cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking «Accept all», you agree to the use of cookies.

avatar

ISINIIF CHANNEL

Show more
Finland2 151The language is not specifiedReligion & Spirituality93 107
Advertising posts
205
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

IẞÍÑÌÍF CHANNEL MISEENSA AL-RISAALAA QOFAAF: ||• Obsaan Dubbisaa .... Bara Haaraa 2023 Sammuu tee haaromsi Karoora Kee haaromsi Ilaalcha Kee haaromsi Hiriyyaa Kee haaromsi Yeroo Kee haaromsi Gocha Kee haaromsi Karoora Haaraa kan bara Haaraa qopheeffadhu . Karoora Kee kan bara dabree gamaaggami . Hojii milkeessiteef ittiin kufte adda baasi. Kitaaba meeqa dubbifte WAAN Haaraa meeqa baratte . Maal fa'aan Nama garagaraa turte. Ofiif moo namaaf jiraataa turte . Barattee Beeytaa ... Hojjattee Qabda ... Wanti cimaan ati fooyyeessite maali ... Tarkaanfii akkamii tarkaanfattee jirta ... 😊Maaltu si bira jira Waa Hunda of Gaafadhu . Ciminaaf dadhabina Kee hubadhu Erga of Bartee Amma Gara Bara Haaraa Tarkaanfadhu ...        Xiqqo Saffisaan dabali Karooraan dabali Ilaalchaan dabali Mul'ataan dabali Bara kana keessa Gumaachaa Haaraa Tokko karoorfadhu . Hiriyyaan Kee Barumsaan ka fagaate . Hiriyyaan Kee Diinagdeen ka fagaate. Hiriyyaan Kee Hawaasummaan ka fagaate Hiriyyaan Kee Gumaachaa gaarii Hawaasa keessaa qaba . Kitaaba Bareessee Eebbise . Nashiidaa qopheessee Eebbise . Bitee gurguree Bu'aa Buuse . Fuudhee Ijaaree ilma lafaa qaba  . Deemee fagaatee Mul'ate . Kee qalamni doomaa Aartiin Hin jirtu Sagaleen Kee Nama sodaachisa . Hin fuutu Hin heerumtu har'as asuma jirta Baay'ee Hin baranne Baay'ee Hin hojjanne Baay'ee Hin Mul'anne WAAN Abdii kutte fakkaatta Adda baata adda galta Adda nyaatta adda rafta Hiriyyaa gaarii Tokkon qabdu  . Akka  Loonii bakkuma si Tiisan oolta . Akka sinbiraa ganamaan baatee galgala qullaa deebita . Boruuf ofin qusattu Barri hunduu si biraatti Wal qixa . Jijjiiramni siif hawwiidha . Haala irra jirtu kana WAAN jaalatte fakkaatta . Carraa biroo kaasuu WAAN Hin dandeenne fakkaatta . Baay'ee Abdii kutte WAAN hedduu yaadaa turte Garuu Guyyama Tokko yaaltee Hin Beektu . Karoora qofa lafa guutta Hojiin biran jirtu . Baranas akkanumatti itti fufuu WAAN karoorfatte fakkaatta . Waggaa Baay'ee hojii malee dabarsite. Waggaa Baay'ee barumsa malee dabarsite. Waggaa Baay'ee karoora malee dabarsite. Haalli Kee garaa Nama nyaata . Nama sii yaadu Hin qabdu . Abbaan qabu WAA hin qabu Haadha immoo imunaa Hin qabu . Hiriyyoonni tiyya Tama Akka Tiyyaati . Maal walii goona walirra Hin jirru. Nama waliin dalaguuf Amala Hin qabu . Adda bahee dalaguuf qarshii qabu. Badee biyyaa bahuuf waa kiisaa Hin qabu Meeti carraan Ani qabu . Fala dhabeeti malee yaaduun naman dhibu . Waa'een kiyya kun furmaata Hin qabuu . Jettee ofitti WAAN haasa'aa jirtu fakkaatta . Amma yaadu eegaltee Rakkoo Kee barte Sadarkaa irra jirtu beeyte .        