en
Feedback
Computer Solutions

Computer Solutions

Open in Telegram

Computer solutions is a tech informative channel which covers ✅latest gadgets, ✅software updates, ✅emerging tech trends, ✅cybersecurity, and ✅ Buy ads: https://telega.io/c/Computers_Solution

Show more
3 606
Subscribers
No data24 hours
-107 days
-5730 days
Posts Archive
❒ Akkaataa Username telegram itti uummatan (create username) ▭▭▭▭▭▭▭ 1ffaa: setting telegram account kee keessa seenudhaan tu
+1
Akkaataa Username telegram itti uummatan (create username) ▭▭▭▭▭▭▭ 1ffaa: setting telegram account kee keessa seenudhaan tuqxa! 2ffaa: Username iddoo jedhu sanatti maqaa username kee galchita! #Faayidaan Username qabaachuu maalidha? 🔍 Namoonni isin barbaadan maqaa keessaniin salphaatti akka isin argatan taasisa! • @Computer_Soln • • @Computer_Soln

Bilbila Networkii fi Interneetii Hojjechuu Dideef Furmaata ➮ Bilbilli tokko rakkoo netwoorkii qaba kan jennu yoo kanneen armaan gadii agarsiisedha. No service, Emergency call, Registration failed, Invalid SIM fi kan kana fakkaatan. Rakkoowwan akkanaa kun sababoota armaan gaditiin dhufuu danda’u: ➮ Rakkoo Network IC (Hardware Problem) ➮ Rakkoo Anteenaa (Hardware problem) ➮ Yeroo baay’ee rakkoon hojjechuu diduu netwoorkii bilbilaa rakkoo IMEl Number dha. Rakkoon akkanaa yeroo hedduu bilbiloota xixiqqoo irratti kan mul’atuudha Kanaafuu, furmaatni isaa IMEI number jijjiirudha. IMEI number jijjiiruuf koodii bilbilaa kanneen keessaa kan isiniif hojjete faayyadamaa! *#0160# (Techno baay’ee irratti), *#0161#, *#0162#, *#0066# (Isim), *#0011# (Smadel), *#346#, *#020*#, *#0120#, *#1120#, *#*#601*#*#, *#8378#1# (bilbilloota xixiqqoo hunda irratti ni hojjeta) ➮ IMEI number haaraa erga jijjiirtanii booda bilbila keessan cufaati banaa, networki isiniif deebi’a. Ammallee yoo deebi’ee akkuma duraa tahee akkanumattii IMEI number haaraa kan biraa yaalaa! Gama biroon osoo SIM CARD bilbila keessa jiruu mallattoolee fi jechoota akka: Insert Sim Card No Sim Card Present No Sim Card Inserted Sim Card Registration Failed fi kan kana fakkaatan kan agarsiisu yoo ta’e immoo rakkoo alaa (Hardware Problem) waan ta’eef mana suphaa mobaayilaa geessuun ilaalchisaa!dideeqqila interneetii hojjechuu dideeq fi bilbila haaraa akkaataa itti interneetii hojjachiisnu Akkuma beekamu yeroo tokko tokko bilbilli keenya interneetii guutummaan guutuutti hojjechuu dida ykn immoo waan hunda nuuf hojjachuu didee yeroo nu rakkisu argina. Kanaafuu, yeroo rakkoon akkasii isin mudatu akkaataa fi gosa bilbila keessanii irratti hundaa’uun step armaan gadii hordofaa sirreeffadhaa! 1. Namoonni biyya keessa taatanii bilbila touch screen fayyadamtan: Settings > Network & internet > Mobile network > Access point kan jedhu erga seentanii booda Mallattoo + ykn Add jettu tuquun, bakka ‘Name’ jedhutti etc jedhaa bakka ‘APN’ jedhutti etc.com jedhaa ‘Save’ godhaa. ➮ Namoonni biyya biroo jirtanis ‘access point’ biyyichaa guutaa. Google irratti maqaa siimkaardii faayyadamtanii search gochuun argachuu dandeessu. ykn dhaabbata Telekoomii siimii irraa bitattan yoo gaafattan isiniif himu. akkasuma hiriyoota keessaniin siimkaardii wal fakkaataa yoo faayyadamtan kan isarraa ilaalaa guuttachuu dandeessu. 2. LG mobile kan fayyadamtan warreen biyya keessatiif: Google settings > Wireless & networks > mobile network > access point name > Options > New APN, erga seentanii booda ‘APN’ etc.com ‘Username’ etc ‘Password’ etc ‘Autheatication type’ PAPPAP-CHAP > option > save 3. Nokia mobile kan fayyadamtanwarreen biyya keessatiif: Settings > Connectivity > Packet data > setting > edit active access point, erga seentanii booda: ‘Access point name’ etc godhaa ‘Packet data access point’ etc.com godhaa. itti fufuun gara settings tti deebi’uun:  Settings > configuration > personal > configuration > add new > web, keessa seenuun,  username: etc Password: etc,  Dhumarratti gara configuration deebi’uun: Activate the web taasisaa. 4. Bilbila SONY kan faayyadamtan warreen biyya keessatiif Menu > Setting > connectivity > internet setting, keessa seenuun ‘Connect using add’ ps ‘Date name’ etc ‘APN’ etc.com barreessuun ‘save’ godhaa. itti aansuun gara internet option deebi’uun:  Internet options > advanced > connectivity > data homepage: etc Hubachiisa: Bilbiloota asii gadirratti tarreeffaman baay’inaan namoota biyya keessaatuu qabata. kanaaf namoonni biyya alaa jirtan isiniis yoo kan qabaattan taate bakka ‘etc’ jedhu hundatti ‘access point’ biyya keessa jirtanii guutuu qabdu. Share • @Computer_Soln • • @Computer_Soln • @YaadafiGaaffii_bot

