cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Godaaniisaa Seenaa !!! Godaaniisaa Seenaa !!!!

Galma kaayyoo ga'uuf Yooti tiratte suuta Bakka sijalaa qaawwe Rabbiin itti siif guuta Humnaaf beekumsa jiruun Malaan bishaan waadanii Obsaafi kutannoodhaan Ga'u galma yaadani! Ati Ejjannoon imali Godaansa baqa deegaa Hireen (GS)(JD)

Show more
Finland3 558The language is not specifiedProhibited Content29 966
Advertising posts
282
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
+1130 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#CALLISUUN_OGUMMAADHA! ๐Ÿ‘‰Maaliif callisna? โžก๏ธYoom callisna? ๐Ÿ‘‰Haala akkamii keessatti? ๐Ÿ‘‰Sababootni callisnuuf   ๐Ÿ‘‰Isaanisnis  โžก๏ธ1.Callisi!-Aarii ho'aa keessa yeroo jirtu; โžก๏ธ2.Callisi!- yoo ragaa sirrii hin qabaanne; โžก๏ธ3.Callisi! - yoo seenaa dhimma sanaa hin  beekne; โžก๏ธ4.Callisi!- yoo jechi kee kan nama dadhabaa ta'e mufachiisu tahe; โžก๏ธ5.Callisi!-yommuu yeroon yeroo dhaggeeffachuu qofa  ta'e. โžก๏ธ6.Callisi! - yeroo wantoota si dhibee qulqulleeffachuuf  jettu. โžก๏ธ7.Callisi!- yommuu namni waa'ee kee  cubbuu siratti  fe'u hanga haqni kee ba'uti;        โžก๏ธ8.Callisi!- yommuu jechi kee aarii fi walitti bu'insa fiduu kan deemu ta'e; โžก๏ธ9.Callisi!-yeroo jechi kee yaada fi ergaa  dogoggoraa dabarsu tahe. โžก๏ธ10.Callisi!- yeroo soba ifa ta'e akka dubbattuuf qoramtu: โžก๏ธ11.Callisi!- yoo jechi kee maqaa nama biraa kan balleessuu tahe. โžก๏ธ12.Callisi! -yoo dubbiin kee hiriyoota kee kan miidhu tahe โžก๏ธ13.Callisi!- yeroo qeeqni sitti baay'atu; โžก๏ธ14.Callisi! - yoo booda jecha keetti kan gaabbitu ta'e; โžก๏ธ15.Callisi! - hanga carraa dubbachuu argattutti. ๐Ÿ‘‰Wan hundaafuu callisuun furmaata malee rakkoo hin fidu callisi https://t.me/terriuffa
Show all...
Godaaniisaa Seenaa !!! Godaaniisaa Seenaa !!!!

Galma kaayyoo ga'uuf Yooti tiratte suuta Bakka sijalaa qaawwe Rabbiin itti siif guuta Humnaaf beekumsa jiruun Malaan bishaan waadanii Obsaafi kutannoodhaan Ga'u galma yaadani! Ati Ejjannoon imali Godaansa baqa deegaa Hireen (GS)(JD)

