaa Sababeeffachuun qaamolee hawaasaa tumsa hidhichaaf taasisaniif Sirni beekamtii sadarkaa Godinaatti gaggeeffamee jira. #Westharargheprosperityparty
814
17
Haasawa Baga Nagaan Dhuftanii Marii Paanaalii fi Sirna Beekamtii irratti Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aadde Ikraa
Haasawa Baga Nagaan Dhuftanii Marii Paanaalii fi Sirna Beekamtii irratti Bulchaa Bulchiinsa Godina Harargee Lixaa Aadde Ikraam Xahaa taasisan. Hidhaan Haaromsaa Bu'a Copha,Dafqa,Imimmaan fi Dhiiga keenyati !
575
18
Kitaabni Ministirri Mummee Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed Ali Arfaffaan 'Mootummaa Ida'amuu' jedhu eebbifame. *** Kitaaba Muummee+9
Kitaabni Ministirri Mummee Itoophiyaa Dr. Abiy Ahmed Ali Arfaffaan 'Mootummaa Ida'amuu' jedhu eebbifame. *** Kitaaba Muummee Ministeeraa Itoophiyaa Dr Abiyyi Ahimad "'Mootummaa Ida'amuu" jedhuu bakka aanga'oonni Mootummaa ol'aanoo fi keessummoonni garaagaraa argamaniitti guyyaa har'aa eebbifameera. Oromia Prosperity Party / OPP / #WestHarargheProsperityParty
559
19
Harargee Lixaa, Jala Bultii Hiriira Guyyaa Xiiqii!! *** Guyyaa Boruu Fulbaana 7/2018 Hiriira guddaa Guyyaa Xiiqii Xummuramuu+8
Harargee Lixaa, Jala Bultii Hiriira Guyyaa Xiiqii!! *** Guyyaa Boruu Fulbaana 7/2018 Hiriira guddaa Guyyaa Xiiqii Xummuramuu Hidha Haaroomsaa Guddicha Itoophiyaa sababeeffachuun Hawaasni Aanaalee fi Bulchiinsa Magaaloota hundii guyyaa boruu Hiriira Miira Xiiqiitiin guutame dhufan irraa tokkoo hin haafu. Guyyaa Hiriira Guddichaa kana Irraa Maaltu Hafaa! Guyyaa boru Ganamaa wal argaan Keenya Istadiyooma Magaalaa Ciroo Haa ta'u. #Westharargheprosperityparty
434
20
Hidhaan Haaromsaa Bu'a Copha,Dafqa,Imimmaan fi Dhiiga keenyati ! * Godina Harargee Lixaatti Marii Paanaalii fi Sirna Beekamtii Eebbifamuu Hidha Haaromsaa Guddicha Itoophiyaa sababeeffachuun qaamolee hawaasaa tumsa hidhichaaf taasisanif sirni beekamtii sadarkaa Godinaatti Magaalaa Cirootti adeemsifamee. Sirni beekamtii kunis Bakka Bulchaan Godina Harargee Lixaa Aadde Ekram Taha , Itti Gaafatamaa Waajjira Paartii Badhaadhina Godina Harargee Lixaa Obbo #Anaas Aliyyii fi Hoggansa Godinaa,Abbootiin Gadaa, Haadholin Siinqee, Hoggansi Godinaa fi Aanaalee, Keessummoonni affeeraman argamanitti gaggeeffamee jira. #Westharargheprosperityparty
192