❒ Tartiiba Telegram Account keessan hacher irraa ittisuu dandeessan: ➊. Settings ➋. Privacy and Security ➌. Two-Step Verifica
❒ Tartiiba Telegram Account keessan hacher irraa ittisuu dandeessan: ➊. Settings ➋. Privacy and Security ➌. Two-Step Verification code • @Computer_Soln • @Computer_Soln @YaadafiGaaffii_bot

❒ 2-Step Verification code Telegram Account Hacker irraa eeggachuuf: ➊. Setting Telegram Account ➋. Privacy and Security kan
❒ 2-Step Verification code Telegram Account Hacker irraa eeggachuuf: ➊. Setting Telegram Account ➋. Privacy and Security kan jedhu tuquudhaan gara step itti aanutti darbitu @Computer_Soln @Computer_Soln @YaadafiGaaffii_bot

❒ Haala kamiin Account telegram keessanii hacher irraa of eeggachuu dandeessu? ........///......... Akkuma beekamu yeroo amma
❒ Haala kamiin Account telegram keessanii hacher irraa of eeggachuu dandeessu? ........///......... Akkuma beekamu yeroo ammaa kana account telegram namoota baay'ee jalaa hack ta'uudhaan namoonni baay'een channel fi group qaban irraa fudhatamuun akkasumas account isaaniitiin yakki hojjetamuun dhaabbanni telegram "banned" isaan taasisuun baay'inaan dhaga'amaa jira! Kanaaf furmaanni isin fayyadamuu qabdan inni duraa fi baay'ee barbaachisaan 2-step verification code fayyadamuudhaan. Tartiiba isaa armaan gaditti tokko tokkoon hordofaa! ➊. Akkuma fakkii irraa argitanitti Setting telegram keessan keessa seenuudhaan jalqabaa! @Computer_Soln @Computer_Soln @YaadafiGaaffii_bot

Keywords Komputeraa baay'ee Nama Gargaaran | @Computer_Soln ♻️ በጣም ጠሚሚ የሆኑ የኮራሚውተር አቋጮች CTRL + A - Hundaa filadhu CTRL + B - Jajjaboo CTRL + C - Waraabbii CTRL + D - Man'ee gadi guuti CTRL + E - Hiriirsa Giddugaleessaa CTRL + F - Barbaadi CTRL + G - Gara ammaatti deemi CTRL + H - Bakka buusi CTRL + I - Qubee jajjaboo CTRL + J - Haqa guutuu CTRL + K - Hidhaa olka'aa uumuu CTRL + L - Hiriirsa Bitaa CTRL + M - Caancala CTRL + N - Fuula haaraa CTRL + O - Banaa CTRL + P - Maxxansa CTRL + R - Man'ee mirgaa guuti CTRL + S - Qusadhu CTRL + U - Jala sarara CTRL + V - Maxxansi CTRL + X - Muraa CTRL + Y - Irra deebi'ii hojjedhu CTRL + Z - Deebi'uu ➳ 📚 @Computer_Soln ➳ 📚 @Computer_Soln ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🎲 Yaadaaf @YaadafiGaaffii_bot

