en
Feedback
Garbii Bultoo

Garbii Bultoo

Open in Telegram
5 358
Subscribers
+224 hours
+177 days
+4430 days
Posts Archive
photo content
+7

🫴Ilfee Fi Hacee 🙏 Qabsoon Oromoo Sirna Awwaalcha ilfeen Joonjoo irbuu Shinniigaa fi Kora WMT Dheeraatti gaggeeffameen hin baranne lama shishim godhe. 1. Joonjoo gandummaa- Kan hawaasa keenya Wallaggaa fi Shawaa addaan oofuuf miixataa bahe. Hawaasa Oromoo hundaaf ergaa guddaa dhaama. 2. Joonjoo Amantii- Kan obbolaan tiruu tokkoo ba'an jiraaf du'aatti akka wal baqatuu fi wal lagatu godhaa jiran. Kunis Oromummaa fi Qabsoon Oromoo amantii ol akka ta'e ilfeen siidaa dhaabdee Oromoo agarsiifte. 💫 Sirni awwaalcha Art. ilfee Awwaalcha Hacaaluu Hundeessaa biratti yeroo gaggeeffamu suuraa ka'edha.

Jaal Artsit ILFEE: ummaannii Amboo yeroo Akkaafuu bakka awwalchaa filatte. Geggeessuudha Ummanni Amboo gaafa roorroo gaachana siif ta'e. Gaafa boqottu immoo gaggeessaa kabajaa siif godhe.

photo content
+3

Sirna gaggeessaa guca warraaqsa qabsoo bilisummaa Oromoo fi dungoo Aartii Oromoo Jaal Artisti Ilfinesh Qannoo istaadiyeemii Finfinnee keessatti godhamee kana fakkaata. Saa'atii Ammaa booda immoo reeffi Jaal Artisti Ilfinesh Qannoo gara magaala Ambootti waan gaggeeffamaa jiruuf  jiraattonni magaala finfinnee fi Amboo gidduu jirtan simannaa gootaa akka gootaniifii waamicha isiniif dabarsina.

photo content
+1

Dirooniin Itiyoophiyaa torbaffaa waraanni Sudaan Kurmuuk irratti haleella irratti raawwateen kuffifamuu isaa rippoortaroonni biyyoota alaa gabaasaa jiru.

photo content

Kan jiraa qabsaawootaa hinjaalannee yeroo wareegaman gaddiitaafii Kan qaama hirruu tolchee isiiniin bar. OPDOn ykn PPn yeroo qabsawoonnii Oromoo lubbuun jiran adamsanii basaasanii qabsiisu, ajje*esiisuu, Shira irratti oofuu, hiisiisu, shiftaadha, shoroorkeessadha maaliidha jettee jireenya dhoowwitee rakkisti. Yeroo ofuumaaf miitee salphiistee waan meeqa irratti raawwattee qaama hirristee Addunyaarraa booqataniimoo ittiin kadhattii, siidaa isaanii jettee ittiin ummata saamti, Qabsooftuu sabaa jettee waan gaddiite fakkaattee kunoo dubbiisaa akkanaan Nama namaaf yaaduu offajkeessuuf yaalti. Kanaaf Shira warra kanaa baraa Gargaarsa jettanii OPDOf hinbuusiinaa Oromoo Mee dammaqaa. Artist Haacaaluun kadhachaa baata ammallee kadhachaa jirti ofuumaaf ajjeesteetoo. Amma immoo Artist Ilfeedhan kadhachuuf karoora baafachaa jiru #Amboottii Oromoo dammaqii OPDO hingargaariin kijibdootaa warrii. Garbii Bultoo

#Jechaa_fi_gochaankee_qoftii_galaa Bara Bara dhalootati. Warrii kutaan yaadduu irraa baradhuu Yoo siif gale. Yoomillee qalbii Oromoo keessa jirta Seenan Bara baraan sihaayadatu nagaan boqadhu Artist Ilfineesh Qannoo

Injifannoo WBO fulbaana 4 ona Ganjii bakka Albuuda Warqee baasuu diina irratti fudhate jiraataan naannoo sanaa warshicha keessa beeku akkanaan barreesse. Injifannoodha Tarkaanfiin WBO guyyaa dheengaddaa Wallaggaa lixaa aanaa Ganjii Tulluu kappiitti fudhatee WBO humni dhaabu danda'u akka hin jirree mirkaneessee haala qophii diinaa Hordofaan ture . 1. Special force nama 8 biyya alaatti leenjii kan fudhatan fi Dishiqaa - 2 Bireenii - 2 Isniper fi kilashi lama kan qaban kunuunsi addaa godhameefi da'aannoo international ta'e keessa kan da'atan fi waraana biraa irraa adda bahanii kaamphicha walakkaa da'aatanii kan jiran WBO n koo daara godhe.     2ffa.Bakka 3tti kampii bakka stratage poolisiin federaalaa fi RIB akka biyyaatti jiru loltuun jedhaman filatamanii meeshaa ammayaa hidhatanii kan jiran bayyinni isaanii bakka sadanuu jiran 300 ol kan ta'an  WBO n marummaan isaa hidhatee minda tokko malee murannoon itti  seenee dhadhaa abida buute godhee .              Kun uummata keenyaaf abdii Guddaa Gaachana fi hirreen saba keenyaa eenyuun kan of -duuba hin deebine ta'u mirkaneessee jira. VIva!WBO koo . Baga Gammanee Baga Gammaddan QBO fi uummani oromoon jedha.!!!! IUOF.!!!!

#ODUU_BIRAATIN_AMMOO!#Dirooniin_Bilxiginanaa_4_Suudaaniin gobbifamteetti Dirooniin pp 4 counter-drone forces Waraana Sudaaniitiin Rukutamanii barbadeeffamuu Miidiyaaleen Warra Sudaanii gabaasaa jira. Dhiyeenyumatti Daangaa Itoophiyaaf Sudaan keessatti dirooniiwwan 8 Kan ppn biyyoota Arabaarraa guurtee biyyaaf ollaa ittiin gooltu Humna ittisaa qilleensaa Sudaaniin rukutamuu ibsaa jiru! Garbii Bultoo

photo content

TOKKUMMAA ✍️ Tokkummaa jechuun walii galtee ,waal -hidhata,fi Waal tumsuudha. ✍️ Tokkummaa jechuun tokkoo ta'uun ,walii galtee fi waliif amanamummaan jiraachuu jechuudha. ✍️ Tokkummaan humna ✍️Addaan bahiinsi laafina jedhu . Kanaafuu tokkummaan kaayyoo , yaada,ykn Hojii tokkummaan dalaguudha.

+1

Maaliin maaliin bilisa baanaa? Maaliin maaliin Walaba baanaa? Qawweedhan WBO dhan bilisa baanaa. Artist Ilfinasha Qannoo Osoo akka yaada Namaa taatee ati bilisummaa fi walabummaa arguu maltee Maal godhuree hojii Waaqati hunduu.😭 Nagaan booqadhuu Qabsooftuu sabaa 🥰