ABBI TECH
Open in Telegram
Chaanaalii "ABBI TECH" ✅ Games ✅ APPS ✅ Programming ✅ Tech News ✅ Tech Tips argattu! Want to place ads? Click here: https://telega.io/c/abbi_tech ❤️ Join & Share with your friends! 📥 Contact Us: @Abiti_20. Lencho.et
Show more4 751
Subscribers
-424 hours
-247 days
-10630 days
Posts Archive
4 751
#BAGA_GAMMADDAN🎉🎊.🇪🇹
#BAGA_GAMMANNE 🎉🎊 🇪🇹
Baga Jala bultii Eebba Hidha Haroomsa Guuddichaa Itoophiyaatiin isiin gahe. ‼️👏👏
Lammii hundatu ashaaraa keessaa qaba.💥💥💥💥
4 751
Google's Voe 3 Ai Model🔥
🛑 Voe 3 - Ai model haaraa dhaabbata Google'n #develop ta'anii guyyoota muraasaan duratti #launch godhaman keessaa isa tokko yoo ta'u, wantoota dinqisiisoo inni qabatee dhufe addunyaa ajaa'ibsiisee jira.
🛑 Ai model kun video #scene isaa eeggate audio fi wantoota garaagaraa dabalatee qulqullina olaanaadhaan jalqabaa kaasee haga xumuraatti prompt ykn ajaja tokko qofaan #generate gochuu danda'a.
🛑 Akkuma beekamu Ai model haga ammaatti jiran hedduun isaanii text, audio ykn video generate gochuuf #prompt (ajaja) garaagaraa duraa duubaan kennuufiitu nurraa eegama. Kanneen ajaja tokkoon generate godhan ammoo, gariin qulqullinatu isaan hanqata gariin ammoo realistic miti (akka Ai dhaan generate ta'an sirriitti beeksisu).
🛑 Ai model Voe 3 kun garuu ajaja #prompt tokkicha kennameef fayyadamuun video, audio, akkasumas sound effect fi wantoota barbaachisoo addaa addaa waliin video scene guutuu qabu haga waan inni Ai dhaan uumame hin fakkaannetti generate gochuu danda'a.
🛑 Kana qofa osoo hin taane Ai model kanaan walqabatu fi #FLOW jedhamu fayyadamuun ofii keessan akka #character tokkootti galchuun namoota beekamoo feetan waliin bakka feetanitti video movie scene isaa eeggatee fi baayyee realistic ta'e hojjechuu dandeessu.
🛑 Video #generate ta'u kanaafis ammoo akkaataa fedhii keessaniin kallattii kaameeraa (camera angle) feetan filachuu dabalatee wantooota hedduu qajeelchuun haala dhugaa irraa hin fagaanneen #generate gochuu dandeessu.
🛑 Ai kun irra jireessaan namoota akka filmmakers, storytellers ta'an fi dalagaawwan kanaan walqabatanii jiran irratti hirmaataniif gumaachaa olaanaa godha jedhamee eegama.
🛑 Amma irratti Ai tool kun bilisaan gadi hin lakkifamne, haata'u malee kaffaltiidhaan akkasumas namoonni Google AI Pro fi Google AI Ultra plans #subscribe gochuun fayyadamaa jiran access gochuu danda’u.
4 751
🎁GIVEAWAY BADHAASA QARSHII 400 IRRATTI AMMUMA HIRMADHAA.😱
⭐️NAMA 4 QOFAF KAN QOPHAA'EEDHA AMMUMA BAKKA ✅GIVEAWAY✅ JEDHU TUQUUN HIRMAADHA
4 751
Namoonni channel keessan yeroo gabaabaa keessatti guddifachu barbaddan.🥰
Channel subscribe 5k ol kan ta'ee guddisaa jirra warronni channel keessan 5k ol ta'ee karaa keessa na qunnamuun guddifadhaa💯
Na qnmuf👉 @mr_waver2
Na qnmuf👉 @mr_waver2
4 751
+1
Balaa keessa jirra fakkaata!
#Eenyummeessaa(Account) Gmail namoota biliyoonaa olii hundi butamuutu himame.
Keessattuu #Dookumantiin Odeeffannoo Daldalaan walqabatuu saamameera jedha gabaasni Miidiyaalee idil-addunyaa...
Balaan kun balaa guddaa dhaabbata Google mudate jalqabaati jedhameera....