♻️ Very important Computer Keywords CTRL + A - Select all CTRL + B - Bold CTRL + C - Copy CTRL + D - Fill down cell CTRL + E - Center Alignment CTRL + F - Find CTRL + G - Go to current CTRL + H - Replace CTRL + I - Italic CTRL + J - Full justification CTRL + K - Create hyper link CTRL + L - Left Alignment CTRL + M - Tab CTRL + N - New page CTRL + O - Open CTRL + P - Print CTRL + R - Fill right cell CTRL + S - Save CTRL + U - Underline CTRL + V - Paste CTRL + X - Cut CTRL + Y - Redo CTRL + Z - Undo   ❇️𝐒𝐭𝐫𝐢𝐯𝐢𝐧𝐠 F𝐨𝐫 𝐄𝐱𝐜𝐞𝐥𝐥𝐞𝐧𝐜𝐞! ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ ➳ 📚 @Computer_Soln ➳ 📚 @Computer_Soln ▬▬▬▬▬▬▬▬▬▬ 🎲 For Feedback @YaadafiGaaffii_bot

⚠️ Eeggannoo❗ Link hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun 1. Hackeridhaaf isin saaxila 2. Yakki account keessaniin hoj
⚠️  EeggannooLink hiriyootaan isiniif ergamu calliftanii banuun 1. Hackeridhaaf isin saaxila 2. Yakki account keessaniin hojjetamnaan dhaabbanni telegram banned akka taatan godha! Account keessan eeggachuuf: 1. Two-step verification code fayyadamaa! 2. Security management keessan yeroo hundumaa ceck godhaa! 3. Link adda addaa isiniif ergamu, adda baaftanii utuu hin hubatin hin tuqinaa! @Computer_Soln @Computer_Soln

Linkii hiriyaa keessaniin isiniif ergamu cal jettanii hin baninaa! 👇👇👇 Sorry ana miti kan erge dursa namatu narratti ergee ture tasa linkicha yoon banu telegram koo guyyaa muraasaf na jalaa hack ta'ee ture. Dhiifama guddaa anaaf barumsa ta'a. Kan si dhibu ammoo hiriyaa amanu irraa na qaqqabe. Linkicha hin banin! 🙏 @Computer_Soln @Computer_Soln

ℹ️ "Mobile Card" Guyyaa guyyaadhaan ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

#3 - Dhuma irratti 3. 1. "Request Admin Approval" bani! 3. 2. Create Link tuquudhaan private link haaraa argachuu dandeessa!
#3 - Dhuma irratti 3. 1. "Request Admin Approval" bani! 3. 2. Create Link tuquudhaan private link haaraa argachuu dandeessa! Bot namoota join request deebisu add gochuu yoo barbaadde: @Accept_Auto_Join_Requests_Bot bot kana copy gochuun Admin taasifatta! Haala kanaan Subscribers Channel fi Group Telegram kee yeroo gabaabaa keessatti guddifachuu dandeessa! @Computer_Soln @Computer_Soln

#2. Create New Link tuqi! @Computer_Soln
#2. Create New Link tuqi! @Computer_Soln

#1 1.1. Channel kee dursa "Private Channel" taasisi! 1.2. "Manage Invite Links" tuqxa! @Computer_Soln
#1 1.1. Channel kee dursa "Private Channel" taasisi! 1.2. "Manage Invite Links" tuqxa! @Computer_Soln

Telegram Channel & Group | @Computer_Soln Channel Telegram Akkamitti Yoo beeksifne Join baayee argachuu Dandeenya? 1. Folder beeksisuu? 2. Private link fayyadamuudhaan beeksisuu! Har'a kan waliin ilaallu channel tokko Akkamitti private link uumuu yookiin (create) gochuu dandeenya isa jedhudha! Akkuma kanaan dura waliin ilaallee turre Channel Telegram private link fi Public link qaba! Subscribers (members) channel keenyaaf ariitiidhaan guddisuuf private link fayyadamuu qabna! https://t.me/Computer_Soln/62 Akkaataa private link uumuu dandeenyu bifa fakkiitiin isiniif dhiheesseera! Itti fayyadamaa! Yaada fi gaaffii yoo qabaattanis @YaadafiGaaffii_bot @Computer_Soln @Computer_Soln