Oduu gammachiisaa fideera ๐Ÿ‘‰ ADD fi sagantaa badhaasa argachuu CBE sagantaa Add, Get Rewarded jedhu eegaluudhaan badhaasa adda addaa isiniif qopheessee jira, maamiloota keenya kabajamoo. Namoota miseensa garee Telegram akka ta'an affeeruun ADD gochuun badhaasa argadhaa Wanti isin gochuu qabdan dabaluu qofa. Nama tokkoof Birrii 50 arganna jennee eegna. ๐ŸŽ Birrii 1000 yeroo nama 50 itti dabaltan ๐ŸŽ Birrii 2000 yeroo nama 100 itti dabaltan ๐ŸŽ Namoota 150 Sedergu Birrii 3000 itti dabale ๐ŸŽ Gaafa nama 200 itti dabaltan Birrii 5000 fi lakkoofsa lootii keessanii argattu. Motor Bilbila ismaartii. Dafii amma dabali badhaafam. ๐Ÿ‘๐Ÿ‘ Carraa gaarii ๐Ÿ™๐Ÿ™ ๐Ÿ™๐Ÿ™ Badhaasa argachuuf isa itti aanu cuqaasaa
Show all...
Hello everyone ๐Ÿ–๏ธ I am Tola  from Finfinne My vision : To serve and be an example to people as they  know their inner potential, bring it out to live an happy life. I work with an organization that provides personal development training. Currently, our company supporting many people through Training to know their dreams and visions, and also providing BUSINESS opportunities. OUR PRODUCTS Our products are designed and prepared for people who are looking for means to achieve their goals and/or for those who would like to solve their life problems yet they failed to do so. If you have the under listed unachieved goals no matter how big or vast your goals are, our Organization shall enable you to breakthrough your critical mind reprogram your subconscious mind and achieve your conscious goals. If you need to use those both opportunity,I will help you! https://t.me/terriuffa
Show all...
Godaaniisaa Seenaa !!! Godaaniisaa Seenaa !!!!

Galma kaayyoo ga'uuf Yooti tiratte suuta Bakka sijalaa qaawwe Rabbiin itti siif guuta Humnaaf beekumsa jiruun Malaan bishaan waadanii Obsaafi kutannoodhaan Ga'u galma yaadani! Ati Ejjannoon imali Godaansa baqa deegaa Hireen (GS)(JD)

Jalqaba ati maraadhu! Hogganaa (manager) artistichaati. Waltajjii irratti akkamiin qalbii daawwataa akka hatu gaafa gorsu akkas jedheeni, "Yeroo waltajjiitti baatu dursii daqiiqaa shaniif maraadhu. Yeroo sana namni hundi rifatee si ilaaluun, 'kun xuuxee ykn qama'eetu dhufe. Maali maraataan kun?'jedhanii afaan qabatanii si ilaalu."jedheen. Artistichis qalbiin isa caqasuu itti fufe. "Daqiiqaa shan booda garuu haalli ni jijjiirama. Warri siin maraatuu jedhan hundi qalbii guutuun si ilaalu. Siif ajajamu. Waan ati jette hunda raawwatu. Dura si qofatu maraatee, amma garuu isaan hunduu maraataniiru. Mana sana keessaa si qofaatu fayyaadha. Isaan hunda irratti kan aangoo qabu si tokkicha." Jedhee gorse. Weellisaan sunis qajeelfama kana fudhatee waltajjii bahee itti milkaa'e. Hogganaa Artist Qamar Yuusuuf tu akkanaan gorsee ture. Namni gaafa yaada haaraan hawwaasatti dhufu maraatuu ta'a. Amaluma namaa ta'ee, namni hedduun waan haaraa ni sodaata. Yaada haaraa, argannoofi beekumsa addaa gaafa dhaga'u naasuun kirkiruun baramaadha. Gaaf sana waltajjii sana irratti ati maraatuu taata. Yeroon booda muraasni si dhaga'u. Adaduma yaadnikee fudhatamaa, hedduu qalbii butaa deemu ati fayyaa taata. Isaanimmoo maraatuu kaleessa jedhan san ta'u. Addunyaa kana irratti hayyoonni yaada haaraa, falaasonni, hundeessitoonni amantii, qorattoonnifi bu'uuressitoonni biyyaa gaafa yaada hawwaasni hin beekneen dhufan jalqaba maraataa, dhuma irratti goota jedhamu. Akkanatti addunyaan beekumsa, wixineefi ogummaa hedduutti madaqxe. Gaafa waan haaraa qabattee as baatu hin raafamin. Namni hedduun hin beeku jechuun sirrii miti jechuu miti. Hedduun si mormuun yaadichatu kufaadha jechuun dura isaantu hin hubannes ta'uu mala. Eeyyee! Yaada haaraan gaafa waltajjii hawwaasaatti baatu, jalqaba ati maraataadha. Booda garuu isaanis yaadakeen booji'amanii maraataa siin jedhan ta'u. Warruma santu maqaakee jijjiiree goota sin jedha. Seenaa himtuun kees isaan ta'uu mala. Kanaafuu jalqaba ati maraadhu. Booda gaafa isaans akkakee maraatan, qalbiin isaan gaggeessi. https://t.me/terriuffa
Show all...
Godaaniisaa Seenaa !!! Godaaniisaa Seenaa !!!!

