en
Feedback
TAJAAJILA WANGEELAA SARARA QILLEENSA IRRAA JHT.

TAJAAJILA WANGEELAA SARARA QILLEENSA IRRAA JHT.

Open in Telegram

“Ilaa, obboloonni walii wajjin jiraachuun, attam gaarii dha, attam namatti tolas!” — Far. 133:1

Show more
373
Subscribers
-124 hours
-17 days
-130 days
Posts Archive
"የኦሮሚያ ክልል መንግስት እና የፌዴራሉ መንግስት አስቸኳይ ምላሽ ተጠይቀዋል!!" (የወንጌል አማኞች ሁሉ ሼር በማድረግ ለሌሎች እንድታደርሱ በአክብሮት እንጠይቃለን።) የኢትዮጲያ የወንጌል አማኞች አብያተ ክርስቲያናት ካዉንስል #የኢትዮዽያ_ወንጌል_አማኞች_አብያተክርስቲያናት_ካዉንስል_የተሰጠ_ጋዜጣዊ_መግለጫ በመጋቢ ጌቱ ለማ የካውንስሉ ጽ/ቤት ሃላፊ #በኢትዮጵያ ቃል ሕይወት ቤተክርስቲያን የኩሪፋቱ ማዕከል ላይ በቢሾፍቱ ከተማ አስተዳደር እየተወሰደ ያለውን ኢ/ህገ መንግታዊ ጥሰት ለመቃወም የተሰጠ ጋዜጣዊ መግለጫ ሐምሌ 4/2016 ዓ.ም የኢትዮጵያ ቃል ሕይወት ቤተክርስቲያን የኩሪፋቱ ማዕከል በህጋዊ መንገድ ለቃለ ሐይወት ቤተክርስቲያን የተሰጠ ሰነድ ያለው ይዞታ ሲሆን የከተማ አስተዳደሩ ከቤተክርስቲያኒቱ ቦታ ላይ 40 ሺህ ካሬ ሜትር የሚሆነውን በኃይል በመቀማት ለሁለት ግለሰቦች በመስጠት ኢ.ህገ መንግስታዊ በደል ፈጽሞብናል። ይህንን ጉደይ አስመልክቶ ከዚህ ቀደም ቤተክርስቲያን ጉዳዩን ለፍርድ ቤት አቅርባ ፍርድ ቤቱ ቦታው የቃለ ሕይወት ይዞታ መሆኑን ውሳኔ አስተላልፎ ባለበት ሁኔታ የከተማ አስተዳደሩ የግንባታን ሂደቱን እያስተጓጎለ ስለነበር ጉዳዩን ለሚመለከታቸው የኦሮሚያ ብሔራዊ ክልላዊ መንግስት እና ለፌዴራል መንግስት አቅርበን በከፍተኛ አመራር ደረጀ ኮሚቴ ተዋቅሮ እየታየ ባለበት ሁኔታ ሐምሌ 3 ቀን 2016 ዓ.ም የከተማ አስተዳደሩ የቤተክርስቲያኒቱ ይዞታ ውስት ወታደሮችንና የመሬት አስተዳደር ባለሙያዎችን ይዞ በመግባት ችካል በማስቀመጥ የቤተክርስቲያኒቱን ይዞታ ለግለሰቡ በማስተላለፉ ህግ ወጥ ተግባር ፈጽሞብናል ። ይህ ሁኔታ ከባድ እና በወንጌላውያን አምነት ተከታዮች ላይ የተቃጣ ሐይማኖታዊ ጥላቻ ባለቸው ግለስቦቸ የተቀነባበረ መንግስት የማይወክል የግለሰቦች ፍላጎት እና በልማት ሰበብ ሕዝብን ከመንግስት ጋር ለማጣላት እና ታሪካው ቅራኔ ለመፍጠር ሆን ተብሎ እየተሰራ ያለ መሆኑን እንረዳለን ። ዛሬ ሃምሌ 4 የቤተ ክርስቲያኗ መሪዎች ወደ ስፍራው፡ በሄዱበት ወቅት የማዋከብ የማሸማቀቅ እና ወደ እስር መውሰድ ኢ-ህገ መንግስታዊ ድርጊቶች ተፈጽመዋል። በመሆኑም መለው የወንጌል አማኞች በዚሀ የህልውናችን ጉዳይ ህግ መንግስታዊ መብታችንን እስከሚከበር ድረስ ለሚመለከታቸው ለክልሉ እና ለፌዴራል መንግስት አካላት ጥያቄያችንን ከማቅረብ ባሻገር ፍትህን እስከምናገኝ ድረስ የሚከፈለውን መስዋዕትነት ሁሉ የምንከፍል መሆኑን ማሳወቅ እንወዳለን። በመሆኑም የሚመለከታቸው የኦሮሚያ ብሔራዊ ከልላዊ መንግስት፣ከፍተኛ አመራሮችና የፌዴራል መንግስት አካላት ይህ ጉዳይ የህዝብ ሰላም በማይፈልጉ አካላት በልማት ሰበብ እየተሰራ የለውን ህግ መንግስቱን የጣሰ ስራ አንድታስቆሙልን እና አስቸኳይ ምላሸ እንዲሰጡን በታላቅ አክብሮት እንጠይቃለን።