Amma gaarii jirta ... WAAN taate Hunda Himatte Hanga qorichi siif barbaadamuu Abdii gaariin eegi . Ni fooyya'a jedhi ... Yaalaa gaarii argadha jedhi ... Miira gad aantii ofirra kaasi Namni hedduun Akka kee ta'ee fayye meeqaa tam . Atis eennuu gadii miti . Barana bira Hin Tartu . Rakkoo kana Hunda keessaa ni baata Hanga yaala argattuu waan qabdu Tohadhu Dursa sammuun fayyaa Qabda . Qaamaan guutuudha . Utaaluu fi fiiguu sirritti dandeetta . Qabuu fi gad dhiisuu sirritti dandeetta . Kortee bu'uun ka si gahu hin jiru. Hojii humnaatu osoo hojjattee jiruu tee ni foyyeessita . Qaamaan guutuu ta'uu wanni caale Hin jiru . Fayyaa qabaatuu wanni caale Hin jiru. Hojima sasalphaa wahii eegali . Dura obsii namumaa ergami Adeemsa hojii baradhu . Gatii bittaaf gurgurtaa adda baafadhu . Bu'aa argatte irraa  qusataa jiraadhu .           Hundaa ol Namummaa keetiif bakka guddaa kenni . Qulqullina Kee tiifadhu . Homa argite uffattee Hin deemin . Uffata Kee San jijjiiradhu . Ka qabdu miicadhu , filadhu , dibadhu . Waanuma Qabduun cululuqi . Hojjataa fakkaadhu malee hiyyeessa Hin fakkaatin . Nama hojii fakkaadhu malee kadhataa Hin fakkaatin. Ol jedhii deemi Guyyaa fi Mallaqas qusadhu .
Show all...
Araada fi Araadaa eegadhu Ifaajee tee Nama Hin nyaachisin. Hiriyyaa Kee Affeeri Madaala kee eegaa yaadi Amala Kee Akkanumatti jabeeffadhu . Qarshiin xiqqoon karaa Hin badin . Argadhe jettee akkuma argite Hin godhin . Waa Hunda caala hariiroo Kee ka si uume waliin cimsi . Rabbii keetiif yeroo kenni . Kadhadhu , Isaaf buli . Guyyaa hojjadhu , Galgala baradhu , halkan boqadhu . Salaati , soomi , ibaadaaf bakka kenni . Hariiroo gaarii uumaa deemi . Maatii Kee Abdii itti hori . Yeroo galtu waa Harkatti qabadhuu Gali . Qullaa baatee qullaan deebi'in . Gocha Amma rawwataa jirtu kana ji'a 6f dadhabbii malee itti fufi . Fooyyee yoo itti argatte qorichuma deebitee siif dabala . Fooyyee yoo argatin kan biroo jijjiiree siif Kenna . Hanga ji'a jahaatti qoricha addaan Hin kutin. Hamma fudhadhu siin jedhamee gadi Hin fudhatin . Baay'eellee biran dabarsin . Yeroo Gabaabaa keessatti Akka fayyitu Abdii guutuu qaba . Karaa Nagaa Wal hubanna Lakkoofsa kanaan naaf bilbili. Jireenya gaarii . Kan Qopheessee said leader @chaanala kiyya kanaaf Miseensa ta'aa https://www.youtube.com/@saidleadertube https://www.youtube.com/@saidleadertube https://te/@isiniifchannel
Show all...
