en
Feedback
ETHIO TELECOM

ETHIO TELECOM

Closed channel

πŸ“ˆ Analytical overview of Telegram channel ETHIO TELECOM

Channel ETHIO TELECOM in the Amharic language segment is an active participant. Currently, the community unites 11 069 subscribers, ranking 16 920 in the News & Media category and 2 949 in the Ethiopia region.

πŸ“Š Audience metrics and dynamics

Since its creation on Π½Π΅Π²Ρ–Π΄ΠΎΠΌΠΎ, the project has demonstrated rapid growth, gathering an audience of 11 069 subscribers.

According to the latest data from 06 October, 2025, the channel demonstrates stable activity. Although there has been a change in the number of participants by -190 over the last 30 days and by 0 over the last 24 hours, overall reach remains high.

  • Verification status: Not verified
  • Engagement rate (ER): The average audience engagement rate is 0%. Within the first 24 hours after publication, content typically collects N/A% reactions from the total number of subscribers.
  • Post reach: On average, each post receives 0 views. Within the first day, a publication typically gains 0 views.
  • Reactions and interaction: The audience actively supports content: the average number of reactions per post is 0.

πŸ“ Description and content policy

Channel description not provided.

Thanks to the high frequency of updates (latest data received on 07 October, 2025), the channel maintains relevance and a high level of publication reach. Analytics show that the audience actively interacts with content, making it an important point of influence in the News & Media category.

11 069
Subscribers
No data24 hours
-347 days
-19030 days
Posts Archive
photo content

Egaa akka cubbuun keessan haqamuuf, akka barri haaromfamaa Gooftaa biraa dhufuuf qalbii jijjiirradhaa gara Waaqaatti deebi'aa
Egaa akka cubbuun keessan haqamuuf, akka barri haaromfamaa Gooftaa biraa dhufuuf qalbii jijjiirradhaa gara Waaqaatti deebi'aa. --Hojii Erg. 3:19 Sticker Xiqsiiwwan Macaafa Qulqulluu qaban argachuu fi Macaafa Qulqulluu dubbifachuu Button/Link gadii cuqaasuun argachuu dandeessu.

@chelpbot 369123f946a

Kana qofa miti; nu dhiphina keenyattis ni gammanna; akka dhiphinni obsa fidu ni beeknaatii; obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaa
Kana qofa miti; nu dhiphina keenyattis ni gammanna; akka dhiphinni obsa fidu ni beeknaatii; obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaatanii dhaabachuun immoo abdii fida. Jaalalli Waaqaa karaa Hafuura Qulqulluu nuu kennamee sanaatiin garaa keenya keessatti waan dhangalaafameef abdiin nu hin qaanessu.

Baayyeen keessan eegaltaniittu. Leaderboard irratti isin arguun baayyee namatti tola. Ammallee warreen carraan kun isin darba
Baayyeen keessan eegaltaniittu. Leaderboard irratti isin arguun baayyee namatti tola. Ammallee warreen carraan kun isin darbaa jiru ammuma Start kan jedhu tuquudhaan eegalaa. Start 🟒 Eegaluuf πŸ’Ž fintopio πŸ’™

Namoonni dhibee onnee qabdan kana tuqtanii akka hin ilaalle πŸ‘‡πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚ Namni keenya qoosaa haaraa fiduuf rafee hin buluum silaa πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ˜‚πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ€£πŸ€£πŸ€£πŸ€£

Egaa akka cubbuun keessan haqamuuf, akka barri haaromfamaa Gooftaa biraa dhufuuf qalbii jijjiirradhaa gara Waaqaatti deebi'aa
Egaa akka cubbuun keessan haqamuuf, akka barri haaromfamaa Gooftaa biraa dhufuuf qalbii jijjiirradhaa gara Waaqaatti deebi'aa. --Hojii Erg. 3:19 Sticker Xiqsiiwwan Macaafa Qulqulluu qaban argachuu fi Macaafa Qulqulluu dubbifachuu Button/Link gadii cuqaasuun argachuu dandeessu.

