JUMJ OUMER LIBRARY
Open in Telegram
Kuni Chanali mana kitaaba Jama'aa muslima Yuuniversiitii Jimmaa-Oumer ti ይህ የጅማ ዩኒቨርስቲ ሙስሊም ጀመዓ ዑመር ቤተ-መጻህፍት ቻናል ነው። ٱقْرَأْ بِٱسْمِ رَبِّكَ ٱلَّذِى خَلَقَ
Show more516
Subscribers
+324 hours
+257 days
+5030 days
Posts Archive
Aselamu alykum werahmetulahi weberekatu
Academic notice
👉 JUMJ library will be closed Tomorrow up to zuhur solat
Repost from JUMJ Official Page - main campus
✏️Academic Notice✏️
Aselamualeykum werahmetulahi weberekatuh
For freshman social students
U will have economy tutorial tomorrow @3:00LT at MEZELA
✏️Academic Notice ✏️
Aselamualeykum werahmetulahi weberekatuh
JUMJ LIBRARY will be closed tomorrow up to zuhur salat
Repost from JUMJ Official Page - main campus
JUMJ QAALII ‼️👌🏽
==============
Dubbiin waggaa hedduu kan lakkoofsise gaaffileen barattoota muslimaa yuuniversitii jimmaa kan isin gaafataa turtan gaaffiin niqaabaa deebii argachuudhaaf guyyaa borii bulchiinsota majlisaa fi namoota biroos dabalatee mooraa waliin marii qabna.
Kanaaf waan irra geenye amma isin beeksifnutti obsaan akka nu eegdanuuf akkasumas Du'aa'iin akka nu gargaartan maqaa rabbiitiin isin kadhanna.
//Share
Amiirota walii galaa JUMJ
Repost from JUMJ Official Page - main campus
ብርቅዬ የ JUMJ ልጆች ‼️👌🏽
==============
እነሆ ዓመታትን የፈጀው እና እየጠየቃቹት የነበረው የጅማ ዩንቨርስቲ የሙስሊም ተማሪዎች ጥያቄ መልስ ለማግኘት ነገ የመጅሊስ አመራሮች እና ሌሎችም ባሉበት ከ ግቢ ጋር ሹራ ይኖራል።
ስለዚህ የደረስንበትን ዉሳኔ እስከምናሳውቃቹ ድረስ ፍፁም በሆነ ትግስት እንድትታገሱን እና በዱኣ እንድትጠበቁን በአላህ ስም እንጠይቃቹሀለን።
#SHARE
||
✍ JUMJ Centeral Amirs
Repost from JUMJ Official Page - main campus
✏️Academic notice✏️
Program shifted
Aselamualeykum werahmetulahi weberekatuh
JUMJ Library will Not be closed tomorrow
✏️Academic notice✏️
Aselamualeykum werahmetulahi weberekatuh
JUMJ Library will be closed tomorrow up to zuhur solat
✏️Academic Notice✏️
Aselamualeykum werahmetullahi weberekatuh
Barattoota muslimaa Jimmaa Universitiitti baratan keessaa barattoota kolleejjii isaanii keessatti qabxii olaanaa fidan obboleewwaniifi obboleettiiwwan keessa jara jajjabeessuuf warreen kaaniif akka fakkeenya ta'aniif jema'aan keenya sagantaa badhaasaa adda ta'e qopheesseera. Kanaafuu kolleejjii jirtanu keessatti qabxiiwwan kanaa gaditti ibsamanii fi isaa ol warra fiddan waldorgomsiisee waan badhaasuuf karaa bot akka nuuf ergitani jenna law and governance- 3.75 other social sciences and humanities- 3.9 natural sciences- 3.9 medicine and dentistry- 3.5 other health sciences and HO- 3.8 GARA GROUPPII DEPARTMENTII KEESSANIITTI FORWARD GODHAA!
✍We need your last semister grade.
Send it by using
@JumJacademics_Bot
✏️Academic Notice✏️
Aselamualeykum werahmetullahi weberekatuh
በጅማ ዩኒቨርስቲ ከሚማሩ ሙስሊም ተማሪዎች መካከል በየኮሌጃቸው ከፍተኛ ውጤት ያመጡ ወንድምና እህቶችን ለማበረታታትና ለሌሎችም ተማሪዎች አርአያ ይሆኑ ዘንድ ጀመዓችን ልዩ የሽልማት ስነ ስርዓት ለማካሄድ አቅዷል።
ስለሆነም ከታች በየኮሌጁ የተጠቀሱትን ነጥቦች ያመጣችሁ ወንድምና እህቶች ውጤታችሁን ወደ bot በመላክ እንድትተባበሩን እንጠይቃለን።
Law & Governance-3.75
Other Social Sciences & Humanities- 3.9
Natural Sciences- 3.9
Medicine and dentistry-3.5
Other Health Sciences and HO- 3.8
Forward to your Department Groups!
👍We need your last semister grade.
Send it by using
@JumJacademics_Bot
