UMMAHAAT AL-KHEYR シ︎
Nuti Dubartiin Dubartii Muslima Utubaa jiruuti Nuura Aalamaa☀︎︎🌍
Show more293
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
-430 days
- Subscribers
- Post coverage
- ER - engagement ratio
Data loading in progress...
Subscriber growth rate
Data loading in progress...
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Yoo keessi kee gammachuu qabaatu baate namni takkalleen gammachuu siif kannuu dandahu!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Osoo dukkanti jiraachuu baatte jia'a akkuma hin agartetti Osoo rakkoon jiraatu baate ni'imaa Rabbii keenya hin agarru ture!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Guyyaan arraa kun sa'an ammaa tun second ammaa tun dabartaan hin deebitu ammuma itti fayyadami!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Bareeddumminni fuula bareeda qabaachu miti, bareeddumminni Onnee fii Sammuu Qulqulluu qabaatuudha!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Guyyaan tokko ni dhufa Kabajaan akka jaalala caaltu ka hubattu!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Addunyaa tana gubbaa Yeroo lama jiraattu gammadi jiraadhu!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Yeroo takka takka jiraachuun keenyaahu hiikka akka qabu nama nuuf himu nu barbaachisa!.🖤🥀
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Photo unavailableShow in Telegram
﴿إِنَّ اللَّهَ وَمَلَائِكَتَهُ يُصَلُّونَ عَلَى النَّبِيِّ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آَمَنُوا صَلُّوا عَلَيْهِ وَسَلِّمُوا تَسْلِيمًا﴾ ... اللهم صلِ و سلم و بارك على سيدنا محمد و على آله و صحبه و سلم🤍🍂
@fazakkir12
Repost from FAZAKKIR㋛︎
Jum'a Salawaatan Haa ibsinu🤌
اللَهُم صَلِّوسَـلِّم علَى نَبِينَا םבםב ﷺ
اللَهُم صَلِّوسَـلِّم علَى نَبِينَا םבםב ﷺ
اللَهُم صَلِّوسَـلِّم علَى نَبِينَا םבםב ﷺ
اللَهُم صَلِّوسَـلِّم علَى نَبِينَا םבםב ﷺ
اللَهُم صَلِّوسَـلِّم علَى نَبِينَا םבםב ﷺ
Choose a Different Plan
Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.