en
Feedback
Creative Dev

Creative Dev

Open in Telegram

Let's build your digital future Connect with me on LinkedIn: https://www.linkedin.com/in/ararso-dev

Show more
2 409
Subscribers
-324 hours
-267 days
-9330 days
Posts Archive
Repost from Hash of Truth 🔍
Waldorgommii marsaa 10 ffaa #Maqaa = Araarsoo Mahaammad #Biyya    = Harargee Bahaa, Fadis السلام عليكم ورحمة الله وبركاته Aayata Qur'aana sadarkaa idil addunyaatti qorannoo irratti dorgommiif dhiyaatee, qorannoo hunda injifatee seensa balbala Yuunivarsiitii guddicha addunyaa Yuunivarsiitii Harvard fuulduratti barreeffamee jiru. بسم الله الرحمن الرحيم ۞ يَا أَيُّهَا الَّذِينَ آمَنُوا كُونُوا قَوَّامِينَ بِالْقِسْطِ شُهَدَاءَ لِلَّهِ وَلَوْ عَلَىٰ أَنفُسِكُمْ أَوِ الْوَالِدَيْنِ وَالْأَقْرَبِينَ ۚ إِن يَكُنْ غَنِيًّا أَوْ فَقِيرًا فَاللَّهُ أَوْلَىٰ بِهِمَا ۖ فَلَا تَتَّبِعُوا الْهَوَىٰ أَن تَعْدِلُوا ۚ وَإِن تَلْوُوا أَوْ تُعْرِضُوا فَإِنَّ اللَّهَ كَانَ بِمَا تَعْمَلُونَ خَبِيرًا Yaa warra amantan! osuma lubbuu keessan yookiin abbaa haadha keessaniifi firoota keessan irrattis ta’eeyyuu haqaan dhaabbataa Rabbiif ragaa bahaa ta’aa Yoo dureessa yookiin hiyyeessa ta’anis Rabbitu irra isaanitti aana Haqa irraa dabuuf fedha lubbuu keessanii hin hordofinaa Yoo (ragaa) dabsitan yookiin (ragaa bahuu irraa) gara galtan, dhugumatti Rabbiin waan isin dalagdan hunda beekaa ta'eera. Qur'aana, Suuratu Nisaa'a 4:135 #Please warri Qur'aana jaalattan hundinuu maxxansa kana share gochuun na cinaa dhaabbadhaa!! ♥️❣️ Join 😋♥️ @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube 🎁1ffaa kan bahe 500MB fi🥇🥇🥇 🎁2ffaa kan bahe 400MB🥈🥈🥈 🎁3ffaa kan bahe 300MB🥉🥉🥉 🎁4ffaa kan bahe 200MB🎁 🎖5ffaa kan bahe 100MB 🎖🎖🎖 📗Hubachiisa:badhaasa Kana Argatuudhaaf yoo xiqqaate,Namoonni 500 ol isiin laaluun dirqama. ⏯Kanaaf guyyaa har'aa irraaa jalqabee,torbaaniif Kan turuudha warreen hirmaachuu feetan link asii gadii kanaan nu dubbisaa ❗️ 📶📶📶📶🆗📶📶📶📶👇👇 👉@OroAbdallah 👉@OroAbdallah السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 👇👇 join my channel👇👇 @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube

#Oduu_Ajaahibaa Maqaan ishee Obi'aanujuu Antooni'aa Ibi'aanuu yemmuu jedhamtu Lammii Naayijeeriyaati. Dubartiin kun heerumtee
#Oduu_Ajaahibaa Maqaan ishee Obi'aanujuu Antooni'aa Ibi'aanuu yemmuu jedhamtu Lammii Naayijeeriyaati. Dubartiin kun heerumtee waggaa diigdamii shan (25) booda daa'imman sagal (9) argatte. Dubartiin kun ijoollee dhabdee eega abdii kutatteen booda, eerumtee waggaa 25'n booda daa'imman sagal(9) bakka tokkotti aragatteetti. ABDIISABAA.ORG http://nebsefte.net/4/6246757 Odeeffannoo Barnootaaf 👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇 https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0 https://t.me/+YmiidH_1UV9kNGU0 📡MIIDIYAA📡 @ABDII_SABAA