1Ragaaleen Qiyaamaa maal fa’a? Seenaa irraa namoonni fi uumamtoonni biroo erga du’anii booda kaafamanii jiruu? Guyyaan Qiyaamaa yoomii? Wantoonni Guyyaa Qiyaamaa keessa adeemsifaman maal fa’aa? Badhaasa nama Qiyaamatti amane fi adabbii nama itti kafare maal ta’a? Shakkii sheyxaanaa jalaa bahuuf maal gochuu qabna? 1. Qiyaaman Maaliif barbaachise? Guyyaa Qiyaamaa jechuun Guyyaa namoonni awwaalcha isaanii keessaa bahuun murtii haqaa argachuuf Rabbiin fuundura itti dhaabbataniidha. Guyyaan Qiyaamaa maaliif barbaachise yoo jedhame, deebiin isaa addunyaa tana keessatti namni gaarii hojjatu gaarummaa isaatiif mindaa guutu hin argatu. Akkasumas, namni badii ykn yakka hojjatu yakka isaatiif adabbii isaaf malu hin adabamu. Dabalatan, namoonni haqa malee cunqurfaman addunyaa tana keessatti haqa guutu hin argatan. Kanaafu, ilmi namaa addunyaa tana keessatti haqa guutu yoo hin argatin, “Guyyaan haqa guutuu itti argatu hin barbaachisu ree?” Sirritti barbaachisa. Guyyaan haqa guutu itti argatu suni “Guyyaa Qiyaamaa” jennaan. Rabbiin (subhaanahu wa ta’aala) ni jedha. “Deebiin hunda keessanu gara Isaa (Rabbiiti). [Kuni] waadaa Rabbii haqa [kan ta’eedha]. Dhugumatti, Inni uumuu ni jalqaba, ergasiis ni deebisa. [Kana kan godhuuf] warroota amananii fi hojii gaggaarii hojjatan haqummaan mindaa isaaniif kennuufi. Garuu warroota kafaran waan kafaraniif jecha isaaniif dhugaatii bishaan danfaa irraa ta’ee fi adabbii laaleessaatu jira.” (Suuratu Yuunus 10:4) Aaya biraa keessattis akkana jedha: “Lubbuun hundi du’a ni dhandhamti. Mindaawwan keessanis guutumaatti kan argattan Guyyaa Qiyaamati. Namni ibidda irraa fageeffamee Jannata seensifame, dhugumatti milkaa’eera. Jireenyi duniyaas meeshaa gowwoomsaa qofa.” (Suuratu Ali-Imraan 3:185) Kanaafu, mindaa guutuu fi adabbiin yakkamaaf maluu kan ta’uu Guyyaa Qiyaamati jechuudha. Namni kana yoo beeke Guyyaa Kanaaf qophii gahaa gochuu qabaa jechuudha. Qophii gahaa gochuuf dhugaan amanuun hojii gaggaarii ni hojjata, hojii badaa irraa immoo ni dheessa @isiniifchannel
Show all...
2𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚…                     𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧:- 𝐀. 𝐀𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐚𝐚𝐭𝐢 (𝐬𝐚𝐰). Amaanaan Rasuulaa Immoo Amaanaa Cimtuudhaa Eeggadhu. 𝐁. 𝐇𝐚𝐚𝐝𝐡𝐚:- Haati Immoo Furtuu Jannataati. Haqa isii Guutii Ittiin Milkaa’i. 𝐂. 𝐃𝐚𝐠𝐚𝐥𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐚𝐭𝐢:- Jireenyi Haati Manaa Keessa Hin Jirre Dhangaa Sooqidda Hin Qabne. 𝐃. 