Damina Tech
Open in Telegram
Buy ads: https://telega.io/c/Damina_tech Welcome to Damina Tech official crypto news๐ channel!๐ ๐ Stay Ahead in Technology! ๐น Get the latest tech news and updates ๐น Discover insights and trends in crypto Join us !
Show more9 641
Subscribers
-124 hours
-427 days
-15030 days
Posts Archive
9 641
โ ๏ธ Carraan Bitcoin gara $45k gad bu'uuf qabu gara 64% ol guddateera!** ๐ ๐
#Bitcoin #CryptoMarket #Investment
SHARE @Damina_tech
@Damina_tech
9 641
The universe is opening.
Become one of the first explorers of Orion's Galactic Life.
๐ Claim your ELDR airdrop and prepare for a persistent sci-fi universe that expands with every season.
โ Mine resources
๐ Build your fleet
๐ Explore new worlds
๐ฎ Unlock new content every season
The story has just begun.
๐ https://tglink.io/70f8c54119ee60
9 641
Elon Musk namoota addunyaa irraa jalqaba 'Trillionaire' ta'edha! ๐๐ฐ
Elon Musk, abbaan qabeenyaa Teslaa fi SpaceX, qabeenyi isaa lakkoofsa dijiitii 13 (Trillion) irra ga'uun seenaa hojjeteera.
Addunyaan kun namoota 'Billionaire' jalqabaa (John D. Rockefeller) erga argitee waggaa 110 booda, kunoo namoota 'Trillionaire' jalqabaa argachuu dandeesseetti.
#ElonMusk #Trillionaire #SpaceX #Tesla #Seenaa #Oduu
@Damina_tech
@Damina_tech
9 641
๐ฆ **Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa (CBE) โCBE Connectโ - (Multi-currency wallet) qabate dhufeera!
Apk ammayyaa fi faayidaa qaban keessaa tokko kan taโe kun, maallaqa biyya keessaa (Birrii) fi maallaqa alaa (Doolara) walfaana keessatti qabachuu(deposit)fi fayyadamuu kan dandeessisuudha.
๐ต Faayidaa inni qabu keessaa muraasa:
โ
Maallaqa Alaa ergame Fudhachuu: Kaardii Maastar-kaardii (MasterCard) keetiin ykn dhaabbilee jijjiirraa maallaqa alaa (Forex) garaagaraarraa Doolara ergame fudhachuu dandeessa.
โ
Eerguu fi Fudhachuu: Appii kana fayyadamuun maallaqa alaa bilisaan ergachuu fi fudhachuu ni dandeessa.
Baankiin Daldalaa Itiyoophiyaa "Multi-currency wallet" gosa kanaa biyya keenyatti kan jalqabaa taโe kana diriirsuun isaa, sadarkaa guddina faayinaansii biyya keenyaa keessatti tarkaanfii guddaadha.
#CBE #CBEConnect #Ethiopia #Fintech #DigitalBanking #Oromia
*SHARE @Damina_tech
@Damina_tech
9 641
Baankii account keessan fayda walin walitti hidhuuf linkii baankii hunda yaadachuu isin hin barbaachisu!
Linkii armaan gadii kanaan fayyadamuun linkii baankiiwwan hunda argachuu ni dandeessu:
๐ https://id.et/connect
share godhaa!
#Fayda #DigitalEthiopia #BankingService
@Damina_tech
9 641
### ๐ YouTube irratti 'Picture in Picture' (PiP) fayyadamuu jalqabaa!
App YouTube irratti tajaajila PIP (picture in picture) jedhamu jalqabeera. Kunis utuu viidiyoon YouTube taphachaa jiru hojii biraa bilbila keessan irratti akka hojjettan isin gargaara. Fakkeenyaaf, viidiyoo utuu ilaaltanii 'home button' yoo tuqxan, viidiyichi iskiiriini keessan irratti suuraa xiqqaan taphachuu itti fufa.
