cookie

We use cookies to improve your browsing experience. By clicking ยซAccept allยป, you agree to the use of cookies.

avatar

Dhaamsa Gaggaarii

Akeektuu Daandii Milkaa'inaa

Show more
Finland1 514The language is not specifiedReligion & Spirituality23 747
Advertising posts
3 942
Subscribers
-224 hours
-237 days
-7230 days

Data loading in progress...

Subscriber growth rate

Data loading in progress...

#Gowwummaa Namichaatu harree kudhan bitatee oofee gara manaa deemaa ture. Harree takka irra taa'ee warra hafan lakkooynaan sagal qofa taate. Isii yaabbatee jiru irraa bu'ee duubarraan lakkooynaan kudhan guutte. Deebi'ee irra taa'ee lakkooynaan sagal qofa taate. Ammaas irraa bu'ee lakkooynaan kudhanitti deebite. Achumaan "harree irra taa'ee tokko kasaaruu irra miilaan lafa deemee harree kudhan qabaachuu naaf wayya" je'ee miilaan deemee gara manaa gale ja'an! #Gowwummaa!!
Show all...
WONTON - Coin amma hojjennee ammuma nuuf kaffalu dha! Link: https://t.me/wontonairdrop_bot?start=5034841284 Akkaataa hojiisaa fi akkaataatti maallaqa keessan baafattan step guutuu viidiyoo tiktok kanarraa ilaalaa: https://vm.tiktok.com/ZMr6t8Ycx/
Show all...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

Show all...
$WONTON BOT

The fastest growing community on TON. Wonton channel: @cryptowonton Help: @WontonSupport

Photo unavailableShow in Telegram
Nuti ilmi namaa akka qalama halluuti. Tarii ani bifa (color) ati jaalattu san tahuu dhabuun mala, garuu fakkii kaaftu saniif bareedee akka fakkiin tee guutuu siif taatuuf anis siin barbaachisa ! Sitti toluu baadhus ; natti ni haajamtaan baana!! Halkan gaarii isiniif haa tahu!!
Show all...
Photo unavailableShow in Telegram
๐Ÿ‘ 2โค 2
#Obsa:Furtuu Milkaaโ€™innaa fi Gammachuu-Kutaa 1ffaa Obsa yommuu jedhamuu wanta salphaa namatti fakkaata. Garuu obsii wanta jechaan dubbatamu yookiin sammuu qofaan yaadamu osoo hin taโ€™in wanta gochaan agarsiifamuudha. Obsii jireenya fi qaama ilma namaa guuta kan tuquudha. Bakka obsi hin jirretti jireenyi hin jiru osoo jedhame dhugaa irraa hin fagaatu. Bal'inaan : https://telegra.ph/ObsaFurtuu-Milkaainnaa-fi-Gammachuu-Kutaa-1ffaa-10-12
Show all...
Obsa:Furtuu Milkaaโ€™innaa fi Gammachuu-Kutaa 1ffaa

Obsa yommuu jedhamuu wanta salphaa namatti fakkaata. Garuu obsii wanta jechaan dubbatamu yookiin sammuu qofaan yaadamu osoo hin taโ€™in wanta gochaan agarsiifamuudha. Obsii jireenya fi qaama ilma namaa guuta kan tuquudha. Bakka obsi hin jirretti jireenyi hin jiru osoo jedhame dhugaa irraa hin fagaatu. Namoonni garmalee yommuu gaddanii fi dhiphatan yoo obsa hin qabaatin of galaafatuun jireenya ofi balleessu. Mee harโ€™aa waaโ€™ee obsaa ilaalchise barreefama gabaaba armaan gadii kitaabota adda addaa irraa funaanneโ€ฆ

"Namni lama yeroo deemaa walitti dhufe bakki inni dura wal ilaalu kopheedha" ja'a qorannaan tokko. Yeroo manaa baatan cufa kophee teessan sirritti qulquleeyfadhaa. Dubartiinilleen bakka kanatti duraanuu leenjii qabu, isin dhiiroonniis leenjii kana qeebalaa.๐Ÿ˜Š ๐Ÿฅฟ๐Ÿ‘ ๐Ÿ‘ž๐Ÿ‘Œ @dhaamsa_koo @dhaamsa_koo
Show all...
โค 2๐Ÿ‘ 1
Choose a Different Plan

Your current plan allows analytics for only 5 channels. To get more, please choose a different plan.