𝐈𝐥𝐢𝐥𝐥𝐢𝐢 𝐝𝐡𝐚:- Ililillii Kinniisni Walitti Qabee Damma Irraa Tolcha. Ati Immoo Ilillii Si afoo Jiru qofa Osoo Hin Taane Damma Ilillii irraa Hojjatamus Galma Godhu. 𝐄. 𝐑𝐚𝐚𝐡𝐚𝐚 𝐎𝐧𝐧𝐞𝐞𝐭𝐢:- Ijoolleen Dubaraa Boqonnaa Onneeti. Abbaa Taatee Yoo Rabbiin Intala Si Badhaasee Jiraateef, Sujuuda Shukrii Godhi.            𝐂𝐢𝐧𝐚𝐚𝐜𝐡𝐚 𝐊𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐖𝐚𝐧𝐭𝐢 𝐔𝐮𝐦𝐚𝐦𝐭𝐞𝐞𝐟… ➊. Cinaa Kee Teettee Akka Jireenya Kee Mi’eessituuf. ➋. Akka Jaalalaan Ofitti Qabduuf Malee Miilaan Akka Irra Deemtuufii Miti. ➌. Siin Walqixa Ta’uu Isii Agarsiisuufi. Wanti Wal Caaltaniin Dalagaa Qofaan Ta’uu Agarsiisuuf. ➍. Lafeen Cinaachaa Akkuma Inni Dabetti Kunuunfatan Malee Humnaan Qajeelchuuf Yaaluun Akka Cabsu Si Barsiisuuf. ➎. Wal Malee Jiraachuun Ulfaataa Akka Ta’e Si Barsiisuuf. 𝐎𝐛𝐛𝐨𝐥𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐊𝐢𝐲𝐲𝐚… 𝐃𝐮𝐛𝐚𝐫𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐀𝐦𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐅𝐢 𝐑𝐚𝐬𝐮𝐮𝐥𝐚𝐚𝐭𝐢. 𝐘𝐨𝐨 𝐒𝐢 𝐀𝐚𝐫𝐬𝐢𝐭𝐞, 𝐈𝐫𝐫𝐚 𝐃𝐚𝐛𝐫𝐢𝐢𝐟 𝐘𝐨𝐨 𝐒𝐢 𝐆𝐚𝐦𝐦𝐚𝐜𝐡𝐢𝐢𝐟𝐭𝐞, 𝐃𝐮’𝐚𝐚’𝐢𝐢 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟. 𝐘𝐨𝐨 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐭𝐞𝐞𝐟, 𝐊𝐮𝐧𝐮𝐮𝐧𝐬𝐚 𝐆𝐨𝐝𝐡𝐢𝐢𝐟. 𝐘𝐨𝐨 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢𝐧 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐊𝐞𝐞 𝐊𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚 𝐈𝐬𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐚𝐲𝐞𝐞 𝐉𝐢𝐫𝐚𝐚𝐭𝐞𝐞𝐟, 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐚 𝐆𝐚𝐚𝐫𝐢𝐢𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐢. 𝐀𝐤𝐤𝐚 𝐇𝐚𝐫𝐤𝐢 𝐑𝐚𝐛𝐛𝐢𝐢 𝐒𝐢𝐢𝐟 𝐓𝐨𝐥𝐮𝐭𝐭𝐢. @isiniifchannel=[ =================
Show all...
21- لا تتزوجي رجلًا يُؤخر صلاته. 2- لا تتزوجي رجلًا يجمع الصلوات في وقت واحد. 3- لا تتزوجي رجلًا عاق بوالديه. 4- لا تتزوجي رجلًا يمزح مع النساء ولو كانت أقاربه. 5- لا تتزوجي رجلًا بذيء اللسان ولو على سبيل الهزار. 6- لا تتزوجي رجلًا لا يهتم بهموم الأمة الإسلامية ومنعزل عن الواقع. 7- لا تتزوجي رجلًا بخيلًا. 8- لا تتزوجي رجلًا لا يعرف أساسيات دينه وعقيدته. 9- لا تتزوجي رجلًا لا يعمل ولا يسعى لأن يعمل. 10- لا تتزوجي رجلًا لا يعينك على طاعة الله. 11- لا تتزوجي رجلًا لا يعرف ضوابط فترة الخطبة ولا يسعى لمعرفتها. 12- لا تتزوجي رجلًا ليس فيه غيرة ولا يأبه بما تلبسين أثناء خروجك من بيتك. 13- لا تتزوجي رجلًا لا يعرف واجباته كزوج مسلم، ولا يعرف إلا حقوقه. 14- لا تتزوجي رجلًا يسمح لك بالعمل بين الرجال. 15- لا تتزوجي رجلًا لا يفقه شيئا عن قيام الليل. 16- لا تتزوجي رجلًا يُدخن. 17- لا تتزوجي رجلًا كثير السفر تاركًا إياكِ في بيتك. 18- لا تتزوجي رجلًا سريع الغضب، أبدًا لا تتزوجيه. @isiniifchannel
Show all...
