en
Feedback
ABBI TECH

ABBI TECH

Open in Telegram

Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et

Show more
4 750
Subscribers
-224 hours
-247 days
-10130 days
Posts Archive
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥
😱😱😱 Warroota amma online irra jirtan qofaf kardii barbaadan filachuun badhaafama ta'a 🫵💥

Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 8ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉 JOIN kan jedhu tuquun ilaallachuu dandeessuu! 👇👇
Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 8ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉 JOIN kan jedhu tuquun ilaallachuu dandeessuu! 👇👇

Kannen umrii kessan 18 gadii akka hin ilaallee. Video sukkanessaa kana seenuun dawwadhaa. bakka WATCH jedhu tuquun ilaali
Kannen umrii kessan 18 gadii akka hin ilaallee. Video sukkanessaa kana seenuun dawwadhaa. bakka WATCH jedhu tuquun ilaali

🚨Telegram amma waan haaraa fideera namoonni online jirtaa update bakka jedhuu tuqa amumma 👇👇👇
🚨Telegram amma waan haaraa fideera namoonni online jirtaa update bakka jedhuu tuqa amumma 👇👇👇

Safuu! Namni suuraa asii olitti argitan Kun Thomas beatie Jedhama. Dhiira yeroo jalqabaaf ulfaa'ee da'uu danda'edha! Odeeffan
Safuu! Namni suuraa asii olitti argitan Kun Thomas beatie Jedhama. Dhiira yeroo jalqabaaf ulfaa'ee da'uu danda'edha! Odeeffannoo waa'ee isan Wal qabatu argachuuf bakka GET jedhu tuquun ilaalaa.

Second 30 booda ni haqama! Nama durse channel asi gadii join godhef badhasa kaardii 450 nama 3f badhaafama . Bakka join jedhu tuquun badhaasaa keessan fudhadha

Lammiiwwan Ethiopia namni 3 Video sukkaneessa Kan daangaa darbee hojjetanii jiru. Video isaani ilaaluuf bakka "VIEW" jedhu tq
Lammiiwwan Ethiopia namni 3 Video sukkaneessa Kan daangaa darbee hojjetanii jiru. Video isaani ilaaluuf bakka "VIEW" jedhu tquun ammuma ilaalaa. View >Add check 💥 Fast

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Diraamaa Hiree Jaalalaa kan kutaa hunda hin ilaalleef 📌KUTAA 1FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 2FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 3FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 4FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 5FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 6FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 7FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 8FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 9FFAA 👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 10FFAA👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 11FFAA👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 12FFAA👉 SEE VIDEO 📌 KUTAA 13FFAA👉 SEE VIDEO 📌KUTAA 14FFAA👉 SEE VIDEO KUTAA HUNDA ASIIN ILAALAA. SHARE, REACT GODHAA! AKKASUMA CHANNEL KEENYA JOIN GOCHUUN HORDOFAA

Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 8ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉 JOIN kan jedhu tuquun ilaallachuu dandeessuu! 👇👇
Bu'aan qormaata Ministirii kutaa 8ffaa guutumaatti ifoomeera! 🎉🎉 JOIN kan jedhu tuquun ilaallachuu dandeessuu! 👇👇

Lammiiwwan Ethiopia namni 3 Video sukkaneessa Kan daangaa darbee hojjetanii jiru. Video isaani ilaaluuf bakka "VIEW" jedhu tq
Lammiiwwan Ethiopia namni 3 Video sukkaneessa Kan daangaa darbee hojjetanii jiru. Video isaani ilaaluuf bakka "VIEW" jedhu tquun ammuma ilaalaa. View >Add check 💥 Fast

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Badhaasa kaardii 450 irratti hirmaadha!! 🏃‍♂🏃‍♂ Nama 20 dursee chaanalota armaan gadii join godhe qofaaf!! 👇👇

Ethiopia keessatti free internet Eegalee jira. Speed 50MB Kan qabu Ammuma bakka free internet jedhu tuquun free internet fayy
Ethiopia keessatti free internet Eegalee jira. Speed 50MB Kan qabu Ammuma bakka free internet jedhu tuquun free internet fayyadamaa.