Galma kaayyoo ga'uuf Yooti tiratte suuta Bakka sijalaa qaawwe Rabbiin itti siif guuta Humnaaf beekumsa jiruun Malaan bishaan waadanii Obsaafi kutannoodhaan Ga'u galma yaadani! Ati Ejjannoon imali Godaansa baqa deegaa Hireen (GS)(JD)

BIDIRUU KEE GUBI! *** Yeroo durii keessa hogganaan waraanaa cimaan tokko (a great warrior) haala murteessaa wayii keessatti mala bareeda tolfate. Hogganaan waraanaa kuni lola cimaatti deemaa ture. Lolichi kan gaggeeffamu ammoo odola xiqqoo wayii, galaanaan marfamte irratti yoo tahu bidiruu (Ship) dhaan deemanii loluun dirqamadha. Meshaalee waraanaaf barbaachisaniifi loltoota isaa fe'atee yogguu qarqara galaanaa sanatti imalu waan tokko murteesse. Innis, bidiruu ittiin imalan iddoo waraanichaa (Battlefield) yeroo gahan gubuu! Loltoota isaatti waan tokkos hime..."Mo'atamnee of duuba hin deebinu, bidiruu kana ni gubna! Yogguu deebinu ammoo bidiruu diinota keenyaatiin tahuu qaba" kan jedhu... Bidiruun ni gubatte. Filannoon mo'uu yookaa dhumuu ta'e. Win or perish! Lolli ni eegalame. Loltoonni bidiruun jalaa gubbatte ni mo'aani. * Seenaa olii kana kitaaba "Think and Grow Rich" jedhu keessaa ni argattu. Jireenya keessatti filannoo lama qabna; mo'uu yookaa mo'atamuu! Bidiruu mijattuu (Our comfort zone ship) hanga hin gubnetti mo'uu hin dandeenyu. Mo'ichi rakkoolee (Challenge) qaba, kutannoo (commitment) barbaachisa, fedhii mo'ichaaf laboobu (burning desire to win) qabaachuu barbaachisa! Bidiruu keenya utuu hin gubin mo'ichaaf deemna taanan, rakkoolee sodaannee bidiruma deemneen ofirra deebina. Kana qabadhaa! Mo'aa! ๐Ÿ™ Alamudin Abe ๐Ÿ™
Show all...
Sooressi qabaataan Abbaan konkolaataa Akkuma hiyyeessaa Buddeen tokko nyaata Kan bifti cululuqaa Gaafa ilaalan jabaa Dhibee garaachaatiif Halkan hirriiba dhaba Abbaan gamoo dhedheeraa Torbaatam jaaree hulaa Guyyaa hojjataa oolee Halkan herregaa bulaa Danuun warra waa qabuu Dhugee ittiin machaa'a Dhiinaan hamma bariituu Baaxii manaa lakkaa'a Utuun miilla qabuu Kophee dhabaaf boo'ee Kuusaan imimmaankoo Qaaniidha yoo dhoo'e Anaan! Hiyyeessittii Ishee fayyaan guutuu Rakkina tarreessee Kan hamileen buutu... Meeqa... Qaroonsaa ifa da'annaan Halkaniif guyyaa wallaalee Aduun kan itti dhiite Meeqa dukkanni dhaale Kaleessaafi dheengadda Ifaajee utuu beekuu Hagam daandii qarqaraa Kan harka namaa eegu Guyyaa ofii eeguutti Kan yaaddoo dabalatu Siree hoospitaalaarra Meeqa kan gangalatu Kennaaf arjooma keetiin Fayyaa guutuu qabaataa Si'iif galata galchuun Maaliif natti jabaata! Kaan lafarra munyuuqa An burraaqaan oola dhaabbiin Galanni dachaa dachaan Siif haa ta'u yaa Rabbii! https://t.me/terriuffa
Show all...

