en
Feedback
𝐈𝗹𝗺𝗶𝗶 𝐓𝘃 قناة علم ☘️𝗚𝗮𝗮𝗱𝗱𝗶𝘀𝗮 📖𝗤𝘂𝗿'𝗮𝗻𝗮 𝗳𝗶 𝗛𝗮𝗱𝗶𝗶𝘀𝗮📚

𝐈𝗹𝗺𝗶𝗶 𝐓𝘃 قناة علم ☘️𝗚𝗮𝗮𝗱𝗱𝗶𝘀𝗮 📖𝗤𝘂𝗿'𝗮𝗻𝗮 𝗳𝗶 𝗛𝗮𝗱𝗶𝗶𝘀𝗮📚

Open in Telegram

𝑰lmii 𝑻v ♣️𝑮aaddisa🔺𝑸ur'aanaa fi 🗨️𝑯adiisaa 🔘𝑲aayyoon Chaneli Kana 𝑮uddaan 🧊𝑱iruufi Jireenya 𝑲eenya akka nuti 🏝️𝑮aaddisa 📖𝑸ur'aana fi 📚𝑯adiisa jalatti Dabarsinuuf Maal gochuu qabna jechuu 𝑰rratti Hojachuu jiruudha.💎 Kottaa........💘

Show more
377
Subscribers
No data24 hours
No data7 days
No data30 days

Data loading in progress...

Similar Channels
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Tags Cloud
No data
Any problems? Please refresh the page or contact our support manager.
Incoming and Outgoing Mentions
---
---
---
---
---
---
Attracting Subscribers
February '24
February '240
in 0 channels
January '24
+5
in 0 channels
Get PRO
December '23
+11
in 0 channels
Get PRO
November '23
+396
in 0 channels
Channel Posts
Role Model kiyya (1445)♥️ No My Clander (2024)⚠️ Nabi Muhammad ﷺ❤️❤️ Prophet Muhammad ﷺ The Best Role Models/An Excellent rol
Role Model kiyya (1445)♥️ No My Clander (2024)⚠️ Nabi Muhammad ﷺ❤️❤️ Prophet Muhammad ﷺ The Best Role Models/An Excellent role model for human kinds (PBUH) ❤️ Hidhannoo gaariitu isa keessatti isiniif jira jedha rabbiin Qur'ana isaa qulqulluufi kabajamaa keessatti nabii Muhammaditti (SAW❤️) itti hidhadhaa, fakkeenya godhadhaa nun ja'a rabbal'Iizzan .🙏 Akkasitti Warra Nabii keenya habibii keenya Nabii Muhammad (PBUH) itti hidhatee milkaa'e rabbiin nu haa godhu obboleeyyan kiyya insha'allah .🤲 God made him a good example or a "goodly model" for Muslims to follow (68:4, and 33:21), full of sympathy for Muslims ("Grievous to him is what you suffer; [he is] concerned over you and to the believers is kind and merciful" 9:128). May Allah blessed us by following them messengers of Allah prophet Muhammad (PBUH)❤️ in our every aspects of life insha'allah .❤️🤲 Sallu ala nabi ... 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️