Second 30 booda ni haqama! Nama durse channel asi gadii join godhef badhasa kaardii 450 nama 3f badhaafama . Bakka join jedhu tuquun badhaasaa keessan fudhadha

Fiixee sookkeettiisaa ilaalaa. Sirrii yoo ta’u baate, yeroo baayyee kan calaqisaniifi sirrii waan hin taane argu dandeessu. Ulfaatiinni chaarjarootaa, wantoonni irraa hojjataman rakasaa fi ulfaatinnisaanii kaaniin addadha. Sababii isaan fakkeeffamanii hojjataman keessoon isaanii duwwaa ta’ef ni salphatu Haala qabiinsa Chaarjarii Chaarjariin bilbila keenyaa akka hin hojiin ala hin taaneefi akka adda hin cinnee haala qabiinsaa fi haala itti oolkeenyuuf of eeggannoo gachuun barbaachisa. Funyoo chaarjarii haala cituu fi cacabuu danda’uun maruu hin barbaachisu. Akkasumas baayyee cimee akka hin dachaane fi eddo aduu ykn ho’aaf hin saaxilamne qofaa kaa’u qabna. Bilbila keenya wayita chaarjii kan goonee ammo yoo baatiirii fixachuutti dhiyaate yoo ta’e gorfama. Kana malees bilbila keenya dhaamsuun osoo chaarjii gonee baatiiriisaa yeroo dheeraaf itti fayyadamu dandeenya. Gama biraatinis halkana keessa baatiriin guutee bula jechuudhaan bilbila chaarjii irratti dhiisanii buluun hin gorfamu. Baatiriin bilbilli harkaa keenya amma elektiriikii barbaachisuu qofaa erga chaarjii gooneen booda chaarjarii irraa buqqaasuu abba barbaachisu gorsu oggeessoonni dame kanaa. Surmaanni gaariin chaarjaarii bilbila keenyaaf omishameefi kan fakkeeffamee hin hojjatamnetti fayyadamaun balaa qaqabu malu hambsisuu bira darbee, nageenya bilbila keenyaatiif illeen murteessaadha.