BIDIRUU KEE GUBI! *** Yeroo durii keessa hogganaan waraanaa cimaan tokko (a great warrior) haala murteessaa wayii keessatti mala bareeda tolfate. Hogganaan waraanaa kuni lola cimaatti deemaa ture. Lolichi kan gaggeeffamu ammoo odola xiqqoo wayii, galaanaan marfamte irratti yoo tahu bidiruu (Ship) dhaan deemanii loluun dirqamadha. Meshaalee waraanaaf barbaachisaniifi loltoota isaa fe'atee yogguu qarqara galaanaa sanatti imalu waan tokko murteesse. Innis, bidiruu ittiin imalan iddoo waraanichaa (Battlefield) yeroo gahan gubuu! Loltoota isaatti waan tokkos hime..."Mo'atamnee of duuba hin deebinu, bidiruu kana ni gubna! Yogguu deebinu ammoo bidiruu diinota keenyaatiin tahuu qaba" kan jedhu... Bidiruun ni gubatte. Filannoon mo'uu yookaa dhumuu ta'e. Win or perish! Lolli ni eegalame. Loltoonni bidiruun jalaa gubbatte ni mo'aani. * Seenaa olii kana kitaaba "Think and Grow Rich" jedhu keessaa ni argattu. Jireenya keessatti filannoo lama qabna; mo'uu yookaa mo'atamuu! Bidiruu mijattuu (Our comfort zone ship) hanga hin gubnetti mo'uu hin dandeenyu. Mo'ichi rakkoolee (Challenge) qaba, kutannoo (commitment) barbaachisa, fedhii mo'ichaaf laboobu (burning desire to win) qabaachuu barbaachisa! Bidiruu keenya utuu hin gubin mo'ichaaf deemna taanan, rakkoolee sodaannee bidiruma deemneen ofirra deebina. Kana qabadhaa! Mo'aa! โœ Alamudin Abe Jibrilo Wahila๐Ÿ™๐Ÿป
Show all...
Namoonni hedduu qulqullina suuraa isaaniif baay'ee dhiphatuu. bilbilli keessan qulqullinaa yoo hin qabatiin appiin armaan gadii kanaan suuraa keessan akka bareeduu fi gara effecti gara garaatti jijjiiruuf isiin fayyadaa link gadii kanaan download gochuun itti fayyadamaa. Appii kanaa bilisaan Appii downloader kanaa irraa argachuu dandeessu ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡ https://bit.ly/3GiMySA โคโคโค๐Ÿฆ‹ Picture of the day ๐Ÿ˜˜ : : : #bestphotochallenge #BestPhotographyChallengeio #picturechallenge #photo #challenge #photographychallenge #picture #picoftheday #photographer #photoshoot #photochallenge #PhotoEditingChallenge #ChallengeChallenge #photography #photooftheday #africa #photochallenge #blackisbeautiful #chocolate #pretty #beautifulskin #bodypositive
Show all...
Access Tech Tips - Apps on Google Play