2
█▓▒Dr Zakir Ethiopia Baaba 🇪🇹 ▒▓█ ┊┊┊Dr Sheikh Amin Ibro▕▔╲▂▂▂╱▔▏ ╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮ ╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯ ┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃ ┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈
█▓▒Dr Zakir Ethiopia Baaba 🇪🇹 ▒▓█ ┊┊┊Dr Sheikh Amin Ibro▕▔╲▂▂▂╱▔▏ ╭━━╮╭┈╮⠀╭┈╮╭━━╮ ╰╰╰┃▏╭╮⠀╭╮▕┃╯╯╯ ┈┃⠀┃▏┈┈▅┈┈▕┃⠀┃ ┈┃⠀┃▏┈╰┻╯┈▕┃⠀┃ ┈┃⠀╰█▓▒░M░E░▒▓█🕋 Hayyicha Rabbiin filatee fi Hawaasa Rabbiin filate Cifraa Nabi Mohammed★┋ ﷺ┋♥️
95
3
Jum’aa gammachuu;)💧 💥🙏 "Karaa siif danda'ame Hundumaan,bakka siif danda'ame hundumaatti,Namoota dandeessu hundumaaf, hamma
Jum’aa gammachuu;)💧 💥🙏 "Karaa siif danda'ame Hundumaan,bakka siif danda'ame hundumaatti,Namoota dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame hundumaan,waan gaarii siif danda'amu hundumaa hojjedhuuf!”..! Milkii fii Waan gaarii Walitti isinii haa qabu..!🤲 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
96
4
💎Goota Ija kuulaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Khan ji'a fakkaatu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Ifiif Odoo tahin ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Khan namaaf rifatu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Eega Ra
💎Goota Ija kuulaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Khan ji'a fakkaatu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Ifiif Odoo tahin ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Khan namaaf rifatu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Eega Rabbii isaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Waan biraan Sodaatuu ★ ┋ ﷺ┋♥️ Salawaata hedduumeeysi Guyyaa jummaa khana kheysa...🤗❤️🍒 الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
361
5
💎Goota Ija kuulaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Khan ji'a fakkaatu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Ifiif Odoo tahin ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Khan namaaf rifatu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Eega Rabbii isaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Waan biraan Sodaatuu ★ ┋ ﷺ┋♥️
1
6
Jum’aa!;) 💧 Miidhagina Islaamummaa ⭐️🌙 Qabeenya guddaa fi fayyaa guutuu waliin Maatii gaarii Wajjiin Umrii Isin Haa Dhereys
Jum’aa!;) 💧 Miidhagina Islaamummaa ⭐️🌙 Qabeenya guddaa fi fayyaa guutuu waliin Maatii gaarii Wajjiin Umrii Isin Haa Dhereysu! GALATOOMAA! Numa jirra busy taane banne male! Kunoo Hojii tana jirra Alhamdulillaah! Credit Ⓘ𝗹𝗺𝗶𝗶 Ⓢ𝘁𝘂𝗱𝗶𝗼 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
105
7
💎Jaalatamaa khiyya ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nabiyyii Hangafaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Barsiisaa Aalamaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Habiibil musxafaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ Salawaata
💎Jaalatamaa khiyya ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nabiyyii Hangafaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Barsiisaa Aalamaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Habiibil musxafaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ Salawaata hedduumeeysi Guyyaa jummaa khana kheysa...🤗❤️🍒 الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
560
8
💎Jaalatamaa khiyya ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nabiyyii Hangafaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Barsiisaa Aalamaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Habiibil musxafaa ﷺ ★ ┋ ﷺ┋♥️
1
9
🍀🍁°°. 📚 Seenaa Gabaabduu🌱 Guyyaa tokko Rasuulli Aalamaa 🌱 ★ ┋ ﷺ┋♥️ odoo Imaltuu (Safara) karaa deemaa jiranii gurbaa tok