Bilbila Osoo Hin Bitin Wantoota Beekuu Qabnu 6 | @Computer_Soln ═════════════ ▫ Bilbilootni akka Android fi iphone ulaagaa garaa garaa irratti hundaa’uun gosa hedduutu gabaa irra jira. Akkasumaas gatiin isaanii garaa garaadha. yeroo kanatti bilbiloota akkasii bitachuuf baay’een keenya guddina/size/ fi gatii isaa qofa ilaaluun mobaayila gaarii hin taane yookiin tajaajila nuti barbaanne nuuf kennuu hin dandeenye bituu dandeenya ta’a. ▫ Kanaafuu mobaayila tokko bituuf qabxiilee ijoo 6’n armaan gadii qalbeeffachuun mobaayila tajaajila baarbaadame nuuf kennuu danda’u bituun gaaridha. isaanis: ➊. PROCESSORS Yeroo baay’ee bilbila irratti Geemii kan taphattan yoo ta’e, vidiyoo sa’aatii dheeraaf kan daawwattan yoo ta’e, akkasumas Editing garaa garaa ni dalagdu yoo ta’e bilbilli isin bittan processor isaa ‘Qualcom snapdragon (652 / 820 / 821 )’ yoo ta’e filatamaa dha. ▫ Hojiilee giddu galeessaf immoo processer ‘MedaTek’ jedhamu gahaa dha. ➋. KAMEERAA (camera) Bilbila bittan sanaan suuraa kaasuuf fedha guddaa kan qabdan yoo ta’e 13mp (megapixels) fi isaa ol osoo ta’ee gaarii dha. Kunis suuraa qulqullinaan kaasuuf gargaara. ▫ Garuu namoota kaameeraa giddu galeessumaan faayyadamaniif 8mp gahaa dha. ➌. BATTERY (Dandeettii chaarjii qabatee turuu) Namootni Geemii taphachuu baay’iftan, kanneen vidiyoo sa’aatii dheeraaf ilaaltan, kanneen Edit gochuuf baay’ee itti gargaaramtan fi miidiyaalee hawaasaa hedduu fayyadamtan yoo ta’e osoo battery’n bilbila bittanii 3500 mAh (milliamp Hour) fi isaa ol ta’ee gaarii dha. ▫ Namoota bilbila giddu galeessumaan fayyadamtaniif immoo 3000mAh gahaa dha. isaa gadi garuu dafee chaarjii fixa. ➍. OPERATING SYSTEM Operating system jechuun akkaataa hojii yookiin sirna dalagaa jechuu dha. yeroo ammaa kanatti operating system lama namootni baldhinaan fayyadamu. isaanis:- ● ANDROID: Android’n addunyaa irratti namootni baay’een kan fayyadamaniidha. Bilbiloonni akka ▫ Samsung, ▫ Lenovo, ▫ Moto G, ▫ Motorola, ▫ Sony fi kkf Android kana fayyadamu. Android’n gosa hedduutu jiru. isaanis: ▫ KitKat, ▫ lollipop, ▫ Marshmallow fi kkf dha. KitKat fi lollipop bilbiloota duraanii yommuu ta’an Marshmallow fi isaa ol kan jiran bilbiloota yeroo ammaa baay’inaan faayida irra jiranii dha. Kanaafuu yoo bilbila bitnu Marshmallow fi isa caalaa latest ta’ee osoo bitnee gaarii dha. ● IOS : operating system kun bilbiloota iPhone yoo ta’u, fayyadamtoonni isaa baay’een akka gaarii ta’e ragaa ni bahu. Garuu akkuma faayidaa isaa gatiin isaas qaalii dha. ➎. STORAGE (Kuusaa) Bilbilli isin bittan osoo bakka kuusaa faayilootaa guddaa qabaatee gaarii dha. Haaluma kanaan 8GB, 16GB, 32GB, 64GB, 128GB argaachuu dandeessu. GB ol’aanaa isaa yoo filattan gaarii ta'a. Fakkeenya, 64GB yookiin 128GB filadhaa! Akkasumas iPhone 10(X) storage’n isaa hanga 512GB gabaa irra ni jira. Hubachiisa: Storage’n bilbila bituu barbadanii yoo xiqqaa ta’e ‘external memory’ fudhachuu fi hojjachuu isaa check gochuun barbaachisaa dha. sababni isaa bilbilichi yoo guute memory dabalataa bittanii akka itti fayyadamtaniif isin gargaara. ➏. Headphone Jack 3.5mm audio jack osoo ta’ee filatamaa dha. ta’uu baatus yaraa hin jedhamu. walumaa galatti bilbila yoo bituuf jettan ulaagaalee armaan olii fi maallaqa ittiin bituu barbaaddan wal madaalchisuun bilbila gaarii ta’e bitadhaa! @Computer_Soln @Computer_Soln