Get access to online tech tips

Itti fayyadama Miidiyaa hawasaa.! Bara addunyaan gara diijitaalaatti jijjiiramte kana keessatti namni hundi abbaa miidiyaati jechuun ni danda'ama. Sababni isaatis hunduu bilbila harka isaatii qabuun akka barbaade itti fayyadamuu danda'a Miidiyaan hawaasaa haala jireenya ilma namaa salphisuu, ammayyeessuu fi jiruuf jireenya mijeessuun keessatti iddoo guddaa qaba. Haa ta'u male guddina teeknooloojii kanaa akka carraatti fayyadamuudhaan miidiyaa hawaasaa dhimma qajeelaaf oolchuu fi  gaalii irraa argaachu ni danda'ama. Haala amma jiru keessatti dargaggooni hedduun silkii mobaayilii interneetii of harka qabu. Garuu gaaffiin jiru, meesha guddaa harkaa keessan jiru maal godhanii itti fayyadamaa jiruudha..? Miidiyaa hawasaa Interneetii irraa bu'aa  galii argachaa jirtumoo baasiidhaaf saaxilamaa jirtu? Ani Feesbuukii fi Telegiramii irraa galii argachaa, hojii tola Ooltummaa dhaloonni baay'een faaydamu danda'a jedhe chaanaalii kana irratti hojjachan jira ati hoo..? https://t.me/terriuffa
Show all...
Godaaniisaa Seenaa !!! Godaaniisaa Seenaa !!!!

Galma kaayyoo ga'uuf Yooti tiratte suuta Bakka sijalaa qaawwe Rabbiin itti siif guuta Humnaaf beekumsa jiruun Malaan bishaan waadanii Obsaafi kutannoodhaan Ga'u galma yaadani! Ati Ejjannoon imali Godaansa baqa deegaa Hireen (GS)(JD)

BIDIRUU KEE GUBI! *** Yeroo durii keessa hogganaan waraanaa cimaan tokko (a great warrior) haala murteessaa wayii keessatti mala bareeda tolfate. Hogganaan waraanaa kuni lola cimaatti deemaa ture. Lolichi kan gaggeeffamu ammoo odola xiqqoo wayii, galaanaan marfamte irratti yoo tahu bidiruu (Ship) dhaan deemanii loluun dirqamadha. Meshaalee waraanaaf barbaachisaniifi loltoota isaa fe'atee yogguu qarqara galaanaa sanatti imalu waan tokko murteesse. Innis, bidiruu ittiin imalan iddoo waraanichaa (Battlefield) yeroo gahan gubuu! Loltoota isaatti waan tokkos hime..."Mo'atamnee of duuba hin deebinu, bidiruu kana ni gubna! Yogguu deebinu ammoo bidiruu diinota keenyaatiin tahuu qaba" kan jedhu... Bidiruun ni gubatte. Filannoon mo'uu yookaa dhumuu ta'e. Win or perish! Lolli ni eegalame. Loltoonni bidiruun jalaa gubbatte ni mo'aani. * Seenaa olii kana kitaaba "Think and Grow Rich" jedhu keessaa ni argattu. Jireenya keessatti filannoo lama qabna; mo'uu yookaa mo'atamuu! Bidiruu mijattuu (Our comfort zone ship) hanga hin gubnetti mo'uu hin dandeenyu. Mo'ichi rakkoolee (Challenge) qaba, kutannoo (commitment) barbaachisa, fedhii mo'ichaaf laboobu (burning desire to win) qabaachuu barbaachisa! Bidiruu keenya utuu hin gubin mo'ichaaf deemna taanan, rakkoolee sodaannee bidiruma deemneen ofirra deebina. Kana qabadhaa! Mo'aa https://t.me/terriuffa
Show all...
Godaaniisaa Seenaa !!! Godaaniisaa Seenaa !!!!

Galma kaayyoo ga'uuf Yooti tiratte suuta Bakka sijalaa qaawwe Rabbiin itti siif guuta Humnaaf beekumsa jiruun Malaan bishaan waadanii Obsaafi kutannoodhaan Ga'u galma yaadani! Ati Ejjannoon imali Godaansa baqa deegaa Hireen (GS)(JD)

Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.