Akkaataa itti hojjetu:
1. Appii YouTube banaatii mallattoo Profile keessanii tuqaa.
2. Itti aansuun Settings โ> Playback โ> Picture in picture kan jedhu keessa galaa.
3. 'On' godhaa.
Kanaan booda YouTube utuu ilaaltanii hojii biraa bilbila keessaniin hojjechuu dandeessu.
โ ๏ธ Hubachiisa: Yoo tajaajilli kun isiniif hojjechuu dide, Appii YouTube keessan 'Update' godhaatii irra deebi'aatii yaalaa.
**SHARE ๐@Damina_tech
@Damina_tech
9 641
Hundeessaan Binance "CZ" waa'ee Elon Musk maal akka yaadu yoo gaafatamu .
๐ฃ๏ธ
โALIEN dhaโ jedhe! ๐ฝ๐
โTilmaamni koo Elon Musk Alien (uumama pilaaneetii biraa) dha. Gara pilaaneetii isaatti deebi'uuf yaalaa jira๐, Marsiin immoo iddoo inni dhuma irratti gahuu barbaaduuf akka tarkaanfii giddu-galeessaatti isa tajaajilti.โ๐
SHARE ๐@Damina_tech
@Damina_tech
9 641
๐ฅ Chaanaalii ofiisaa UKPJD Capital join godhaa
Tarsiimoo daldalaa fi wabii gatii 24/7 argadhu, daayinamiksii gabaa yeroo yeroon hordofi, carraa invastimantii barbaachisaa taโe gonkumaa hin darbiin.
๐ Chaanaalii Telegiraamii Ofiisaa:
https://t.me/+S_hSuL9f6PphNGNl
๐ Marsariitii Ofiisaa: www.UKPJD.com
๐ฉ Waa'ee paakeejii daldalaa VIP gaaffii yoo qabaattan ๏ผuser@ukpjd.com irratti email ergaa
๐ฅ Tajaajila Maamiltoota Telegiraamii Ofiisaa: https://t.me/PJDCapital
UKPJD Capital daldala salphaa, bu'a qabeessa, fi salphaa taasisuudhaaf waadaa galeera!
๐ฅ Bonus Galmee: $5
๐ฅ Refer a Friend: Sadarkaa 10 Komishinii Daldalaa: 12%
๐ PJD Capital waltajjiiwwan miidiyaa hawaasaa fi chaanaalii irratti qooduun, tokkoon tokkoon aksiyoonaa tokkoof doolaara 5 argadhaa
(Waltajjii: Telegram / Facebook / Twitter / YouTube fi kkf)
9 641
๐ PJD Capital | Cryptocurrency Futures Strategy Community
Focusing on short-term cryptocurrency futures trading, covering Bitcoin (BTC), Ethereum (ETH), mainstream cryptocurrencies, and popular altcoins.
Provides buy and sell prices and real-time market updates.
โ
Long/Short Strategy Reference
โ
Entry Zones, Take-Profit/Stop-Loss Levels
โ
Support and Resistance Level Updates
โ
Internal Team Strategy Review
โ
Position Management and Risk Control
๐ New users receive 5 USDT upon registration
๐ธ Earn up to 12% commission through our 10-Level Referral System
๐ Earn 5 USDT by sharing our platform
๐ข Official Channel: @UKPJDVIP
๐ฅ Support: @UKPJDCapital
๐ฅ Support: @PJDCapital
๐ Website: www.UKPJD.com
9 641
โ ๏ธAKEKKAACHIISA
โโโโโโโ
โfamily, link suuraa armaan olii irratti mul'atu kana gonkumaa akka hin tuqne. Ergaan kun ammatti Telegram irratti bal'inaan namootaaf ergamaa jira.
โโ๏ธYoo tuqxan 'Account' keessan hatamuu (hack ta'uu) danda'a๐ณ. Adaraa info kana ammuma hiriyyoota keessaniif SHARE godhaa.