🍀🍁°°. 📚 Seenaa Gabaabduu🌱 Guyyaa tokko Rasuulli Aalamaa 🌱 ★ ┋ ﷺ┋♥️ odoo Imaltuu (Safara) karaa deemaa jiranii gurbaa tokko kan Daldalaa (Naggadaa) jiru dhufanii Akkas jedhaniin "(Rabbiin Wal keeysaa siif Haa baasu)" Jedhanii Eebbisan ammas oduma deemaa jiranii kan qotaa (Akhaafaa) jirutti dhafnii Akkas jedhanii Eebbisan ("Rabbiin si Haa gargaaru") jedhani bira darban. Kanaaf Obboleeyyan kiiyya qoatanii buluun Hedduu Ulfaatti Rabbiin Obboleeyyan Keenya Warra qotee bulaa jiruu Rabbiin Haa gargaaruu! 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
360
10
💎Sunnaakee hordofeen★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Dhufa ollaa keetii ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nagaa fi rahmanni ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Haa bu'u sirrattii ★ ┋ ﷺ┋♥️ Salawa
💎Sunnaakee hordofeen★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Dhufa ollaa keetii ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nagaa fi rahmanni ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Haa bu'u sirrattii ★ ┋ ﷺ┋♥️ Salawaata hedduumeeysi Guyyaa jummaa khana kheysa...🤗❤️🍒 الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
520
11
💎Sunnaakee hordofeen★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Dhufa ollaa keetii ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nagaa fi rahmanni ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Haa bu'u sirrattii ★ ┋ ﷺ┋♥️
💎Sunnaakee hordofeen★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Dhufa ollaa keetii ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Nagaa fi rahmanni ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Haa bu'u sirrattii ★ ┋ ﷺ┋♥️
1
12
🍀🍁°°. 📚 💎Beekkumsaa fii Qabeenya...!@ 📚Beekkumsi nama eega 💎Qabeenya Garuu abbaatu eega 📚Beekkumsi Qalbii Yoo ibsu 💎Q
🍀🍁°°. 📚 💎Beekkumsaa fii Qabeenya...!@ 📚Beekkumsi nama eega 💎Qabeenya Garuu abbaatu eega 📚Beekkumsi Qalbii Yoo ibsu 💎Qabeenyi Garuu Onnee jabeessaa Namni Qabeenya Qabu diinoota hedduu qaba Kan beekkumsa Qabu ammoo Fira hedduu qaba Beekkumsi yoo itti fayyadamtu siif dabalaa deema Qabeenyi Garuu hir’achaa deema Beekkumsi hin hatamu qabeenyi Garuu ni hatama Walumaa galatti Qabeenya caalaa beekkumsa qabaachuutu irra faaydaa guddaa qaba. ☝️Rabbiin Qabeenyaa fii Beekkumsaas Walitti qabee Nuuf Haa Kennu. 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
516
13
♥️🍁°°. 💎𝗛𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 Jechuun Madrasaa Jalqaba (💥Barsiiftuu)ganamaati saniif 💚Nabiyyi Mohammad ★ ┋ ﷺ┋♥️ "Dirqamni Ilmoo(🌱
♥️🍁°°. 💎𝗛𝗮𝗮𝗱𝗵𝗮 Jechuun Madrasaa Jalqaba (💥Barsiiftuu)ganamaati saniif 💚Nabiyyi Mohammad ★ ┋ ﷺ┋♥️ "Dirqamni Ilmoo(🌱Daa'imni) tokko Abbaa Isaa Irraa qabu ♥️Haadha gaari filuufi" Jedhan Kan Haadha qabdan Rabbiin Qabeenya Ballaa Isini Kanne Isin  kaddamachiisu!
428
14
🍀🍁°°. Rasuulli ﷺ Yeroo Dhimma Towbaa nutti himu akkas jedha" "Osoo badii badii hojjettanii badiin teeysan Samii geeysee erg
🍀🍁°°. Rasuulli ﷺ Yeroo Dhimma Towbaa nutti himu akkas jedha" "Osoo badii badii hojjettanii badiin teeysan Samii geeysee ergasii Toowbattanii ;Rabbiin oltahe Towbaa teeysan isinirraa Qeebala"💛. Sahiih Al jaamiع-5235- 💛Subhaaaanak Rabbii الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
195
15
Salawaata hedduumeeysi Guyyaa jummaa khana kheysa...🤗❤️🍒 الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒�
Salawaata hedduumeeysi Guyyaa jummaa khana kheysa...🤗❤️🍒 الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
122
16
💎𝗬𝗮𝗮 ergamaa haqaa★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Caalaa 𝗸𝗵𝗮𝗹𝗾𝗶 mara ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Jaalalaan nu moote ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎𝗗𝘂𝗿𝗶 hanga arraa ★ ┋ ﷺ