Tajaajila Wangeelaa Sarara Qilleensa Irraa JHT Waldaa Tokkummaa Ijoollee Waaqayyoo Ilmaan Ifaa Wajjin ta'uun; W/K/W/W Makkaana Yesuus Itoophiyaa Sinodoosii G/G/Itiyoophiyaa Waldaa Amantoota Dagaa Goraatti Waxabajjii 15 hanga 16/2016 Leenjii tajaajiltootaa namoota 33 fi akkasumas Deeggarsi Midhaan nyaataa namoota arka qalleeyyiif 40 ta'aniif baasii deeggarsi taasifamee jira. Walumaa galatti leenjii fi deeggarsa dabalatee Qar. 65,000 baasii ta'ee jira. Akkasumas Ergamaa Wangeelaa erguun lafa sanatti Wangeela waliin hojjachuuf walii galamee jira. https://youtu.be/ZMIKGDGbQTo?si=UCCT7kVJT0bzK5zu

*↪️Nagaan Waaqayyo isiniif haa baayyatu Barnoota Tiolooji barachuu kan barbaaddaan hundumaaf liinki aarman gadiitin seentanii galmaa'un jalqabauu ni dandeessu. Barnoonni Tiolooji tajaajiltoota qofaaf osoo hin taane namni kamiyyu qixa jirutti yoo barate 1. Jireenya isaa akka ta'utti akka sagalee Waaqayyootti geggeeffachuuf beekumsa argata. 2. Barnoota dogoggoraa irraa oolanii nama obnolootas oolchuf beekumsa ga'aa horachuu argamsiisa. 3. Tajaajila keenyatti akka ta'utti akka itti guddannuufi karaa Waaqayyo barbaadun akka tajaajilluuf ga'umsa nu gonfachiisa. Barnoonni meeshaa jijjiiramaa isa guddaa dha. Hubachiisa iddoo jirtan taatanii hojii keessan hojjachaa karaa salphaadhan karaa toora online barachuu dandeessu. Carraa kannatti fayyadamaa.

===== Qophii Addaa==== Sagantaa Waaqeffannaa addaa Tajaajila Wangeelaa Sarara Qilleensa Irraa JHT karaa Toora Zoomitiin Jimaa
===== Qophii Addaa==== Sagantaa Waaqeffannaa addaa Tajaajila Wangeelaa Sarara Qilleensa Irraa JHT karaa Toora Zoomitiin Jimaata galgala gaafa guyyaa 25/08/2016  Ayaana Du'aa Ka'uu Gooftaa Keenya Yesuus Kristoos Sababeeffachuun Waan qopheessineef hundumti keessan irratti argamtanii eebba Waaqayyo akka hirmaattaniif kabajaan isin haffeerree jirra!!! #Like_Sheer_# gochuun namoota hirmaachisaa.