โSHARE ๐@Damina_tech
9 641
๐ฐ Earn From What You Own
You already have the audience โ now earn from it ๐ต
Ads Galaxy helps you monetize your channel effortlessly.
9 641
๐ Your Channel = Income
Your channel is more than content โ itโs income ๐ฐ
Join Ads Galaxy and start earning from your audience today ๐
9 641
Metaโn Instagram Plus qabatee dhufe! ๐
Kumpaaniin Meta tajaajila kaffaltii ykn Premium Subscription haaraa "Instagram Plus" jedhamu qopheessuun yaalii jalqabuu isaa beeksiseera. Tajaajilli kun namoota kaffaltii kaffalaniif carraawwan (features) addaa taโan kan dhiheessuudha.
Faayidaalee Instagram Plus keessatti hammataman keessaa:
* Story Dhoksaadhaan Ilaaluu: Suuraa ykn Viidiyoowwan saโaatii 24 booda badan, eenyummaa ofii osoo hin beeksisin (seen osoo hin godhin) ilaaluu dandeessisuu.
* Story yeroo isa Dheereffachuu: Storyโn keessan saโaatii 24 malee dabalata saโaatii 24 biroof (walumaa galatti saโaatii 48f) akka turu gochuu.
* Feature Addaa addaa : Carraawwan tajaajila kaffaltii malee hin argamne biroos of keessatti qabata.
Yaaliin kun yeroof biyyoota muraasa qofa keessatti kan jalqabame yoo ta'u, gama biraatiin Telegram'nis waggoota muraasa dura tajaajila Telegram Premium jedhamu jalqabuun isaa ni yaadatama.
SHARE @Damina_tech
9 641
โค๏ธ I just received $355 USDT from DOLLAR TREE ๐ณ platform ๐ค
Platform was launched last year, still paying massively till now and itโs not closing anytime soon๐ฐ
How to start earning โผ๏ธ
1. Signup using this link ๐ HERE
2. Unlock โญ๏ธ VIP
3. Claim daily task
4. Cash-out daily ๐ฐ
CHANNEL @DOLLARTREE_USDT
Donโt miss ๐ โSign Upโ below ๐
9 641
๐ Own a Telegram Channel with 500+ Subscribers?
You could be earning up to $100 daily with ๐ Ads Galaxy ๐ฐ
Monetize your channel, receive paid ads automatically, and earn from real engagement โ no stress, no manual work.
๐ Start now:
9 641
๐ Own a Telegram Channel with 500+ Subscribers?
You could be earning up to $100 daily with ๐ Ads Galaxy ๐ฐ
Monetize your channel, receive paid ads automatically, and earn from real engagement โ no stress, no manual work.
๐ Start now:
9 641
Top AI Platforms
โซPerplexity โ best for real-time research and fact-checked answers.
โซJasper โ best for consistent branding and marketing content at scale.
โซCopy.ai โ best for fast marketing copy and product messaging.
โซNotion AI โ best for writing, summarizing, and organizing inside your workspace.
โซGrammarly โ best for real-time writing feedback and tone correction
โซChatGPT โ best for all-purpose brainstorming, writing, and logic-based tasks.
โซClaude โ best for thoughtful writing, document reasoning, and context-heavy tasks
โซCursor โ best for coding inside an AI-native IDE
โซSynthesia โ best for turning scripts into polished videos with AI avatars
โซPlayAI โ best for creating lifelike AI voiceovers in multiple languages
โซDescript โ best for editing audio and video by editing text.
โซMidjourney โ best for generating high-quality, stylized AI visuals.
โซGrok โ Best for Fact checking and video generation
โซVapi AI โ best for building real-time AI voice agents for phone calls.
โซGemini โ Best for Photo, image generation and editing.
โซObviously AI โ best for running no-code predictions on business data.
โซMake โ best for building visual, multi-step automations across tools
โซIntercom โ best for AI-powered customer support and live chat.
โซZapier โ best for connecting apps and automating...
SHARE @Damina_tech
Available now! Telegram Research 2025 โ the year's key insights 