💎𝗬𝗮𝗮 ergamaa haqaa★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Caalaa 𝗸𝗵𝗮𝗹𝗾𝗶 mara ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Jaalalaan nu moote ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎𝗗𝘂𝗿𝗶 hanga arraa      ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Guyyaa namni hundi ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Sodaatu magantaa  ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Ati 𝗻𝘂𝘂𝗳 dirmattee    ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Shafa'aa n𝘂𝘂𝗳 taata  ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💚𝗦𝗮𝗹𝗹𝗮𝗹𝗹𝗮𝗵𝘂 𝗔𝗹𝗲𝘆𝗵𝗶 𝗪𝗮𝘀𝘀𝗹𝗹𝗮𝗺💚 𝗬𝗮𝗮 𝗗𝗼𝗰𝗼𝘁𝗼𝗿 𝗔𝗮𝗹𝗮𝗺𝗮𝗮! 💚💚💚💚💚💚💚💚💚
372
17
💎𝗬𝗮𝗮 ergamaa haqaa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Caalaa 𝗸𝗵𝗮𝗹𝗾𝗶 maraa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Jaalalaan nu moote ★ Ta'uu yoon baadhellee Akka sahaabaatti Hedduun si jaaladha Lubbuukoo olitti.........x2 Sahaaboota waliin Osoonin jiraadhee Gaafas shahiideedha Jannatan argadhe.........x2 Akkuma hamzaatti Loleen ijinfadhaa Tarii moo'amullee Hireen shahideedhaa....x2 Akkuma Aliyyitti Lubbuukoo sii kenna Akkuma bilaalitti Nin baasa azaana.......x2 Gaafas carraa dhabus Akka sahaabaatti Jaalallin siif qabu Kan hundaa oliitii........x2 Wallaahi hin sobu Dhuguma kankootii Yaa Rassuula rabbii Ani fidaa keetii........x2 Sunnaakee hordofeen Dhufa ollaa keetii Nagaa fi rahmanni Haa bu'u sirrattii.......x2
1
18
◇Dilii Hojjatteef jettee Rabbiin irraa hin fagaatin. ◇Dilii Hojjatteen hin boonin. ◇Badii keetin gabaabbadhu malee namoota it
◇Dilii Hojjatteef jettee Rabbiin irraa hin fagaatin. ◇Dilii Hojjatteen hin boonin. ◇Badii keetin gabaabbadhu malee namoota itti hin affeerin. ◇Karaa namni ittiin badiitti seenu hin tahin. ◇Osoo daqiiqaa daqiiqaadhaan diloofta tahee illee daqiiquma daqiiqaan gara rabbii debihi. Rabbiin badii keenya hunda nuuf haa dhiisu. Aamiin Allahu Aamiin Aamiin Allahu Aamiin! 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒 🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
196
19
💎𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮💚 kee Irraa ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎An hin murre 𝗮𝗯𝗱𝗶𝗶 ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Akka Ijaan si argu ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎𝗢𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻💚abdii
💎𝗝𝗮𝗮𝗹𝗮𝗹𝗮💚 kee Irraa       ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎An hin murre 𝗮𝗯𝗱𝗶𝗶         ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Akka Ijaan si argu          ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎𝗢𝗻𝗻𝗲𝗲𝗻💚abdii qabdii  ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎𝗛𝗮𝗹𝗸𝗮𝗻𝗶𝗶 fi Guyyaa     ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Deemus taa'us ka'u    ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎𝗝𝗲𝗰𝗵𝗮 kee Dagadhee ★ ┋ ﷺ┋♥️ 💎Tasa lafan 𝗵𝗶 𝗸𝗮𝗮'𝘂𝘂   ★ ┋ ﷺ┋♥️           𝗬𝗮𝗮 𝗥𝗮𝘀𝘂𝘂𝗹𝗮☝️ 𝗚𝗼𝗿𝘀𝗮𝗮 𝗸𝗼𝗼    ♥️𝗦𝗮𝗹𝗹𝗮𝗹𝗹𝗮𝗵𝘂 𝗔𝗹𝗲𝗲𝘆𝗵𝗶 𝗪𝗮𝘀𝗹𝗹𝗮𝗺♥️ اللهم صل وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه الهم صلي وسلم وبارك عليه صلوات ربي وسلامه عليه 📖🌹𝕎𝕒𝕒𝕝𝕝𝕒𝕒𝕝𝕝𝕚 𝔻𝕦𝕜𝕜𝕒𝕟𝕒 📖🌹𝔹𝕖𝕖𝕜𝕜𝕦𝕞𝕤𝕚 𝕀𝕗𝕒𝕒𝕕𝕙𝕒             🌹𝐈𝐋𝐌𝐈 𝐓𝐕🌹𝑱𝑶𝑰𝑵🌷 ♥️Misbay Sheikh Hussien.....✍️
1
20
Jaalala keef jecha Faana keerraan hafu Sagalee kee dhabee Halkan takkan rafu. " Siif jedhee nan baadha Ba'aa waggaa dheeraa jaalala naaf qabdu Nan beeka argeera " Halkanii fi guyyaa Deemus taa'us ka'u Yaada kee dagadhee Tasa lafan kaa'u " Ati naaf qabeenya Qabeenya dhuunfaa koo Na bukkees jiraadhu Yoo jiraattes fagoo " Faakkaattii keen argu Baddaa gaaras bahu Eenyumtuu si dursee Hamma kee naan gahu. " Kee ta'uuttan boona Kan koottin si beeka Waa'ee kee dubbachuuf Ilkaan koottu seeqa " Miiltoo jireenya koo Si qofaan godhadhe Hunda namaa keessaa Filee si muudadhee " Furtuun jireenya koo Si harka kan galu Onnee siin muudamte Namni biraan dhaalu. " Yooman haara galfiin Fuullee kan kee taa'aa? Hawwii waggaa dheeraa Yooman dharraa ba'aa?
1