@amayushop_bot keessaa kitaabota hedduu argattu

((ODUU GAMMACHIISAA)) Keellaa dhangaggoo dabalatee keellaaleen hawaasa keenya beelaaf gadadoof saaxilan kan jimaa hawaasa keenyaa gabayaa hanqisanii ooyrutti irratti hanbisan ka'uu isaaniitiin baga gammaddan baga gammanne. Duraan duursee Rabbiin hawaasa keenya hurree rooba hin qabne tan guyyaan lafa dukkaneeysite agartuu hagooydee ijaan lafa arkuu daate keeysaa ifatti baase haa galatoomu ALHAMDULILLAAH. Itti aansee Mootummaa fidaraalaatii fii oromiyaas dabalatee iyyansa keenya dhageeysanii saamicha hawaasa keenya irraa dhaabuu keeysaniif guddaa galatoomaa isiniin janna. Akkasumaas Bulcituu G/H/B/Aadde Misqii Mohammed fii K/Magaalaa Maayaa Aadde Ifrahaa, jaallan keeysanii waliin dhiibbaa roga hundaan godhaa turtaniif guddifnee isin galatoomfanna. Jaallan keellaan kun akka hawaasa keenya irraa ka'uuf biyya keeysaa fii ala teeysanii wajjiin qabsaawaa turreefii wajjiin qabsaawuuf ammallee sochii gubbatti waliin argamnu hundi keeysanuu galatoomaa baga qabsoon teeysan bikka argattee qabsoo lammaffaa irraa isin hambifteen isiniin ja'a! Mootummaan ummata dhageeyfachaa deemuun dansaadha, baga nu dhageeysan. Irra deebinee galatoomaa isiniin janna! Kan harargee lixaa keeysa jiruus kaaftanii gabayaas akka sirreeysitan abdiin isin eegganna. Galatoomaa Gad'qabaa namaa ol'qabaa Rabbii taate dubbiinii.... ja'e: warri waa ja'u.

#Yuunivarsiitii_Oda_Bultum 👉Argama:- Naannoo Oromiyaa Godina Harargee Lixaa 👉Fageenya:- Finfinnee irraa 325km 👉Taarifa Finfinnee irraa:-birrii 200-300 👉Haala Nyaataa Therefore torbeetti laaqanaafi irbaatarratti yeroo shan(5) akksuma kiikkii fi shiroo, buddeenii ittoodhaan, ittoon in jijiirama,  mokoroonii guyyaa tokko,  paastaa guyyaa tokko Ganama daabboofi ruuzii,  sanduwichii, malmalataafi Fafatoo, shaayeen yeroo hundumaa ni jira 👉Kaafteriyaan bakka hedduutti argama, bareedadhas Gatiin shaayee birrii 5 Gatiin bunaa birrii 10 Gatiin bunaafi shaayii wal makaa birrii 7 👉Haala nageenyaa 👉Haalli nageenya moorichaa haalaan gaariidha. 👉WI-FI ni jira 👉Mooraa(campus) Muummicha malee tokko  qaba 👉Bakka bashannannaa lachanuu ni qaba 👉Mana kitaabaa ga'aa qaba 👉Muummeewwan baay'ee qaba garuu warraa fayyaa baratuuf medicine kennuu hin jalqabne,  Law ni qaba. 👉Muummee 'engeneering' baay'ee qaba. 👉Bishaanii fi shawarii ga'aa qaba

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞  𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞  𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚. 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢  𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐟 1𝐊 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥 𝐊𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐀𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐐𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚!!  📩  𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇   @Rafiqul_Islaam 📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam       💚💚 𝗚𝗔𝗟𝗔𝗧𝗢𝗢𝗠𝗔A 💚💚            @HOPE_PROMO1

Repost from Hash of Truth 🔍
Waldorgommii marsaa 10 ffaa Code 21 Maqaa Furqaan Awwol WAA SADIIN "3" RABBIIN SIHAA GAMMACHIISU. ☆ Rizqii balloo. ☆ Umrii barakhaa qabdu. ☆ Qananii bareedduu tan RABBIIF irratti galata galchitu WAAN SADII "3" RABBIIN SIRRAA HAA DEEBISUU. ☆ Ibiddaa jahannam. ☆ Ija haasidaa. ☆ Qalbii miqqanyaa. WAAN SADII "3" RABBIIN IRRATTI SIHAA GARGAARUU. ☆ Zikrii godhuu. ☆ Qananii isaa irratti galata galchuu. ☆Ibaadaa isaa tolchitee bareechuu. ♥️❣️ Join 😋♥️ @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube 🎁1ffaa kan bahe 500MB fi🥇🥇🥇 🎁2ffaa kan bahe 400MB🥈🥈🥈 🎁3ffaa kan bahe 300MB🥉🥉🥉 🎁4ffaa kan bahe 200MB🎁 🎖5ffaa kan bahe 100MB 🎖🎖🎖 📗Hubachiisa:badhaasa Kana Argatuudhaaf yoo xiqqaate,Namoonni 500 ol isiin laaluun dirqama. ⏯Kanaaf guyyaa har'aa irraaa jalqabee,torbaaniif Kan turuudha warreen hirmaachuu feetan link asii gadii kanaan nu dubbisaa ❗️ 📶📶📶📶🆗📶📶📶📶👇👇 👉@OroAbdallah 👉@OroAbdallah السلام عليكم ورحمة الله وبركاته 👇👇 join my channel👇👇 @Hawwiiislamictube @Hawwiiislamictube