The Virtue of Ayat Al-Kursi This is Ayat Al-Kursiand tremendous virtues have been associated with it, for the authentic Hadith describes it as the greatest Ayah in the Book of Allah.' Imam Ahmad recorded that Ubayy bin Kab said that; the Prophet asked him about the greatest Ayah in the Book of Allah, and Ubayy answered, "Allah and His Messenger know better." When the Prophet repeated his question several times, Ubayy said, "Ayat Al-Kursi." The Prophet commented, لِيَهْنِكَ الْعِلْمُ أَبَا الْمُنْذِرِ وَالَّذِي نَفْسِي بِيَدِهِ إِنَّ لَهَا لِسَانًا وَشَفَتَيْنِ تُقَدِّسُ الْمَلِكَ عِنْدَ سَاقِ الْعَرْش Congratulations for having knowledge, O Abu Al-Mundhir! By He in Whose Hand is my soul! This Ayah has a tongue and two lips with which she praises the King (Allah) next to the leg of the Throne. This Hadith was also collected by Muslim, but he did not include the part that starts with, "By He in Whose Hand..." Imam Ahmad recorded that; Abu Ayub said that he had some dates and a Ghoul used to take some, and he complained to the Prophet. The Prophet said to him, "When you see her, say, In the Name of Allah, answer to the Messenger of Allah'." Abu Ayub said that when she came again, he said these words and he was able to grab her. She begged, "I will not come again," so Abu Ayub released her. Abu Ayub went to the Prophet and the Prophet asked him, "What did your prisoner do?" Abu Ayub said, "I grabbed her and she said twice, I will not come again,' and I released her." The Prophet said, "She will come back." Abu Ayub said, "So I grabbed her twice or three times, yet each time (I would release her when) she vowed not to come back. I would go to the Prophet who would ask me, What is the news of your prisoner?' I would say, I grabbed her, then released her when she said that she would not return.' The Prophet would say that she would return. Once, I grabbed her and she said, Release me and I will teach you something to recite so that no harm touches you, that is, Ayat Al-Kursi.' Abu Ayub went to the Prophet and told him, and the Prophet said, "She is liar, but she told the truth." At-Tirmidhi recorded this Hadith in the chapter of the virtues of the Qur'an and said, "Hasan Gharib." In Arabic, Ghoul' refers to the Jinn when they appear at night. •This Ayah Contains Allaah's Greatest Names, Al Hayyu Al Qayyoom. If He was supplicated with it, He answers the supplication. [TAFSEER IBN KATHEER] @isiniifchannel
Show all...
*فوائد يوم الجمعة ١١ ربيع الأول ١٤٤٤هـ* * ●‏ ‌‌‌‌‌‏عن قتادة، قوله: ﴿إنّ الدين عندَ الله الإسلام﴾ والإسلام: شهادة أنّ لا إله إلا الله، والإقرار بما جاء به من عند الله، وهو دين الله الذي شرع لنفسه، وبعث به رسله، ودلّ عليه أولياءه، لا يقبل غيرَه ولا يجزى إلا به. (تفسير الطبري) ●‏ ‌‌‌‌‏قال عمر رضي الله عنه: وقد يكون في الرجل عشرة أخلاق : تسعة صالحة وخلق سيء، فيفسد التسعة الصالحة الخلق السيء، فاتَّقِ عثرات اللسان. (المعين لابن الملقن) ●‏ كان سعيد بن عبد العزيز إذا فاتته صلاةُ الجماعة بكى. (سير أعلام النبلاء للذهبي) ●‏ إن في دوام الذكر في الطريق، والبيت، والحضر، والسفر، والبقاع، تكثيراً لشهود العبد يوم القيامة، فإن البقعة والدار والجبل والأرض تشهد للذاكر يوم القيامة. (ابن القيم | الوابل الصيب) @isiniifchannel           •┈┈┈••••●◆❁◆●••••┈┈┈•
Show all...
Repost from N/a
Show all...
Nashiidaa Haarawa
Barnoota Hadiisaa
Daعwaa Gara Garaa
Manzuumaa Gara Garaa
Barnoota Qur'aanaa
Du'aa'ii Gara Garaa
Kanneen Biroo argachuuf
Join godhaa
Gaafii kanarratti hirmaadhaaaaAnonymous voting
  • Namnirasuulli[saw]"beeytiin rabbiinbirakabajaaqabdiinni beeytirrarabbiinbirakabajaa qaba"jedheennu?
  • 1,abuu bakrii assiddiiq
  • 2,mu'aaz ibni jabal
  • 3,Bilaal ibni rabaah
  • Ammaar ibni yaasir
0 votes
Repost from Abdulmalik
Show all...
audio dhageeffachuu qofaan guyyatti 20$+ hojjachuuf - wanofi.com

Make money with an awesome platform for listening to music and get cash today. Make money by listening to music and watching videos.Unique, awesome platform for listening to music and … Read More