ℹ️ "Mobile Card" Ittiin guuttachuu dandeessu, Maallaqa hedduus hojjechuu dandeessu!              ⇣ Namoota hojii online hojjettan maraaf! Karaa Telegram osoo homaayyuu hin dhama'iin, namaaf share taasisuu qofaan qarshii hedduu argadhaa! Step 1 :- Jalqaba link kana tuquun Start tuqaa! https://t.me/hulepay_official_bot?start=r0906822492 Step 2 :- Channel lamaan isiniif dhufan join taasisaa! Sana booda «✅Check» kan jedhu tuqaa! Kaffaltii karaa Telebirr kan fudhattan yoo ta'u, Referral link keessan namaaf erguun qarshii hedduu hojjechuu dandeessu! Nama tokkoon birrii tokko kan kaffalu yoo ta'u, akkasumas guyyaa guyyaadhaan bonus qaba!

🙊🙊🙊🙊 Maatii Channel keenyaa ⩩ Yeroo ammaa kana karaa telegram keessanii #Bot namoota irraa isinitti ergamee #vote naaf godhi na fayyadaa isiniin jedhu tasumaa akka hin tuqne kabajaan isin beeksifna. ⩩ File (account) keessan hunda isin jalaa haquun icciitii bilbila keessanii fudhachuu danda'a waan ta'eef fakkeenyaaf lakkoofsa icciitii yookiin PIN moobayilaa, baankii fi Telebirr fi kan kana fakkaatan isin jalaa baasa! Ammuma #Share waliif taasisaa! @Computer_Soln @Computer_Soln

⌨️ Save Your time with Short Cuts: 👩‍💻 Ctrl + A - Select All Ctrl + B - Bold Ctrl + C - Copy Ctrl + D - Fill Ctrl + F - Find Ctrl + G - Find next instance of text Ctrl + H - Replace Ctrl + I - Italic Ctrl + K - Insert a hyperlink Ctrl + N - New workbook Ctrl + O - Open Ctrl + P - Print Ctrl + R - Nothing right Ctrl + S - Save Ctrl + U - Underlined Ctrl + V - Paste Ctrl W - Close Ctrl + X - Cut Ctrl + Y - Repeat Ctrl + Z - Cancel F1 - Help F2 - Edition F3 - Paste the name F4 - Repeat the last action F5 - Goto F6 - Next Pane F7 - Spell Check F8 - Extension of the mode F9 - Recalculate all workbooks F10 - Activate Menubar F11 - New graph F12 - Save As Shift + F1 - What is it? Shift + F2 - Edit cell comment Shift + F3 - Paste the function into the formula Shift + F4 - Search Next Shift + F5 - Find Shift + F6 - Previous Panel Shift + F8 - Add to the selection Shift + F9 - Calculate the active worksheet Shift + F10 - Popup menu display Shift + F11 - New spreadsheet Shift + F12 - Save Ctrl + F3 - Set name Ctrl + F4 - Close Ctrl + F5 - XL, size of the restore window Ctrl + F6 - Next Workbook Window Shift + Ctrl + F6 - Previous Workbook Window Ctrl + F7 - Move window Ctrl + F8 - Resize Window Ctrl + F9 - Minimize the workbook Ctrl + F10 - Maximize or Restore Window Ctrl + F11 - Inset 4.0 Macro sheet Ctrl + F1 - Open File Alt + F1 - Insert a graph Alt + F2 - Save As Alt + F4 - Output Alt + F8 - Macro dialog Alt + F11 - Visual Basic Editor Ctrl + Shift + F3 - Create a name using the names of row and column labels Ctrl + Shift + F6 - Previous Window Ctrl + Shift + F12 - Printing Alt + Shift + F1 - New spreadsheet Alt + Shift + F2 - Save Alt + = - AutoSum Ctrl + `- Toggle value / display of the formula Ctrl + Shift + A - Insert the argument names in the formula Alt + down arrow - automatic view list Alt + '- Format Style Dialog Ctrl + Shift + ~ - General Format Enjoy❤️ Share @Computer_Soln @Computer_Soln

Yaada Fi Gaaffii yoo qabaattan nuuf barreessaa!!! @YaadafiGaaffii_bot

Fakkeenyaaf: 1. Channel name: Reading PDF 2. Description: Kitaabilee irraa barachuu dandeessan bifa pdf tiin ni argattu. 📚 O
Fakkeenyaaf: 1. Channel name: Reading PDF 2. Description: Kitaabilee irraa barachuu dandeessan bifa pdf tiin ni argattu. 📚 Oromoo PDF 📚 English PDF 📚 አማርኛ PDF