Chaarjariin suphameefi sirrii hin taane namaafi mobaayiliirratti miidhaa attamii qaba? Yeroo baayyee chaarjariiwwan bilbila harkaa cituu gahaniifi suphaman fayyadamuun miidhaa hangam akka qabu hedduu hin yaadamu. Haata’u malee, balaa cimaa hin yaadamne qaqabsiisuu danda’u. Chaarjariiwwan suphamaniifi cituuf jedhaniitti fayyadamuun bilbila harkaa keenyarratti ta’e, nurraan miidhaa hin eegamne cimaan qaqabsiisuu akka malu baayyee waan hubatame miti jedhu oggeessoonni. Chaarjariiwwan cituu gahan alattis, kanneen orijinaala hin taanes bilbila keenyarraan miidhaa qaqabsiisuu malu. Ofii chaarjariiwwan akkasii kanneeniitti fayyadamuun rakkoolee attamii qaqqabsiisuu danda’u? Balaa elektiriikiin qabamu Bilbilli harkaa keenya chaarjarii cituuf adeemuun ykn kan suphameen yoo anniisaa akka guutamu taasiifnutti, balaa elektirikaan qabamuf nama saaxiluu danda’a. Sababii kanaatiin addunyaarratti lubbuun namoota hedduu kan darbe ta’u gabaasaaleen ni mul’isu. Yeroo tokko tokkoos balaan akkasii kan mudatu chaarjariiwwan sirnaan hin hojjannee qofaa osoo hin taane, sababii chaarjaroota bilbila keenyaaf hin hojjatamne fi kanneen sirnaan hin hojjanne, akkasumas chaarjariiwwan orijinaala hin taaneen yoo fayyadamnulleen ta’u danda’a. Dhaabbanni nageenya elektirikii irratti hojjatuufi Yunaayitid Kingidam Landan keessatti bu’uurreeffate tokko, ‘‘chaarjaroonni fakkeeffamanii hojjatamaniitti fayyadamuun balaa qabaachuu akka danda’u,’’ akeekkachiisa. ‘‘Chaarjariiwwan fakkeeffamanii hojjataman hedduu waliitti qabuudhaan akka sakkataaneetti, harki 98 kan ta’an fayyadamtootarra balaa cimaa qaqabsiisuu kan danda’aniidha’’ jechuudhaan marsariitii isaarratti barreesse. Kanaafuu ‘‘balaa dhufuu danda’u hubannoo keessa galchuudhaan yoo chaarjarii bilbila keenyaaf binnu of eeggannoo gochu qabna’’ jedhee gorsa dhaabbatichi. Ibiddaafi dhohiinsa: Chaarjariiwwan sirrii hin taaneetti fayyadamuun balaa ibiddaa hordofsiisuu danda’a. Funyoowwan chaarjarii sirrii hin taaneefi rakkoo qaban ‘‘bilbilli harkaa keenya hanga barbaadamuun ol akka ho’u akkasumas akka dhohuu gochuu danda’u. Kana malees carraa balaa qaqabsiisuu umuu danda’a’’ jechuun dhabbanni nageenya elektirikaa kun kan akeekkachiise. ‘‘Chaarjii fakkeeffamee oomishame yeroo baayyee elektirikiin qabamuu, kutaa keessoo bilbila keenyaa gubuufi namas balaaf saaxilu danda’u.’’ Balaa ibiddaa mana keessatti uumamu gama ilaalattuun haaluma gabaasa Maapire Faawundashin baaseetti, balaawwan kanneen keessaa kan( parsantaa 25 ta’an sababii funyoo elektirikiitiin yoo ta’u, isaanis sababii chaarjariiwwan bilbilaa rakkoo qabaniitiin kan umamuudha jedheera. Baatirii faayidaan ala taasisuu: Chaarjariiwwan fakkeeffamanii hojjataman ykn kan irra deddebiin suphaman bilbila keenya gubuu danda’u. Haata’u malee yoo chaarjarii akkasiittiin fayyadamnu, baatiriin bilbila keenyaa wal jalaan dadhabaa adeemuun sadarkaa tajaajila dhaabuu irra gahuu danda’a. Sababiidhuma kanaatinis chaarjariiwwan rakkoo qaban baatiirii bilbila keenyaa hanga annisaa barbaaduu dabarsuu waan hin dandeenyeef baatirii keenya wal jalaan ni ajjeessu. Kanaafu, kutaa chaarjarii keenyaa kamu irratti bakka cituuf jedhe ykn adda cite deebiisanii pilaastariidhaan ykn waan gara biraatiin haguuguun rakkoo umamuu danda’u hin dhorku. Waan kana ta’eefu chaarjariin keenya adda citeera yoo ta’e haala kamiinuu suphuun ykn sirreessanii fayyadamuun akka hin gorfamne himama. Chaarjarii fakkeeffamanii oomishaman maaliin adda baafna? Garaa garummaa chaarjarii isa sirriifi kan fakkeeffamee hojjatame jidduu jiru adda baasuuf kan beekumas adda barbaachisu miti kan jedhan oggeeyyoonni, kanneen fakkeeffamanii hojjataman (fake) ta’u salphaadhumatti adda baasuuf malawwan dandeessisan beeksiisaniiru. Barreeffama chaarjarii irra jiru, mallattoo omishaa fi qulqullinasaaa hubachuun yoo ilaaltan hanqina tokko ni agartu.