AnimatedSticker.tgs0.02 KB

sticker.webp0.15 KB

sticker.webp0.61 KB

sticker.webp0.30 KB

sticker.webp0.26 KB

𝐀𝐬𝐬𝐚𝐥𝐚𝐚𝐦𝐮 𝐚𝐥𝐚𝐲𝐢𝐤𝐮𝐦 𝐰𝐨𝐫𝐚𝐡𝐦𝐚𝐭𝐮𝐥𝐥𝐚𝐚𝐡𝐢 𝐰𝐨𝐛𝐚𝐫𝐚𝐤𝐚𝐚𝐭𝐮𝐡𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐚𝐦 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐮 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚𝐚𝐟𝐢 𝐣𝐚𝐚𝐥𝐥𝐚𝐭𝐚𝐦𝐭𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐭𝐞𝐥𝐞𝐠𝐢𝐫𝐚𝐚𝐦𝐢𝐢 𝐟𝐚𝐲𝐲𝐚𝐝𝐚𝐦𝐭𝐚𝐧𝐮 𝐚𝐤𝐤𝐮𝐦𝐚 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐮 𝐜𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐚𝐤𝐤𝐚 𝐰𝐚𝐚 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐭𝐚𝐚 𝐣𝐢𝐫𝐭𝐚𝐧𝐮 𝐚𝐛𝐝𝐢𝐢 𝐠𝐮𝐝𝐝𝐚𝐚 𝐪𝐚𝐛𝐧𝐚𝐚 𝐚𝐦𝐦𝐚𝐬 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐚𝐚𝐧𝐬𝐮𝐮𝐧 𝐛𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐧𝐮𝐭𝐢 𝐚𝐬𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐞𝐧𝐧𝐢𝐧𝐮 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐚𝐫𝐦𝐚𝐚𝐧 𝐠𝐚𝐝𝐢𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐜𝐡𝐮𝐮𝐝𝐡𝐚𝐚𝐧 𝐧𝐮 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚. 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐚𝐦𝐚𝐧𝐭𝐢𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐭𝐢𝐢 𝐛𝐚𝐫𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐢𝐫𝐪𝐚𝐦𝐚𝐚 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚𝐟𝐮𝐮 𝐣𝐨𝐢𝐧 𝐠𝐨𝐝𝐡𝐚𝐚 𝐧𝐮 𝐡𝐨𝐫𝐝𝐨𝐟𝐚𝐚!!!!!!

Repost from XAASOW ZABBUU
ODUU GAMMACHIISAA Qarshii ni barbaaddu taanaan dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu 👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 Hojii biraa argachuuf @Hojii_online join godhaa Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin nu dubbisuu dandeessu

𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐮𝐫𝐠𝐮𝐝𝐝𝐨𝐨 𝐀𝐟𝐚𝐚𝐧 𝐎𝐫𝐨𝐦𝐨𝐨𝐭𝐢𝐢𝐧 𝐁𝐚𝐫𝐬𝐢𝐢𝐬𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟𝐢𝐢 𝐄𝐫𝐠𝐚𝐚𝐥𝐞𝐞  𝐁𝐚𝐛𝐛𝐚𝐫𝐞𝐞𝐝𝐨𝐨 𝐃𝐚𝐛𝐚𝐫𝐬𝐚𝐧 𝐢𝐬𝐢𝐧𝐢𝐢𝐟  𝐐𝐚𝐛𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞  𝐃𝐡𝐮𝐟𝐧𝐞𝐞𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐨𝐭𝐚 𝐀𝐬𝐢𝐢 𝐆𝐚𝐝𝐢𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐦𝐮 𝐊𝐚𝐧𝐚 𝐇𝐮𝐧𝐝𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚 𝐓𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐭𝐢 𝐂𝐚𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐐𝐚𝐛𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐧𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐁𝐚𝐫𝐛𝐚𝐚𝐝𝐝𝐞 𝐈𝐫𝐫𝐚𝐚 𝐀𝐫𝐠𝐚𝐜𝐡𝐮𝐮 𝐃𝐚𝐧𝐝𝐞𝐞𝐬𝐬𝐚𝐚. 𝐂𝐡𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚𝐥𝐢𝐢 𝐊𝐚𝐧𝐚𝐭𝐭𝐢  𝐃𝐚𝐛𝐚𝐥𝐚𝐦𝐮𝐟 1𝐊 𝐟𝐢 𝐈𝐬𝐚𝐚 𝐎𝐥 𝐊𝐚𝐧 𝐐𝐚𝐛𝐝𝐚𝐧 𝐀𝐬𝐢𝐢𝐧 𝐍𝐮 𝐐𝐮𝐧𝐧𝐚𝐦𝐚𝐚!!  📩  𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇   @Rafiqul_Islaam 📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam       💚💚 𝗚𝗔𝗟𝗔𝗧𝗢𝗢𝗠𝗔A 💚💚            @HOPE_PROMO1

ISLAMIC WAVE Assalaamù alayikum worahmatullaahi wobarakaatuhuu akkam jirtu kabajamtootaafi hordoftoota chaanaalii keenyaa barnoota Amantaa keenyaa barachuun waan dirqama nurratti ta'eef jennaan chaanaaliiwwan kana gadi tuquudhaan join godhadhaa itti fayyadamaa barannee wol haa barsiifnuu Sagantaaleen keenya kanneen asii gadii kanaa ┏━━━━━━━━━━┓  sᴇᴇɴᴀᴀ ʀᴀsᴜᴜʟᴀᴀ 🅂🄰🅆 ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓    sᴇᴇɴᴀᴀ sᴀʜᴀᴀʙᴏᴛᴀᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓    sᴇᴇɴᴀᴀ ɴᴜsʟɪᴍᴏᴏᴛᴀᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓    sᴇᴇɴᴀᴀ ᴍɪᴍᴍɪɪᴅʜᴀɢᴏᴏ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓    ǫᴜʀ'ᴀᴀғɪɪ ʜᴀᴅɪɪsᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓    ɢᴏʀsᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓     ᴍɪʟᴋᴀᴀ'ɪɴᴀ ᴊɪʀᴇᴇɴʏᴀᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓      ᴊᴇᴄʜᴏᴏᴛᴀ ʜᴀʏʏᴏᴏᴛᴀᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓     ɢᴏʀsᴀᴀғɪ ʙᴀʀɴᴏᴏᴛᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ ┏━━━━━━━━━━┓    ᴏᴅᴜᴜ ᴡᴀǫᴛᴀᴡᴀᴀ ┗━━━━━━━━━━┛ 📩  𝑩𝒆𝒆𝒌𝒔𝒊𝒔𝒂𝒂𝒇   @Rafiqul_Islaam 📩𝑭𝒓𝒆𝒆 𝒑𝒓𝒐𝒎𝒐𝒕𝒆 @Rafiqul_Islaam

ODUU GAMMACHIISAA Qarshii ni barbaaddu taanaan dhibbaa dhibbatti dhugaadha shakkii tokko malee hojjedhaa tartiiba armaan gadiitiin jalqabaa hojjedhaa 1ffaa, Link asii gadii kana tuqxu https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 2ffaa, Start kan jedhu tuqxu. 3ffaa, chaanala Lamaan isinii dhufu @hulepay_official fi @hulepay_payment  join gootu sana booda check isa jedhu tuqxu itti aansuun 🙌መጋበዛ ሊንክ Isa jedhu tuqxanii hiriyoota keessaniif share gootu namni 1 yoo linkii keessaniin start godhe qarshii 1 isiniif kenna Qarshii keessan baafachuu yoo barbaaddan qarshii 10 yoo geessan💵ብር ወጪ Isa jedhu tuqxanii lakkoofsa telebirr ittiin banattan itti galchitanii baafattu 👇👇linkii kanaan seenaa👇👇👇 https://t.me/hulepay_official_bot?start=r07255829184 Hojii biraa argachuuf @Hojii_online join godhaa Yaadaaf ykn gaaffiidhaaf karaa @Gaaffii_hojii_bot tiin nu dubbisuu dandeessu