Guyyaa 18/08/2016 / Mar 26/2024 ↪️Waaqayyo isa jalqabee nu xumursiisef galanni haa ta'u!!! ➡️TAJAAJILA WANGEELAA SARARA QILLEENSA IRRAA JHT Guyyaa 17/08/2016 ; Mar 25/2024 ↪️Nagaan Waaqayyo isiniif haa baayyatu kadhannaa keenya guyyaa 40ffaa fi Goolaba kadhannaa!!!!🙇🙇🙇‍♂️🙇‍♂️ ➡️ WAAQAYYO GUDDAADHA GALANNI ISAAS BAAYYE DHA!!!🙇‍♂️🙇📚 “Waaqayyo guddaa dha, guddisee jajamuun in ta'aaf; waaqayyolii hundumaa gararraattis sodaatamuun isaa in ta'a.” — 1Sen. 16:25 ↪️Far 48:1 Abbaan keenya Waaqayyo guddaa dha. Gudina isaatifis dhuma hin qabu. Kanaaf yeroo kamuu kan nu gargaaru abbaa jabaa qabna!!! Hojiin isaa barabaraan jajamaadha!!! ↪️Far 145:3-4 ✝️Akkasumatti amanuurraan kan hafe guddina isaa fi hojii isaa qorannee bira ga'uu hin dandeenyu!!! ↪️Isa 40:28 Macaafni Waaqayyo guddaadha gaafa jedhu, waa'ee isaa qorannee bira hin geenyu dinqisiiofataadhuma jiraanna jechuu isaati!!!✝️ ↪️Iyo 36:26 Waldaa keessaniif sheer godha.🌾🌾 Sagantaa kadhata guyyaa 40 xumurree jirraa ↪️Waldoonni, Obboloonni jalqabaa kaatanii nu faana Kadhachaa turtan guddaa eebbifama, haarsan keessan Waaqayyo biratti isiniif haa yaaddatamu, nuuf haa yaaddatamuu Ameen!!! ↪️Hojii kana isin faana hanga Waaqayyo nagargaare nan hojjadhaa kan jettan biyya keessaa fi biyya Alaa kan jirtan Karaa toora WhtsApp +251920300831; akkasuma kallattiin bilbiluun nu argachuu ni dandeessu eebbifama. Yesuus hin dhufa!!!! Pr Tashooma Guutama H/G/ ↪️JHT irraa.

🙋‍♂🧏‍♀🙇‍♀🙇

Wangeelli karaa hundumaan jireenya dhala namaa guutuu godha!! Sagantaa kanarratti akka hirmaattaniif Waamichi isiniif gidhame
Wangeelli karaa hundumaan jireenya dhala namaa guutuu godha!! Sagantaa kanarratti akka hirmaattaniif Waamichi isiniif gidhamee jira.

Waldaan Ijoollee Kakuu toora irraa guyyaa ar'aa namoota 100 dhibba tokkoof deeggarsa gootee jirti. Waldaan Ijoollee Kakuu Toora irraa guyyaa ar'aa namoota harka qalleeyyii fi qaama miidhamtoota ta'aniif midhaan nyaataa fi Zayita namoota 100 dhibba tokkoof Waldaa Obbolootaa Keellaa Lakk. 4 irratti bakka hojii geggeessaan Tajaajila Wangeelaa Sarara Qilleensa Irraa JHT Pr Tashoomaa Guutamaa argamanitti deeggarsa godhanii jiru. Hojii geggeessaan Tajaajila Wangeelaa Sarara Qilleensa Irraa JHT Pr Tashoomaa Guutamaas Sagalee Waaqayyoo Mata duree nuti fakkaattii Waaqayyootin kan Uumamne dha; #Waan_Gaarii_Gochuuf_Uumamne. Kan jedhu Seera Uumamaa Boqonnaa 1:26 gubbaara dhaabachuun Waaqayyoo fuunduratti qaamni irruun hin jiru, isin Waaqayyoo fuunduratti nama guutudha, Waaqayyoo gaari Waan ta'eef qabeenya lafa irraa kan caalu Ilma isaa tokkicha nuuf kenne, karaa isaatin fayyinee jirra; Waangaarii gochuu Waaqayyoo irraa baranna Kanaaf Obboloonni keenya biyya garagaraa keessa jiraatan miseensota Waldaa Ijoollee Kakuu jireenya isaanii Keessatti gaarummaa Waaqayyoo Waan dhamdhamanii arganiif isaanirraa hafee osoo hin taane irrina qabanirraa deeggarsa kana isiniif godhanii jiru; Boru isinis namoota kan gargaartan ni taatu; ani dhuga baatudha kaleessaa nama namni nagargaaredha Waaqayyoo Waaqa seenaa namaa jijjiirudha jechuun namoota deeggaraman kan jajjabeessan yoo ta'u ; Qindeessaa Waldaa Ijoollee Kakuu Toora Online kan ta'an Pr Araarsa Fayisaa, akkasumas Tiksee Waldaa Obbolootaa Keellaa lakkofsa 4 kan ta'an Pr Shukkaaraa Abdataa fi Geggeessitoonni Waldichaa bakka argamanitti deeggarsi Kuni raawwatamee jira. Deeggarsa kanarratti qooda fudhattoonni hundi eebbifama isiniin jenna. Bitootessa 25 Bara 2016.