》Daddafnee ofdhaqqabuu qabna natti fakkaata.🚶
4 751
Aliexpress irraa meeshalee armaan dura hin dorgomin gatii xiqqaa fi tooftaalee salphaan argachuuf carraa dhabuuf hin feenu?
Barbaadduu meeshaalee biyya alaa siif tolu akka salphatti gara manakee argachuu? As qoradhu—barruu bal’inaan, gorsa liqimsee fi tarsimoo haarawaa irratti argatta!
Yeroo xiqqaa keessatti, dorgommii keessaa bahaa—as deemii.
#ad InsideAds
4 751
Aliexpress irraa meeshalee armaan dura hin dorgomin gatii xiqqaa fi tooftaalee salphaan argachuuf carraa dhabuuf hin feenu?
Barbaadduu meeshaalee biyya alaa siif tolu akka salphatti gara manakee argachuu? As qoradhu—barruu bal’inaan, gorsa liqimsee fi tarsimoo haarawaa irratti argatta!
Yeroo xiqqaa keessatti, dorgommii keessaa bahaa—as deemii.
#ad InsideAds
4 751
Repost from Joshua Graphics
😎Today's old group price 👇
✅2016-2022 👉 1400 birr🔥
✅2023 👉 1150 birr 🔥
✅2024👇
🟢 January 👉 950 birr
🟢 February 👉 900 birr
Buyer @JoshuaSMRT
Buyer @JoshuaSMRT
Join proof channel
@Buy_group_olds
@Buy_group_olds
4 751
Aliexpress irraa meeshalee armaan dura hin dorgomin gatii xiqqaa fi tooftaalee salphaan argachuuf carraa dhabuuf hin feenu?
Barbaadduu meeshaalee biyya alaa siif tolu akka salphatti gara manakee argachuu? As qoradhu—barruu bal’inaan, gorsa liqimsee fi tarsimoo haarawaa irratti argatta!
Yeroo xiqqaa keessatti, dorgommii keessaa bahaa—as deemii.
#ad InsideAds
4 751
Repost from Joo Proof & Notice🧾
CHANNEL FOR SELL
Channel Gurguramu Jira.
Subscribe kannen gadi kan ta'an
✅ Subscribe 1k
✅ Subscribe 1.7k
✅ Subscribe 1.7k
✅ Subscribe 4k+
✅ Subscribe 9k+
🤝Kannen bitachuu barbaaddan na qunnamuun bitachuu dandessu.
👉Gatiin Isa Gad bu'adha nama durse dhufef.
Na qunnama📩 @JoshuaSMRT
Na qunnama📩 @JoshuaSMRT
Join my sell and buy channel
https://t.me/joshua_online_market
4 751
Itiyoopiyaa keessatti interneetii bilisaan fayyadamuun deebi'ee eegale. Fayyadamuuf "GET" bakka jedhu tuqi.
4 751
IRRA HIN HAFINA
Badhaasa Qarshii 450 namoota dursani join godhan 10f badhaasa qarshii 450 qophessine jirra ammuma join gochuun badhaafama 💥💥
4 751
Repost from Joshua Graphics
Today's best price Old Group (GP)
🔥Today's 2024 I need
✅January Price 1050 ETB
✅February Price 1000 ETB
🔥Also 2023 all month
✅Price 1150
💥 Payment method
TELEBIRR, E-BIRR AND ALL ANY BANK.
✅Language👇
👉 AFAAN OROMOO
👉 AMHARIC
👉 ENGLISH
Inbox @JoshuaSMRT
Join proof channel
https://t.me/buy_group_olds
4 751
Dandeetii Afaan Ingiliizi kee fooyyessuuf kan sii gargaruu chanaali general English bifaa addatin dhufee jiraa ammuma join jechun Dandeetii Afaan ingilizii keessan fooyyessa
Chanaali kan irraa:
• Grammar usage
• phrasal verb
• vocabulary
• idom
• Quiz daily
• commicetve
Kaaneefi kkf... isiin barsisuuf dhufee jiraa waantota kan hunda guyyaa guyyaatti kan argatuu ta'aa
Links kan fayyadamuun join godha
https://t.me/Engforethiopia
@Engforethiopia
@ General English
Carraa gaarii!! General English
Available now! Telegram Research 2025 — the year's key insights 