Meeqan keessantu karaa Telegram Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoon dubbifachuu fi xiqsiiwwaan haala suuraa irraa argaa jirtan ka
Meeqan keessantu karaa Telegram Macaafa Qulqulluu Afaan Oromoon dubbifachuu fi xiqsiiwwaan haala suuraa irraa argaa jirtan kanatti namaaf erguu akka dandeessan beeka? Yoo kanaan dura fayyadamtanii beektu ta'e irra darbaa. Yoo Isiniif haaraa ta'e Immoo Wangeela kan jedhu tuquun dubbifadhaa akkasumas xiqsiiwwan bifa suuraan qophaa'an waliif erguu dandeessu.

Wow Baga Gammaddan πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ Dhamaatii keessaniin sadarkaa 2ffaa irra galleerra πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ Ammallee Itti Jabaadhaa πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ Kann
Wow Baga Gammaddan πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯ Dhamaatii keessaniin sadarkaa 2ffaa irra galleerra πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ Ammallee Itti Jabaadhaa πŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺπŸ’ͺ Kanneen Start Hin Godhin Jirtan Ammuma Start Godhaa. πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡

Oduu Gammachiisaa πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘ Oromoon dorgommii wallet addunyaa beekamaa fintopio irratti geggeeffamaa jiruun sadarkaa 8 irra jira. Baayyee nama gammachiisa. Alaabaa Oromiyaa fi Suuraa Jaal Marroo addunyaatti mullisaa jira. Hundi keessan deemtanii ilaaluu dandeessu. Kanneen Start gootanii eegaltan Rank kan jedhu tuquudhaan Monthly kan jedhu jelaa sadarkaa isaa ilaaluu dandeessu.  Kanneen Start hin goone immoo ammuma Start tuquudhaan deggarsa godhaafii. Deggarsa gochuudhaan Alaabaa keenya  sadarkaa 1ffaa irra teessisuudhaan addunyaan akka argu gochuu qabna. Sababnisaa yeroo darbe alaabaa warra mormituu keenyaatu sadarkaa keessa ture waan ta'eef. Walii isaanii deggaranii alaabaa isaanii mullisuu yaalanii turan hin milkoofneef. Amma Oromoon hundi Suuraa Jaal Marroo sanaafii Alaabicha sadarkaa 1ffaa irra akka taa'u gochuu qabna. Waliif dabarsaa. Namoonni garee fi channel gurguddaa keessa jirtanii fi qabdan maxxansa kana share godhaa garee fi channel sana keessatti. Akkamiin Sadarkaa 1ffaa irratti olbutuu dandeenya?? Deebii: 🟒 Liinkii kana tuquun Start gochuu   πŸ‘‰https://t.me/fintopio/wallet?startapp=reflink-reflink_TXtg3s4WVZUaydLa- 🟠 Isa booda namoonni isiniif danda'ame immoo sa'atii sa'atiin seentanii akkuma duraan isiniif himuu yaalle Diamond πŸ’Ž fudhachuudha. Kanneen hojjechuu hin dandeenye akkasumaan Start gootanii dhiisuu dandeessu. Hiriyoota keessaniifillee dabarsuu hin dagatinaa! πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯πŸ”₯

Baga Gammaddan πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘
Baga Gammaddan πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘πŸ‘

Akkuma Isin beeksifnee turre fintopio yeroo dhiyoo eegaluun maamiltoota hedduu horachaa jira. Badhaasa ji'a ji'aa fi torban torbaniin namoota sirnaan hojjetaniif ni badhaasa. Akkaataan badhaasa isaas akka armaan gadiitti: 🟒 Ji'a Ji'aan: --1ffaa kan baheef 3333 USDT --2ffaa kan baheef 2222 USDT --3ffaa kan baheef 1111 USDT : : Akkasiin itti fufuun hanga 50tti badhaasa. 🟠 Torban Torbaniin: --1ffaa kan baheef 333 USDT --2ffaa kan baheef 222 USDT --3ffaa kan baheef 111 USDT : : Akkas jechaa itti fufuun hanga nama 10tti badhaasa Akkaataan hojii isaas baayyee salphaa kan ta'eefi namni hunduu hojjechuu kan danda'udha. -- Sa'atii 7 Torbaan seentanii claim kan jedhu tuquu -- Channel isaanii join gochuu -- Sa'atii sa'atiidhaan seentanii diamond πŸ’Ž fudhachuu Tartiiba kanneen eegdanii hojjennaan sadarkaa keessa galuun badhaafamaa torbaniis kan ji'aas ta'uu ni dandeessu. Sababni nuti kana isinii maxxansineefis dorgommiin kan ji'aan geggeeffamu har'a eegΓ le waan ta'eef osoo isin hin darbin ammuma eegalaa. Mallattoo Start yookin jalqabuuf jedhu tuquun eegalaa. Link gadii kanas tuqtanii eegaluu dandeessu πŸ‘‰ FINTOPIO πŸ‘‰ EEGALUUF πŸ‘‰ START Odeeffannoo dabalataa kan barbaaddan πŸ‘ tuqaa Kanneen odeeffannoo kanatti gammaddan β™₯️ tuquun nu jajjabeessaa ♻️ Share gochuudhaan hiriyoota keessaniif qoodaa

Odeeffannoo nuti isiniif qabannee dhiyaachaa jirru waa'ee fintopio wallet'dha. fintopio'n akkuma Telegram wallet daddabarsa maallaqaa raawwachuun Telegram wallet'tti aanuun sadarkaa 2ffaa qabatee jira. Akkuma Telegram wallet fayyadamtan kanas kiriiptoo kaarensii qabdan irratti kuufachuu fi daddabarsuu itti fayyadamna. Yeroo dhiyoo eegaluu maamila guddaa horachaa kan jiru yoo ta'u yeroo ammaa jalqabbii irra waan jiruuf maamiltoota isaa daran dabaluuf HP point hojjechisiisuu eegaleera. Token mataa isaanii launch gochuuf amma maamiltootni HP walitti kuufachuu akka danda'aniif carraa baneefii jira. Carraan kanatti akka fayyadamtan cimsinee isin gorsina. Sababnisaa namoota sirriitti hojjetaniif torban torbanii fi ji'a ji'aan badhaasa maallaqa guddaa kennaa jiru. Badhaasa Isaan kennanis Isiniif maxxansineerra. Ilaaluu dandeessuu. Akkamittiin hojjetu? Hojiin isaa baayyee salphaa fi namni kamillee hojjechuu kan danda'udha. Akkamiin akka hojjetamu, HP maal akka ta'e, fintopio maal akka ta'e odeeffannoo guutuu isiniif qabannee dhufaa jirra. Hangasitti button Start jedhu gadii kana tuquun Start gochuun eegalaa.

Akkam Jirtu! Guyyaa har'aa odeeffannoo bareedaa irraa barumsa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaachaa jirra. Barnoota
Akkam Jirtu! Guyyaa har'aa odeeffannoo bareedaa irraa barumsa argachuu dandeessan isiniif qabannee dhiyaachaa jirra. Barnoota argachuu qofas osoo hin taane hojjettanii bu'aa guddaa irraa argachuun milkaa'uu dandeessu. Osoo oduu isinitti hin baayyisin kallattiin gara ijoo yaada keenyaatti haa dabarru.

Sa'aatii halluu adda addaa qabu lamatu jira. Sa'aatiin diimaan cabee tasumaa hin hojjetu, garuu sa'aatiin bifa Adii qabu immo
Sa'aatii halluu adda addaa qabu lamatu jira. Sa'aatiin diimaan cabee tasumaa hin hojjetu, garuu sa'aatiin bifa Adii qabu immoo sa'aatii 24 keessatti sekondii tokkoof dhaabbata. Sa’aatiin kamtu caalaatti sirrii dha?