cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

Dhaloota Qubee

Show more
Finland2 432The language is not specifiedEducation72 913
Advertising posts
248
Subscribers
+124 hours
+27 days
+530 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

Repost from Gaafiifi Deebii
Alahan akkamitti gabbarra?Anonymous voting
  • Akka Allahani fi ergamaan rabbii S.A.W itti nu ajajanitti
  • Akka Qur'annifi hadiisni itti nu ajajeetti
  • Allahan qofa gabbaruni fi ergaman rabbii S.A.W gabricha isaatif ergama isaati jenne ragaa bahuun
  • Rabbiin waan itti nu ajaje fudhachuuni fi waan irra nu dhoowwe irra dhoowwamuun
  • Hunduu deebii dha.
0 votes
Yes
Show all...
Jirtuu
Show all...
2
#UPDATE Barattootni qabxii Qormaata Kutaa 12ffaa bara 2015  teessowwan armaan gadii irratti boru ganama(29/01/2016) Sa'aatii 1:00 irraa jalqabdanii ilaaluu ni dandeessan. 1#Marsariitii(Website) :-  eaes.et fayyadamuun lakk. galmee keessaniifi maqaa keessan kan jalqabaa barreessuun argachuu ni dandeessu. 2#Erga gabaabaa(SMS) :-  6284 irratti lakk. galmee keessan(Admission No.) ergaa. 3#Telegraam bootii(telegram bot) :- @eaesbot  irra galaatii filannoo isiniif dhufutti fayyadamuun lakkoofsa galmee(Admission No.) galchuun argadhaa. Hubachiisa:-Teessoowwan kunniin kaffaltii tokko malee kan bilisaan ilaalaman ta'uusa isin beeksifna. @Oromian_Education_Bureau @Oromian_Education_Bureau
Show all...
👍 1
Keef
Show all...
Show all...
Log in to Facebook

Log in to Facebook to start sharing and connecting with your friends, family and people you know.

👎 3
Photo unavailableShow in Telegram
ODUU AMMEE Breaking new     Bu'aan qormaata barattoota 12ffaa Ifoome. Barattoonni qabxii isaanii karaa marsareetii  https://eaes.edu.et/  yookiin 6284 irratti halkan sa'aatii 5:30 booddee,  lakkoofsa registration isaanii galchuun beekuu ni dandeessu. Carraa gaarii. Telegiramii t.me/Barnootaa1 #Join godha
Show all...
👍 1👎 1

👎 1