cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Madda Ispoortii

Show more
The country is not specifiedThe language is not specifiedThe category is not specified
Advertising posts
2 221
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Photo unavailableShow in Telegram
🗣 Waa'ee carraa Arteta Aubameyang gara Cheelsitti ce'uu... "Kun egeree taphatichaa ta'uun isaa ifaadha, murtoo inni murteesse kamiyyuu waan gaarii hawwina." 🗣 Arteta "Aubameyang waliin buna dhugduu?" Gaaffii gaazexeessaa kanaaf... "Yeroo baayyee taphattoota waliin hin hojjedhu."
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Antoonii Maarshiyaal miidhaan biraa waan irra gaheef tapha boru Saawuzhaampitan irratti hin hirmaatu, taphataan haaraan mallatteesse Kaasemiroo taphachuun isaa hin oolu. @New_oro_man_united
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Tapha gulaallii waancaa Chaan Afrikaa ⏰Xumurame' Itiyoophiyaa 0-0 Ruwaandaa Youtube Burqaa Ispoortii 👇👇 http://bit.ly/3ovsQLl @BurqaaIspoortii @BurqaaIspoortii
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Gooliin miidhagaa Teles galchee Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaatiin sadarkaa 6ffaan xumure. Gooliiwwan sadarkaa 1ffaa hanga 10ffaa Shaampiyoonsi Liigii Awrooppaa yeroo labsaman lammiin Biraazil Aleeks Teelees goolii ajaa'ibaa Viilaareyaal irratti galcheen Maanchistar Yunaayitid Viilaariyaaliin 2 fi 1n injifate sadarkaa 6ffaa irra ture. Taphataan kun ergisaan gara kilabii Ispeen Seeviilaatti akka makame ni yaadatama. @New_oro_man_united
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
✅Leenjisaan olaanaa Ajax Schröder waa'ee haala Anthony akkas jedhe:- 🗣 "Antooniin garee keenya waliin shaakala hin godhu garuu ani guyyaa hunda isa hordofa. Wiixata darbe irraa eegalee haalli isaa hin jijjiiramne." 🗣 "Antony kilabii keenya waliin kontiraata waan qabuuf kilabii keenya keessa ni tura jedheen yaada." @New_oro_man_united
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Vidiyoo goolii fi yaalii as gubaatti argatuu @maddaViidiyoo @maddaViidiyoo @maddaViidiyoo @maddaViidiyoo
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
✅️ Odeeffannoo sobaa isin nuffisiiseeraa? Odeeffannoo fudhatama argatanii fi dhugaa qofa kan tahan waayee kubbaa miilaa argachuuf join gochuun itti gargaaramaa keessumaa kan Fabrizio'n gabaasu kallattiin kan hiikee isiniif dabarsudha!
Show all...
JOIN
Photo unavailableShow in Telegram
OFFICIAL ፦ Niikoolas Peepen ergisaan waggaa tokkof kilabii Faransaay Niis itti makameera. @Ispoortii433 @Ispoortii433
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
Lewandoskii kilabii isaa duraanii Bayeer Muniik waliin kan morkatu taha. Haalaand kilabii isaa duraanii Dortumand Dimaariyaan kilabii isaa duraanii Beenefikaa fi Psg Kaalvin Baasii kilabii isaa duraanii Reenjars 🍿🍿⚽ @Ispoortii433 @Ispoortii433
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
✅️ Kaariim Beenzeemaan taphataa cimaa UEFA jedhamuun badhaafame. 🔥🔥🔥🔥🔥🔥 Isaaf mala 👏👏 @Ispoortii433 @Ispoortii433
Show all...